cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

SAGALEE GAMMACHUU🌤

Kaayyoon channel kanaa👇 Ogummaa fi kennaa waaqayyo nuuf kenneen jecha sagalee isaa wal hubachiisuu fi barachuu dha!👇 Yaada qabdaniif👇 fb. https://www.facebook.com/an.dhuguma! You tube👇 https://youtube.com/channel/UCqh0fkKnSO1m29JGoH2Ohnw

نمایش بیشتر
فنلندة1 123زبان مشخص نشده استدین و مذهبی16 591
پست‌های تبلیغاتی
5 677
مشترکین
+3124 ساعت
+2537 روز
+58030 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

❤#Rajii_Abunee_Teklehaayimanoot🙏 ✳"Kadhanna fi ebbii isa dhugumatti bara baraaf nurra haa buluuti abban keenyaa abune teklehayinanoot rajii innii godhee isa kana dha. ☞Biyyaa danbii jedhamuttii mucaa godhachuuf da'uumsaf yeroo gessutti baay'ee kan dhiphattuu fi baay'ee kan rakkatuu dubartiin tokkoo turtee mucaa isan dessees yerooma sana jalaa du'aa turee. ☞Yeroo da'uumsa ishee achittii akkaa dessuuf ergaa dessen boodas mucan ishee akka jalaa hin duunef gara monoksoota kawwaala demtee. ☞Akkasiis osoo gootu kawwaalota monoksoota sadii yoo demtees ijolleen ishee sadanuu jalaa du'aan. ☞Bakkaa demtee hundumattii duuti mucaa ishee hordoofa demuu isan dubartiin kun ergaa ulfooftee booda akkaa ijollee koo warraa jalqabaa na jalaa du'anii mucaan amma anii godhadhuus akka na jalaa hin dunee abban koo tekleehayimanoot akkaa naf fayyisuusf gara bakka awwalchaa isa demee kadhachuun qabaa jettee. ☞Achis demtee kawwaala dubartoota gessee rakkoo ishee irraa ga'ee fi ijolleen ishees jalaa akka du'aan monoksootattii himtee osoo isanitti himaa jirtuus akkuma tasaa ciniinsuun ishee qabatee. ☞Sana booda dubartiin sun da'uuf yeroo rakkattuu dhiphattuu yeroo arganittii obbolettii keenyaa kan gochaa jirtuu maalii dha abban keenyaa abune teeklehayimanoot gara kawwaala kanatti ergaa galee jalqabee nama yaadu danda'uu dhiisiti horiin bineldonnii illee kawwaala kanatti hin da'aan jedhaniin. ]kanas ergaa jedhaniini booda tabbaa kawwaala dubartoota irratti ol ishee basanii ishee boqochiisanii achittis mucaa durbaa bareduu tatee dessee. ☞Achii abjuu isheetin abban keenyaa abban teeklehaayimanoot itti mul'atee fannoodhan yeroo ishee ebbisuu argitee. ☞waktii qulqulla'uu ergaa fixxee boodas maqaa muca ishee #Amete_Tekleehayimanoot jettee moggaasun abba keenyaaf tajajiltuu akka taatuf ishee kenneera jettee kawwaala sanaf kenniite gara biyyaa ishettii demtee. mucan sunis hangaa guyyaa boqonnaa ishetti tajaajilaa jirattee, ☞Kadhannaa fi ebbii araarsumman isa nuf haa bay'atuu ameen. ☞(Qabsuura teklehayimanoot) ☞ ameeen ameen ameen !🙏#Yeroo_Gaarii💕🙏 #Subscribe👇 https://youtu.be/HICsd3hkt04    #Join_Share https://t.me/sagaleegammachuu 🧿𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞🤍
نمایش همه...
25🥰 6👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
"Ati amanamaa tatee cubbuuwwan fedhii ketiin hojjeettu irraa yoo of dhorkitee waaqayyoo ammoo cubbuu fedhii kee malee akka hojjettuuf sitti dhufan hundumaa irraa si Eega ." #Qulqulluu_Abune_Shinooda   !🙏#Yeroo_Gaarii💕🙏 #Subscribe👇 https://youtu.be/HICsd3hkt04    #Join_Share https://t.me/sagaleegammachuu 🧿𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞🤍
نمایش همه...
21👍 5🥰 2
✳️Qulqulluu Giyoorgiis❤️ "Giyoorgis jechuun urjii ifaa hiddaa wayiini aduu "jechuu dha Hangafnii Waregamtoota qulqulluun giyoorgis amajjii guyyaa 20 bara 277tti dhalatee biyyii isa filisxeem yoo ta'uu maqaan ishee addaa #Lidaa jedhamaa ።Abban isa #Zorontoos_Ansixasiyoos jedhamaa ። Gurguddoota lida kessa mudamee jirachaa turee ፥Haati isa #Tewobista(Aqlesiyaa jedhamtii ።martaa fi isiyaan obboloota isa turan። 🌿❤️Waggaa 10 yeroo guutu abban isa wan jalaa du'eef Qondallii bira amantaan isa kiristaana ta'ee mana isatti fudhatee guddisee ።Humna waraananis isa leenjisee ።Qondalii sunis giyoorgisiin wagga 20 yoo guutu mucaa isa umriin ishee waggaa 15n ta'ee kadhimee fi fudhee waliin jiratee biyyas akka bulchuu barbadee turee yaada waaqayyoo wan hin taneef qondaltichii du'an boqotee giyoorgisis gara beerut deeme። Berutitii diragoonin waaqessa ijollee durbaa isanii arsa isaaf dhiiyessa turaniiti humnaa fannoon diragoonin injifatee #Biruktayiitin du'a olchee  ummataa sana gara waaqayyoon waqeffachuttii deebisee galcheera ። #mana_Amantaa_lamas_isaniif_ijaree 🌿❤️ Gara faarsitti(baabilooniti)yeroo deebi'uu diidiyanoos mootota torbaa walitti qabee waaq_Harkee torbaatama dhaabee osoo sagadanii yoo arguu anaffaa amantaa wan qabuuf Galmaa mootummaa isanitti senee anii kiristaana iyesus kiristoositti nan amanaa jedheen ።isas enyummaa isa eegaa hubatee booda atimma kan keenyaa biyyoota 10n irrattii sin muuda waaqa koo #Aphilooniin waaqessii jedheen ።Qulqulluu giyoorgiisis muudamnii fi kennan kee sumaf haa ta'uu anii waaqa koo iyesus kiristoosin hin ganuu jedhee "።yeroo kanatti bay'ee aree gidiraa ittii jabessee innii garuu "Gantuu kana hangan qaanesuutti lubbuu koo hin fudhatiin"jechuun waaqayyoon kadhatee akka kadhatees ta'eefi giyoorgisiin abbaa jabaa jabinaa amantii isatiin gidiraa namaaf bachuun, fudhachuun ulfatuu fudhatee dha። Galannii waaqayyoo Haadha isa durbee maariyaamif Ulfaata fannoo isaf haa ta'uu ameen    #Nagaan_Bula❤️      !🙏#Yeroo_Gaarii💕🙏 #Subscribe👇 https://youtu.be/HICsd3hkt04    #Join_Share https://t.me/sagaleegammachuu 🧿𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞🤍
نمایش همه...
9🥰 2🔥 1
#Luqas_Abba_Wangeela🙏 ☞jiini Galee Guyyaa 22ttii yaadannoo ji'aa wangalawii qulqulluu #Luqasi dha . ☞Qulqulluun kun lakkoofsii isa bartootaa/Gargartoota 72 kessaa tokkoo dha . ☞Biyyii isaa #Antsookiya dha . ☞Beektoota ateena fi iskindiriyaan ogummaa fayyaa qo'ateera/barateera . Ogummaa fayyaa cinatii dabalaatan ogummaa fakkii kaasus qaba turee . ☞Fakkiin giiftii keenyaa luqaas kaase biyyaa keenyaati #Debre_።Zhemedoo፤Washeraana,Tediboob maariyaam ፤ Debre werq maariyaam fi kawwaalota itiyoophiyaa garaa garaa kessatti ni argamuu. ☞Qulqulluun Luqas kan kabajamaan duuka bu'oota pheexiroosi fi phaawuloosin tajaajilaa turee . ☞Ta'ooflafis wangeela fi duuka bu'ummaa kan barreessef isaa dha . ☞Qulqulluu duuka bu'onnii pheexrosii fi phaawuloos waregamumman ergaa darbanii booda wangeela lallabeera፡፡sababaa kanan (Namoota baay'ee hojii isan gara amantii kiristaanatti deebiseeratii du'aan haa adabamuu))jedhanii iyyan ፡፡qulqulluun luqaasis akka du'uu dursee beeke gara galaana qarqaraa deemun jaarsa qurxummii qabuu tokkoo argatee wangeela ergaa barsiseeni booda macaafota fi ergawwaan (Gara dandii waaqayyooti si gessuutii macaafota/kitaabota kana egii) jedhee adaara/imaana ittii kennee.፡ jarsii sunis kabajaan mana isaa ka'ee dhaloota ittii anuuf dabarseera. ☞Qulqulluu Luqas mootichaa neron fulduuratti yeroo dhiyaatetti  mootichii hojii harkaa keen/tolchaa keen hamma yoomitti ummaata kana dogoggorsitaa jedheen ፡፡ Qulqulluu luqasis  (Waaqa isa jiraataf duuka bu'aa dha malee kan hojii harkaa hojjeetu yookin tolchituu mitii jedheen . ☞mootichiis (barreesitee namoota kan dogoggorsituu harka kee kana nan kutaa ,ergaa jedhenii booda harkaa isa mirgaa kuchisiise .Qulqulluu luqasis humnaa gooftaa keenyaa agarsisuu wan jallaatef harkaa isa citee harkaa isa biitan bakka isheen buute fudhee bakka citteeti qabsisee akkuma duran turettii fayyaa tasisee . ☞Namoonni yeroo sana turan hundumtuu loltoota mootichaa hangaafoota /dursitoota isanii haadha mana mooticha dabalatee walumaa galaa namonnii lakkofsan  477 ta'an gooftaa keenyaati amananii . mootichiis baay'ee aree qulqulluu luqas waliin mormii isanii hundumtuu akka cituu ajajee . isaanis waregamtoota ta'anii gonfoo ulfiina fudhaatan . ☞Qulqulluun luqas waregamumman  onkoloolessa  22 yoo boqotuu foon isa qaraciiti cirraachan gutee kessaa galchanii galaanatti gatan haa ta'uuti garuu ajajaa waaqayyoon gara nannoo tokkoo ga'ee ummanni kirstaana arganii fudhatanii ulfinaan ka'an. ☞maddii☞(kitaaba Galmee Qulqulloota irra kan fudhatamee ) ☞Ebbii kadhannan sugnii  qulqulluu luqas abba wangeela hundumaa keenyaa waliin haa ta'uu ameen። ❖Ameeen ❖ #Subscribe_ https://youtu.be/Quh16sGyOH8       #Join_Share https://t.me/sagaleegammachuu #follow_me🙏👇🙏 https://vm.tiktok.com/ZMMEgKPk5
نمایش همه...
12👍 1
Repost from Nehemiah Promotion
Ijoollee Ortodoksii Tawaahidoo hundaaf! Channel Afaan Oromoo Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo kunneen join taasisaa! ⛪ Faaruuwwan Ortodoksii Tawaahidoo ⛪ Koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo ⛪ Barnoota Amantaa ⛪ Walaloowwan Afuurawaa ⛪ Seenessa Afuurawaa fi k.k.f ni argattu. Join Join Join
نمایش همه...
👍 2😁 1
Koorsiiwwan EOTC
Faaruuwwan EOTC
Join ✔️
Photo unavailableShow in Telegram
Ija koon sin barbaada fakkii keen yeroo hundumaa nan jajjaabadha Laphee kotti maariyaam jechaa Bara koo nan olee rakkiniicha Tarkanfii tokkoo osoo hin adeemin Sin qabadheen ka'ee Araarsumman kee na gargaara kanaaf hin callisuu an wa'ee kee Yommuu dhabbatuu gooftaa fulduura Kadhanna koo ol baasa watwanna koo dhagessee na qaqqabdee hundaa dura Cina koo dhabbattee lakka'amaan baronnii Kunoo har'a ga'e haadha haadha caltuu naaf taanan durbeenii!! #Yaa maariyaam sin jallaadha     Sinsinnii maleen si faarfaadha      Kessa koo jirtaa mallatteffamtee   Sif qindessee hin quufu jechaa marartee❤️❤️ ---🙏#Yeroo_Gaarii💕🙏 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/sagaleegammachuu
نمایش همه...
👍 8 4
Photo unavailableShow in Telegram
✍️Jaalalakeen!! Jaalalakeen Hin Saalfadhuu Sittii Citee Hin Soodadhuu Namnii Haa Jedhuu Kan feedhisaa An dabaleen si leelisaa Yaa maariyaam Yommuun jedhuu   Lapheekotiif Qabbannisaa🙏💕🙏     ✍️21💌💝 #Subscribe_ https://youtu.be/Quh16sGyOH8       #Join_Share https://t.me/sagaleegammachuu #follow_me🙏👇🙏 https://vm.tiktok.com/ZMMEgKPk5
نمایش همه...
21👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
Yaa Giiftii keenya maariyaam,nagaan siif haa ta'u jechaa siif sagadna, bineensaa hamaarraa akka nu olchituuf si kadhanna, deessuu haadha kee Haannaaf jedhii, abbaa kee Iyyaaqeemiif jedhii waldaa keenya har'a nuuf eebbisi. Halkan keenyaa nuuf eebbisi fakkeenyaa ya'iqoobif mul'atten nuufis mul'adhuu❤ #Dawwaadha🙏 #Subscribe_ https://youtu.be/Quh16sGyOH8       #Join_Share https://t.me/sagaleegammachuu #follow_me🙏👇🙏 https://vm.tiktok.com/ZMMEgKPk5
نمایش همه...
12🥰 2
🌹❖ #Qulquuu_Gari'eel Enyuu dha ⁉❖ ......    #Bagaa_Gessaan🙏💕🙏 ♨••✥Gabri'eel jechuun" እግዚእ ወገብር”፦ Tajaajila waaqayyoo jechuu dha. umamaa umuu yeroo jalqabettii guyyaa dilbataa waaqayyoo ergamoota ergaa umee booda isan jalaa dhokatee ergamonniis ፦Enyuutu nu umee?” yeroo jedhan daabiloos/Saxna'eel anatuu isin umee isaniin jedhee yeroo ergamonnii jeeqamanittii “isa nu umee✥waaqa keenyaa hangaa barruttii/beknuttii bakkuuma jirruu jabannee haa dhaabannuu” jedhee ergamaa  ergamoota  tasgabbessee dha.sababaa kanaafis gooftaan durbee maariyaamif misrachoo himee akkaa ishee gammachisuu carraa isaf kenneera. ✥innii kun Gabri'eel dhaa✥ Saxna'eel yeroo sillaasee ganettii ergamoota jechaa isan kan jajjaabessee. ✥innii kun Gabr'eel dhaa✥ Hangaafa ergamoota torbaan kessaa isa tokkoo fi waaqayyoo fulduraa kan dhabbaatuu. ✥innii kun Gabri'eel dhaa✥ Gadidduu dukkanaa fi du'aa gidduu kan jiraataniif ifa kan ibsee fi kan lallabee. ✥innii kun Qulqulluu Gabri'eel dhaa✥ Rajii rajoota kan rawwatee,dhalachuu kiristoos durbee mariyaamif misrachoo kan himee. ✥innii kun Qulqulluu Gabri'eel dha✥ Ijollee sadan abiddaa boba'aa kessaa kan baase. ✥innii kun Qulqulluu Gabri'eel dhaa✥ Gara zakkaariyasittii kan ergamee dhalachuu yohannis kan ittii himee. ✥innii kun Qulqulluu Gabri'eel dhaa✥ Gara yoseefi fi Niqodimoositti kan ergamee. ✥innii kun Qulqulluu Gabri'eel dha✥ Qirqosii fi haadha isa iyyeeluxa abiddaa boba'aa kessa kan fayyiisee. ✥innii kun Qulqulluu Gabri'eel dha✥ Seba segeelin urjiidhan kan isan gaggessee ። Dhalachuu iyesus kiristoos dhaga'anii harkaa fudhuu gara betelihem yeroo deeman. ✥innii kun Qulqulluu Gabri'eel dha✥ Durbee maariyaamii fi da'imichaa iyesus kiristoosin gammojjii kessattii godansa isanii irrattii kan isan gaggessee. ✥innii kun Qulqulluu Gabri'eel dha✥ Mataa isa irrattii ifaa warqee kan gonfatee. ✥innii kun Qulqulluu Gabri'eel dha✥ Ergamaa mo'ichaa fi humnaa. ✥innii kun Qulqulluu Gabri'eel dha✥ "Egumsii fi ebbii ergamaa Gabri'eel nurraa addaa hin ba'iin" ❖Ameeen ❖ #Subscribe_ https://youtu.be/Quh16sGyOH8       #Join_Share https://t.me/sagaleegammachuu #follow_me🙏👇🙏 https://vm.tiktok.com/ZMMEgKPk5/
نمایش همه...
34👍 6
       #Gaarummaa 🙏💕🙏 Namichii Tokkoo Hiriyyotaa Sadii Qabaa Turee.. Waan Bay'ees Godhaaf Isaniis akkasumaa waan baay'ee godhuuf turee. Guyyaa tokkoo abbaan isaa "mucaa koo hiriyyoota qabdaa"   jedhaan, innis eyyeen baay'ee kan na jallataan baay'ee kanaan isaan jallaadhu hiriyyoota sadiin qabaa jedheen, Abbaan isaas jarreen kanaa kessaa namnii laphee kee enyuu jedhaniin mucaanis Hundumaa isanii jedhee "dhugumaa ni amantaa mucaa koo jedhaniin eyyeen jedheen. Akkaas taanan waan tokkoo umnee dhugaa ta'uu isaanii haa mirkanessinuu jechuudhan hiriyyoota isaa akkaa qoruu/isan madaluu tasisuun.mucaanis akkumaa abbaan isaa jedhenittii "Hiriyyaa isaa isaa tokkoof bilbiludhaan badiikoo malee namaa ajjestettaa jedhameen manaa murtiin jiraa na qaqqaabii"jedhaan "Hiriyyan isas bay'een gaddaa hin danda'uu"jedhaan Hiriyyaasa isaa lammaffaafis biilbilee hiriyyaan isaa innii kunis rakkoo hin qabuu nan dhufaa deggarsiikoo yoo si baarbachisees wanan danda'uu hundaa sin godhaa garuu si waliin manaa murtii seenuu hin danda'uu dhifamaa jedhaan. Ammaas isaa sadaffaaf bilbilee inniis rakkoo Mal qabaree sif manaa murtii mitii iddoo kamiyyuu yoo ta'ee nan dhufaa"jedheen Yeroo kanaa mucaan kun haala abbaan isaa ittii himeen hiriyyaansa Dhugaa Eenyuu akkaa ta'ee mirkaneffatee. #Manaa_murtii_kan_jedhamee_ilmii_namaa-addunyaa_kanaa_dhisee_bakkaa_innii_jiratu_galmaa_isaa_baraa_baraa_yoo_taatu.           🙏💕👇 #Innii_jalqabaa_hin_danda'uu_jedhee_qarshii dhaa. dhalli namaa addunyaa kanaa irraa yeroo jiratuu qaabenyaa hin tilmamnee yoo qabateyyuu du'aa irraa isaa hin hambisuu yeroo du'a isaa hordofee hin demuu/hin dhufuu. #innii_lammaffaa_nan_dhufaa_sin_gargaara garuu  si waliin manaa murtii hin seenuu kan jedhee firaa yookin hiriiyyaa dha. walumaa galaa namnii hammam yoo si jallateyyuu si bo'aa si gaddaa malee yeroo atii duutu egaa atii dutettaa nan du'aa hin jedhuu. durakee naa ajjesuuf ,Bollaa kessaa anaan buusan hammaa qarqaraa bollaa gahaan qofattii. #Sadaffaan_hangaa_dhumatti_si_waliinan_deemaa kan jedhee,  Addunyaa kanaa irraa yeroo jirannuu hojii garii fi garummaa hojjennee dhaa. Hojii gariin biyyaa lafaa irratti hojjennuu baraa baraan sinqii(Galaa)keenyaa dha. hangaa dhumatti nu waliin deemuu(nu Hordofuu). Yerooma hundaa waan gaarii haa goonu sabaabnii isaa hammenyarraa gaarumman gatii guddaa qabdiiti garumman guyyaa tokkoo dachaan debisee beenyaa keenyaa nuf kenna.Gaarii ta'uniis matumaa ofiif!!!::   #Gaarummaa: Halkaan Gaarii🙏💕    #Subscribe_ https://youtu.be/Quh16sGyOH8       #Join_Share https://t.me/sagaleegammachuu
نمایش همه...
👍 11 3