Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)
Youtube keenya hordofaa https://youtube.com/@Kooeelmedia 🙏Jaalalan jiraanna🙏👉Yaada keessaniif @Kooeel Youtuben nu hordofaa https://youtube.com/channel/UCuZpqomjP_FfV
Mostrar más📈 Análisis del canal de Telegram Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)
El canal Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል) (@faarfataa) es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 12 090 suscriptores, ocupando la posición 7 414 en la categoría Religión y espiritualidad y el puesto 391 en la región Finlandia.
📊 Métricas de audiencia y dinámica
Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 12 090 suscriptores.
Según los últimos datos del 05 noviembre, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de -91, y en las últimas 24 horas de 0, conservando un alto alcance.
- Estado de verificación: No verificado
- Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 23.61%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 5.65% de reacciones respecto al total de suscriptores.
- Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 2 855 visualizaciones. En el primer día suele acumular 683 visualizaciones.
- Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 15.
📝 Descripción y política de contenido
El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
“Youtube keenya hordofaa https://youtube.com/@Kooeelmedia
🙏Jaalalan jiraanna🙏👉Yaada keessaniif @Kooeel
Youtuben nu hordofaa
https://youtube.com/channel/UCuZpqomjP_FfV”
Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 06 noviembre, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Religión y espiritualidad.
Cargando datos
| Fecha | Crecimiento de Suscriptores | Menciones | Canales | |
| 06 noviembre | 0 | |||
| 05 noviembre | +1 | |||
| 04 noviembre | +2 | |||
| 03 noviembre | 0 | |||
| 02 noviembre | +1 | |||
| 01 noviembre | +5 |
follow
╔═════════════╗
♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═════════════╝
+++
@Faarfataa #Share| 2 | Abbaa Nageenyaa
👇👇 follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa | 1 384 |
| 3 | Akkan Si Fakkaadhu
Gaatiidhaan Na Bittee Aarsaa of taasistee
Jaalalaa isa Dhugaa tola na jaallattee
Beenyaa Gita Hin qabnee Lubbuukee Kennite
Ana Nama Badee Mucaakee na goote
Sirraatii Baqadheen Yaa'ii ormaa deemee
Ifa keessaa bahee Dukkanatti seene
Lapheenkoo jabaatee sirrat-mari'ate
Warra si Fannisutt)Dabarsee si laatee
Otuun Si gurguruu Qarshi Soddomatti
Atimmoo na waamta gara jireenyaatti
Dabarsee si kennuuf ormaan walii galee
Garuu sit na bitee gatii naaf kaffalee
Taa'ee Gaafaan Yaadu jiruukoo kaleessaa
Gaarummaa tokkottiin soqee dhabe Keessaa
Adeemsiif yaadnikoo Martuu Badii qofaa
Kana hundaa danda'ee si qofaat natti hafaa
Jooraan lapheekoo har'as inuma raafama
Keessa koo haaressi [Yaa] Tiksee amanamaa
Hidhaa cubbuu kutee akkan sitti jiraadhu
Na gargaari Gooftaa (iyyesuus)(uumaakoo)akkan si fakkaadhu×3
==•|•==
👇👇 follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa | 1 399 |
| 4 | Hin Dagadhu/አልረሳውም
Guyyaa sana hin dagadhu
Gaarumma sana hin irraanfadhu
Waadaa fayyinadha si waammachun koo
Waadaa araaradha Siwaammachunko
Waan taatef haadhakoo
Namatti himadhe kan naaf nahu hin qabu
Imimmaan koo gaddan akkasin kan roobu
Iccitii mana koo hundaa sitti himannan
Naaf laafe lapheen kee inni garraamin
Hin irraanfadhu an gaarumma kan keex2
Waada araara baayyedha oolmaan kee
Keessiko na dhiiga gaddan gurraacha'ee
Ifan kootis dhaame deemsaf dukkanaa'e
Balbala koo cufee nan boo'a kophaa koo
Ija koo gadi qabe sin waama haadhakoo
Situ naaf dhagahe kadhannaa kankoox2
Tasa hin tuffanee ati kopha ta'u koo
Haadha hin qabu jedhe tasuma hin gaddu
Anoo si argeera yoommu at naaf yaaddu
Jaalalli inni lafaa yeroodhaf ni dhuma
Meeqa hime fixaa kanke Kun adduma
Maariyamx2 jechuun Nan nuffisiisu x2
Keessi lapheeko yoomiyyuu sin dhiisu
Yoon beela'us dhuftee yoon dheebodhus dhufte
Hir'uu mana kootif ati eebbaa taate
Dhiphuun koo salphate gaddi koos fagaatee
Inni na rakkisu diinni koo rakkate
Qoricha deenyan anoo fayyeerax2
Araarsummaa keen anis dhabbadheera
==•|•==
👇👇 follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa | 1 844 |
| 5 | Hin Dagadhu አልረሳውም.mp3 | 1 491 |
| 6 | ያላንተ ጌታ/Afaan oromootti
Simalee Gooftaa gammachuun in jiru
Sin malee uumaa jireenyi hin jiru
Maqaake waame kan si kadhate
Abiddaa bahee du'aas moo'atee
@Ceesisa
Harkakoo qabdee ati na dursitee
Rakkina meeqa na dabarsite
Guyyaan yoo darbuu marti hin dagata
Beelaf goodansa eenyutu yaadata
Ceesisa
Ati eebbisnani guute xoofonkoo
Narra darbeera eebbon diinakoo
Jecha baayyedhan afaankoo guute
Siifan faarfadha manakee lixee
@Ceesisa
Guyyaaf galgala fiigus diinnikoo
An hooma hin ta'uu jira Waaqni koo
Du'aan hin kufuu haa baru adduunyan
Inni na dhaabe baruma baraan
@Ceesisa
Sooratni kankoo galata ta'ee
Jaalalli kankee keessa ko mo'ee
An gadii hin qabu tasa mormakoo
Ililleen guute kunoo mana koo
==•|•==
F/ttuu Jiituu Shimallis
👇👇 follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa | 4 284 |
| 7 | https://youtu.be/bzzhAPARDuo?si=vszlyd4QDPaMnvye | 1 786 |
| 8 | https://youtube.com/watch?v=imnh33O-TrM&si=p9Qk3Qi12ztHtCDn | 1 961 |
| 9 | Abdii biraa hin qabu
https://youtube.com/watch?v=Z5vLSC-ua9M&si=PLKhJJ5WIN2vQWXl | 2 945 |
| 10 | ......Mo'adha Maqaankee.....
Mo'adha Maqaankee humna Diinotaa
Iyyesuus Kiristoos Waaqa Waaqotaa
Iyyesuus Kiristoos Gooftaa Gooftotaa
Tiksee dhugaa Hoolotaaf dhimmamu
Wangoo jalaa oolchuuf darbee qalamu
Si qofadha Gooftaa Abbaan amanamaa
Ijoolleef kan laatu barruu walabummaa!!
Iddoo boqonnaatti baasuuf ilmaan kee
Fedhaan madeessite cinaacha kan kee
Ajaa’iba argeera madaa madaa fayyisu
Kana lallabuudhaaf tasumaa hin callisu
Ba'aa namaa buusee ofisaa nan baatu
Walcaalchisaa malee qixxee kan jaalatu
Simalee eenyuree Gooftaan hundumaa
Olkaaseen lallaba maalifan gumgumaa
Haalleluyaa jedha sababa hin barbaadu
Galata kee ukkaamsuuf soba hin gaadu
Waltajjii hundarratti anoo nan odeessa
Simboo koo ta'ee situ narraa calaqqisa
==•|•==
F/taa Saamu'el Daggafaa
👇👇 follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa | 4 035 |
| 11 | Qulqulleetti koo sin jeeha ani
Akkan si faarsuuf afaan koo naaf bani
Naaf kadhu haadha koo ilma kee duratti
Si waammanne hin dhabne garaa hin jabaattu ati
Haadha koo abdikoo gannataa
Uumamtoota keessaa maaltu siin qixxaata
Ati qulqulleettii yaadaanis fooniinis
Durbee si kabajna faarsaaf sagadaani
Hewaan cubbuu gootee gannatarra baane
Qulqullummaa keetiin deebine arganne
Maariyaam(×2) jennee nuti si faarfannaa
Abdiif amantadhaan nuti si kadhannaa
Kennaa addaa taatee abdii kan nuuf baatte
Mootii lafaaf samii harka keetti baatteee
Wantoota hedduushaan ati kan fakkeeffamte
Dubarootaa keessaa ulfina argatte
==•|•==
👇👇 follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa | 3 191 |
| 12 | Qulqulleetti Koo Dn Taammirat Alamuu .mp3 | 1 |
| 13 | BALBALA BAHAA
Koottu(*2) maariyaam koottu
Yaa durbee kottu
Galaana abiddaa Kan nu ceesitu/*2/.
Doonii Nohiitiin Kan fakkeeffamtu
Ulee haaroniin Kan fakkeeffamtu
Balbala/*2/sit na qaqqaba
Biyya Efireemii tulluu sanarratti
Keessummaa taate mana Eelsaabeetittii
Gara koo koottu/*2/
Si Kan na furtu
Cubbuu lafaatiin an dhiphadheera
Gaddaan guutamee qofaa koo ta'eera
Kottumee Gara koo/*2/
An si waameera
Ogummaan keeti Kan Siiloondisii
Koot jedhee si waama Suulaamaaxisìi
Hin hafiin haadha koo/*2/
Furi rakkoo koo
Icciitii ibsitee abbaa Iriyaaqoosiif
Daftee dhaabbattee hir'uu Dookimaasiif
Koottu Gara kootii/*2/
Lubbuun si feetii
Durboon dhiyaatte iyya koo dhageesse
Hidhaan cubbuu koos narraa hiikamee
Nan kabajadha/*2/
An ililchuudhaan
==•|•==
F/taa Yohannes Gizachew
👇👇 follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa | 3 469 |
| 14 | BALBALA BAHAA
Koottu(*2) maariyaam koottu
Yaa durbee kottu
Galaana abiddaa Kan nu ceesitu/*2/.
Doonii Nohiitiin Kan fakkeeffamtu
Ulee haaroniin Kan fakkeeffamtu
Balbala/*2/sit na qaqqaba
Biyya Efireemii tulluu sanarratti
Keessummaa taate mana Eelsaabeetittii
Gara koo koottu/*2/
Si Kan na furtu
Cubbuu lafaatiin an dhiphadheera
Gaddaan guutamee qofaa koo ta'eera
Kottumee Gara koo/*2/
An si waameera
Ogummaan keeti Kan Siiloondisii
Koot jedhee si waama Suulaamaaxisìi
Hin hafiin haadha koo/*2/
Furi rakkoo koo
Icciitii ibsitee abbaa Iriyaaqoosiif
Daftee dhaabbattee hir'uu Dookimaasiif
Koottu Gara kootii/*2/
Lubbuun si feetii
Durboon dhiyaatte iyya koo dhageesse
Hidhaan cubbuu koos narraa hiikamee
Nan kabajadha/*2/
An ililchuudhaan
==•|•==
👇👇 follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa | 1 |
| 15 | https://youtube.com/shorts/JgH4D4rrMec?si=qVUZ3-HLnwTvdy11 | 3 131 |
| 16 | Faaruu addaati
https://youtube.com/watch?v=PAI_GTUevCQ&si=8amNIFshFjqppcst | 3 900 |
| 17 | ......Mo'adha Maqaankee.....
Mo'adha Maqaankee humna Diinotaa
Iyyesuus Kiristoos Waaqa Waaqotaa
Iyyesuus Kiristoos Gooftaa Gooftotaa
Tiksee dhugaa Hoolotaaf dhimmamu
Wangoo jalaa oolchuuf darbee qalamu
Si qofadha Gooftaa Abbaan amanamaa
Ijoolleef kan laatu barruu walabummaa!!
Iddoo boqonnaatti baasuuf ilmaan kee
Fedhaan madeessite cinaacha kan kee
Ajaa’iba argeera madaa madaa fayyisu
Kana lallabuudhaaf tasumaa hin callisu
Ba'aa namaa buusee ofisaa nan baatu
Walcaalchisaa malee qixxee kan jaalatu
Simalee eenyuree Gooftaan hundumaa
Olkaaseen lallaba maalifan gumgumaa
Haalleluyaa jedha sababa hin barbaadu
Galata kee ukkaamsuuf soba hin gaadu
Waltajjii hundarratti anoo nan odeessa
Simboo koo ta'ee situ narraa calaqqisa
==•|•==
F/taa Saamu'el Daggafaa
👇👇 follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa | 4 263 |
| 18 | https://youtube.com/watch?v=FTSeuaIvtaI&si=mkKcuqMg696krDZ1 | 3 702 |
| 19 | Yaadachisii Dubroo /አዘክሪ ድንግል/
Yaadachiisi dubroo yaadachiisi
Ilma keetti himii yaadachiisi
Cuubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii
Sirraa dhalachuu isaa ….Yaadachiisii
Beeteliheemittii…………
Huccuun maramuusaa.......
Dallaa loonitittii………...
Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii
Waktii qorraa sanatti…… Yaadachiisii
Saawwanii fi loonii...........
Afuura isaanii……………
Kan gumaachaniifii………
Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii
Gammoojjii gibtsittii…...Yaadachiisii
Arii’atamuu kee……....
Gubaa cirrachaa irratti...
Beelaa fi dheebuu kee…
Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii
Bakka awwaalcha isaatti…. Yaadachisii
Imimmaan kee buustee…….
Yaa dubroo itti himii………
Gannata akka galluuf……….
Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii
==•|•==
F/taa Koo'eel Shawaa
👇👇 follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa | 3 590 |
| 20 | Sin malee Gooftaa |ያላንተ ጌታ|
https://youtube.com/watch?v=hU_67wJNwWo&si=LFIYHEqEc6Sachf2 | 3 816 |
