Dirree Faarfannaa
Open in Telegram
Faarfannaa Ortodoksii Tawaahidoo Yeroo Yeroon Ni Argattu Akkasumas Barreeffamoota Afuurawaa Ni Argattu Hiriyoota Keessaniif Share Taasisaa
Show more9 645
Subscribers
No data24 hours
+677 days
+17930 days
Posts Archive
9 646
"Yaada ani isiniif yaade anuma duwwaatu beeka; innis yaada nagaa fi yaada wanta isin gara fuulduraatti eeggattan isiniif raawwachuu ti malee, yaada isin balleessu miti. Isin ana in barbaaddattu; garaa keessan guutuudhaan yoo ana barbaaddattan, ana in argattu.”
📖 Raajii Ermiyaas 29:11
Bara Haaraa kana keessatti, iftii fi abdii haaraan nurraa haa mul’atu. Waaqayyo kan nuuf yaade, wanti gaariin hundumtuu haa raawwatamu; hojiiwwan gaariin karoorfaman haa milkaa’an; lapheen keenya gammachuudhaan haa guutu.
Bara Haaraa Gaarii nuuf haa ta’u!
Ameen! 🤲
🎉 Baga Geessan!
“Namni Kiristoos keessa jiraate uumama haaraa dha; wanti moofaan darbeera; kunoo, wanti haaraan ta’eera.”
📖 2 Qorontos 5:17
9 646
Repost from Orthodox Free Promotion
Walaloo Ayyaanaa Bara Haaraa Dabalatee, Kan Masqalaallee Kan Yeroo Ilaallatu Kan Ajajaan Isiniif Barraa'u Kamuu Of Keessaa Qabu Chaanaalii Kanaa Gadii Seenaa Ilaalaa Yoon Sobe Barbaannaan Itti Hin Makamiinaa Dhugaa Waaqaa👇
@Walaloo0
9 646
Barreeffamoota Waa'ee Bara Haaraa Argachuuf Dubbisuu Kan Barbaaddan Channel Gadii Kana Jion Taasisaa
👇👇👇
https://t.me/DaandiiFayyinaa27
9 646
Repost from Orthodox Free Promotion
Araarsummaa Fi Ayyaanni Haadha Keenyaa Isinirras Nurras Haa Bulu Jechaa Kan Kanaa Gaditti Argamu Miidiyaawwan Tajaajila Afuuraa Sirnaaf Seera Isaa Eeganii Dabarsanidha.
Ammuma Join Gochuun Seenaa Baradhaa. Baraiisota Keenya Halkanii Fi Guyyaa Itti Dadhabanii Barreessaniifis Jajjabina Ta'aa.
Hunadhaa👉 Barachuu Baattanis Join Gochuun Isin Hin Miidhu Ammuma Link Kanaa Gadii Tuqaa 👇
Tajaajila Afuuraa Ortodoksii Tewaahidoo Itiyoophiyaa Hunda
9 646
Repost from Orthodox Free Promotion
Warreen Barumsa Koorsii Gaafachaa Turtaniif, Gaaffilee Shakkitootaaf Deebii Ga'aa Dabalatee Isiniif Fidneerra Kunoo 👇
9 646
Repost from Orthodox Free Promotion
Faaruwwan, Barumsa Ayyaanaa, Walaloo, Diraamaa, Lallaba Guyyaa Ayyaanaa Hundi Qophaa'ee Isiniif Dhufeera Maarree Koottaa Baradhaan Ammoo Waamicha Keenyadha.
Hunda Isaa Argachuuf👉 see more
9 646
Faarfannaa Bara Haaraa Linkiiwwaan Kanaan Buufadha Warri Hin Argatin
https://t.me/DirreeFaaruu02/3676
1. Guyyaa Ayyaanaa Eebbifamaa
https://t.me/DirreeFaaruu02/3665
2. Hoo Jennee Dhufnee
https://t.me/DirreeFaaruu02/3666
3. Ishoo Gammadaa
https://t.me/DirreeFaaruu02/3667
4 Arginee Bara Haaraa
https://t.me/DirreeFaaruu02/3667
5. ደስ ይበለንበ
https://t.me/DirreeFaaruu02/3669
6. Haababonii Daraareeraa
https://t.me/DirreeFaaruu02/3670
7. Bara Haaraan Nu Geessettaa
https://t.me/DirreeFaaruu02/3671
8. Iliiil Jedhaa
https://t.me/DirreeFaaruu02/3672
9. Hoo Jennee Dhufnee
https://t.me/DirreeFaaruu02/3673
10. Habaaboon Daddaraaree
https://t.me/DirreeFaaruu02/3674
11. Bara Haaraa Bara Araaraa Arginee
https://t.me/DirreeFaaruu02/3701
12. Ameen Zemeni
https://t.me/DirreeFaaruu02/3702
13.Yemsrach_Yzen
https://t.me/DirreeFaaruu02/3707
14. Ceenee Bara Haaraatti
https://t.me/DirreeFaaruu02/3675
15. Ni Faarfannaa
https://t.me/DirreeFaaruu02/3676
16. Ji'oota Guyyaatan Hirtee
https://t.me/DirreeFaaruu02/3677
9 646
የምስራች_ይዘን__Yemsrach_Yzen
Faarfannaa Bara Haaraa
━━━━━━━━━━━
✅ @DirreeFaaruu02
✅ @DirreeFaaruu02
♡ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
9 646
"karaadhuma hundumaan namoota muraasa illee oolchuudhaaf, namoota hundumaa biratti waan fakkaatu hundumaa ta'eera. Hojii wangeelaatiin kennaa isaa keessaa hirmaachuudhaaf, wangeelaaf jedhee kana hundumaa nan godha."
(1Qor. 9:22-23)
"በሁሉ መንገድ አንዳንዶችን አድን ዘንድ፥ ከሁሉ ጋር በሁሉ ነገር እንደ እነርሱ ሆንሁ።
በወንጌልም ማኅበረተኛ እሆን ዘንድ ስለ ወንጌል ሁሉን አደርጋለሁ።"
(1ቆሮ 9:22-23)
9 646
Mee Dhugumaan Namoonni Channel kana hordoftaniif Jallattan Qofti Nama Shan Shan Qofa affeerraa Bara Haaraa Kanatti Hordoftoota 10000 Galchaa. Linkii Gadii kana Share namaa Godhaati. Share gochuu keessaniin Homaa Hin Miidhamtan
Linkii Kana Xuquun Miseensa Ta'aa.
👇👇👇👇
━━━━━━━━━━━
✅ @DirreeFaaruu02
✅ @DirreeFaaruu02
♡ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
9 646
Repost from Orthodox Free Promotion
Walaloo Ayyaanaa Bara Haaraa Dabalatee, Kan Masqalaallee Kan Yeroo Ilaallatu Kan Ajajaan Isiniif Barraa'u Kamuu Of Keessaa Qabu Chaanaalii Kanaa Gadii Seenaa Ilaalaa Yoon Sobe Barbaannaan Itti Hin Makamiinaa Dhugaa Waaqaa👇
@Walaloo0
9 646
Repost from Orthodox Free Promotion
Nu bira hunduu jira koottaa as goraa filannoon keessan maali tajaajiltoonni keenya tajaajilamtoota barbaadaa jiru waan ta'eef seenaa baradhaa kan kanaa gadii chaanaaliiwwan barumsa Ortodoksii seeraaf danbii Doogmaa Qannoonaa isaa eeggate dabarsaa waan jiraniif seenaa baradhaa.
Galatoomaa
9 646
Faarfannaa Bara Haaraa
Faaruu Haaraa
F/ttoota Finoota Tsidqiin
━━━━━━━━━━━
✅ @DirreeFaaruu02
✅ @DirreeFaaruu02
♡ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
9 646
Faarfannaa Bara Haaraa
Faaruu Haaraa
F/ta Dagaagsaa Solomoon
━━━━━━━━━━━
✅ @DirreeFaaruu02
✅ @DirreeFaaruu02
♡ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
9 646
Repost from Orthodox Free Promotion
Faaruwwan, Barumsa Ayyaanaa, Walaloo, Diraamaa, Lallaba Guyyaa Ayyaanaa Hundi Qophaa'ee Isiniif Dhufeera Maarree Koottaa Baradhaan Ammoo Waamicha Keenyadha.
Hunda Isaa Argachuuf👉 see more
9 646
Ayyaanoome
Fayyinni koo naaf dhugoomee Ayyaanakeen ayyaanoome
Golga hin qabu si ilaaluuf dhiiga keetiin naaf ifoome
Abbaa dhugaa tiksee gaarii Gooftaa lyyasuus mootii nagaa
Gatii dhiigaan na bitatte lubbuu koo iyyuu siin wareega
Fta Dagaagsaa Solomoon
━━━━━━━━━━━
✅ @DirreeFaaruu02
✅ @DirreeFaaruu02
♡ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
9 646
Repost from Orthodox Free Promotion
Araarsummaa Fi Ayyaanni Haadha Keenyaa Isinirras Nurras Haa Bulu Jechaa Kan Kanaa Gaditti Argamu Miidiyaawwan Tajaajila Afuuraa Sirnaaf Seera Isaa Eeganii Dabarsanidha.
Ammuma Join Gochuun Seenaa Baradhaa. Baraiisota Keenya Halkanii Fi Guyyaa Itti Dadhabanii Barreessaniifis Jajjabina Ta'aa.
Hunadhaa👉 Barachuu Baattanis Join Gochuun Isin Hin Miidhu Ammuma Link Kanaa Gadii Tuqaa 👇
Tajaajila Afuuraa Ortodoksii Tewaahidoo Itiyoophiyaa Hunda
9 646
Repost from Orthodox Free Promotion
Ijoollee Ortodoksii Hundaaf Nageenyi Waaqayyoo Isiniif Haa Ta'u Jechaa. Filannoo Armaan Gadii Fayyadamuun Baradhaa.
[Koorsii Afuuraa
Barumsa Lubummaa
Hiika Macaafa Qulqulluu
Seenaa Qulqullootaa
Seerota Kadhannaa
Seenaa Ergamootaa
Barumsa Mana Kiristiyaanaa Hunda
Hunduma Argachuuf Gadi tuquun seenaa👇
9 646
Repost from Orthodox Free Promotion
Ijoolleen Ortodoksii Hundi Chaanaalii Kanaa Gadii Join Gochuun Tajaajila Barbaaddan Hunda Argadhaa. Wanta Dhabdan Nu Gaafadhaa👇
Walaloo:- PDF dhaan, Barreeffama Chaanaalii Keessaan, Ajajaaan.
Diraamaa:- " "
Barumsa:- Sagaleedhaan, Barreeffamaan, Pdf dhaan......
Fi kkf hundumaa as keessatti argattu. Kuni Gowwomsaa miti ilaaluun amanaa
👇
Hunduma isaa bakka tokkotti
9 646
Repost from Orthodox Free Promotion
Faaruwwan, Barumsa Ayyaanaa, Walaloo, Diraamaa, Lallaba Guyyaa Ayyaanaa Hundi Qophaa'ee Isiniif Dhufeera Maarree Koottaa Baradhaan Ammoo Waamicha Keenyadha.
Hunda Isaa Argachuuf👉 see more
