ru
Feedback
Dirree Faarfannaa

Dirree Faarfannaa

Открыть в Telegram

Faarfannaa Ortodoksii Tawaahidoo Yeroo Yeroon Ni Argattu Akkasumas Barreeffamoota Afuurawaa Ni Argattu Hiriyoota Keessaniif Share Taasisaa

Больше
9 231
Подписчики
-124 часа
+67 дней
+9630 день

Загрузка данных...

Облако тегов
Нет данных
Возникли проблемы? Пожалуйста, обновите страницу или обратитесь к нашему support-менеджеру .
Входящие и исходящие упоминания
---
---
---
---
---
---
Привлечение подписчиков
июль '26
июль '26
+94
в 35 каналах
июнь '26
+262
в 37 каналах
Get PRO
май '26
+237
в 41 каналах
Get PRO
апрель '26
+288
в 36 каналах
Get PRO
март '26
+363
в 35 каналах
Get PRO
февраль '26
+238
в 33 каналах
Get PRO
январь '26
+375
в 34 каналах
Get PRO
декабрь '25
+537
в 7 каналах
Get PRO
ноябрь '25
+515
в 5 каналах
Get PRO
октябрь '25
+404
в 7 каналах
Get PRO
сентябрь '25
+375
в 3 каналах
Get PRO
август '25
+505
в 3 каналах
Get PRO
июль '25
+324
в 3 каналах
Get PRO
июнь '25
+407
в 6 каналах
Get PRO
май '25
+376
в 7 каналах
Get PRO
апрель '25
+474
в 8 каналах
Get PRO
март '25
+1 243
в 4 каналах
Get PRO
февраль '25
+1 073
в 8 каналах
Get PRO
январь '25
+1 522
в 11 каналах
Get PRO
декабрь '24
+118
в 9 каналах
Get PRO
ноябрь '24
+217
в 10 каналах
Get PRO
октябрь '24
+108
в 4 каналах
Get PRO
сентябрь '24
+241
в 4 каналах
Get PRO
август '24
+192
в 9 каналах
Get PRO
июль '24
+100
в 1 каналах
Get PRO
июнь '24
+20
в 1 каналах
Get PRO
май '24
+35
в 0 каналах
Get PRO
апрель '24
+78
в 2 каналах
Get PRO
март '24
+248
в 0 каналах
Дата
Привлечение подписчиков
Упоминания
Каналы
17 июля+10
16 июля+2
15 июля+1
14 июля+4
13 июля+6
12 июля+8
11 июля+1
10 июля+6
09 июля+5
08 июля+7
07 июля+4
06 июля+7
05 июля+11
04 июля+6
03 июля+5
02 июля+5
01 июля+6
Посты канала
2
Warreen Barnoota Ortodoksii Afaan Oromootiin Darbu Akkasumas Faaruu, Walaloo, Ogaartiwwan, Diraamaa, Asoosama, garaa garaa barbaaddan ammuama Join Gochuun Argachuu Dandeessu. 👇
46
3
Search gochuuf hin dhiphatiinaa dhugaa isin gowwomsuuf miti. hundumtuu maqaadhuma maqaa isaaniitiin jiru hundumtuu chaanaaliiwwanis ta'ee giruuppiiwwan tajaajila Afuuraawwaa Ortodoksii Tewaahidoo karaa seeraa fi Qannoonaa, Doogmaa eeggateen dabarsanidha. Maarree tajaajilaan tokko ammoo hordoftoota hin qabu taanaan maaliin tajaajilaree. Bakkas isin jalaa hin fixu kan isiniif ta'u akkaataa isiniif galuun kan barbaaddan filattanii keessaa barachuus ta'ee faaruuwwaniin eebbifamuu dandeessu. Ammuma join gochuun hunduma isaa hoo barbaaddanis kan barbaaddan qofa join godhachuun itti makamaa🙏
55
4
Koottaa Dirree Tajaajiltoota Qulqulleettii Mana Kiristiyaanaa Seeraaf Dambii Ishee Dabarsan Kanatti Makamaa Wanta Barbaaddan Hunda Akka Keessatti Argattan Abdiin Qaba.
126
5
Dhugaan laphee Kiristaanummaa keessa jiraatu yeroo hundumaa mul'achuu qaba. Innis amantaa, jaalala, fi sammuu gaarii dha. Nam
Dhugaan laphee Kiristaanummaa keessa jiraatu yeroo hundumaa mul'achuu qaba. Innis amantaa, jaalala, fi sammuu gaarii dha. Namni isaan kana hin qabne kasaaraa guddaa keessa jira. Jireenyi Kiristaanummaa sirriin bu'uura amantii, jaalala, fi sammuu gaarii irraa madda.
278
6
Koorsii Dubbii Amantaa Kutaa 4ffaan Gadhiifameera Dubbisaa Karaa Kanaan 👇 https://t.me/DirreeLallabaa https://t.me/DirreeLallabaa https://t.me/DirreeLallabaa
273
7
D.TAMI Obseetan Si Eega (1).mp3
367
8
Maqaa biraa hin qabnu kan ittiin waamamnu Guyyaa 40(80) cuuphaan kan beekamnu Sillaasee faarfanaa maqaa isaa ol kaasnee Tokkos sadiis jennee galata lolaasnee(2) Ijoolummaa kaaste ati harka na qabdee Akka si faarfannuuf galataaf na dhaabdee Maddi dhiiga keenya burqitiinsaa sidhaa Midhagaa Suurraa keenya daandiin keenya sidhaa Ta'ii jecha keetiin samii jabeessitee Uumama hundumaa walqixxeetti soortee Bara lakkoofsiftaa Barri sin Madaaluu Waaqummaan kee dhugaa eenyu sin hin caaluu Suraafel sodaadhan teessoo kee baatanii Kirubel galataan qulqulluu jedhanii Nutis dhaala isaanii si galateeffannaa Sillaasee uumaa keenyaa maqaa kee jajannaa ●●●●●●●● F/ta Hiikaa Bultii Faarfannaa Yeroo Hunda Argachuuf Miseensa Ta'aa 👇👇👇      ━━━━━━━━━━━ ✅ @DirreeFaaruu02 ✅ @DirreeFaaruu02       ♡      ⌲       ✉️       ˡᶦᵏᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
739
9
✝Alfaa fi Omeegaa Alfaafi omeegaa waaqayyodha maqaan kee Jalqabaaf dhuma hin qabu barri jireenya kee Mootumma keerra baraan nii jiraattaa Siif laanna gooftaa Aarsaa galataa Baroota jijjiirta ati hin jijjiiramtu Aangoof humna keetin hundaa kan raawwattu Baraan ati yaavwaaqa sanumaa dorgomaa hin qabdu gooftaa tasumaa Kaasne baganaaf Masinqoo qabannerra tsinaa tsinii Kabaroo sillaasedhaaf galata dhiyeessina ummamni martuu isaaf jilbeeffanna(2) Hunduu siif bitamaa siif abboomamaa Umaamni martinuu guddummaa kee hima Laftiif samiin hojii harka keetii Waaqa waaqotaa mootidha ati Waaqota jedhamuun kan waaqefamaan Burkutaahaniruu har'aa iddo  jiraan Ati garuu baraan ni jiraatta Siif laanna goofta arsaa galataa Qulqulluu Qulqulluu jedhamuun faarfamee galataan marfamee kan waaqeffamee Siqofaadha hundaa kan daanda'uu Maqaa keetiif galanni haa ta'u      ━━━━━━━━━━━ ✅ @DirreeFaaruu02 ✅ @DirreeFaaruu02       ♡      ⌲       ✉️       ˡᶦᵏᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
730
10
“Waan hojjettan hundumaa jaalalaan raawwadhaa!” — 1Qor. 16:14 Sanbata Gaarii Qabaadha
“Waan hojjettan hundumaa jaalalaan raawwadhaa!”   — 1Qor. 16:14 Sanbata Gaarii Qabaadha
1
11
Utuu isa miidiyaa kanarraa akka maraatuu godhachuu oolu ta'ee kufnee kaanee jajjabeessina ture. Mucaa Qorumsa meeqa keessa da
Utuu isa miidiyaa kanarraa akka maraatuu godhachuu oolu ta'ee kufnee kaanee jajjabeessina ture. Mucaa Qorumsa meeqa keessa darbee har'a galataaf dhaabbatu kana garuu ilaallee bira dabarra. Qubni sirraa hin citu youtube isaa link gadii kanan seeni subscribe taasisi. Faaruu Albeema guutuu irratti gadhiisufi waan ta'eef 👇👇👇 https://youtube.com/@bekamagobena?si=sz7ZmundCileWrIe https://youtube.com/@bekamagobena?si=sz7ZmundCileWrIe
701
12
Ifoota Biyya Lafaa:- Qulqulloota Phaawuloos fi Pheexiroos Manni Kiristaanaa Ortodoksii Tewaahidoo keenya waggaa waggaan Adoolessa 5 irratti yaadannoo Qulqulloota Phaawuloos fi Pheexiroos kabajaan ni yaadatti. Ayyaanni kun "Ayyaana Duuka Bu'ootaa", "Urjiiwwan Mana Kiristaanaa" ykn "Ifoota Biyya Lafaa" jedhamuun beekama. Qulqulloonni lamaan kun amala, seenaa fi hojii adda addaa qabaatan illee, waan tokkoon wal fakkaatu: jireenya isaanii guutuu Kiristoosiif kennan. Kiristoosin duukaa bu'an; Kiristoosin lallaban; Kiristoosin jiraatan; dhuma irrattis maqaa Isaaf wareegaman. Kanaaf har'as akka ibsaa biyya lafaa fi fakkeenya amantii cimaatti ni yaadatamu. Pheexiroos qurxummii kiyyeessaa ture; Phaawuloos immoo  mootummaa biyya lafaa keessaati Kiristaanoota ari'u keessaa tokko ture. Garuu ayyaanni Waaqayyoo lamaan isaanii jijjiire. Kunis eenyummaa isaani jijjiree; namni gara Kiristoos dhugumaan deebi'e hojii guddaa Waaqayyoo ta'uu akka danda'u nu barsiisa. Har'a illee waamichi isaanii nuuf ifaadha: Kiristoosin duukaa bu'aa. Kiristoosin jiraadhaa. Kiristoosin lallabaa. Kiristoos qofaaf jiraadhaa. Ifa isaanii hordofuudhaan, addunyaa dukkanaa'aa keessatti ifa Wangeelaa haa taanu."Isin ifa biyya lafaa ti." (Maatewos 5:14) Andualem leta ✍️ Araarsummaan Qulqulluu Phaawuloos fi Pheexiroos nuu waliin haa ta'u. Ameen.
778
13
Akkamiin Na Jiraachiste Akkamiinan darbe Abbaa koo Akkamiin Na Jiraachiste Mee maaliinan darbe teellaa koo Naafuu gaafiidham jireenyi koo Egaa hin beeku garuu siif deebii Waaqakoo (Si qofadha Gooftaa Seenaan jireenyakoo) Dhugaadha Yididiyaat ana kan siin jaallatame Baay'inni Cubbuu koo araaraan golgame Dirra kee madooftee na baatte qomatti Lubbuun koo siif yoomuu gatii dafqa keetii Sodaadhaf si ganuun fuula kee na dhoksee Ija dhiigan makeen imimmaan koo roobsee Galaanarraa deemtee na barbaada dhufte Jaalala keef boo'een irbaata faffate Galgalaan qabamee hidda onnee xaxamee Boo'icha irraan gadee gaafan geggeeffame Diinni koo bookkisee duuti koo labsame Lubbuu koo deebiftee situ na keessaa argame Si jalaa hin beelofne ofii kee naaf laatte Harka duwwaa ba'een eebba keet na guute Akka dadhabbiikoof harka duwwaan hafa Kan na jiraachise arjummaa kee qofa Eeyyee.../2/ Dhugaadha... Si qofaadha Iyyesuus deebiin maalummaa koo Si qofaadha Gooftaa waa'een jireenya koo Si qofaadha Iyyesuus Seenaan jireenya koo
3 040
14
Koorsii Dubbii Amantaa Kutaa 2ffaan Gadhiifameera Dubbisaa Karaa Kanaan 👇 https://t.me/DirreeLallabaa https://t.me/DirreeLallabaa https://t.me/DirreeLallabaa
730
15
Filannoo dhugaa nuti dursine Kiristoosin abdii kan godhanne Ulfina isaatiif akka taanuuf galata Nu foo'ateera gooftaan gooftotaa Kabaja dhumaaf nu barbaadate Addunyaan dura kan nu fo'ate Karaa kirsitoos jaalala isaani Adda baaneerra waaqayyoo abbaani Dhaalli du'aa gatiin cubbuu nurra hin jiru Amanneerra Arganneerra kan nu furu Isa qofa nu'iif daawwaani Kan nu bite jaalalaanii Barri murame yeroo guutetti Hunda raawwate akka akeeketti Dhoksa yaada isaa nu'iin beeksise Du'a du'aa irraa nu'iin fayyisee Jireenya boodaaf qabdii nuuf ta'e Afuurri qulqulluun inni nuuf bu'e Afuura dhugaan mallatteefamne Isa dhageenyes warri amanne Furamuu cubbuu isaan arganne Dhiiga Iyyasuusin nuti dhiqamne Takkaaf kan dhumaa qulqulloofneerra Ayyaana isaan nuti Fayyineerra “Nuyi warri duraan dursinee Kristosin abdii godhanne ulfina isaatiif galata akka taanuuf nu fo'ate" Efe. 1:12 Faarfannaa Haaraa Miseensa Ta'aa 👇 ✅ @DirreeFaaruu02 ✅ @DirreeFaaruu02       ♡      ⌲       ✉️       ˡᶦᵏᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
1 056
16
Daandii koodhaaf ibsaadha seerri kee ifa miilla Koo Daandii Koodhaaf Ibsaadha Wangeelli kee ifa miila koo pheeni'eel jedhee bakka eebba Koo Ati jijjiirtee waamnaan  moofaa Maqaa Koo pheeni'eel jedhee bakka eebba Koo Ati fayyifnaan yaa waaq madaa garaa Koo.                            Boo'aaf dukkana keessatti Du'es jiraadhes an Kan keeti Lubbuu Koo guutuun siif amanamaa Waa’ee keef jedhee nan wareegamaa Humni kee hundaa Kaan danda'uu.  Maqaa keetiin duuti haa na'uu Hinaaffaan gatii hin argatinii Narratti mo'ii baruma baraanii Hir'uu Koo situu naaf hubate Fedhuma keetiin anaan firoomtee Anoo hin miidhagum tasa qofaa Koo Narraa calaqqis dooqaa morma Koo Waaqa abboolii Koo warra darbanii Si amananii aduu dhaabanii Anaafis Uumi laphee Qulqulluu Si malee anoo qofaa Koo hin toluu   Dadhabbii koo situ naa hubatee Jaalala keetiin anaan firoomtee Tasa hin miidhaguu gooftaa qofaa koo Narraa calaqqisi Elellaa morma koo A/F Luba Firaanol Moosisaa
1 038
17
Arraba hiikaa maqaan isaa Gammadeetan isa faarsaa Yohaannisi kan jedhanii Dubbatanii argamanii ×2 Ergamaan waaqaa samiirra ni dhufee Dhalachuu yohaannis Zakkaariyaasitti himee Amanuu waan dideef Arrabni isaa hidhamee Yohaanniis jechuudhaan Afaan isaa banamee Gammoojjii irraa bakki Guddina isaa Rifeensa Gaala taasise Huccuu isaa Kan lafa onaarraa sagalee Jedhamee Afaan namaa hiikuuf isatu Muudamee Kan lafa onaarraa sagalee jedhamtaa Hoolicha waaqayyoof ati daandii Hartaa Laphee abboototaa daa'immaniif Laattee Barumsa keetinii gaarrii wal Qixxaatee Mi'aa biyya lafaa dhugumaatti Ni jibbee Qulqulluu dhiigasaas waaqaaf Dhangalaase Mootummaa waaqayyoos Du'a Hadhawaaf obsee Yohaanniis abbaa koo kee ta'uun na boonsee      ━━━━━━━━━━━ ✅ @DirreeFaaruu02 ✅ @DirreeFaaruu02       ♡      ⌲       ✉️       ˡᶦᵏᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
1 023
18
Waaqa jaalalaa (2) Bakkalcha bariiti mana galgalaa Ati nuuf taatee taa'ii koof gaddisaa Iyyasuus si'iin baane bilisaa Aangoo dukkanaa nurraa rukutee Barii fayyinaa nuuf barisiftee Birmadummaatin jiraadha jette Iyyasuus ati abbaa nuuf taate Dukkana irratti ifaasaan duule Wanjoo gabrummaa fannoosan lolee Diinarra ejjete kan mirgaan galee Nuti hin arginee gooftaa si malee Jaalala dhugaa kan wareegama Du'a hin sodaatu achitti adeema Mootiin yihuudaa jagni ganamaa Ilma waaqayyooti inni iyyasuus suma Mootumma diina aboodhaan cabsee Mandara sanii digeetu onsee Mataa jawwichaa gooftaan buruksee Nu ijoollee isaa bilisa baase      ━━━━━━━━━━━ ✅ @DirreeFaaruu02 ✅ @DirreeFaaruu02       ♡      ⌲       ✉️       ˡᶦᵏᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
943
19
Filannoo Dhugaa https://youtube.com/watch?v=SubHJgL-e4o&si=c8YDiQpemFTlVesl
946
20
Hin Caamu siif roobee galatni koo Hin dhaabbatuu danbaliin yeedaloo koo Iyyasuus maqaakee baraan leellisaa Siif of kenneen si waaqessaa Galagalchitee labsii du'a koo Irree galataa goote teessoo koo Sirratti biqilee hiddi koo hin goguu Sichan lalisaa hongeen nan arguu Oolmaakee himee katabee hin fixuu Utuun sin jajiinii aduun hin lixxuu Maqaakee baadhee biyyaa biyyattii Sichan lallabaa amma andaaraattii Cancala diinaa narraa kukkuttee Walabummaakoo dhiigaan labsitee Luba lubbuukoo dursaa Lubootaa Siifan lolaasaa aarsaa galataa Bishaan jireenyaa dheebuukoo kuttee Mannaa jiraataa beela na baastee Siin nyaadhee dhugee latee miseeraa Simboof eebbakoo kan yeroo maraa Bakkalcha barii dukkana mootee Dimimmisaa koos kan naaf ibsitee Iyyasuus narraa situ calaqqisaa Kayyoo kiyyatii si balbaloomsaa     Dn F/ta Fayyisaa Asraat      ━━━━━━━━━━━ ✅ @DirreeFaaruu02 ✅ @DirreeFaaruu02       ♡      ⌲       ✉️       ˡᶦᵏᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
1 069