fa
Feedback
Elias Kasa Legal Service.

Elias Kasa Legal Service.

رفتن به کانال در Telegram

👉Tajaajila Gorsa Seeraa yoo barbaaddan Abukaatoo fi Gorsaa Seeraa #"Eliyaas Kaasaa mariisisaa. 👉የጥብቅና አገልግሎት ሲፈልጉ ኤልያስ ካሳ ጠበቃ እና የሕግ አማካሪን ያማክሩ። 📞 0929399368

نمایش بیشتر

📈 تحلیل کانال تلگرام Elias Kasa Legal Service.

کانال Elias Kasa Legal Service. (@elulaw) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 14 679 مشترک است و جایگاه 550 را در دسته قانونی و رتبه 2 335 را در منطقه أثيوبيا دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 14 679 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 11 سپتامبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 159 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر 0 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 27.36% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 5.67% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 4 018 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 833 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 9 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
👉Tajaajila Gorsa Seeraa yoo barbaaddan Abukaatoo fi Gorsaa Seeraa #"Eliyaas Kaasaa mariisisaa. 👉የጥብቅና አገልግሎት ሲፈልጉ ኤልያስ ካሳ ጠበቃ እና የሕግ አማካሪን ያማክሩ። 📞 0929399368

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 12 سپتامبر, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته قانونی تبدیل کرده‌اند.

14 679
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+227 روز
+15930 روز
آرشیو پست ها
Repost from Mulugeta F.Binegde
Opireetarri Teeleekominikeeshinii hojii isaa hojjechuuf yeroo sarara diriirsuufi poolii dhaabu yookaan kan diriiree jiru yeroo suphu ,fooyeessu, sakatta’u , jijjiiruufi kaasu miidhaa qabiyyee lafaa yookaan qabeenyaa irra gahuun hordofee, falmii beenyaa /(waldhabdee kamiyyuu) abbaa qabiyyee fi opireetara jidduutti uumamu ilaalee murtii kennuuf, Manni Murtii idilee aangoo hundee dubbii hin qabu.Gaaffii beenyaa yookaan waldhabdee kamuu abbaa qabiyyee fi opireetara jidduutti uumamu ilaalee kan murtii kennu , Abbaa Taayitaa Tajaajila Kominikeeshinii Itoophiyaati.Ol iyyatas kan ilaalu qaama ol iyyata dhagahuuf hundeeffame yoo ta’u,murtii qaamni ol iyyata dhagahu kennu irraas gaaffii seeraa irratti qofa gara Mana Murtii Olaanaa Federaalaatti kan ol iyyatamudha.(Labsii Tajaajila Komunikeeshinii lakk. 1148 /2011 kewt. 32(1),(2),(6) (8),(10) fi kewt 40(8)

photo content

Abbaa Seeraa Kamaal Ismaa'eliin haa deeggarru! 👉Abbaan seeraa kun pireezdantii MMA ta'uudhaanis Godina Arsii Lixaatti nama t
+2
Abbaa Seeraa Kamaal Ismaa'eliin haa deeggarru! 👉Abbaan seeraa kun pireezdantii MMA ta'uudhaanis Godina Arsii Lixaatti nama tajaajilaa turedha. 👉Yeroo ammaa kanatti immoo dhibee Tiruu cimaa ta'een qabamee yaalamaa akka jirutu himamaa jira. 👉Lakk.herreegaa CBE 1000795181125 maqaa Jemal Husen, Ayele Abe and Genemo Babso jedhuun baname irratti haa deeggarru. Osoo namni lubbuun jiru wal gargaaruu haa aadeffannu!! Waan hanga humna keessanii deeggartaniif galatoomaa! 🙏🙏🙏

Repost from Desalegn B.
Manni Amantaa Tokko Mana Amantaa Kan Biroo Irraa Fageenya (Akkaataa Seeraatti) Eeggatee Ijaaramuu Qabu Eeggatee Ijaaramuu Dhabuun Mana Amantaa Isa Dursee Ijaarame Irratti Jeequmsa Uumeera Ni Jechisiisaa? Ykn Akka Diigamu Ni Taasisaa? ^^^^√√√√^^^^^√√√√√√^^^^^^^√√√√√√ Dhaddachi Ijibbaataa MMWF hiikkoo seeraa dhaddacha gaafa 28/07/2014 ooleen Lakk.Ga.211289 ta'e irratti, mana amantaa iyyattuu-Mana Amantaa Hawaariyaat Itoophiyaa Damee Sidaamaafi Waamamtuu-Mana Amantaa Wangelaawwit Makanayyasuusii Itoophiyaa, gidduutti ilaalee sagalee caalmaatiin kenne keessatti: ✅Himannaa manni amantaa waamamtuun ammaa dhiyeessite: Manni amantaa waamamtuun ammaa bara 2005 irraa eegalee akkaataa dambii ittiin bulmaataatiin mirga nama kamiiyyuu osoo hin tuqin kadhannaa taasisuu irratti argamti. Manni amantaa iyyattuun ammaa kun mana amantaa kan biroo irraa meetira 600 fagaattee ijaaruu osoo qabduu dambii kana darbuun fageenya meetira 93 irratti gaafa 28/06/2011 irraa eegalee ijaartee mirga nagayaan kadhachuu mana amantaa keenya dhiibuun jeequmsa uumaa waan jirtuuf jeequmsi uumame akka naaf dhaabbatu kan jedhudha. Manni amantaa iyyattuun ammaa mormiiwwan adda addaa kaasuun mana kadhannaa ijaaruu isheefi rakkoo kan itti hin uumne ta'uu ibsitee falmiteetti. ✅Kanatti aansuun, Manni Murtii Sadarkaa jalqabaa mormii ka'e kuffisee, ragaa dhagahee akkaataa manni amantaa iyyattuun ammaa akkaataa qajeelfama bulchiinsaafi raawwii haala dhiyeessaafi itti fayyadama iddoo kadhannaafi awwaalchaatiin fageenya dhaabbilee amantaa lama gidduu jiraachuu qabuun ala bahuun meetira 93 irratti mana amantaa waan ijaaruun jeequmsa uumuun ishee mirkanaa'eera. Kanaaf, manni amantaa iyyattuun ammaa jeequmsa uumte dhaabuun mana amantaa ijaarte diigdee akka kaastu jedheera. Manneen murtii oliyyannoo Naannoo Sidaamaa murtii kana cimsaniiru. ✅Dhaddachi Ijibbaataa MMWFs sagalee caalmaatiin (abbootii seeraa sadii) manni amantaa iyyattuun ammaa fageenya meetira 600 eegeera jettee hin falmine; kan isheen jette sagaleen akka hin baaneef kallattii jijjiiree waanan ijaareef jeequmsa hin uumne kan jedhudha. Kanaaf, fageenya eeggachuu qabdu kan hin eegganne ta'uun waan mirkanaa'eef murtii manneen murtii naannichaa cimsineerra jedheera. ✅Yaadni Addaa (abbootii seeraa lama) immoo Qajeelfamni Biiroo Misooma Magaalaafi Manneenii Naannichaatiin bahe hojiirra ooluu kan qabu falmii kenniinsaafi dhiyeessii iddootiin walqabatee qaama mootummaa dhiyeessuufi mana amantaa gaafatu irrattidha malee SHH kwt 1140fi 1149n walqabsiisuuf yaadamee miti. Qabiyyee manni amantaa waamamtuun to'attee jirtu irrattis jeequmsi uumame hin jiru. Sababuma meetira 93 irratti ijaarameef qofa jeequmsi uumameera jedhamuu hin qabu. Kaayyoon qajeelfamichaa bilisummaa amantaa namootaa irratti daangaa kaa'uu waan hin taaneef sababoota kanaan yaada addaa barreessineerra kan jedhudha. ❓Murtii kana akkamitti ilaaltu? ❓Namni dhuunfaa akkaataa pilaanii misooma qe'eetiin (Local Devt Plan) fageenyi eegamu dhabuu ibsee himannaa dhiyeessuuf dantaa ni qabaa? ❓Tumaa SHH kwt 1149 (kan waamamtuun caqaste) jijjiiruun kallattumaan tumaa qajeelfamichaa caqasuun manni fageenya osoo hin eeggatin ijaarame akka diigamu ajajuun ni danda'amaa?     Join:-@desberofMM        Desalegn B.

Repost from Desalegn B.
Qajeelfamni Akka Naaf Bahu Jechuun Qaama Baasuuf Aangoo Qabu Gaafachuun (Akka Mirgaatti) Ni Danda'amaa? ===✓✓✓=====✓✓✓✓✓=====✓✓✓✓ Qajeelfamni Akka Bahu Gaaffii Dhiyeessuu 1) Namni kamiyyuu qaamni bulchiinsaa tokko qajeelfama baasuu qabu yeroo itti baasuu qabu keessatti yoo baasu baate qajeelfamicha akka baasu barreeffamaaan gaafachuu ni danda’a. 2) Qaamni bulchiinsaa gaaffiin dhiyaateef guyyoota soddoma keessatti adeemsa qajeelfama baasuu jalqabuu yookin sababa ibsuun gaafficha kufaa taasisuu qaba.    (Labsii Adeemsa Bulchiinsaa Federaalaa, Lakk.1183/2012 kwt 6 ilaali) Hubachiisa: ✅Labsileefi Dambileen hedduun qabiyyee isaanii keessatti dhimmoonni tokko tokko raawwatamuuf qajeelfamni bahuu kan qabu ta'uu tumu. Haala tumaa armaan oliitiin qajeelfamni irratti naaf haa bahu jedhanii wal mudduun ni danda'ama jechuudha. ✅Sadarkaa Naannoo keenyaatti wixineen labsii walfakkaataa qophaa'ee osoo hin ragga'in kan jiru ta'uun ni beekama.     Join:-@desberofMM          Desalegn B.

Repost from Desalegn B.
Haala Gurmaa'insa Dhaddachaalee Manneen Murtii Federaalaa Zoonii Dinagdee Addaa (Special Economic Zone) Keessatti ===^^^^=====^^^^^^^======^^^^^ Haala Gurmaa'insa Dhaddachaa Manneen Murtii Federaalaa 1) Adeemsa Heera Mootummaa Federaalaa keessatti ibsame hordofuun Dhaddachi Dhaabbii ykn naanna'aa tokko ykn tokkoo ol, kan aangoo abbaa seerummaa federaalaa qabu, waldiddaawwan zoonii dinagdee addaa keessatti hariiroo hojii, hariiroo hawaasaa, daldalaafi dhimmoota yakkaa ilaalchisee uumaman ilaaluuf akka hundeeffamu ni taasifama. 2) Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa dhaddachichi zoonii dinagdee addaa keessatti akka gurmaa'u ni taasisa.   (Labsii Zoonii Dinagdee Addaa Lakk.1322/2016 kwt 87) የፌዴራል ዳኝነት ችሎች አደረጃጀት 1) በፌዴራል ሕገ መንግስት ላይ የተመለከተውን ስነ ስርአት በመከተል በልዩ ኢኮኖሚ ዞን ውስጥ በሚነሱ የስራ፣ የፍትሐብሄር እና- የንግድ አለመግባባቶች እና- የወንጀል ጉዳዮች ላይ የፌዴራል ዳኝነት ስልጣን የሚኖረው አንድ ወይም ከአንድ በላይ ቋሚ ወይም ተዘዋዋሪ ችሎት እንዲቋቋም ይደረጋል። 2) የፌዴራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ችሎቱ በልዩ ኢኮኖሚ ዞን ውስጥ እንዲደራጅ ያደርጋል::       Join:-@desberofMM            Desalegn B.

Repost from Desalegn B.
SEERA KAAMPAANII KEESSATTI "MAALLAQA HAADHOO" (CAPITAL) JECHUUN MAAL JECHUUDHAA? JECHICHI OGEEYYII HERREGAA YKN DINAGDEE BIRATTI HOO AKKAMITTI HUBATAMAA? MAALLAQNI KUN WABUMMAA GAAFATTOOTA MAALLAQAATIIF QOFA OOLAMOO ITTIIN HOJJECHUUN NI DANDA'AMA?
••••√√√√√•••••••••√√√√√√••••••••••√√√√
የዋና ገንዘብ (ካፒታል) ምንነት ✅በአክሲዮን ኩባንያ ውስጥ ዋና ገንዘብ (Capital) እና አክሲዮን ተነጣጥለው የማይታዩ ፅንሰ ሐሳቦች ናቸው:: ምክንየቱም ከሕግ አንፃር ዋና ገንዘቡ አክሲዮን በመሸጥ የሚገኝ ነውና:: በንግድ ሕግ ቁጥር 80 ላይ ያለው የዋና ገንዘብ ትርጓሜ ይህንኑ በዋና ገንዘብ እና በአክሲዮን መካከል ያለውን ግንኙነት የሚያሳይ ነው:: በዚህ ድንጋጌ አተረጓጎም ዋና ገንዘብ ማለት 'ከባለቤቱ ወይም ከማህበርተኞቹ በየድርሻቸው በገንዘብ ወይም በዓይነት ለጥቅም ማስገኛ የንግድ ቤቱ የተሰጠው መሠረታዊ ሀብቱ ነው:: ስለዚህ በአክሲዮን ኩባንያ ውስጥ ከባለአክሲዮናቹ የሚሰበሰበው ገንዘብ ነው ዋና ገንዘብ ወይም ካፒታል ሊባል የሚችለው፡፡ ✅ከላይ በቁጥር 80 የተሰጠው የካፒታል ትርጓሜ በሂሳብ አያያዝ ወይም በምጣኔ ሀብት ሞያ ካለው የካፒታል ፅንሰ ሐሳብ የተለየ ነው:: በኋለኞቹ ሙያዎች ካፒታል ማለት ነጋዴው ከኪሱ ያወጣው ገንዘብ ወይም በዓይነት ንግዱን ሲጀምር ያወጣው መዋጮ ብቻ ሳይሆን በብድርም የተገኘውን ለስራ መነሻ የሆነውን ሀብት በሙሉ የሚጨምር ነው፡፡ በኩባንያ ሕግ ግን ዋና ገንዘብ ከኩባንያው አባላት የተውጣጣው ሀብት ድምር ውጤት ብቻ ነው:: ✅ከዚህ ጋር ተያይዞ የሚነሳው በባለአክሲሆኖች እና ባለገንዘቦች መካከል ያለው የጥቅም ግጭት ነው:: ይህም የጥቅም ግጭት በአንድ በኩል በባለአክሲሆኖች በኩል ያለው የኩባንያቸው ዋና ገንዘብ በስራ ላይ ውሎ የተገኘው ትርፍ ከተቻለ ሙሉ በሙሉ ለእነርሱ እንዲከፈል ካላቸው ፍላጎት እና በሌላ በኩል ደግሞ የኩባንያ ባለገንዘቦች ካላቸው የኩባንየው ሀብት ተጠብቆ እነዲቆይ አሊያም ትርፍ ከተገኘ ዕዳው በቅድምያ መከፈል አለበት ከሚል እሳቤ ነው::የኩባንያ ሕግ ይህን ግጭት እንኳን ባይሆን መቀነስ እና ሚዛናዊ በሆነ መንገድ የማስተናገድ ዓላማ ነው ያለው::         (Kitaaba Fiqaaduu Peexiroos mata duree "የኢትዮጺያ የኩባንያ ሕግ" jedhuun bara 2008 marsaa 2ffaaf maxxansiise keessaa kan fudhatame) Hubachiisa: 👉Maallaqni haadhoon wabummaa maallaqa gaafattootaatiif qofa kuufamee kan taa'u miti. 👉Ogeeyyiin herregaafi dingadee bifa seerri kaampaanii jechichatti hiikkoo kenneen hin hubatan.80      Join:@desberofMM         Desalegn B.

Repost from Desalegn B.
👉Abbaan seeraa, seera ykn maddeen seeraa biroo irratti hundaa'ee dhimma harkaa isaa jiruuf furmaata kennuu kan dadhabe yoo ta'e, (barreeffama olii irraa kan itti fufedha👆👆👆 ) maddeen seenaa seerichaa ibsan ykn barreeffamoota seeraa (the writings of our jurists) rogummaa qaban caqasuun ykn aangoo seera hiikuu bal'aa qaban (freedom of interpretation) giddu galeessa taasifachuun murtiiwwan manneen murtii ol'aanuun kennamanii turan, kan sababoonni isaa amansiisaa ta'e fayyadamuun murteessuunis akka rakkootti kan ilaalamu hin ta'u. 👉Akka Naannoo keenyaattis yoo ilaalle, bu'uura Labsii lakk.216/2011 kwt 23(2)(a)tiin Manni Murtii Waliigalaa tajaajilli abbaa seerummaa Naannicha keessatti walfakkaatummaa fi tilmaamamummaa akka  qabaatuuf kan hojjatu ta'uun tumameera. Kun ergama guddaa mana murtichaaf kenname yemmuu ta'u, dhaddachoota MMWO keessaa Dhaddachi Ijibbaataa adda dureedhaan kaayyoo kana milkeessuu kan qabu ta'uun immoo marii qaboo yaa'ii heeraa mootummaa RFDI irratti taasifame irraa ni hubatama. Kunis, gama tokkoon akkuma aangeffamee jirutti hiikkoo seeraa dirqisiisaa kennuudhaan ykn immoo murtiiwwan barsiisaa kennuudhaan ta'uu danda'a jechuudha. 👉Murtiiwwan barsiisaan kun bara baraan kan maxxanfamaa jiraniifi jildeeffamanii manneen murtii jalaatiif kan raabsaman yemmuu ta'u, kunis manneen murtii jalaa irraa baratanii yoo sababoota dhaddachichaan tarreeffaman irratti kan waliif galan ta'e (dhimma walfakkaataa irratti) ulfaatina sababoota tarreeffamanii madaalanii akka fudhachuu dandaniifidha. Bu'aa maxxansi sun fides ija kanaan yoo ilaalame beekama. Haala kanaan, walfakkattummaan murtii ni mirkanaa'a; mirgi wal qixxummaas murtii mana murtiitiin hin sarbamu jechuudha. Kana gaafan jedhu, murtiiwwan barsiisadha jedhamanii filatamanii maxxanfaman hundi dhugumatti barsiisaadha gudunfaa jedhu irraa ka'ee miti; inni kun qorannoo mataa isaa barbaaduu danda'a. Dhimmi murtii manneen murtii ol'aanuun kennamus (dhaddacha idilee Mana Murtii Waliigalaas haa ta'u MMO) bifa kanaan yoo ilaalame, hojii ogummaatu hojjetame waan ta'eef sababaan deeggaramee yoo fudhatame ykn fudhatama dhabe gaarii natti fakkaata. Kun hubannoo dhuunfaa kiyyaati. Mee isin akkamitti hubattan? (Mariidhaan ogummaa keenya haa guddisnu! Kallattii ittiin ilaaltan nuuf qoodaa; ) 🥂      Join:-@desberofMM          Desalegn B.

Repost from Desalegn B.
Biyyoota Sirna Seeraa 'Civil Law' Hordofan Keessatti, Murtiiwwan Manneen Murtii Sadarkaa Ol'aanuun Kennaman Manneen Murtii Jalaa Irratti Dirqisiisummaa Ni Qabaatuu? =====√√√√=====√√√√√√====== 👉Bu'aa seeraa murtiiwwan dursee mana murtii ol'aanuun kennaman manneen murtii jalaa irratti qabu ilaalchisee Biyyoota sirnoota seeraa 'Civil Law' (kana booda 'CL') fi 'Common Law' hordofan gidduutti garaagarummaan bu'uuraa akka jiru ni beekama. Byyoota sirnoota seeraa 'Common Law' hordofan keessatti murtiin manneen murtii ol'aanuun kennaman akka madda seeraatti manneen murtii jalaa kan fayyadaniifi dirqisiisummaa kan qaban (Stare decisis) yemmuu ta'u, biyyoota sirna seeraa 'Civil Law' hordofan keessatti immoo akka qajeeltootti, murtiin dursee manneen murtii ol'aanuun kenname manneen murtii jalaa irratti dirqisiisummaa hin qabaatan. Biyyoota kanatti, seerri abbootiin seeraa fayyadamuun ykn hiikuun murtii kennan koodii seera baastuudhaan (qaama ol'aanaadhaan) bahe waan ta'eef, murtii akka seeraatti lammii hunda dirqisiisu danda'u kennuufis aangoo waan hin qabneef sirnoonni seeraa kun murtiin akka madda seeraa tokkootti tajaajiluu danda'uufi dhabuu ilaalchisee garaagarummaa ni qabu jechuudha. 👉Kana jechuun, biyyoota sirna seeraa 'CL' hordofan keessatti murtiiwwan mana murtii isa ol'aanuun kennaman manneen murtii jalaatiin akka agarsiistuu kallattiitti (guidance) ykn akka maddaa dhimmi seeraa irraa hubannaatti (reference) itti fayyadamuu hin danda'an jechuu miti. Keessattuu, murtiin mana murtii isa ol'aanuun kennamu dhiibbaa uumuudhaan bu'aa amansiisummaa (Pursuasive effect) qabaachuu danda'a. Manni Murtii jalaa sababoonni mana Murtii isa ol'aanuun kennaman kan isa hin amansiisne yoo ta'e, fudhachuu dhiisuus ni danda'a jechuudha. Gama birootiin, yeroo amma kanatti, biyyoonni sirna seera 'CL' hordofan, biyya keenya dabalatee, manneen murtii ol'aanoo keessaa isa tokkoof, keessattuu Mana Murtii Waliigalaatiif aangoon hiikkoo seeraa dirqisiisaa kennuu seeraan akka kennamuuf taasisaa jiru. Kunis, dhimma sirnoota seeraa kana lamaan walitti fidaa jirudha jedhamee barreeffamoota garaagaraatiin ibsama. 👉Akkuma olitti kaasne, murtiiwwan manneen murtii ol'aanuun kennaman bu'aa dirqisiisummaa qabaachuu baatanillee, manneen murtii tilmaamummaafi walfakkaattummaa murtii mirkaneessuuf dirqama waan qabaniif, kana ta'uu baannaan mirgi walqixxxummaa lammileen heeraan qaban sarbamuu waan danda'uuf, murtiin mana murtii ol'aanuun kennamus ulfaatina ol'aanaa (sababoota cimaa) qaba jedhamee waan yaadamuuf, dubbifamee sababa irratti hundaa'amee fudhatamuufi fudhatamuu dhabuun galma gahiinsa kaayyoo olitti ibsineetiif waan jajjabeeffamudha. 👉Sababoota maaliif manneen murtii jalaa kan isa oliitiif abboomamuu qabu ykn naamusni oleen (vertical discipline) jiraachuu qabaata kan jedhu ilaalchisee barreessaan tokko akka kaa'etti: "..the justifications … are fairly obvious. Just as children are expected to obey their parents even when they disagree, as privates are expected to follow even those orders from sergeants they believe wrong, as Catholics are expected to follow the dictates of the pope even if they think those dictates mistaken, and as employees are expected to follow the instructions of their supervisors, lower courts judges are expected to follow the “instructions” of those courts above them in what the military calls the “chain of command” jedha. Yaadni kun qajeelfamoota kallattiidhaan kennaman qofa osoo hin taane murtiiwwan manneen murtii jalaa diiganis kan ilaallatanidha jechuudha. .....itti fufa....    Join:-@desberofMM       Desalegn B.

Repost from Desalegn B.
Himatamaan Shakkii Dhama Qabeessa (Reasonable Doubt) Uumuudhaan Bilisa Kan Jedhamu Yeroo Akkamiiti?, Sadarkaa (Gita) Mirkaneessa Ragaa Dhimma Hariiroo Hawaasaatiin Mirkaneessuuf Kan Dirqama Qabaatu hoo Yoomidhaa? °°°°✓✓✓✓°°°°°°✓✓✓✓✓°°°°°°°✓✓ Dirqama Mirkaneessuu Himatamaa 1) Himatamaan ittisa dhiyeeffateen himannaa isa irratti dhiyaate ofirraa ittisee yakkicha irraa bilisa jedhamuuf, himannaa ittiin himatameefi firiiwwan dubbii yakkicha hundeessan kan abbaan alangaa mirkaneesse ykn ragoota irratti shakkii sababa qabeessa uumuu qaba. 2) Himatamichi yakka ittiin himatame raawwachuu isaa amanee, waa'ee haala raawwii isaa ilaalchisee mirga isaa eeggatee ykn seeraan tumamuu isaafi yakkaan kan hin gaafachiisne ta'uu isaa ibsee falmuun ittisa dhiyeesse hubachiisuuf, firiiwwan dubbii falmiiwwan inni dhiyeesseef bu'uura ta'an sadarkaa (gita) mirkaneessa dhimma hariiroo hawaasaatiin mirkaneessuu qaba. 3) Firiin dubbii akka ijootti qabame ykn firiiwwan dubbii kanneen akka ijootti qabamaniif rogummaa qaban himatamaadhaan fashalaa'eera (fudhatama dhabsiifameera) kan jedhamu, himatamaan raawwatamuu ykn raawwatamuu dhabuu firii dubbichaa sadarkaa (gita) mirkaneessa ragaa keewwata kana jalatti tumameen mirkaneessuu isaa manni murtichaa yoo amanedha.     (Seera Deemsa Falmii Yakkaa fi Ragaa Haarayaa isa dhumaa jedhamee bifa koodiitiin qophaa'ee kan Miidiyaa hawaasaa irratti raabsamaa jiru kwt 285 ilaali) Hubachiisa: ✅Akka seericha irraa hubatamutti, abbaan alangaa himannaa yakkaa isaa haala shakkii sababa qabeessaa ol (Beyond Reasonable Doubt) ta'een hubachiisuuf dirqama kan qabu yemmuu ta'u, sadarkaa sanaa gadii ta'uun, jechuunis "shakkiin sababa qabeessa" ta'e uumamuun himatamaan bilisa akka jedhamu taasisa jechuudha. Waan ta'eefis, himatamaan firiiwwan dubbii murteessoo ta'an kan walitti bu'an ta'uu ykn qaawwaa jechoota ragaa abbaa alangaa agarsiisuun shakkiin akka uumamu taasisuun ykn akka manni murtii balleessummaa isaa irratti amantaa guutuu horatee hin murteessine taasisuun akkaataa kwt xiqqaa 1tiin bilisa jedhamuu ni danda'a jechuudha. ✅Himatamaan yakkicha kan hin raawwanne ta'uu isaa (innocent) hubachiisuufis dirqama hin qabu. Heerri, guutummaa adeemsa dhagaha dhimma yakkaa keessatti ykn hanga balleessummaan isaa mana murtiitiin mirkanaa'utti, tilmaamni seeraa 'innocent' dha jedhu akka fudhatamuuf tumeera. ✅Himatamaan, Ittisa kanneen akka "ofirraa ittisuuttan gochicha raawwadhe" (Self defence) jedhu yoo kaase garuu firiiwwan dubbii ittisa kanaaf bu'uura ta'an kan mirkaneessu sadarkaa mirkaneessa ragaa dhimma hariiroo Hawaasaatiin (Preponderance) ta'a jechuudha. (Keewwata xiqqaan (2) dhimmoota himatamaan akka 'Affirmative defence'tti kaasu ilaallata) ✅Seerri adeemsaa kun isa dhumaa jedhamee miidiyaa hawaasaa irratti raabsamuun ala gaazexaa irratti maxxanfamuu isaa ilaalchisee wanti mirkanaa'e hin jiru. ❓Isin Akkamitti Hubattan? (Ani akkan olitti ibsettan hubadhe)     Join:-@desberofMM         Desalegn B.

Repost from Desalegn B.
Garaagarummaa 'Commercial Travelers', 'Commercial Representatives', 'Commercial Agent', 'Broker', 'Commision Agent' fi 'Stock Brockers' Gidduu Jiru (Akka Abrahaam Yoohaannis barreessetti)    👉Fuula Fb Aberham Yohanes (barsiisaa seeraa kiyya kan ture) jedhu irraa kan fudhatame) °°°°√√√°°°°°√√√√√°°°°°°°°√√√√√√√°°°°°° ፧📋 የንግድ ተላላኪዎች እና እንደራሴዎች፣ የንግድ ወኪሎች፣ ደላሎች፣ የኮሚሽን ወኪሎች እና የአክሲዮን ደላሎች ንጽጽር እና ትርጓሜ Aberham Yohanes 💼 የንግድ ተላላኪዎች እና እንደራሴዎች 🏪 የንግድ ወኪሎች 🤝 ደላሎች 📊 የኮሚሽን ወኪሎች እና የአክሲዮን ደላሎች 🚶 1. የንግድ ተላላኪዎች (Commercial Travelers) • 📌 አንቀጽ 36፡ የንግድ ተላላኪዎች • 🏠 መኖሪያ ቦታ፡ መኖሪያቸው የንግዱ መደብር ዋና መሥሪያ ቤት ባለበት ቦታ የሆነ። • 📝 የሥራ ሁኔታ፡ ከነጋዴው ጋር በተዋዋሉት የሥራ ውል መሠረት የሚሠሩ። • 🔄 ተግባር፡ ነጋዴው እያዘዛቸው ደንበኞች በሚገኙበት ቦታ እየተዘዋወሩ በነጋዴው ስምና ምትክ ዕቃ የሚያቀርቡ ወይም አገልግሎት የሚሰጡ። • ⚖️ የሕግ ደረጃ፡ ነጋዴ አይደሉም (በቅጥር የሚሠሩ ናቸው)። 🌍 2. የንግድ እንደራሴዎች (Commercial Representatives) • 📌 አንቀጽ 37፡ የንግድ እንደራሴዎች • 📍 መኖሪያ ቦታ፡ መኖሪያቸው የወካዩ ነጋዴ ዋና መሥሪያ ቤት ባለበት ሥፍራ ያልሆነ። • 🎯 ተግባር፡ ◦ በተወሰኑ ቦታዎች የነጋዴውን ምርቶች እና አገልግሎቶች ማስተዋወቅ። ◦ የገበያ ጥናት ማካሄድ። ◦ ለነጋዴው ሥራ መስፋፋት የሚረዱ ተመሳሳይ ሥራዎችን ማከናወን። • ⚖️ የሕግ ደረጃ፡ ነጋዴ አይደሉም። ✍️ 3. የንግድ ወኪል (Commercial Agent) • 📌 አንቀጽ 42 - 52፡ የንግድ ወኪል • 📖 ትርጓሜ፡ ከነጋዴው ጋር በሥራ ውል የተቀጠረ ሳይሆን ራሱን ችሎ የሚሠራ ሰው ወይም የንግድ ማኅበር። • 🌐 የሥራ ወሰን፡ በተወሰነ ስፍራ ወይም ለተወሰኑ ደንበኞች ሁልጊዜ በነጋዴው ስምና ምትክ የሚሠራ ወይም ውል የሚዋዋል። • ➕ ተጓዳኝ ሥራ፡ የውክልና ሥራውን እያከናወነ በተጓዳኝ የደላላነትም ሥራ መሥራት ይችላል። • ⚖️ የሕግ ደረጃ፡ በሕጉ መሠረት በማንኛውም ሁኔታ ነጋዴ ተብሎ ይቆጠራል። 🔍 4. ደላላ (Broker) • 📌 አንቀጽ 54 - 57፡ ደላላ • 🤝 ትርጓሜ፡ ውል የሚዋዋሉ ሰዎችን (ሽያጭ፣ ኪራይ፣ ኢንሹራንስ፣ ማመላለሻ) ፈልገው የሚያገናኙና የሚያዋውሉ ሰዎች ወይም የንግድ ማኅበር። • ⚙️ አሠራር፡ ራሱን የቻለ የሙያ ተግባር አድርገው ጥቅም ለማግኘት የሚሠሩ። • ⚖️ የሕግ ደረጃ (አንቀጽ 54 ንዑስ 2)፡ የሚያስፈጽሟቸው ውሎች ዓይነት ወይም የሚያገናኟቸው ሰዎች ማንነት ሳይታይ በሕግ ረገድ ነጋዴዎች ተብለው ይጠራሉ። 💼 5. የኮሚሽን ወኪል (Commission Agent) • 📌 አንቀጽ 58 - 60፡ የኮሚሽን ወኪል • 📋 ትርጓሜ፡ ራሱን ችሎ፣ የሙያ ተግባሩ አድርጎ ስለ ወካይ ሆኖ በራሱ ስም ሸቀጦችን/ንብረቶችን የሚገዛ፣ የሚሸጥ ወይም የመጓጓዣ ውል የሚዋዋል ሰው ወይም የንግድ ማኅበር። • 🔀 ዋና ልዩነት (ከንግድ ወኪል ጋር)፡ ◦ ተራ የንግድ ወኪል፡ በወካዩ ስም ስለሚዋዋል በራሱ ላይ መብትና ግዴታ አይፈጥርም። ◦ የኮሚሽን ወኪል፡ ውሉን የሚያስረው በራሱ ስም (In his own name) በመሆኑ ለሦስተኛ ወገኖች እንደ ዋና ተዋዋይ ሆኖ ይቀርባል። • 📈 የኢኮኖሚ ውጤት፡ ጥቅምና ኪሳራዎች በሙሉ በቀጥታ ወደ ወካዩ ይተላለፋሉ። 📉 6. የአክሲዮን ደላሎች (Stock Brokers) • 🏦 የሕግ ማዕቀፍ፡ በአንቀጽ 60 ንዑስ አንቀጽ (1) መሠረት። • 🏢 የሥራ ቦታ፡ በአክሲዮን ገበያ (Stock Market) ውስጥ የሚንቀሳቀሱ። • ⭐ ልዩ ደረጃ፡ በሕግ ረገድ ተራ ደላላ ሳይሆኑ የኮሚሽን ወኪሎች ናቸው። 📊 ማጠቃለያ (ንጽጽር)የሕግ አካላቱ አጭር ንጽጽር • 🛑 የቅጥር ሰራተኞች (ነጋዴ ያልሆኑ)፡ የንግድ ተላላኪዎች እና የንግድ እንደራሴዎች። • ✅ ራሳቸውን ችለው የሚሠሩ (ነጋዴ የሆኑ)፡ የንግድ ወኪል፣ ደላላ እና የኮሚሽን ወኪል. • 👤 በወካይ ስም የሚሠሩ፡ የንግድ ተላላኪ፣ የንግድ እንደራሴ እና የንግድ ወኪል. • ✍️ በራሳቸው ስም የሚሠሩ፡ የኮሚሽን ወኪል (የአክሲዮን ደላሎችን ጨምሮ).       Join:-@desberofMM               Desalegn B.

photo content

#Labsii_Yakka_Shororkeessummaa_Ittisuu_fi_to'achuuf_bahe #Lakk_1176.2012 #Afaan_Orommooti hiikame #Addunyaa_Aagaatiin Kan hiikame

Proc_No_410_2004_Copyright_and_Neighboring_Rights_Protection.pdf1.84 MB

Marii Biyyaalessaa fi Magaalaa Finfinnee.pdf2.44 KB

Repost from Mul'isaa Ejjetaa
Share HoF (151).pdf

Murtiilee Dirqisiisoo fi Murtiilee Barsiisoo -------------------------------------- Ogeeyyii seeraa lakkoofsi isaanii xiqqaadha hin jedhamne biratti doggoggorri hubannaa garaagarummaa murtiiwwaan barsiisoo fi murtiiwwaan dirqisiisoo gama Mana Murtii Waliigala Oromiyaa Dhaddacha Ijjibbaataatiin kennaman irratti jiraachuu isaa kan hubatamudha. Kana irraa ka'uudhaadhan murtiilee lamaan wal jala dabarsuun yeroo akka wabiitti fayyadamanii ittiin falmaniifi darbee darbee yeroo ittiin murteessan jiraachuu isaa adda baafachuun danda'amee jira. Akka Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaatti, hanga ammaatti murtiiwwan barsiisoo walitti qabuun hanga jildii 12ffaatti kan maxxanfaman yoo ta'u , murtiiwwaan dirqisiisaa immoo dhimmoota ykn galmeedhan 3 irratti kennamee jira. Murtiin dirqisiisoon inni jalqaba, dhimmaa galmee lakk. 303547 irratti gaafa guyyaa 11/02/2012 murtaa'e yoo ta'u, seera yakkaa baasuun angoo mootummaa federaalaa ta'uu ibsuun, labsiin bosona Nannoo Oromiyaa lakk. 72/1995 bahe kwt 15 /1/, dhimma seeraa yakkaa motumaa federaalatiin ifatti haguuggii argatee seerri irratti bahe waan ta'eef, Naannoleen seera mootummaa federaalatiin haguuggii argatee ifatti baye irra deebiin seera baafachuu hin danda'an jechuun, dhimma yakka bosonaa wajjiin walqabatee, labsii bosona Federalaa malee, keewwatni labsii Oromiyaa armaan olittii caqafame raawwatiinsa kan hin qabne dha jechuun murtii kennamedha.Dhimmi 2ffaan murtii galmee lakk. 453487 ta'e irratti gaafa guyyaa 11/10/2016 kenname irratti dhimmi mana murtii aadaatii gara mana murtii idilee anaatti yoo ol iyyatame, kallattiin gara MMWO dhaddacha ijjibbaataa malee Manneen murtii olaanaafi Waliigalaatti oliyyatamuu akka hin qabne kan murtaa'edha.Dhimmi 3ffaan murtii lakk. Galmee 466000 ta'e irratti gaafa guyyaa 16/07/2017 kenname ta'ee,dhimmi maatii amala addaa kan qabu waan taeef, seerummaan gaafatame Qr. 300,000 olis yoo ta'e, abbaa seeraa tokkoon moggaafamee hojjatamuu akka danda'u kan murteeffame dha. Garaagarummaan murtiilee Barsiisoo fi Murtii Dirqisiisoo gabaabumatti yoo ibsamu, lachanuu kaayyoo/ ergama Mana Murtii Waliigala Oromiyaa labsiin 216/2011 keessatti tumame, walfakkeenyummaa murtii guddisuu isa jedhu utubuuf murtiiwwan MMWO Dhaddacha Ijjibbaataatiin kennaman ta'uun isaanii akkuma eeggametti ta'ee, murtiileen barsiisoon abbootii seeraa 5/shaniin/ kan kennamnaniifii amala isaaniitiin dirqisiisummaa kan hin qabnedha. Murtiiwwan Dirqisiisoon immoo, murtii dhaddacha ijjibbaataataa abbootii seeraa fi Pireezdaantii fi Itti Aanaa Prezidaantii dabalatee namoota 7/torbaan/ kenaaman ta'ee, akkaataa lakk. Lakki 216/2011 kwt.29 /1/ tiin, manneen murtii jalaa jiran murticha kenname hordofuun murteessuuf kan dirqaman ta'uu isaa hubatamuu kan qabudha jenna.

+5
👉Gahee Duudhaaleen Aadaa Malaammaltummaa Ittisuu Keessatti Qaban:(Ebla 2016) 👉 Komishiiniin Naamusaafi Farra Malaammaltummaa Oromiyaatiin Leenjii kenname🙏