Elias Kasa Legal Service.
👉Tajaajila Gorsa Seeraa yoo barbaaddan Abukaatoo fi Gorsaa Seeraa #"Eliyaas Kaasaa mariisisaa. 👉የጥብቅና አገልግሎት ሲፈልጉ ኤልያስ ካሳ ጠበቃ እና የሕግ አማካሪን ያማክሩ። 📞 0929399368
نمایش بیشتر📈 تحلیل کانال تلگرام Elias Kasa Legal Service.
کانال Elias Kasa Legal Service. (@elulaw) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 14 671 مشترک است و جایگاه 551 را در دسته قانونی و رتبه 2 342 را در منطقه أثيوبيا دارد.
📊 شاخصهای مخاطب و پویایی
از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 14 671 مشترک جذب کرده است.
بر اساس آخرین دادهها در تاریخ 04 اکتبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 14 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -5 بوده و همچنان دسترسی گستردهای حفظ شده است.
- وضعیت تأیید: تأیید نشده
- نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 26.67% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 7.82% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب میکند.
- دسترسی پستها: هر پست به طور میانگین 3 914 بازدید دریافت میکند. در اولین روز معمولاً 1 148 بازدید جمعآوری میشود.
- واکنشها و تعامل: مخاطبان بهطور فعال حمایت میکنند؛ میانگین واکنش به هر پست 10 است.
📝 توضیح و سیاست محتوایی
نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاههای شخصی توصیف میکند:
“👉Tajaajila Gorsa Seeraa yoo barbaaddan Abukaatoo fi Gorsaa Seeraa #"Eliyaas Kaasaa mariisisaa.
👉የጥብቅና አገልግሎት ሲፈልጉ ኤልያስ ካሳ
ጠበቃ እና የሕግ አማካሪን ያማክሩ።
📞 0929399368”
به لطف بهروزرسانیهای پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 05 اکتبر, 2026)، کانال همواره بهروز و دارای دسترسی بالاست. تحلیلها نشان میدهد مخاطبان بهطور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته قانونی تبدیل کردهاند.
در حال بارگیری داده...
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 05 اکتبر | 0 | |||
| 04 اکتبر | 0 | |||
| 03 اکتبر | +4 | |||
| 02 اکتبر | +2 | |||
| 01 اکتبر | +2 |
| 2 | Falmii qoodiinsa qabeenya abbaa warraa fi haadha warraa keessatti murtiiwwan MMWFDHIJ qabeenyaa Kondomiiniyeemiin wal qabatee kennaman muraasa.
1)-Galmee Lakk.153405(Jildii 24ffaa)
Kafaltiin bittaafi waliigalteen bittaa kondomiiniyeemii gaa’ela keessatti hanga raawwatametti(Qarshiin kafaltii sunis kan dhuunfaa ta’uun hanga hin mirkanoofnetti) carraan kondominiyeemii gaa’elli utuu hin raawwatamiin dura bahuun qofti kondomiiniyeemicha qabeenyaa dhuunfaa kan hin taasifne dha. Carraan bahuun qofti abbaa qabeenyaa hin taasisu. Abbaa qabeenyummaan kan argamu bittaan waan ta’eef, kafaltiin bittaa sun raawwatamuudha qabaa. Dhimma kana irratti kafaltiin kondominiyeemii kan raawwatame , waliigalteen bittaas kan taasifame ,akkasumas kaartaan abbaa qabeenyummaa kan kenname gaa’ela keessatti waan ta’eef qabeenyaa gamtaa ta’aa.
2)-Galmee lakk. 74451(jildii 14ffaa)
Carraan Kondomiyeemii maqaa isaa tokkootiin kan bahe osoo gaa’elaan jiranii yoo ta’e, kafaltiin dursaatiis osoo gaa’elaan jiranii qarshii qabeenyaa gamtaa isaanii irraa argameen yoo kafalame, baasiin xumursiisaafi bareechuuf bahes qarshii qabeenya gamtaa irraa argameen yoo ta’e, bu’uura Seera Maatii Sabaaf Sablammootaafi Uummattoota kibbaa labsii lakk.75/96 keewwata 72 tiin qabeenya gamtaa haadha warraa fi abbaa warraati. Waa’ee kafaltii idaa kondomiiniyeemichaa gara fuulduraa ilaalchisee, yoo waliif galan akkaataa waliigaltee isaaniitiin, yoo waliif galuu hafan gosaan akka qooddatan; karaa kana lamaaniin yoo yoo hin danda’amne, kondomiiniyeemichi caalbaasiin gurguramee idaan hafe baankiif kafalamee maallaqa hafe wal qixa kan qooddatan ta’a.Murtii gareen tokko baasii bahe garee biraaf kafalee mana haa oolfatu jedhamuun kennamu HMO keewwata 35 kan cabsudha.
3) Galmee lakk. 75562(jildii 13ffaa)
Carraan kondominiyeemii kan bahe wal fuutonni utuu gaa’elaan jiranii ta’ee, kafaltiin dursaa fi waliigalteen bittaa qqama dhimmi isaa ilaalu waliin kan taasifame gaa’elli diigamee qabeenyaan utuu gar gar hin qoodamiin dura yoo ta’e, bu’aa irratti jijjiirama inni fidu hin jiru.Kanaaf wal fuutonni utuu gaa’elaan jiranii maqaa isa tokkoon galmaa’anii, carraanis kan bahe utuu gaa’elaan jiranii yoo ta’e ,mirgaafi dirqamni manichaan wal qabatee argamu kan waliinii isaanii ta’a malee gaa’elli diigamee yeroo gabaabaa keessatti yookaan battalumatti kafalamuun isaa,(bakka gaa’elli diigamee qabeenyaan gar gar hin qoodamnetti) qabeenyaa dhuunfaati sababa jedhamuuf hin jiraatuu.
4)-Galmee lakk. 46606 (jildii 11ffaa) fi Galmee lakk. 51893 (jildii 10ffaa)
Wal fuutota keessaa gareen tokko kondominiiyeemiif kan galmaa’e gaa’elaan dura ta’us, carraan kan bahe utuu gaa’elaan jiranii yoo ta’e , kondomiiniyeemichi qabeenyaa gamtaa ta’a.Mirgaaf dirqama qabeenyichaan wal qabatee dhufus wal qixa qooddatu.(SMF keewwata 62(2))
5)-Galmee lakk. 251385 (kan hin maxxanfamne)
Haati warraa fi abbaan warraa gaa’elli isaanii diigamee qabeenyaas waliin akka qooddatan murtaa’ee buleera. Qabeenyaa akka qooddatan murtaa’e keessaa tokko qarshii kondominiyeemiif qusachaa turanidha. Haa ta’uutii murtiin kun utuu hin raawwatamiin carraan kondomiiniyeemii bahee kondominiyeemiin kun garee tokko harka yoo seeneefi gareen biraa himannaa haaraa hundeessuun qabeenyaa waliinii waan ta’eef akka nuuf qoodamu jechuun himata yoo dhiyeesse- himannichi bu’uura SDFHH keewwata 5 tiin dhimma yeroo lama dhiyaatedha kan hin jedhamne ta’uu.Maallaqni duraan kan waliiniiti jedhamee murtaa’e gara qabeenyaa biraatti jijjiiramee mana ta’ee jiraa.Carraan mana kondominiyeemii sun bahuuf haal duree kan ture maallaqa qusannaa kan waliiniiti jedhame sana dha. Kanaaf dhimmi dura murtii argate,maallaqa qusannaa yoo ta’u, himannaan amma dhiyaate ammoo maallaqa qusannaa kan waliiniiti jedhame sanaan qabeenyaa argame sababa ta’eef ijoon falmii isaa gara garadhadhaa.
6)-Galmee Lakk. 254862, lakk. 252723, Lakk. 239989, lakk. 237381 (kan hin maxxanfamne) | 1 465 |
| 3 | Kaampaaniin Tokko Osoo Hin Diigamin Hojii Herrega Kaampanichaa Qulqulleessuu (Liquidation) Hojjechuun Ni Danda'amaa? Herrega Kaampaanichaa Osoo Hin Qulqulleessin Galmee Daldalaa Keessaa Haquun Ykn Namummaa Seeraa Dhabeera Jechuun hoo Ni Danda'amaa?
=====•••••=====••••••=====•••••••
👉የሂሳብ ማጣራት የኩባንያውን መፍረስ ተከትሎ የሚደረግ ሕጋዊ ተግባር ነው፡፡ አንድ ኩባንያ የመፍረስ ውሳኔ ሲወሰንበት በአበዳሪዎቹና በባለአከሲዮኖቹ መካከል ያለው ልዩነት ይጠፋል፡፡ ሁለቱም የሚያስቡት ስለኩባንያው ቀጣይ ህልውና ሳይሆን ከኩባንያው ሀብት ላይ ምን ያህል እንደሚከፈላቸው ነው፡፡
👉የሕሳብ ማጣራት ስራ የሚከናወነው የመፍረስ ውሳኔ ከተወሰነ እና ከፀና በኃላ ነው:: የሕሳብ ማጣራት ስራ የመፍረስ ውጤት ነው፡፡
👉የኩባንያ መዘጋት ኩባንያው ህልውና የሚያከትምበት የመጨረሻው መጩረሻ ነው፡፡ የመፍረሰ ውሳኔን የመጨረሻ መጀመሪያ ካልን መዘጋት ደግሞ የመጨረሻው መጨረሻ ነው፡፡ የንግድ ሕግ ቁ.497 ማህበሩ ከፈረሰ በኋላ ሂሳቡ በሚጣራበት ወቅት በሂሳብ ማጣራት ላይ ያለው ማህበር ከመጠሪያ ስሙ ጋር በመጣራት ላይ ያለ የሚል ቃለ ተጨምሮበት በሕግ የተሰጠውን የሰውነት መብትና የመጠሪያ ስሙን እንደያዘ ይቆያል፡፡በንዑስ ቁጥር 2 ደግሞ ሕሳቡ በሚጣራበት ጊዜ የማህበሩ መስሪያ ቤቶች ስራቸው ለዚሁ ተግባር አስፈላጊ በሆኑት ስራዎች የተወሰኑና በዓይነታቸውም ከሂሳብ አጣሪዎች ስልጣን ውስጥ ያልሆኑት ብቻ ናቸው” ይላል፡፡ ከዚህ ድንጋጌ የምንረዳው በሕሳብ ማጣራት ወቅት ማህበሩ እንደሚቀጥል ብቻ ሳይሆን አንድ አንድ ስራዎችንም ሊሰራ አንደሚችል ነው::
👉አንግዲህ በማህበሩ ስም ላይ “በመጣራት ላይ ያለ” የሚል ታክሎበት የሂሳብ ማጣራት ተግባራት ከተጠናቀቁ በኋላ ነው ወደ መዘጋት የሚሄደው፡፡
🔽መዘጋት/መዝጋት የሚለው ማህበሩ ከንግድ መዝገብ ሚሰረዝበትን ሁኔታ የሚያሳይ ነው፡፡ የማህበሩ ሂሳብ ተጣርቶ የሚከፈለው ተከፍሎ አልቆ ሁሉም ከተጠናቀቀ በኋላ የንግድ ምዝገባው ሲሰረዝ የማህበሩ ሕጋዊ ሰውነት ያበቃል፡፡ ከንግድ ምዝገባ ማህበሩ ከተሰረዘ በኋላ ነው ማህበሩ ሙሉ በሙሉ የሚሞተው፣ የሚጠፋው፡:
👉በሌላ በኩል በንግድ ምዝገባ እና ፈቃድ አዋጅ መሠረት አንድ ዓይነት ጥፋት ፈጽሟል ተብሎየ ሂሳብ ማጣራት ስራ ሳይከናወን ከንግድ ምዝገባ ቢሰረዝ ባለገንዘቦች ላይ የሚደርስ ጉዳት ቀላል አይሆንም፡፡ ስለዚህ አንድ ኩባንያ ወደ ስራ ከገባ በኋላ በንግድ ምዝገባ አና ፈቃድ አዋጅ መሠረት የሚደረግ ምዝገባውን የመሰረዝ ቅጣት በንግድ ሕጉ አግባብ መሠረት መከናወን ይኖርበታል፡፡
(Kitaaba Fiqaaduu Peexiroos mata duree "የኢትዮጺያ የኩባንያ ሕግ" jedhuun bara 2008 marsaa 2ffaaf maxxansiise keessaa kan fudhatame)
Haala kanaan:
✅Hojiin herrega qulqulleessuu (Liquidation) kan eegalu kaampaaniin erga diigamee booda ta'uufi herrega qulqulleessuun bu'aa diiggaa ta'uun;
✅Murtiin diiggaa kaampaanii adeemsa dhumaa kanarraa gara jalqabaatti kan argamu yemmuu ta'u, cufiinsi (Winding Up) immoo adeemsa dhumaa namummaa seeraas itti dhabu ta'uun;
✅Adeemsa herrega qulqulleessuu keessatti waldichi guutummaatti namummaa seeraa kan hin dhabne ta'uun (kaampaanichi hojii hanga tokko hojjechuu kan danda'u ta'uun);
✅Qabatamaatti sababa kaampaaniin balleessaa raawwateera jedhuun osoo hojiin qulqulleessa herregaa hin raawwatamin kaampanichi akka galmee Daldalaa keessaa akka haqamu ajajuun (tarkaanfii bulchiinsaa fudhachuun) gaafattoota maallaqaa kan miidhuu danda'u ta'uun ni hubatama.
Join:-@desberofMM
Desalegn B. | 1 284 |
| 4 | ከተሽከርካሪ የሚወጣ በካይ ጋዝ ልቀት ቁጥጥር መመሪያ ቁጥር 1051-2017 | 1 339 |
| 5 | 📎Qajeelfamni Murteessa Adabbii haaraa lakk. 3 /2017 Afaan Oromootti Hiikkameera.
📎Qajeelfama Murteessa Adabbii yYakkaa Mootummaa Feedeeraalawaa Dimookraatawaa Rippaabliika
iItoophiyaa Lakk.3/2017 Fooyyaa’e .
📎Hikka Afaan Oromoo:-
Heenook Yashiixiilaa Bayyanaa (LLB)
(Mana Murtii Ol’aanaa Godina Harargee Bahaatti Abbaa Seeraa Mana Murtii Aanaa)
credit to Henok Yeshitila
| 1 |
| 6 | pp Lafa Baadiyyaa fi Magaalaa | 2 275 |
| 7 | Faayidaa Uummataatiif Qabeenya(Qabiyyee) Gadii Lakkisiisuu(Expropriation) fi Dhimmoota Invastimantii. | 2 191 |
| 8 | Labsii Qaamolee Raawwachiiftuu Mootummaa Naannoo Oromiyaa lakk.267/2019 | 2 071 |
| 9 | Share Gaggeessummaa fi Gaggeessaa Jijjiiramaa [Repaired].pptx | 3 051 |
| 10 | +1 Dambii Ejensii Kaafamtoota Misoomaa Oromiyaa | 3 036 |
| 11 | #Teessoolee_Hooggansa_Godinaalee Oromiyaa jahan (6) Haaraa Hunda'aanii.
1ffaa. #Godina Baha Oromiyaa
Teessoo:-
👉 Harar
👉 Ciroo
👉 Galamsoo fi
👉 Gurawaa
2ffaa. #Godina Giddu Galeessaa Oromiyaa
Teessoo:
👉 Shaggar
👉 Adaamaa
👉 Walisoo
👉 Fichee fi
👉 Amboo
3ffaa. #Godina Kibba Lixaa Oromiyaa
Teessoo:-
👉 Jimmaa
👉 Beddellee
👉 Limmuu Gannat fi
👉 Mattuu
4ffaa. #Godina Kibba Oromiyaa
Teessoo:-
👉 Yaabeelloo
👉Adoolaa
👉 Nageellee Booranaa fi
👉 Bulee Horaa
5ffaa. #Godina Lixa Oromiyaa
Teessoo:-
👉 Naqamtee
👉 Gimbii
👉 Shaambuu fi
👉 Dambii Doolloo
6ffaa. #Godina Kibba Baha Oromiyaa
Teessoo:-
👉 Roobee
👉 Gindhiir
👉 Asallaa fi
👉 Shaashamannee | 2 780 |
| 12 | +1 Terrorism part 1.pptx | 3 799 |
| 13 | by Kidane | 3 771 |
| 14 | by Kidane | 3 703 |
| 15 | by Kidane | 3 466 |
| 16 | by kidane | 3 282 |
| 17 | kidane | 3 470 |
| 18 | by Kidane | 2 933 |
| 19 | pp leenjii yakka saayibarii by Kidane | 3 252 |
| 20 | Dambii_Ejensii_Kaafamtoota_Misooma_Oromyaa_lakk_229_Bara_2014.pdf | 3 362 |
