en
Feedback
MAADDII DIRREE AFUURAA

MAADDII DIRREE AFUURAA

Open in Telegram

“Nama gaaffii isin gaafatee deebii isinirraa barbaaduuf, deebii ga’aa deebisuuf yeroo hundumaa qophaa’oo ta’aa!” (1Pheex.3:15). Channel “MAADDII DIRREE AFUURAA ” jedhu kana keessatti gaaffii kan isiniiti ta'ef deebii ga’aa argattu! https://youtube.com

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel MAADDII DIRREE AFUURAA

Channel MAADDII DIRREE AFUURAA (@naaraarsi) in the Javanese language segment is an active participant. Currently, the community unites 14 314 subscribers, ranking 5 998 in the Religion & Spirituality category and 335 in the Finland region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 14 314 subscribers.

According to the latest data from 09 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 485 over the last 30 days and by 27 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0.64%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 0.39% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 91 views. Within the first day, a publication typically gains 56 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 1.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
“Nama gaaffii isin gaafatee deebii isinirraa barbaaduuf, deebii ga’aa deebisuuf yeroo hundumaa qophaa’oo ta’aa!” (1Pheex.3:15). Channel “MAADDII DIRREE AFUURAA ” jedhu kana keessatti gaaffii kan isiniiti ta'ef deebii ga’aa argattu! https://youtube.c...

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 10 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Religion & Spirituality category.

14 314
Subscribers
+2724 hours
+1257 days
+48530 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '26
+157
in 0 channels
August '26
+601
in 0 channels
Get PRO
July '26
+566
in 34 channels
Get PRO
June '26
+485
in 36 channels
Get PRO
May '26
+487
in 36 channels
Get PRO
April '26
+489
in 35 channels
Get PRO
March '26
+647
in 31 channels
Get PRO
February '26
+552
in 31 channels
Get PRO
January '26
+761
in 32 channels
Get PRO
December '25
+820
in 1 channels
Get PRO
November '25
+824
in 2 channels
Get PRO
October '25
+777
in 0 channels
Get PRO
September '25
+794
in 0 channels
Get PRO
August '25
+874
in 0 channels
Get PRO
July '25
+532
in 1 channels
Get PRO
June '25
+559
in 0 channels
Get PRO
May '25
+701
in 3 channels
Get PRO
April '25
+1 235
in 1 channels
Get PRO
March '25
+806
in 1 channels
Get PRO
February '25
+13
in 0 channels
Get PRO
January '25
+8
in 1 channels
Get PRO
December '24
+28
in 1 channels
Get PRO
November '24
+41
in 0 channels
Get PRO
October '24
+18
in 0 channels
Get PRO
September '24
+29
in 0 channels
Get PRO
August '24
+91
in 1 channels
Get PRO
July '24
+91
in 0 channels
Get PRO
June '24
+107
in 0 channels
Get PRO
May '24
+67
in 0 channels
Get PRO
April '24
+396
in 0 channels
Get PRO
March '24
+793
in 0 channels
Get PRO
February '24
+942
in 2 channels
Get PRO
January '24
+124
in 0 channels
Get PRO
December '23
+562
in 0 channels
Get PRO
November '230
in 0 channels
Get PRO
October '230
in 0 channels
Get PRO
September '230
in 0 channels
Get PRO
August '230
in 0 channels
Get PRO
July '230
in 0 channels
Get PRO
June '230
in 0 channels
Get PRO
May '230
in 0 channels
Get PRO
April '230
in 0 channels
Get PRO
March '230
in 0 channels
Get PRO
February '230
in 0 channels
Get PRO
January '230
in 0 channels
Get PRO
December '220
in 0 channels
Get PRO
November '220
in 0 channels
Get PRO
October '22
+1
in 0 channels
Get PRO
September '220
in 0 channels
Get PRO
August '22
+4
in 0 channels
Get PRO
July '22
+20
in 0 channels
Get PRO
June '22
+10
in 0 channels
Get PRO
May '22
+20
in 0 channels
Get PRO
April '22
+42
in 0 channels
Get PRO
March '22
+37
in 0 channels
Get PRO
February '22
+29
in 0 channels
Get PRO
January '22
+48
in 0 channels
Get PRO
December '21
+93
in 0 channels
Get PRO
November '21
+82
in 0 channels
Get PRO
October '21
+32
in 0 channels
Get PRO
September '21
+237
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
10 September+13
09 September+32
08 September+5
07 September+39
06 September+15
05 September+7
04 September+20
03 September+16
02 September+2
01 September+8
Channel Posts
🌻 Faaruuwwan Bara Haaraa argachuuf link asiin gadii fayyadamaa 👇👇👇 🖇️ Hoo jenne 🌻 https://t.me/addlist/jFpYRlmWYUkzMmQ0
🌻 Faaruuwwan Bara Haaraa argachuuf link asiin gadii fayyadamaa 👇👇👇 🖇️ Hoo jenne 🌻 https://t.me/addlist/jFpYRlmWYUkzMmQ0

2
👇 Bara Haaraa (Akka Yohaannis Afaan Warqee Barsiisetti) #creatorsearchinsights #beforeaftereditsforbetterengagement ❖❖❖❖❖❖❖ Mucaa koo barri haaraa kan gammachuu, kan nagaafi fayyaa akka siif ta'uu ni barbaaddaa? Egaa osoo hin eegaliin machiin,,  sirbaan,fi hojii cubbuun dabarsuuf hin karoorsin. Barri haaraa guyyaa jalqaba qofa osoo hin taane guyyoota hundayyuu hojii cubbuun hin eegaliin. Waaqayyon kan gammachiisu hojii gaarii tokko jedhii eegalii malee. Guyyoonni hamoo ykn gaarii kan ta'an, uumaan akkas ta'anii miti. Guyyaan gaarii ykn hamaa akka ta'u kan taasisuu nudha.  Kibxatni baranaa kan bara darbee irraa adda miti. Addaa kan taasisu ciminaa  ykn dhibaawummaa qofadha. Hojii qulqulluu kan hojjennuu yoo ta'ee guyyaa haaraa qofa osoo hin taane barri haaraanu nuuf gaariidha. Cubbuu kan hojjennuu yoo ta'e immoo guyyaa qofa osoo hin taane barri haaraayyuu hamaafi gidiraan kan guutamee ta'a. Bara haaraa hojii gaariin kan eegalluu yoo ta'e barichatti wanta nuti raawwannu hojii kami irrattiyyuu dhiibbaa gaarii qabannaa. Soomaafi kadhannaan akka cimnuufis galaa nuuf ta'a. Machiin, sirbaan, gaddaan kan jalqabnuu yoo ta'e immoo bara kana guutuu akka rakkanneetti dabarsina. Jireenya keenya wanta nun fayyadneen dhiibnaa. Daabiloosis kan bareechee waan beekuuf bara keenya hojii cubbuun akka eegalluuf nu kakaasa. Fedhii keenya balleessee, ija laphee keenyaa jaamsee sirbaan fi machiin akka jalqabnuuf karaa garaa garaan iyyaa jira. Namni dhibaa'an "guyyaan koo gaarii ykn hamaa kan ta'u sababa koon miti" jedhee amana. Akkeetti amanuunis guyyaa hamaadha jedhu kana hojiin gaariin ni hojjetama jedhee hin yaaduu. Yoo hojjetus akka hiikka hinqabnetti lakkaa'a. Dhibaawuummaan  miidhaa akkamii akka qabuus hin hubatuu. Fayyinaa osoo hin raawwatanii bara isaa guutuu akkasumatti dhiiba. Osoo akkeetti jiru fooniifi lubbuu isaatti miidhaan akka dhufuuf Daabiloos ija laphee isaa waan jaamsuuf kiyyoo dinaa jalaa baqachuuf humna dhaba. Lubbuun keenya naannoo xuraawwatti awwaalamtee akka haftuu taasisa. Yaa obboloota koo nuti garuu kan hubaachuutu nurraa eegama. Addunyaa kanarraa cubbuun ala wanti hamaan akka hin jirree beeku qabna.  Hojiin ala wanti gaariis akka hin jirree hubachuu qabna. Kananis guyyuun Waaqayyon gammachiisne jiraachuu akka qabnu beekuufi hubachuu qabna. Dhugaatiin gammachuu hin fiduu, gammachuu kan fidu kadhannaadha. Gammachuu kan argannuu sagalee Waaqayyo dhaga'uu irratti malee machiirra miti. Machii badii lubbuu fida, sagalee isaa dhaga'uun garuu fudhatamuu fida. Machiin iji laphee keenya akka jaamuu taasisa, sagaleen Waaqayyo garuu ija laphee dukkanoofte akka iftu taasisa. Ijoollee koo! Gammachuu biyya lafaa kanaa tuffatanii ishee gammachuu samii akka barbaaduu ogummaan kamuu akka hin jirree isinittin himaa. Kan yoo qabeenya keenya taasifanne, jireenya keenya samiif dursa kan kenninuu yoo ta'e wanti addunyaa kanarraa  yoo nutti hafeeyyu nu hin fayyadu Jaalatamtoota koo! Barri haaraa yoo dhufu waa'ee wantoota kanaa ofi eegannoo yaadu qabda. Kana raawwachaa waa'ee bara isa dhufuu haa yaadannu. Kana kan raawwannu yoo ta'e " guyyoonni kee akkasumaan dhumaanii, barri keessi ariitiidhaan" hin darbanii. (Faar 77/78:3) Guyyaa guyyaan ayyaana haa taasifnu jedhe kan isiniif ibse kanaadha. Ayyaanni keenyaa guyyaa guyyaan ta'uu qaba. Ayyaanni kiristaanootaa waggaafi guyyaan dangeeffamu hinqabu. Manni kiristaanaas torbaniin, ji'an, waggaan kan kabajamuu ayyaanoonni akka jiraatuu gochuun ishee yeroo hunda kan irraa fagaachuu akka hin qabne hubachiisuufi. Barri dhufu kan Milkii, Kan Gammachuu, kan Jaalalaa, hunda keessaniif haa ta'u! https://t.me/Naaraarsi
10
3
🎧🎵Faaruu eenyuu dhaggeeffachuu barbaaddu? 👤F/taa Firaanol Moosisaa 👤 F/ttuu sister hiwet teferra 👤F/taa Mendaayee Berhaanuu 👤 F/taa Yilmaa Hayiluu 👤F/taa Dn Abeel Mekbbeb 👤 F/taa Diyaaqon Muluken Kebede 👤 F/taa Tewodroos Yooseef 👤 F/ttuu Faasikaa Dinquu 👤 F/ttuu Bezawork Asfaaw 👤 F/ttuu mirtnesh Tilahun 👤 F/ttuu Worknesh 👤 F/taa Ytbarek Tegeny 👤 F/taa Ge/Yohannes Ge/Tsadek 🌐 Faaruu Ortodoksii hunda 🎶
5
4
Araarsummaa Fi Ayyaanni Haadha Keenyaa Isinirras Nurras Haa Bulu Jechaa Kan Kanaa Gaditti Argamu Miidiyaawwan Tajaajila Afuuraa Sirnaaf Seera Isaa Eeganii Dabarsanidha. Ammuma Join Gochuun Seenaa Baradhaa. Baraiisota Keenya Halkanii Fi Guyyaa Itti Dadhabanii Barreessaniifis Jajjabina Ta'aa. Hunadhaa👉 Barachuu Baattanis Join Gochuun Isin Hin Miidhu Ammuma Link Kanaa Gadii Tuqaa 👇 Tajaajila Afuuraa Ortodoksii Tewaahidoo Itiyoophiyaa Hunda
6
5
No text...
53
6
Warreen Barumsa Koorsii Gaafachaa Turtaniif, Gaaffilee Shakkitootaaf Deebii Ga'aa Dabalatee Isiniif Fidneerra Kunoo 👇
17
7
Hiriyoota hedduun nama hedduunis marfamte kan turte hardha garuu nama kophaa kee ofitti haasa’us ta’uu dandeessa. Wanta heddus argatte dhabde ta’a. Nama heddus of biraa dhabde ta’a. Hojii keetinis kufaatii fi mucucaachuu keessummeessite ta’a. Hardha garuu of onnachiisi. Gammachuun yaada kee irraa madda. Akka ati itti hiikkatetti hiikama. Amma barri haaraan siif dhufaa jira. Isa dhabde qofa yaaddee,yookaan bakka waa irri dhabde qofa yaaddee jireenya kee of irratti hin hadheessin. Carraa hedduun akka dhufaa jirus waliin yaadi malee. Qilleensa haaraatu sitti qilleensa’a.Jireenya haaraa dhufu kana telesooppii adda ta’een ilaalii hiikaa itti kenni, itti kennii itti jiraachuuf tattaafachu. Garuu tasuma abdii hin kutatin. Waaqayyoof wanti dadhabamu waan hin jirreef. Kan ati hin ta'u jette Waaqayyoof salphaadha. Kan ati kun xumura kooti jireenyi koo anaaf dhumate jette, Waqaayyo ‘ganaa jireenya eegalta’ siin jedha. Kanaaf abdiidiidhan Waqaayyotti hirkadhu.Dhukkubsachuu miti, du'u illee hanga boolla keessa nakaasutti nan amana jedhiin laphee keetiin. Alaazaar du'ee guyyaa afur booda boolla keessatti gooftaan isa yaadatee isas kaaseera waan taheef. Gatame irraanfatame, naman jaaladhuun fira dhiheenyaatiinis darbame jibbame hin jedhin, yoo akka garbaatti gurguramuudhaaf jibbamte iyyuu Waaqayyo biyya Misraatti akka Yooseef isa obboloota isaatiin gurgurame, hundaa ol ol qabe bulchaa taassie sana, sis ol si qaba waan taheef. Dhala dhabe Waaqayyo maaf dhala na dhoowwate ani namarraa hin uumamnee laata jettees garmalee hin dhiphatin, Ijoollen kennaa Waaqayyooti, Waaqayyo inni gadaamessa Haannaa banee Saamu'eel badhaase,'Dhabduun torba deesse' jettee akka galateeffattu si godhaati. Akka Elisabeetitti namoonni si hamatanis ati ilma biyyaaf namaaf Waaqafis tahu argattaati. Nama hinq abu dhukkubi koo na sakaale, an sichin nama ta’aa? Hin jedhin. Matsaaguun waggaa 38 booddaa Waqaayyo abdii itti horee isa fayyiseeraati. Fageessii afuura baafadhu. Baruumsi naaf hin galu ani doofes hin jedhin Waaqayyo akka Qulqulluu Yaareed sammuu kee ifaan ni guutaati. Hiyyoome,daare dhabe dhibame, horiin koos na dura dhume jettee yeroodhuma hunda hin gumgumin. Yoo obsa qabaatte,Waaqayyo akka Iyyoobitti mana kee sifaan gammachuufi qabeenyaan guutati. Kan humna qabu natti taphate, sodaadhe, humna kamiinan diina koo injifadha jettee hin cinqaminis, Waaqayyoon kee jabeesi qabadhu, inni Daawitiif Gooliyaad jilbiinfachiise,inni Sanaakireem qaanesse,Waaqayyo abbaan keenya kaleessaa sun hardhas nama abdiin eeggatan hundaaf ni dhaqqaba waan taheef. Hardharra boru wayya, borurra iftaan wayya jedhi malee jireenya kaleessaa qofa yaadannoodhaan hin jiraatin. Isa caalu jiraachuf gara fuula duraatti hiixadhu. https://t.me/Naaraarsi https://t.me/Naaraarsi https://t.me/Naaraarsi
69
8
Kunis Birraatti ce’uu ‘foolii birraa urgeeffachuu’ abdii haaraa jedhee fudhata. Jijjiirama uumama hedduutu waqtii kana jiraatas. Gama biraatiin akka kitabni Daaniyaa jedhutti ammoo akka waaqeffannaatti ayyaanni bara haaraa bona gogaa keessaa ayyaana Birboo jedhamuun walqabatee baatii Amajjii kabajama malee Fulbaana miti yaadni jedhu jira. Ayyaanni Birboo mallattoo waan moofaa fi dulloomaa bira darbanii gara waan haaraa fi jabaatti ce'uuti jedhu. Ta’us ammoo Amajjii guyyaa kam isa jedhu ifatti wanti taa’e hin jiru. Gama biraatin ammoo Bitootessa keessa kabajama jedhamee kan barraa’es argeera. Haa ta’u malee yaadoliin kun sababoota gara garaa irraa ka’anii kabajamu waan ta’eef, kanatu sirriidha kanatu dogongora yaada jedhu akka qabaannu nu hin taasisu. Hawaasni tokko taatee tokkorraa ka’ee lakkaa’a yookaan ammoo dhaha gara garaa fi hubannoo dhahaa gara garaa qaba waan ta’eef. Sabni Oromoo haalli teessuma lafaa baldhaa fi aadaalee fi ilaalcha falaasama, akkasumas amantaa gara garaa hordofas waan ta’eef kan itti dhiyaatee amanu fudhatee gaggeessurraan kan ka’e garaagarummaan kun waan uumame natti fakkaata. Ta’us hubannoon ani qabuun barri haaraan Birraa Fulbaana keessa isa jedhutu hawaasa hedduu biratti fudhatama, keessumattuu jijjiirama qilleensaa fi biqiltuu waqtii kana raawwaturraa jijjiirra baraa Fulbaana keessaa kun hiikkaa guddaa qabaata. Gama yaada bara haaraa keessumattuu Hagayya xumuraa fi Fulbaanaa kana yoo fudhanne garuu Maccaa fi Tuulama keessatti baldhinaan ayyaanota gara garaa hammatee kabajama, weeddifamaafis. Adoolessa keessa bakki itti kabajamus jira. Fakkeenyaaf Oromoota naannawa sulula laga Abbayyaa keessa jiraatan biratti Adoolessa keessa barri haaraa kabajamuu eegala kan jedhus jira. Naannoo Tuulamaatti ammoo ayyaanni bara haaraa Fulbaana keessaa,keessumattuu Fulbaana tokko ‘Qaammee’ jedhamuun kabajama. Qaammee baatii 13ffaa Amaariffaan ‘phaagumee’ jennee waamnuuf Afaan Oromootiin itti dhimma bahamu ta’us garuu, jechichi ayyaana bara jijjiirraa Fulbaana tokkoof bakka hedduutti itti dhimma bahama. Jala bultiin qaammee ‘qunnii buqiifannaa’jedhama. Borumtaa shamarran hin heerumin qunnii buqqifatan sana qabatanii mana namoota naannoo isaanirra naanna’uun barii birraa ibsu weeddisus. ‘Qaammee sirbu’. Qaammeen ayyaana sissinniidhaan keessumattuu shamarran hawwii olaanaan eeganiidha. Kanaaf ‘sinii yaa shishinii too, waggaa malee hin deebitu qaammee yaa sinsinnii koo’ kan jedhamuufi. Bakka tokko tokkotti garuu qaammen kun Ingiccaas jedhama, taphni shamarraniin taasifamus durfamees eegalama. Ilaalchi fi miirri ayyaana bara haaraa kun hanga masqalaa fi irrechaas itti fufa. ‘Baga ganna bacaqii baatanii birratti dabartan, baga ganna hulluuqxan kan Oromoon waliin jedhamu baatii Fulbaanaa kana keessa. Fulbaana jechuunumti iyyuu hiikkansaa fuula walitti baana jechuudha. Ganni darbee lagni yoo hirdhatu dirsa gannaa booddee namni yeroo itti wal argu jechuudha. Guyyaan fi dhahi bara haaraa kabajuu kun sabaa fi sablammoonni biyya keenya keessa jiran birattis akkuma ilaalchaa fi dhaha isaanitti garaagarummaa qaba. Maqaa gara garaas qaba. Akka hubannoof nuuf ta’utti gabatee kanaa gadii irraa ilaaluu dandeenya #Abdii "Waan tokko nan godha,wanta na boodatti hafe yaaduu dhiisee, wanta na dura jirutti nan hiixadha" (Fil 3:13) Barri haaraan dhufaa jira. Yeroo Waqaayyo kenne keessatti bara namatu abdiin haaromfata malee guyyootni addatti qalama dibamanii fi hin dibamne hin jiran. Namni garuu yericha akka isaaf hiikkaa kennutti addaan qoqqooda. Qoqqoodes itti jiraata. Isa keessatti abdii horata. Isa darbe dagatee isa dhufu abdii taasifata. Atis hammam iyyuu gadda fi abdii kutannaa keessa jiraattu iyyuu bara haaraan simadha jedhii of qopheessi. Of duuba deebitee yoo yoo ilaaltu tarii jireenya kee keessatti kan itti gammadde caalaa kan itti gadditetu jira ta’a. Kan itti boqotte caalaa kan itti dadhabdetu jira ta’a. Wantootni hedduun jireenya kee keessatti abdii si kutachiisan ta’a. Nama heddu wajjin waa meeqa karoorfatte, kaayyoo tokko qabattee, hardha namoonni sun si bira hin jiran ta’a.
46
9
Barri Haaraan Oromoo Biratti Guyyaa Kami? Akaakuun Dhaha Addunyaa wantoota afur irratti bu’ureeffama. Isaanis Ji’a(Lunar),Biiftuu(Solar), Ji’aa fi Biiftuu(Luni-solar) fi Buusaa jechuunis rukkata fi qindoomina urjiilee(sidereal) dha. Addunyaa irrattis biyyootni akka Hindii, Giriikii, Egypt, Chaayinaa fi Maayaa dhaha durii kan gara garaa qabaachuudhaan beekamoodha. Gara biyya keenyaas enna adhufnu dhaha gara garaatu jira. Isa keessaa dhaha mana kiristaanaa Ortodooksii, Dhaha Oromoo, Dhaha sabaafi sablammootaa(keessumattu kibbatti fakkeenyaaf kan Mursii, kan walayitaa, Sidaamaa, kan Geede’oo) , Dhaha Islaamaa(Bara Hijraa) fi kkf eeruu dandeenya. Dhaha Oromoo yoo fudhanne akaakuuwwan dhaha addunyaa waliin yoo ilaallu Urjiilee fi ji’a irratti hundaa’a waan ta’eef makaa Ji‟aa fi Buusani(Luni-Sidereal) ta’a jennee fudhachuu dandeenya. Addeessaa fi teessuma urjiilee irratti hundaa’ee Dhahi gageessamus akkuma baldhina lafa Oromoo kan gara garaatu jira. Fakkeenyaaf Dhaha Oromoo keessa jiran gosootni gara garaa akka jiran beekamaadha. Fakkeenyaaf Dhaha Booranaa, Dhaha Gujii, Dhaha Arsii, Dhaha Ittuu, Dhaha Maccaa-Tuulamaa, fi Dhaha Waaqeffannaa faa jennee ilaaluu dandeenya. Kanas akkasitti adda baasuun kan barbaachiseef gidduu isaanitti garaagarummaan muraasni dhahaa fi guyyootaa waan jiruufi. Fakkeenyaaf akka Dhaha Booranaatti ji’a tokko keessa guyyoota(ayyaanota 27tu jira, akka dhaha Gujiitti 28tu jira, akka dhaha Arsiitti 27 ti jira, akka Waaqeffannaatti guyyoota 28 hanga 31 ta’uu danda'u etc. Ayyaanota jalqabaas yoo fudhanne fakkeenyaaf kan Gujii Salbaana Deettii irraa eegala, kan Boorana Areerii Duraa, ka Arsii Hinniika, kan Ituu Bitoo, kan Waaqeffannaa Inniikaa/ Ruuda(WADO/ Daaniyaa 6400/2006, Jaatanii 2014, Boonsamoo 2009,Waaqumaa 2010…) Warri kana irratti qorannoo taasisan akka ibsutti Dhaha Oromoo lakkaa'uun kan danda'amu akkaataa jiini/addeessi, urjiinifi bakkalchi itti bahuufi lixu irratti hundaa'a. Karaa gama biraa dhaha lakkaa'uuf, bahuu, lixuu (seenuu), guddina ji'aa ilaaluun, bakka teessumaafi mul'ina urjiilee, akkasumas, jijjiirama bakka teessuma isaaniifi bakka teessuma bakkalchaa hordofuun isaanii beekamoodha. Keessumattuu Dhaha Booranaa irratti qorannoowwan gara garaa namoota biyya alaa dabalatee taasifamee ni agarra. Isa keessaa qorannoon Professor Asmerom Laggasaa irra deddeebiidhaan bakka heddutti kan caqasamudha. ....... Kutaa kana keessatti Barri Haaraan Oromoo biratti guyya kam kabajama kan jedhuu fi uummatoota biyya keenyaa keessaa keessumattuu warra ollaa hawaasa Oromoo jiraatan guyyaa ayyaana bara haaraa siaanii guyyaa itti kabajan ilaalla. Jalqaba irratti hawaasa Oromoo keessa dhaha baraa irratti akki itti lakkaa’amu lakkoofsa gara garaatu jira. Fakkeenyaaf akka kitaabni Daaniyaa ‘ilaalcha waaqeffannaati’ jedhee ibsetti barri 2015 kun barri isaa 6,417 dha(hanga Amajjiitti). Kunis kan ta’uu danda’eef akka afaanin maanguddoonni dubatanitti Oromoon hanga bara 2006 A.L.A'tti Gadaa 800 dabarsee jira. Marsaan Gadaa tokko ganna ykn waggaa saddeet saddeet kan qabu yoo ta'u kunis hamma bara Awurooppaa 2006'tti bu'ura dhaha kanaan, 8x800 bara 6400 ta'a jechuudha. Kanaaf, barri haaraan amma keessa jirru kun hanga Amajjii itti aanutti 6417 ta'a jechuudha. Gama biraatiin ammoo akka dhaha Booranaa fi Gujiitti darbe 3360. Dhaha Booran/Gujiin Gadaan dhaachii kudha lama irra akka ga’e himu. Shallaggii kanaan gadaan tokko ganna saddeet waan ta’eef, barruun gadaa tokkoos shan waan ta’eef, dhaachin tokko barruu gadaa torba waan ta’eef barri 3360 kun akki itti argame 8x5x7x12 jechuudha. Akkuma ilaalchi dhaha gara garaa Oromoo keessa jiru, bara haaraan guyyaa kam irra oola(exact date) isa jedhu irrattis garaagarummaatu jira. Ayyaana Qaammee isa Fulbaanaa 1 kabajamun alatti guyyootni baatii kanatti, guyyaa kana jedhamee himamu hin jiru. Bakka gara garaatti guyyoota gara garaa fi ilaalchota gara garaatu akka jiru ni hubatama. Inni jalqabaa uummanni Oromoo hedduun barri haaraan waqtii birraa keessa akka ta’e keessumattuu ji’a Fulbaana keessa akka ta’e amana, kabajas.
50
10
Bara Haaraa Arginee Arjummaasaan.mp3
75
11
Faaruwwan, Barumsa Ayyaanaa, Walaloo, Diraamaa, Lallaba Guyyaa Ayyaanaa Hundi Qophaa'ee Isiniif Dhufeera Maarree Koottaa Baradhaan Ammoo Waamicha Keenyadha. Hunda Isaa Argachuuf👉 see more
19
12
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
21
13
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇 🥰Channel afaan oromoo🥰
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee  Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇 🥰Channel afaan oromoo🥰
9
14
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
5
15
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
1
16
Isin Ortodoksi dha❓
1
17
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇 🥰Channel afaan oromoo🥰
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee  Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇 🥰Channel afaan oromoo🥰
2
18
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
2
19
Mallattoo onnee kanaa gadi jiru tuquun waan ajaa'ibaa isiniif dhufu ilaalaa! Ajab! 👇👇👇 🤔 Ajab! 👇👇👇 🤔 Ajab! 👇👇👇 🤔 ┼┼▄██▄┼┼┼▄██▄┼┼ ┼██████┼██████┼ ┼█████████████┼ ┼█████████████┼ ┼┼███████████┼┼ ┼┼┼█████████┼┼┼ ┼┼┼┼┼█████┼┼┼┼┼ ┼┼┼┼┼┼███┼┼┼┼┼┼ ┼┼┼┼┼┼┼█┼┼┼┼┼┼┼ 💙👆💙👆💙👆💙👆💙👆💙
6
20
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
2