cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Kuusaa Faaruu OrtoOroKoon

Youtube keenya hordofaa👉 https://youtube.com/@Kooeelmedia Faarfannaa Orotodooksii Tawaahidoo kan Afaan Oromiffaa! @OrtoOroKoon Namoonni Faarfannaa qabdan akka Garee kana irratti gadhiifamu kan barbaaddan link kanaan na qunnamaa! @Kooeel

Mostrar más
Finlandia698El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad9 340
Publicaciones publicitarias
10 108
Suscriptores
+2724 horas
+1697 días
+50830 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Eenyudha Nuti Eenyudha nuti(×2) Yaa waaqayyo Kan si fuuldura dhaabbannu Kan kanaan nugahu qulqullummaa hin qabnu(×2) Yakka keenya hin beeknu namni tokko simalee yagoofta Dhufne sitti himanna sihin dhoksinu ati hundumaa beekta Oljechuu dadhabnee boquu buusne baayina cubbuutiin Gadadamoo fidde as nudhaabde nama nugochuuni Utu ati nu hin nuffin nunuffani mana kee keessatti Maqaakeen jabaanne yoona genye akka namaaf miti Maqaa nuuf moggaasu yawaaqayyo maqaa nuti hin qabne Nuwaammatte malee gooftaa keenyaa nuti yoom qophoofne Nu leeyyasiisuudhaaf hin barbaanne ati guyyaa tokko Rakkanne yoo dhufnes nuhin nuffine ati gaafa rakko Ati erga nuwaamte nuhin gatinii yawaaq badu hin feenu Garaakee kutadhu biyya lafaa nut gara kee hin dhufnu           ==•|•== 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝
Mostrar todo...
Eenyudha nuti F.Dn Pheexiros Abbabee.mp310.75 MB
24👍 10
Kan namaa Kan nama wajjiin tokko mitii ya waaqa Amalli kee(2) yoomuun jijjiiramuu kan kee(2) Goofta Amallii kee Har'aaf yoo nu ho'isee harka irratti nu baatee Siifan du'a nuun jedhee afaan isaatiin dubbatee Bor yoo kan biraa arge isa wajjin wal fakkaata boolla nuu qopheessuudhaaf isa wajjiin mar'iataa Jaalala kee nuuf wayya isa hin jijjiramnee qabachuuf dhabuu ilaalee isa addaan naman qoodne Of harkaa dhabuu keenyaan yoo mana namaa deemne balbal dura dhaabbannee yoo rakkoo keenya himanne har'aafoo nuuf liqeessaa harka keessa ilaalachaa Boruu teelladhaan dhufaa mana keenyaa hiyyafachaa Ati erga nu jaallatee Lamuu keessan deebituu oolmaa koo fidii jettee ati gatiin dubbifattuu Argineera yaa goofta lamaannu adda baafannee Jaalalli keef kan namaa tasa waliin arginee Kaasneerra ija keenyaa namarraa abdiin qabnuu Gargarsaa qabnaa jennee obdii kee keessaan banu. harka keenya bal'isnee ija keenya ol kaaasne barruu kee irraa eeganna hamma dhumaatti obsinee ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝
Mostrar todo...
Kan Namaa Wajjin Dn Garramuu Baayyisaa.mp37.93 MB
👍 13 9
Jiraachuun koo siin heyyamame! 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ +++ @Faarfataa #Share
Mostrar todo...
Jiraachuun Koo Sin Hayyamame.mp37.30 MB
14
Kiristoos Iyyesuus 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ +++ @Faarfataa #Share
Mostrar todo...
Kiristoos Iyyesuus Dn Haabtamuu Deebisaa.mp38.06 MB
17👍 2🥰 2
Faaruu eebbifamtootaf ta'u Mana keetii eebbifamne Barruu keerraa nyaanne dhugne Mana  keetii eebbifamne Nu hin gatini nuti keeti Bakka nuyi deemnu hundatti Bakka kana dhufuun keenyaa Fedha keeti wal arguun keenyaa Nu eebbisi nuyi ijoollee keeti Adda nun baasin samii irratti Gatii dadhabbii bu'aa hojii keenyaa Utuu ati hin jirre eessaan as geenya Bu'aa ba'ii heddu argine Guyyaa ulfaataa siin darbine Ebbaaf uumtee nu eebbifte Barruu keetiin nu ceesifte Warra sin barre of barsiisi Daandii dhugaatti deebisi Ammas abdiin keenya eenyu Sirra adda bane eessa hin geenyu Mana keetti nu dhabini Ibsa keenyaas hin dhaamsini ==•|•== 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ +++ @Faarfataa #Share
Mostrar todo...
Mana Keetti Eebbifamne Dn Galataa Addunyaa.mp34.60 MB
16👍 5🥰 3
Mana Kiristaanaa Kadhannaa kee Addaa mana  kiristanaa Gara kan kee dhufnee Gooftaa waaqeffanna Haadha xiqqaaf guddaa hoomaa hin tuffattu Sirna dhugaat qabda ati hin haaromfamtu              @Ceesisa Daawwit si ijaaruuf yaadan karoorfate Akka milka'uufif Waaqayyoon gaafate Waan hin qaqqabneefis guyyaan inni jedhe Waaqni kan hojjatu akka ofiin  fedhe              @Ceesisa Bara Abbootarraa jalqabumaa turte Ijoollee Waaqayyoof at gaaddisa taate Kalessaas kan jirtu borus ni jiraatta Qormaanni baay’atus cimte dabarsita                @Ceesisa Kadhannaa kee hundaaf kan qoqqooddu hin qabdu Halkaniifi guyyaas ati hin dadhabdu Ati qulqullootaaf mana boqonnaati Afuurri qulqulluun si wajiin jiraati              @Ceesisa Yaa mana waqayyoo nagaan siif haa ta’u Si wajjiiniin jiraa hundaa kan danda’u Nagenyaaf jaalala ati ni kadhatta Gara kee kan dhufee jireenya argata                 ==•|•== F/taa Naatnaa'eel Boggaalaa 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ +++ @Faarfataa #Share
Mostrar todo...
Mana Kiristaanaa Ftaa Naatnaa'eel Boggaalaa.mp35.70 MB
20👍 14
Mostrar todo...
♦NEW Uumamaa Hundumarra F/taa Dn Balaay Girmaa Faaruu Afaan Oromoo Ortodoksii Tewaahidoo haaraa

Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tewaahidoo haaraa New Ethiopian Orthodox tewahido mezmur Faarfannaa Afaan Oromoon #faarfannaa_afaan_oromoo #like #new #serg #subscribe #duet #ethiopiaorthodox #music #oromia #orthodoxtewahdo

🥰 19 13👏 6👍 5
🎙 Biiftuu Barii Fakkaattee 📍F/taa Barakat Ayyaalew 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ +++ @Faarfataa #Share
Mostrar todo...
Biiftuu Barii Fakkaattee Ftaa Barakat Ayyaalew.mp33.80 MB
15👍 9🥰 4👏 3
Sillaasee 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ +++ @Faarfataa #Share
Mostrar todo...
Sillaasee Dn Yohaannis Taarikuu .mp37.78 MB
Mikaa'el Dn Yohaannis Taarikuu.mp37.66 MB
🥰 12👍 6 1👏 1
♦Taklahaaymanoot Barsiisaa♦ Taklahaaymaanoot barsisaa Dhalataa biyya Ittisaa Nuuf kadhadhuu waaqakee Hundarra caalaa waadaan kee °°°°°°°°°°° Dabra libaanos eebbifamtee Kakuu baay'eedhaan guutamtee Surraakeet ifaa achirraa Kennaankoo danudhaa samirraa °°°°°°°°° Nyaatanii quufuu ijoolleen kee Agabuu hin buluu laftikee Uumama hundaa kan caaltuu Lubbuu cubbamaaf kan kadhattuu °°°°°°°°° Barsiisaa afuuraa luba jennaa Nuti ijolleenkee si leellifnaa Amantii kan keen jabaannaa Har'as ilmaankee si waamnaa °°°°°°°°°°°° Dhaloota cimsaa ifnikee Maloo nuuf kadhuu Takliyyee Waadaa qabdaa gooftaa biraa Teessuma qabdaa waaqarraa °°°°°°°°° Waaqni toolfamaani sin badee Biyyi Itiyoophiyaa sin fayyee Kennaan kee addaa hundarraa Kochoon kee jaha dugdarraa ::::::::::::::::::::::::::::::::::::          ☞F/ttuu Immaahoy W/Tsadiq 👇👇follow us ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa     #share
Mostrar todo...
Teklehayimaanot Barsiisaa E'W'Tsadiq.mp37.49 MB
19
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.