Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)
Youtube keenya hordofaa https://youtube.com/@Kooeelmedia 🙏Jaalalan jiraanna🙏👉Yaada keessaniif @Kooeel Youtuben nu hordofaa https://youtube.com/channel/UCuZpqomjP_FfV
إظهار المزيد📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)
تُعد قناة Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል) (@faarfataa) لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 12 155 مشتركاً، محتلاً المرتبة 7 385 في فئة الدين والقيم الروحية والمرتبة 387 في منطقة فنلندا.
📊 مؤشرات الجمهور والحراك
منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 12 155 مشتركاً.
بحسب آخر البيانات بتاريخ 14 أكتوبر, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار -54، وفي آخر 24 ساعة بمقدار 0، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.
- حالة التحقق: غير موثّقة
- معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 19.69%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 4.39% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
- وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 2 395 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 534 مشاهدة.
- التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 17.
📝 الوصف وسياسة المحتوى
يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“Youtube keenya hordofaa https://youtube.com/@Kooeelmedia
🙏Jaalalan jiraanna🙏👉Yaada keessaniif @Kooeel
Youtuben nu hordofaa
https://youtube.com/channel/UCuZpqomjP_FfV”
بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 15 أكتوبر, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة الدين والقيم الروحية.
جاري تحميل البيانات...
| التاريخ | نمو المشتركين | الإشارات | القنوات | |
| 13 أكتوبر | 0 | |||
| 12 أكتوبر | 0 | |||
| 11 أكتوبر | 0 | |||
| 10 أكتوبر | 0 | |||
| 09 أكتوبر | +2 | |||
| 08 أكتوبر | +6 | |||
| 07 أكتوبر | 0 | |||
| 06 أكتوبر | 0 | |||
| 05 أكتوبر | 0 | |||
| 04 أكتوبر | +2 | |||
| 03 أكتوبر | 0 | |||
| 02 أكتوبر | 0 | |||
| 01 أكتوبر | 0 |
| 2 | ......Mo'adha Maqaankee.....
Mo'adha Maqaankee humna Diinotaa
Iyyesuus Kiristoos Waaqa Waaqotaa
Iyyesuus Kiristoos Gooftaa Gooftotaa
Tiksee dhugaa Hoolotaaf dhimmamu
Wangoo jalaa oolchuuf darbee qalamu
Si qofadha Gooftaa Abbaan amanamaa
Ijoolleef kan laatu barruu walabummaa!!
Iddoo boqonnaatti baasuuf ilmaan kee
Fedhaan madeessite cinaacha kan kee
Ajaa’iba argeera madaa madaa fayyisu
Kana lallabuudhaaf tasumaa hin callisu
Ba'aa namaa buusee ofisaa nan baatu
Walcaalchisaa malee qixxee kan jaalatu
Simalee eenyuree Gooftaan hundumaa
Olkaaseen lallaba maalifan gumgumaa
Haalleluyaa jedha sababa hin barbaadu
Galata kee ukkaamsuuf soba hin gaadu
Waltajjii hundarratti anoo nan odeessa
Simboo koo ta'ee situ narraa calaqqisa
==•|•==
F/taa Saamu'el Daggafaa
👇👇 follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa | 1 321 |
| 3 | https://youtube.com/watch?v=FTSeuaIvtaI&si=mkKcuqMg696krDZ1 | 1 389 |
| 4 | Yaadachisii Dubroo /አዘክሪ ድንግል/
Yaadachiisi dubroo yaadachiisi
Ilma keetti himii yaadachiisi
Cuubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii
Sirraa dhalachuu isaa ….Yaadachiisii
Beeteliheemittii…………
Huccuun maramuusaa.......
Dallaa loonitittii………...
Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii
Waktii qorraa sanatti…… Yaadachiisii
Saawwanii fi loonii...........
Afuura isaanii……………
Kan gumaachaniifii………
Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii
Gammoojjii gibtsittii…...Yaadachiisii
Arii’atamuu kee……....
Gubaa cirrachaa irratti...
Beelaa fi dheebuu kee…
Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii
Bakka awwaalcha isaatti…. Yaadachisii
Imimmaan kee buustee…….
Yaa dubroo itti himii………
Gannata akka galluuf……….
Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii
==•|•==
F/taa Koo'eel Shawaa
👇👇 follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa | 1 495 |
| 5 | Sin malee Gooftaa |ያላንተ ጌታ|
https://youtube.com/watch?v=hU_67wJNwWo&si=LFIYHEqEc6Sachf2 | 1 979 |
| 6 | Mo'ichaa Maqaan Kee Dn Beekamaa Goobanaa.mp3 | 2 302 |
| 7 | Daabiloos dhahame Fannoodhani/2/
Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/
...Eeyyee
Moo'ichi argamuun
Gammachuun bu'eera
Lafaaf samiirratti
Nageenyi ta'eera
Dhiigni kiristoosi
Nuuf buuse araara
Baruma baraanii
Isumaan jiraanna
...Eeyyee
Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/
Ogummaa argannee
Warri itti amannu
Shira gantootarraa
Kan ittiin fayyinuu
Boqonnaa jireenyaa
Kan ittiin argannu
Fannoo Iyyesuusi
Kan itti gammadnu
...Eeyyee
Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/
Hogganaa dukkanaa
Nurraa kan hidhamee
Barootaaf bitamuun
Kan barbadeeffamee
Raajiin dinqiisiisaa
Hundaaf taasifamee
Humni Daabiloosi
Isaan rukkutame
...Eeyyee
Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/
Beenyan argameera
Inni nuun fayyisee
Dhiiga qulqullicha
Achirratti cobsee
Garbummaa bittimsee
Jiruu nun badhaase
Jaalalasaa dhugaa
Fannoorratti mul’ise
...Eeyyee
Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/
==•|•==
F/ttuu Asnaaquu Xilaayee
F/ttuu Almaaz Taaddasaa
Faaruu Ayyaana Fannoo
👇👇👇 follow
╔═══════════╗
⚪️ @OrtoOroKoon | 2 394 |
| 8 | لا يوجد نص... | 2 955 |
| 9 | Faaruu Ayyaana Masqalaa
https://youtube.com/watch?v=44TuEroBoAA&si=EYsbQi3vJtxjfuJ- | 3 672 |
| 10 | Gammadaa Martinuu
Argame Fannoon
Mul'ate Fannoon ifatti ol ba'ee
Gooftaa Iyyesuusiin beenyaan kan kenname
Xalayaan jireenya irrati barreeffame
Dhiiga hoolichaatin inni raageffame
Nutis kan lallabnu isa fannifame
Waggaan masqalli naanna'e
Baga ittiin sin ga'e
Guyyaa waggaa lakkoofsise... Baga ittiin sin ga'e
Ganni darbe birraanis ife
Eebbaaf nagaa gonfachiise
Eegumsa saa nuuf baayyise
Gammadaa martinuu gammanneerra
Injifannoo moo’icha fannoosaan argannerra
Ibsaa keenya ibsanne... Gmn-erra
Daamara hirkifanna
Dhiigan kan qullaa'ee
Fannoosaa barbaanna
Qilleensi hammaatee
Bubbisee yoo ka'uu
Nageenya keenyallee
Hamaan nun danda’u
Wanjicha garbummaa... Gmn-erra
Aangoosaatin cabse
Bilisummaa Dhugaa
Ilmaansaatiif labsee
Faajjii injifannoo
Fannoosaa dhaabbanne
Sechi moo'atamnu
Humnasaa qabannee
Lola diina keenyaa... Gmn-erra
Nuraatii kaaseraa
Ilmaan Addaam hundaa
Nagaa badhaasera
Masqala urgaa'u
Waggaadhan nanna'ee
Ifa ba'uu fannoo
Baga ittiin sin ga'e
Ogummaa barbaadu... Gmn-erra
Warri Girikonni
Mallattoo gaafatu
Warri yihuudonni
Dhugaa ba'aa har'as
Jechi Phaawulosi
Kan ittiin of jejnu
Fannoo Kiristoosi
Birmadummaa Walabummaa dhugaa
Gonfanneerra
Injifannoo moo’icha Fannoosaan
arganneerra
Waggaa har'adhaan nu ga'i
Gooftaan waggaadhan nu geesse
Humni fannoo kee nu haa eegu
Alaaf manaan nuuf milkeessi
Biyya keenyarra eebbi keen naanna'i
Fannoon kee nu Haa eegu gaachana nuuf ta'e
==•|•==
Faaruu Ayyaana Fannoo
👇follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa | 4 624 |
| 11 | Gammadaa martinuu Faaruu Fannoo.mp3 | 3 557 |
| 12 | Fannoon jireenyaa keenyaa
Fannoon humnaa keenyaa (2)
Ni amannaa (4)
Ni amannaa fannon
humnaa kenyaa (2)
...Eyyee (2)
Jalalaa waqayyooo diinni kan walalee
Fannoo isaa arginan nahee lafa laalee
Jalalaa kiristos qulqulluu fannosaa
Rakkina moo dhiphuu maltu addaan nu baasaa
Maalirasif jabaa qulqullun maqasa
Humna diinaa kenyaa waqni ni caccabsa
Loola kenyaa lolee diinnis ni qana'ee
Jaalallif nagenyii fannoosatin ta'ee
Jibbaa fannosatif diinnii gurma'anii
Qulqullu fannosa dhoksuun awwalanii
Baraa hedduutiif badee kaal ture dhokate
Motittii elleeniin kadhannaan argattee
Humni kenyaa isaa kan nu jajjabeessuu
Iddoo aara galfii kan nu boqachisuu
Dadhabbiif gidiraan addunya kanarraa
Fannoo Iyyasusin nurraati darbeeraa
Mesqel hayilene mesqel tsenene
Mesqel bezaneh (2)
Medanitene liellee amenne (2)
...ehee
==•|•==
Faaruu Ayyaana Fannoo
👇follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa | 4 406 |
| 13 | Galata kee Iyyesuus galata kee
Bara baraan nan faarsaa anoo maqaa kee/2 /
Hundee jireenya kootii> galata kee
Iyyesuus naaf maqaan kee
Galata maqaa keetiif
Ati humna kee naaf laatte
Iddoon badees na waamtee> galata kee
Dhiifama naaf baay'istee
Ba'aa cubbuu koo buustee
Fayyina koo labsite
Jireenya kootiif jettee> galata kee
Fannoo gubbaa kan oolte
Abbaa gaariin si'idhaa
Waaroo ulfinaa naaf laatte
Tiksee amaanama koo> galata kee
Sidha anaaf abdiin koo
Du'u keetiin jiraadhee
Ulfaadhu ati uuma koo
==•|•==
👇follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa | 1 |
| 14 | Daabiloos dhahame Fannoodhani/2/
Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/
...Eeyyee
Moo'ichi argamuun
Gammachuun bu'eera
Lafaaf samiirratti
Nageenyi ta'eera
Dhiigni kiristoosi
Nuuf buuse araara
Baruma baraanii
Isumaan jiraanna
...Eeyyee
Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/
Ogummaa argannee
Warri itti amannu
Shira gantootarraa
Kan ittiin fayyinuu
Boqonnaa jireenyaa
Kan ittiin argannu
Fannoo Iyyesuusi
Kan itti gammadnu
...Eeyyee
Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/
Hogganaa dukkanaa
Nurraa kan hidhamee
Barootaaf bitamuun
Kan barbadeeffamee
Raajiin dinqiisiisaa
Hundaaf taasifamee
Humni Daabiloosi
Isaan rukkutame
...Eeyyee
Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/
Beenyan argameera
Inni nuun fayyisee
Dhiiga qulqullicha
Achirratti cobsee
Garbummaa bittimsee
Jiruu nun badhaase
Jaalalasaa dhugaa
Fannoorratti mul’ise
...Eeyyee
Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/
==•|•==
F/ttuu Asnaaquu Xilaayee
F/ttuu Almaaz Taaddasaa
Faaruu Ayyaana Fannoo
👇👇👇 follow
╔═══════════╗
⚪️ @OrtoOroKoon | 3 865 |
| 15 | Fannoon nuuf ibse
Dukkana cubbuutin.... nuuf ibsee... Fannoonsaa... Fannoon nuuf ibse
yommuu liqifamnee
Fannoon kiristoosi
ifa isaa nuuf kenne warra isatti amannuf
Fannoon humna keenya
fuuldura dhaabanne
moona diina keenya
Fannoon alaabadhaa
Bilisummaa keenyadha x2
Yerusaalemitti
Diinni gurmaa'anii
Fayyisaa isaanii
Hin beeknu jedhanii
Qulqulluu Fannoosaa
Lafatti awwaalani
Kan dhokatee hafuu
Itti fakkaachunii
Fannoon Gooftaa ni argamee
Diinni keenyaa ni moo'amee x2
Mootittiin Illeenii
Hedduu kan carroomtee
Damaraa dhaabbattee
Kadhannaa godhattee
Fannoo Kiristoosii
Garami ittiin jettee
Aara ixaanatiin
Fannoosaa argattee
Qosxonxinoos ni moo'atee
Fannoo Gooftaa qabatee x2
Fannoon gooftaa keenyaa...
Aangoo isaa mul'isee
Tulluu gad jigsee
Diina yeellaasisee
Fannoon yeroo bahee
Gooboon ni qajeelee Dhukkubsatan fayyee
Jaamaan ni ilaalee
Ni argamee fannoon isaa
Iliil jedhaa sabni isaa x2
Fannon abdii keenya…
Ta'e humna keenyaa
Akka hin tuqamnee
Daangaan biyya keenyaa
Itiyoophiyaa jiraadhuu
Amantiin dhaabbadhuu Gooftaan si eebbisaa
Fannoosaa jaaladhuu
Fannoon humna keenyaa
Ittiin moona diina keenyaa x2
==•|•==
Faaruu Ayyaana Fannoo
👇follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa | 3 462 |
| 16 | Fannoon nuuf ibse
Dukkana cubbuutin.... nuuf ibsee... Fannoonsaa... Fannoon nuuf ibse
yommuu liqifamnee
Fannoon kiristoosi
ifa isaa nuuf kenne warra isatti amannuf
Fannoon humna keenya
fuuldura dhaabanne
moona diina keenya
Fannoon alaabadhaa
Bilisummaa keenyadha x2
.
.
.
.
👇Barreeffama guutuu
==•|•==
Faaruu Ayyaana Fannoo
👇follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa | 2 864 |
| 17 | Fannoo Gooftaan ifa arganne
Jaalalasaan bilisoomne
Gidiraa keenya irraanfanne
Fannoon humna keenya ta'usaa hubannee
Qaraaniyoorratti bilisummaa arganne
Jaalalli ijoolleesaa gooftaa injafateera
Sanyii addaam hundii ifatti baheera
Dhugaadhaaf amantii onneerra yoo ta'e
Gidiraaf dhiphinni hamman osoo gahee
haaragalfiin keenya fannoo Iyyesuusi
Duwwaadha mannisaa kan gooftaa hin qabnesi
Boolla fannoo goofta illeeniin argatte
Iccitii fannoosaa isheetti mul'ate
Diinota ishee gantee amantaan dhaabbatte
Fannoo Iyyesuusiin boqonnaa argatte
Du’aa kan nubaasee fannoodhaan gooftaani
Mormaan diina keenya hundumtuu badanii
Humna arganneerra fannoo kiristoosiin
Isaan injifanna diina daabiloosiin
==•|•==
Faaruu Ayyaana Fannoo
👇follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa | 2 640 |
| 18 | Damaraa walitti qabaa
Daamaraa walitti qaba gubaa bobeessa Aarri isaa nita'a mallatooisaa Bakkichaa gadi fagasatii qotaa achuumaa argattu fanno goofta (2)
Birran nuuf bahe........ ifeekunoo waggan Masqala .........nuuf bari'e dukkani addunyaa......... cubbun namaa fannoo Iyeesusin.............. isaan ifee
bara dheeradhaaf........ badee turus Dhokatee hinhafne …... ni argame
Daawwaa dhukkubaa … nama hundaa
Humna seexanaa ……... cabsee moo’e
Kiriyaakosiin ……. ni gorfamtee
Mootittiin Illeeni …… fannoo argattee
Qosxonxinii’oos …... fannoo isaatiin
Diinota isaa hunda ....,injifatee
Masqalli waggaan ……... kabajamuu
Dhaloota dhufuun ……… itti fufaa
Diinotni nu irratti …….. humna hin qabu
Fannoo isaa arginaan … na’ee kufaa
Saba Kiristaanaa hawwiin kee raawwatee
Kan Gooftaan Iyyesuus irratti dhiphatee
Bara dheeraadhaaf badee dhokatee
Mootittii Illeeniitu mul’ataan argatee
==•|•==
👇👇
╔═════════════╗
♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═════════════╝ | 2 741 |
| 19 | ✝Argameera✝ #Share...
Argameera (Fannoon Gooftaa *2)
Iliil jedhaa yaa namootaa
🌹✝🌹 🌹✝🌹
Argameerra Yihudoonni inaaffan
>> Waliin mari'aatan
>> Fannoo isaas dhoksuufi
>> Kosii itti guraanii
>> Waggoota hedduudhaf
>> Dhokaate tureerra
>> Fannoon Kiristoosii
>> Kunoo argameerra
🌹✝🌹
Argameerra Kan dhokate hafu
>> Itti fakkachuudhan
>> Fannoo isaa dhoksaani
>> gataa itti guurudhan
>> Dhokate hin hafne
>> Fannoon argameera
>> Diinnis leeyya'eera
>> Nutis gammanneera
🌹✝🌹
Argameerra Mootiitiin Illeennii
>> Hawwiin eegaa turtee
>> Fannoo Kiristoosii
>> Kadhannan argatte
>> Kan ittin mo'aannu
>> Fannoon nuuf gachanna
>> Kunoo nuuf argamee
>> Gammachuun faarfanna
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
✝✝✝✝✝✝✝✝✝
Fannoon Gooftaa (humna keenya*2)
Ittiin moonaa diina keenya
🌹✝🌹
Fannoon Gooftaa Jaalala fannootin
>> Inni booji'amee
>> Qabatee yoo deemus
>> Diinan yoom moo'amee
>> ta'e nuuf gaachana
>> mallattoo nageenyaa
>> kan ittin moo'annu
>> Fannoon humna Keenya
🌹✝🌹
Fannoon Gooftaa Dhiigni gooftaa keenyaa
>> Irratti kan cobee
>> Irraa nu faggeessuuf
>> Diini yoo nu sobee
>> Dhugaarraa hin maqnuu
>> Ittiin jabaannerraa
>> Fannoo Kiristoosii
>> Humna arganneerraa
🌹✝🌹
Fannoon Gooftaa Jechi fannoo Gooftaa
>> Gowwootaaf badiidha
>> Nu warraa amanuuf
>> Garuu fayyiinaadha
>> Dhibamaa Fayyisa
>> Humni fannoo Gooftaa
>> Diina ittiin moonaa
>> Amanaa namootaa
==|==
🌹❤️🌹
Faarfattoota sadiin
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
F/taa Dn Yeroosan Asaffaa
F/ttuu Maskaram Xilaayee
F/taa Koo'eel Shawaa
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@Faarfataa
@Faarfataa
@Faarfataa | 2 332 |
| 20 | Faaruu Fannoo Gamtaan
F.Dn Yeroosan Asaffaa
F/ttuu Maskii Xilaayee
F/taa Koo'eel Shawaa
👇👇follow
╔═════════════╗
♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═════════════╝ | 2 060 |
