en
Feedback
Dirree Faarfannaa

Dirree Faarfannaa

Open in Telegram

Faarfannaa Ortodoksii Tawaahidoo Yeroo Yeroon Ni Argattu Akkasumas Barreeffamoota Afuurawaa Ni Argattu Hiriyoota Keessaniif Share Taasisaa

Show more
9 645
Subscribers
No data24 hours
+677 days
+17930 days

Data loading in progress...

Attracting Subscribers
September '26
September '26
+164
in 3 channels
August '26
+216
in 9 channels
Get PRO
July '26
+261
in 36 channels
Get PRO
June '26
+262
in 37 channels
Get PRO
May '26
+237
in 41 channels
Get PRO
April '26
+288
in 36 channels
Get PRO
March '26
+363
in 35 channels
Get PRO
February '26
+238
in 33 channels
Get PRO
January '26
+375
in 34 channels
Get PRO
December '25
+537
in 7 channels
Get PRO
November '25
+515
in 5 channels
Get PRO
October '25
+404
in 7 channels
Get PRO
September '25
+375
in 3 channels
Get PRO
August '25
+505
in 3 channels
Get PRO
July '25
+324
in 3 channels
Get PRO
June '25
+407
in 6 channels
Get PRO
May '25
+376
in 7 channels
Get PRO
April '25
+474
in 8 channels
Get PRO
March '25
+1 243
in 4 channels
Get PRO
February '25
+1 073
in 8 channels
Get PRO
January '25
+1 522
in 11 channels
Get PRO
December '24
+118
in 9 channels
Get PRO
November '24
+217
in 10 channels
Get PRO
October '24
+108
in 4 channels
Get PRO
September '24
+241
in 4 channels
Get PRO
August '24
+192
in 9 channels
Get PRO
July '24
+100
in 1 channels
Get PRO
June '24
+20
in 1 channels
Get PRO
May '24
+35
in 0 channels
Get PRO
April '24
+78
in 2 channels
Get PRO
March '24
+248
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
10 September+27
09 September+4
08 September+8
07 September+8
06 September+25
05 September+13
04 September+21
03 September+6
02 September+11
Channel Posts
"Yaada ani isiniif yaade anuma duwwaatu beeka; innis yaada nagaa fi yaada wanta isin gara fuulduraatti eeggattan isiniif raawwachuu ti malee, yaada isin balleessu miti. Isin ana in barbaaddattu; garaa keessan guutuudhaan yoo ana barbaaddattan, ana in argattu.” 📖 Raajii Ermiyaas 29:11 Bara Haaraa kana keessatti, iftii fi abdii haaraan nurraa haa mul’atu. Waaqayyo kan nuuf yaade, wanti gaariin hundumtuu haa raawwatamu; hojiiwwan gaariin karoorfaman haa milkaa’an; lapheen keenya gammachuudhaan haa guutu. Bara Haaraa Gaarii nuuf haa ta’u! Ameen! 🤲 🎉 Baga Geessan! “Namni Kiristoos keessa jiraate uumama haaraa dha; wanti moofaan darbeera; kunoo, wanti haaraan ta’eera.” 📖 2 Qorontos 5:17

2
Walaloo Ayyaanaa Bara Haaraa Dabalatee, Kan Masqalaallee Kan Yeroo Ilaallatu Kan Ajajaan Isiniif Barraa'u Kamuu Of Keessaa Qabu Chaanaalii Kanaa Gadii Seenaa Ilaalaa Yoon Sobe Barbaannaan Itti Hin Makamiinaa Dhugaa Waaqaa👇 @Walaloo0
61
3
Barreeffamoota Waa'ee Bara Haaraa Argachuuf Dubbisuu Kan Barbaaddan Channel Gadii Kana Jion Taasisaa 👇👇👇 https://t.me/DaandiiFayyinaa27
145
4
Araarsummaa Fi Ayyaanni Haadha Keenyaa Isinirras Nurras Haa Bulu Jechaa Kan Kanaa Gaditti Argamu Miidiyaawwan Tajaajila Afuuraa Sirnaaf Seera Isaa Eeganii Dabarsanidha. Ammuma Join Gochuun Seenaa Baradhaa. Baraiisota Keenya Halkanii Fi Guyyaa Itti Dadhabanii Barreessaniifis Jajjabina Ta'aa. Hunadhaa👉 Barachuu Baattanis Join Gochuun Isin Hin Miidhu Ammuma Link Kanaa Gadii Tuqaa 👇 Tajaajila Afuuraa Ortodoksii Tewaahidoo Itiyoophiyaa Hunda
81
5
Warreen Barumsa Koorsii Gaafachaa Turtaniif, Gaaffilee Shakkitootaaf Deebii Ga'aa Dabalatee Isiniif Fidneerra Kunoo 👇
12
6
Faaruwwan, Barumsa Ayyaanaa, Walaloo, Diraamaa, Lallaba Guyyaa Ayyaanaa Hundi Qophaa'ee Isiniif Dhufeera Maarree Koottaa Baradhaan Ammoo Waamicha Keenyadha. Hunda Isaa Argachuuf👉 see more
61
7
Faarfannaa Bara Haaraa Linkiiwwaan Kanaan Buufadha Warri Hin Argatin https://t.me/DirreeFaaruu02/3676 1. Guyyaa Ayyaanaa Eebbifamaa https://t.me/DirreeFaaruu02/3665 2. Hoo Jennee Dhufnee https://t.me/DirreeFaaruu02/3666 3. Ishoo Gammadaa https://t.me/DirreeFaaruu02/3667 4 Arginee Bara Haaraa https://t.me/DirreeFaaruu02/3667 5. ደስ ይበለንበ https://t.me/DirreeFaaruu02/3669 6. Haababonii Daraareeraa https://t.me/DirreeFaaruu02/3670 7. Bara Haaraan Nu Geessettaa https://t.me/DirreeFaaruu02/3671 8. Iliiil Jedhaa https://t.me/DirreeFaaruu02/3672 9. Hoo Jennee Dhufnee https://t.me/DirreeFaaruu02/3673 10. Habaaboon Daddaraaree https://t.me/DirreeFaaruu02/3674 11. Bara Haaraa Bara Araaraa Arginee https://t.me/DirreeFaaruu02/3701 12. Ameen Zemeni https://t.me/DirreeFaaruu02/3702 13.Yemsrach_Yzen https://t.me/DirreeFaaruu02/3707 14. Ceenee Bara Haaraatti https://t.me/DirreeFaaruu02/3675 15. Ni Faarfannaa https://t.me/DirreeFaaruu02/3676 16. Ji'oota Guyyaatan Hirtee https://t.me/DirreeFaaruu02/3677
480
8
የምስራች_ይዘን__Yemsrach_Yzen Faarfannaa Bara Haaraa      ━━━━━━━━━━━ ✅ @DirreeFaaruu02 ✅ @DirreeFaaruu02       ♡      ⌲       ✉️       ˡᶦᵏᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
451
9
"karaadhuma hundumaan namoota muraasa illee oolchuudhaaf, namoota hundumaa biratti waan fakkaatu hundumaa ta'eera. Hojii wangeelaatiin kennaa isaa keessaa hirmaachuudhaaf, wangeelaaf jedhee kana hundumaa nan godha." (1Qor. 9:22-23) "በሁሉ መንገድ አንዳንዶችን አድን ዘንድ፥ ከሁሉ ጋር በሁሉ ነገር እንደ እነርሱ ሆንሁ። በወንጌልም ማኅበረተኛ እሆን ዘንድ ስለ ወንጌል ሁሉን አደርጋለሁ።" (1ቆሮ 9:22-23)
557
10
Mee Dhugumaan Namoonni Channel kana hordoftaniif Jallattan Qofti Nama Shan Shan Qofa affeerraa Bara Haaraa Kanatti Hordoftoota 10000 Galchaa. Linkii Gadii kana Share namaa Godhaati. Share gochuu keessaniin Homaa Hin Miidhamtan Linkii Kana Xuquun Miseensa Ta'aa. 👇👇👇👇      ━━━━━━━━━━━ ✅ @DirreeFaaruu02 ✅ @DirreeFaaruu02       ♡      ⌲       ✉️       ˡᶦᵏᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
771
11
Walaloo Ayyaanaa Bara Haaraa Dabalatee, Kan Masqalaallee Kan Yeroo Ilaallatu Kan Ajajaan Isiniif Barraa'u Kamuu Of Keessaa Qabu Chaanaalii Kanaa Gadii Seenaa Ilaalaa Yoon Sobe Barbaannaan Itti Hin Makamiinaa Dhugaa Waaqaa👇 @Walaloo0
205
12
Nu bira hunduu jira koottaa as goraa filannoon keessan maali tajaajiltoonni keenya tajaajilamtoota barbaadaa jiru waan ta'eef seenaa baradhaa kan kanaa gadii chaanaaliiwwan barumsa Ortodoksii seeraaf danbii Doogmaa Qannoonaa isaa eeggate dabarsaa waan jiraniif seenaa baradhaa. Galatoomaa
201
13
Faarfannaa Bara Haaraa Faaruu Haaraa F/ttoota Finoota Tsidqiin      ━━━━━━━━━━━ ✅ @DirreeFaaruu02 ✅ @DirreeFaaruu02       ♡      ⌲       ✉️       ˡᶦᵏᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
881
14
Faarfannaa Bara Haaraa Faaruu Haaraa F/ta Dagaagsaa Solomoon      ━━━━━━━━━━━ ✅ @DirreeFaaruu02 ✅ @DirreeFaaruu02       ♡      ⌲       ✉️       ˡᶦᵏᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
849
15
Faaruwwan, Barumsa Ayyaanaa, Walaloo, Diraamaa, Lallaba Guyyaa Ayyaanaa Hundi Qophaa'ee Isiniif Dhufeera Maarree Koottaa Baradhaan Ammoo Waamicha Keenyadha. Hunda Isaa Argachuuf👉 see more
25
16
Ayyaanoome Fayyinni koo naaf dhugoomee Ayyaanakeen ayyaanoome Golga hin qabu si ilaaluuf dhiiga keetiin naaf ifoome Abbaa dhugaa tiksee gaarii Gooftaa lyyasuus mootii nagaa Gatii dhiigaan na bitatte lubbuu koo iyyuu siin wareega  Fta Dagaagsaa Solomoon      ━━━━━━━━━━━ ✅ @DirreeFaaruu02 ✅ @DirreeFaaruu02       ♡      ⌲       ✉️       ˡᶦᵏᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
1 070
17
Araarsummaa Fi Ayyaanni Haadha Keenyaa Isinirras Nurras Haa Bulu Jechaa Kan Kanaa Gaditti Argamu Miidiyaawwan Tajaajila Afuuraa Sirnaaf Seera Isaa Eeganii Dabarsanidha. Ammuma Join Gochuun Seenaa Baradhaa. Baraiisota Keenya Halkanii Fi Guyyaa Itti Dadhabanii Barreessaniifis Jajjabina Ta'aa. Hunadhaa👉 Barachuu Baattanis Join Gochuun Isin Hin Miidhu Ammuma Link Kanaa Gadii Tuqaa 👇 Tajaajila Afuuraa Ortodoksii Tewaahidoo Itiyoophiyaa Hunda
87
18
Ijoollee Ortodoksii Hundaaf Nageenyi Waaqayyoo Isiniif Haa Ta'u Jechaa. Filannoo Armaan Gadii Fayyadamuun Baradhaa. [Koorsii Afuuraa Barumsa Lubummaa Hiika Macaafa Qulqulluu Seenaa Qulqullootaa Seerota Kadhannaa Seenaa Ergamootaa Barumsa Mana Kiristiyaanaa Hunda Hunduma Argachuuf Gadi tuquun seenaa👇
19
19
Ijoolleen Ortodoksii Hundi Chaanaalii Kanaa Gadii Join Gochuun Tajaajila Barbaaddan Hunda Argadhaa. Wanta Dhabdan Nu Gaafadhaa👇 Walaloo:- PDF dhaan, Barreeffama Chaanaalii Keessaan, Ajajaaan. Diraamaa:- " " Barumsa:- Sagaleedhaan, Barreeffamaan, Pdf dhaan...... Fi kkf hundumaa as keessatti argattu. Kuni Gowwomsaa miti ilaaluun amanaa 👇 Hunduma isaa bakka tokkotti
116
20
Faaruwwan, Barumsa Ayyaanaa, Walaloo, Diraamaa, Lallaba Guyyaa Ayyaanaa Hundi Qophaa'ee Isiniif Dhufeera Maarree Koottaa Baradhaan Ammoo Waamicha Keenyadha. Hunda Isaa Argachuuf👉 see more
85