Elias Kasa Legal Service.
👉Tajaajila Gorsa Seeraa yoo barbaaddan Abukaatoo fi Gorsaa Seeraa #"Eliyaas Kaasaa mariisisaa. 👉የጥብቅና አገልግሎት ሲፈልጉ ኤልያስ ካሳ ጠበቃ እና የሕግ አማካሪን ያማክሩ። 📞 0929399368
Ko'proq ko'rsatish📈 Telegram kanali Elias Kasa Legal Service. analitikasi
Elias Kasa Legal Service. (@elulaw) kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 14 553 obunachidan iborat bo'lib, Qonun toifasida 568-o'rinni va Efiopiya mintaqasida 2 326-o'rinni egallagan.
📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika
невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 14 553 obunachiga ega bo‘ldi.
31 Iyul, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni -13 ga, so‘nggi 24 soatda esa -3 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.
- Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
- Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 20.92% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 9.58% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
- Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 3 046 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 1 394 ta ko‘rish yig‘iladi.
- Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 9 ta reaksiya keladi.
📝 Tavsif va kontent siyosati
Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
“👉Tajaajila Gorsa Seeraa yoo barbaaddan Abukaatoo fi Gorsaa Seeraa #"Eliyaas Kaasaa mariisisaa.
👉የጥብቅና አገልግሎት ሲፈልጉ ኤልያስ ካሳ
ጠበቃ እና የሕግ አማካሪን ያማክሩ።
📞 0929399368”
Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 01 Avgust, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Qonun toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.
Barreeffama gabaabaa ogeessi seeraa Almaawu Waalee mata duree "በኢትዮጵያ ወንጀል ፍትሕ አስተዳደር ውስጥ የንጹሕ ሆኖ የመገመት መብት እና የማስረዳት ደረጃ፡ የፌዴሬሽን ምክር ቤት አስገዳጅ ሕገ መንግሥታዊ ትርጉም ውሳኔ ትንተና" jedhu irratti hiikkoo heeraa Manni Maree Federeeshinii gaafa 29/10/2018 Lakk.Ga.151 ta'e irratti kenne ilaalchisee qopheessedha((Barreeffama telegram channel Almawu Waalee irratti dhoobame keessaa kan fudhatame-https://t.me/TheLegalOracle)
Join:-@desberofMM Desalegn B.
Akkaataa Labsii Gibira Galii Federaalaatiin Gibirri Galii Haala Kamiin (Yoom) Kaffalamaa? Maalif? •••√√√••••••√√√√√••••••••√√√√√√√√ Labsiin Gibira Galii Federaalaa Fooyyessuuf bahe, Lakk.1395/2017, wal jalaa siiqsuun wayita dubbifamu, kwt 89(4) jalatti: 👉Kaffaltoonni gibiraa sadarkaa 'B' gibira waggaa kan kaffalan akkaataa armaan gadiitinidha. A) Hanga gibiraa bara gibiraa qabame dura bara gibiraa darbe kaffalame irratti hundaa'ee Dhibbeentaa Digdamii Shan (25%) shallagamee dhuma ji'a adoolessaa irraa eegalee kan lakkaawamu ji'a sadii sadiin guyyoota hojii 15 dursanii ni kaffalu. B) Dhuma Ji'a Adoolessaa bara gibiraa hunda irratti gibira isaan kaffaluu qaban irraa ji'a sadii sadiin kan kaffalan hir'ifamee haftee isaa kaffalu. Hubachiisa: ✅Kaffaltoonni gibiraa sadarkaa 'A' immoo ji'a dhumaa gabaasni herreggaa waggaa itti dhiyaatu irraa eegalee ji'a sadii sadiin guyyaa hojii Shan keessatti dursanii kaffaluuf dirqama qabu. ✅Labsichi kwt 3(1)(B) jalatti, "Kaffalaa Gibiraa Sadarkaa 'B'" jechuun dhaabbata osoo hin dabalatin, nama Galiin Waliigalaa Waggaa isaa qarshii Miliyona Lamaa Gadi ta'edha jedha. ✅Kaffaltoonni gibiraa irra jireessi isaanii bu'aa waggaa keessatti argatan kaayyoo garaagaraatiif oolfachuun wayita yeroon kaffaltii gibiraa gahu sababa hanqina maallaqa callaatiin rakkinarratti yeroo kufan ni mul'ata. Gama birootiin, mootummaan galii baajata baasii hayyamame haguuguuf barbaachisuun yeroodhaan waan hin arganneef raawwiin hojiiwwan mootummaa akka harkifatuufi hawaasni tajaajila mootummaa argachuu qabu akka hin arganneef sababa ta'a. Rakkoolee kana salphisuuf sirni kaffaltii fooyya'uu isaa (ji'a sadii sadiin jedhamee) ibsi wixinee labsichaa irratti kennamee ture ni agarsiisa. ✅Labsiin Gibira Galii Naannoo keenyaa, Labsiin Lakk.202/2009 fooyya'uu isaa ragaa agarsiisu hanga ammaatti hin arganne. Heerri Mootummaa RFDI, fakkeenyaaf, kwt 97(4) jalatti daldaltoota dhuunfaa daangaa naannoo isaanii keessatti hojii daldalaa gaggeessan irratti gibira kan muruufi sassaabu naannolee ta'uu waan ibsuuf, akkaataa kaffaltii gibiraa ilaalchisees seerri naannoo dhimmicha hogganuufi ifa ta'e jiraachuu qaba. 🧐Qajeeltoowwan bu'uuraa taaksii keessaa tokko kan ta'e, Qajeeltoon Sirrummaa ykn 'Tilmaamamummaa' (The Principle of Certainty) sirnaan hojiirra ooluu qaba jechumaaf jenne. Join:-@desberofMM Desalegn B.
Barreeffamni Gabaabaan mata duree isaa "ክስ መስማት በኢትዮጵያ የፌዴራል ፍርድ ቤቶች፡- ሕጉና አተገባበሩ" jedhu kun kan barreeffame 'ቴዎድሮስ ምህረት'nidha. (Pirezidentii MMWF yeroo ammaa natti fakkaata) 👉Journal of Ethiopian Law irratti kan maxxanfamedha. Join:-@desberofMM Desalegn B.
