Oromia Legal Training and Research Institute
رفتن به کانال در Telegram
نمایش بیشتر
9 511
مشترکین
+324 ساعت
+297 روز
+3230 روز
در حال بارگیری داده...
کانالهای مشابه
ابر برچسبها
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
ژوئن '26
ژوئن '26
+89
در 8 کانالها
مه '26
+161
در 9 کانالها
Get PRO
آوریل '26
+170
در 5 کانالها
Get PRO
مارس '26
+145
در 7 کانالها
Get PRO
فوریه '26
+184
در 6 کانالها
Get PRO
ژانویه '26
+209
در 6 کانالها
Get PRO
دسامبر '25
+235
در 12 کانالها
Get PRO
نوامبر '25
+229
در 12 کانالها
Get PRO
اکتبر '25
+239
در 13 کانالها
Get PRO
سپتامبر '25
+143
در 6 کانالها
Get PRO
اوت '25
+182
در 8 کانالها
Get PRO
ژوئیه '25
+362
در 27 کانالها
Get PRO
ژوئن '25
+202
در 11 کانالها
Get PRO
مه '25
+179
در 6 کانالها
Get PRO
آوریل '25
+178
در 4 کانالها
Get PRO
مارس '25
+180
در 11 کانالها
Get PRO
فوریه '25
+268
در 24 کانالها
Get PRO
ژانویه '25
+246
در 25 کانالها
Get PRO
دسامبر '24
+379
در 34 کانالها
Get PRO
نوامبر '24
+514
در 18 کانالها
Get PRO
اکتبر '24
+469
در 8 کانالها
Get PRO
سپتامبر '24
+304
در 2 کانالها
Get PRO
اوت '24
+394
در 12 کانالها
Get PRO
ژوئیه '24
+615
در 6 کانالها
Get PRO
ژوئن '24
+473
در 4 کانالها
Get PRO
مه '24
+499
در 2 کانالها
Get PRO
آوریل '24
+151
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '24
+581
در 4 کانالها
Get PRO
فوریه '24
+434
در 3 کانالها
Get PRO
ژانویه '24
+180
در 7 کانالها
Get PRO
دسامبر '23
+2 538
در 1 کانالها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 12 ژوئن | +15 | |||
| 11 ژوئن | +6 | |||
| 10 ژوئن | +8 | |||
| 09 ژوئن | +11 | |||
| 08 ژوئن | +7 | |||
| 07 ژوئن | +6 | |||
| 06 ژوئن | +5 | |||
| 05 ژوئن | +6 | |||
| 04 ژوئن | +19 | |||
| 03 ژوئن | +2 | |||
| 02 ژوئن | +2 | |||
| 01 ژوئن | +2 |
پستهای کانال
| 2 | Waxabajjii 04/2018
#Marsaa_5ffaa_Kutaa_1ffaa_Qophii_Yuuba_Seeraa.
Qophiin kun
Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Faanaa Miidiyaa korporeeshinii waliin ta'uun Effi Emmii Asallaa 90.0 fi Effi Emmoota Faanaa hunda irratti torbeetti si'a tokko hawaasa bira kan gahuudha.
Qophii keenya har'aa kutaa #1ffaan
Lafti ija Seeraatiin akkamitti ilaalama?
Mirgi Abbaa Qabiyyummaa fi Itti Fayyadama Lafa Baadiyaa hoo maali?
Labsiin lafa Baadiyaa akkaataa itti fayyadama lafa baadiyaa irratti maal jedha?
Mirgi abbaa qabiyyummaa lafa baadiyaa akaataa kamiin argamuu fi darbuu danda’a?
Qabiyyee lafa baadiyaa irratti waldiddaan yoo uumame akkaataa kamiin furmaata argachuu danda’a?
Itti fayyadamni lafa baadiyaa fi qabiyyeen lafa baadiyaa itti fufiinsan akka wabii qabaatu hawaasa irraa maaltu eegama? kan jedhuufi dhimmoota itti fayyadama lafa baadiyaatiin walqabatan irratti ibsa bal'aa kan kennan Abbaa Seeraa MMWO fi Leenjisaa Seeraa Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa #Obbo_Jamaal_Qumbii ti.
Qophicha fuula Teeleegiraamii keennaa www.t.me/ILQSO1 irratti dhaggeeffachuun yaadaa fi Gaaffilee mata durichaan walqabatan fuula FB keenyaa irratti nuuf barreessuun ibsa dabalataa argadhaan dhaamsa keenya. | 1 785 |
| 3 | all file 06 05 26.pdf | 4 224 |
| 4 | Caamsaa 27/2018
Hordoftoota fuula Fb keenyaa hundaaf!
Qoranoowwan 5 Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa bara 2017 gaggeesse fuula chaanaalii Teeleegiraamii keennaa irra isinii keennee jirra. | 3 496 |
| 5 | ❤️ | 0 |
| 6 | بدون متن... | 3 391 |
| 7 | Baga Jala Bultii Ayyaana Iid Al Adahaa (Arafaa)
Waggaa 1447ffaan isin Gahe!
---------------------------
(Caamsaa 18/2018 ILQSO,Adaamaa)
........ ............
Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Hordoftoota Amantaa Musliimaa Maraan Baga Ayyaana Iid Al Adaha ( Arafaa) waggaa 1447tiin Isin gahe jechaa, Ayyaanichi kan nagaa, jaalalaa fi gammachuu akka isiniif ta'u hawwii qabu ibsa.
#Ayyaana_Gaarii !! | 2 775 |
| 8 | بدون متن... | 6 045 |
| 9 | Caamsaa 9/ 2018
Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO)n Qorannoowwan bara 2018 Gaggeesse 2 guyyaa kaleessaa dhiyeessee jira.
ILQSOn mata dureewwan 5 irratti qorannoo bara kana gaggeesse keessaa 3 kanaan dura workishooppii xiqqaa/Mini Workshop/ irratti kan dhiyaate yoo tahu, 2 guyyaa kaleessaa Abbootii hirtaaf dhiyaateera.
Qorannoowwaan lamaan dhiyaatan,
Bara Dijitaalaayzeeshinii: Manneen Murtii Oromiyaa keessatti Barbaachisummaa Dhaddachaalee Dhaabbii fi Naannawaa fi
Hiikkaa Afaanii Seerotaa: Haala qabatamaa Naannoo Oromiyaa Jedhuudha.
Qorannoowwan dhiyaatan irratti marii bal'aa taasisuun yaadonni bilchaaton qorannoowwan dhiyaataniif galtee ta'uun gabbisuu danda'an abbootii hirtaa biraa ka'anii jiru. Yaadotaa fi gaafiwwan hirmaattota biraa ka’aniif qorattoonni deebii itti kennanii jiru.
I/A Daarekteera Ol’aanaa Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Obboo Taaddasaa Nigusee haasaa gabaabaa taasisanii akka jedhanitti, Qorannoowwan yeroo darbe dhiyaate irratti yaadni qulqulluu fi qorannoowwan keenya gabbisuuf gargaaran kennamaa turuun isaa ni yaadatama jechuun qorannoowwan guyyaa har’aa dhiyaatan lamaan irrattis yaadni galteef tahu abbootii hirtaa irraa kan eegaman tahuu ibsanii jiru.
Itti Gaafatamtuun Waajjira Abbaa Alangaa Waliigala Oromiyaa Aaddee Masarat Mangistuu akka jedhanitti, qorannoowwan kunneen yeroo murteessaa keessatti dhiyaatan jechuun dhimmoonni teeknoolojiin walqabatanii jiran cimanaan akka irratti hojjatamaniif kan kallattii agarsiisudha jedhan.
Pirezidantiin MMWO Obbo Gaazaalii Abbaa Simal hirmaattota erga mariisisanii booda kallattii kaa’aaniin, yaadota abbootii hirtaa qorannoowwan dhiyaatan irratti ka’an xiyyeeffannaan irratti hojjachuun barbaachisaa tahuu ibsuun, qorannoon dhiyaate yaada hirmaattota biraa ka'aniin akka gabbatu dhaamanii jiru. | 4 017 |
| 10 | ❤️ | 0 |
| 11 | بدون متن... | 3 852 |
| 12 | #Yaadannoodhaf
Galmeen jechoota Seeraa Afaan Oromoo fi Afaan Ingilffaan yeoo jalqabaaf bara 2015 Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaatiin Maxxansi 1ffaan Hojjatameera.
Galmeen jechoota Seeraa kun ifatti Hooggantoota Ol’aanoo fi Namoota Beekamoon kan eebbifame yoo tahu, rakkoolee afaanii seeran walqabatanii jiran hiikuu keessatti shoora ol’aanaa akka qabus himamaa tureera.
#ILQSOn Galmee kana bara 2016 gara Android Appilication jijjiiree namoota hedduu bira gahuun akka fayyadaman taasiseera.
kana malees, sagantaalee garaagaraa irratti hojiilee #ILQSOn hojjataman gurguddoo keessaa isa tokko tahuu fi rakkoolee gama kanaan muudataniif furmaata akka tahe ibsamaa turee jira. | 2 969 |
| 13 | بدون متن... | 4 065 |
| 14 | Caamsaa 06/2018
#Marsaa_4ffaa_Kutaa_13ffaa_Qophii_Yuuba_Seeraa.
Qophiin kun
Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Faanaa Miidiyaa korporeeshinii waliin ta'uun Effi Emmii Asallaa 90.0 fi Effi Emmoota Faanaa hunda irratti torbeetti si'a tokko hawaasa bira kan gahuudha.
Qophii keenya har'aa kutaa #13ffaan
Mirgi Abbaa qabeenyummaa/Itti fayyadama Lafa Baadiyaa Maali?
Itti Fayyadama Lafa Baadiyaatiin walqabatee Seerri Maal jedha?
Qabiyyee Lafa Baadiyaa irratti Waldiddaan akkamiin uumama? Haala kamiin furmaata argata?
Qabiyyee Lafa Baadiyaatin walqabatee uwwifni seeraa maal fakkaata?
Qabiyyee lafa baadiyaa irratti waldiddaan yoo uumame adabbii/tarkaanfii akkamii hordofsiisa? Gaheen hawaasaa hoo kana keessatti maal tahuu qaba? kan jedhuufi dhimmoota itti fayyadama lafa baadiyaatiin walqabatan irratti ibsa bal'aa kan kennan Abbaa Alangaa fi Leenjisaa Seeraa Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa #Obbo_Kidaanee_Shifarraa ti.
Qophicha fuula Teeleegiraamii keennaa www.t.me/ILQSO1 irratti dhaggeeffachuun yaadaa fi Gaaffilee mata durichaan walqabatan fuula FB keenyaa irratti nuuf barreessuun ibsa dabalataa argadhaan dhaamsa keenya. | 0 |
| 15 | بدون متن... | 0 |
| 16 | #ILQSOn Qorannoowwan bara kana gaggeesse irratti Worki shooppii Xiqqaa(Mini Workshop) qopheesse.
(Caamsaa 02/2018,ILQSO, Adaamaa)
Inistiitiyuutiin Leenjiifi Qorannoo Seeraa Oromiyaa(ILQSO)n Qorannoowwan bara 2018 Gaggeesse 5 irratti workishooppii xiqqaa gaggeessee jira.
ILQSOn mata dureewwan 5 irratti qorannoo kan gaggeesse yoo ta'u; mata dureewwan qorannoowwan irratti gaggeeffaman
1. Seera Baasuu hanga Seera Hiikuu: Sakata'a walitti bu'iinsa Seerota federaalaafi Naannoo Oromiyaa
2. Naamusa Hawaasa Manneen Murtii Naannoo Oromiyaa
3. Sakkatta’iinsa Naamusa Abbootii Alangaa Naannoo Oromiyaa
4. Bara Dijitaalaayzeeshinii: Manneen Murtii Oromiyaa keessatti Barbaachisummaa Dhaddachaalee Dhaabbii fi Naannawaa fi
5. Hiikkaa Afaanii Seerotaa: Haala qabatamaa Naannoo Oromiyaa Jedhu irratti gaggeefamanii Abbootii hirtaaf dhiyaatanii jiru.
Itti Aanaan Daayrekteerri Ol'aanaa Inistiitiyuutii Leenjiifi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Obboo Taaddasaa Nigusee keessummoota simachuun woyta haasaa baniinsaa taasisan akka jedhinitti, kaayyoon workishooppii xiqqaa kanaa qorannoowwan gaggeeffaman irratti yaada galteef ta'an Ogeessotaa fi Qaamolee dhimmi ilaallatu irraa sassaabuun yaadan gabbisuuf akka tahe ibsuun hirmaattonni dammaqinaan akka hirmaatan dhaamuun saganticha eegalchiisanii jiru.
Qorannoowwan gaggeeffaman shan keessaa 3 guyyaa har’aa kan dhiyaatan yoo tahu, marii bal'aa taasisuun yaadonni bilchaaton qorannoowwan dhiyaataniif galtee ta'uun gabbisuu danda'an hirmaattota biraa ka'anii jiru.
Hoogganaan Biiroo Abbaa Alangaa Waliigala Oromiyaa Obboo Guyyoo Waari’oo akka jedhanitti qorannoowwan gaggeeffaman keessatti eessaa kaanee eessa jirra kan jedhuu fi jijjiirama jiru sirritti adda baasuun xiyyeeffannaan akka irratti hojjatamu nu gargaara waan taheef osoo dhugaan jiru hin dhokatin ragaan adda bahee taa’uu akka qabu ibsanii jiru.
Dhuma irrattis Pirezidantiin MMWO Obbo Gaazaalii Abbaa Simal saganticha woyta goolaban, qorannoowwan karaa saayinsaawaa ta’een gaggeeffaman bakka rakkoon jiru agarsiisan taanan rakkoolee gama naamusaatin ka’an xiyyeeffannaan irratti hojjachuun barbaachisaa tahuu ibsuun, qorannoon dhiyaate yaada hirmaattota biraa ka’een gabbatee workishooppii mirkaneessa qorannootiif dhiyaachuun hojiirra oolmaa isaatif gahee keenya bahuu qabna jechuun dhaamanii jiru. | 0 |
| 17 | بدون متن... | 0 |
| 18 | Ebla 29/2018
#Marsaa_4ffaa_Kutaa_12ffaa_Qophii_Yuuba_Seeraa.
Qophiin kun
Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Faanaa Miidiyaa korporeeshinii waliin ta'uun Effi Emmii Asallaa 90.0 fi Effi Emmoota Faanaa hunda irratti torbeetti si'a tokko hawaasa bira kan gahuudha.
Qophii keenya har'aa kutaa #12ffaan
Sirnoonni Gaa’elaa seera Qabeessa Jedhaman kan akkamiiti?
Gaa’elli Seera Shari’aatiin raawwatamu ija seeraatiin akkamitti ilaalama?
Manni Murtii Shar’aa Aangoo akkamii qaba?
Gaa’elli Mana Murtii Shari’aatiin raawwatamu ulaagaa seerri kaaye yoo guutee gaggeeffamuu baate rakkoo akkamii fida?
Gaa’elli raawwatamu kamuu ulaagaa seerri kaaye yoo guutuu baate tarkaanfii akkamii hordofsiisa?
Gaa’elli gaggeeffamu itti fufiinsa akka qabaatu fi bu’aa barbaadamuuf akka oolu gaheen hawaasaa maal tahuu qaba? kan jedhuufi dhimmoota gaa’elaan walqabatan irratti ibsa bal'aa kan kennan Abbaa Seeraa MMWO fi Leenjisaa Seeraa Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa #Obbo_Addunyaa_Fullaas.
Qophicha fuula Teeleegiraamii keennaa www.t.me/ILQSO1 irratti dhaggeeffachuun yaadaa fi Gaaffilee mata durichaan walqabatan fuula FB keenyaa irratti nuuf barreessuun ibsa dabalataa argadhaan dhaamsa keenya. | 0 |
| 19 | بدون متن... | 0 |
| 20 | Qorannoowwan Bara kana Gaggeeffamaa turan irratti Mari’atamaa jira.
(Ebla 22/2018, ILQSO, Adaamaa)
Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO)n Qorannoowwan bara 2018 gaggeeffamaa turan 5 irratti mari’ataa jira.
Qorannoowwan bara kana gaggeeffamaa jiran irratti marii hoggansa, qorattoota fi leenjistoota waliin kan taasifame yoo ta’u, Mariin kunis qorannoowwa gaggeeffamaa turan gabaasa xinxaala fi argannoowwan isaanii adeemsa keessoon madaaluudhaan qulqulluna qorannoo eegsisuu irratt kan xiyyeeffateedha. | 0 |
اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 
