uz
Feedback
Dirree Faarfannaa

Dirree Faarfannaa

Kanalga Telegram’da o‘tish

Faarfannaa Ortodoksii Tawaahidoo Yeroo Yeroon Ni Argattu Akkasumas Barreeffamoota Afuurawaa Ni Argattu Hiriyoota Keessaniif Share Taasisaa

Ko'proq ko'rsatish
9 275
Obunachilar
+224 soatlar
+457 kunlar
+12030 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Taglar buluti
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Iyul '26
Iyul '26
+158
35 kanalda
Iyun '26
+262
37 kanalda
Get PRO
May '26
+237
41 kanalda
Get PRO
Aprel '26
+288
36 kanalda
Get PRO
Mart '26
+363
35 kanalda
Get PRO
Fevral '26
+238
33 kanalda
Get PRO
Yanvar '26
+375
34 kanalda
Get PRO
Dekabr '25
+537
7 kanalda
Get PRO
Noyabr '25
+515
5 kanalda
Get PRO
Oktabr '25
+404
7 kanalda
Get PRO
Sentabr '25
+375
3 kanalda
Get PRO
Avgust '25
+505
3 kanalda
Get PRO
Iyul '25
+324
3 kanalda
Get PRO
Iyun '25
+407
6 kanalda
Get PRO
May '25
+376
7 kanalda
Get PRO
Aprel '25
+474
8 kanalda
Get PRO
Mart '25
+1 243
4 kanalda
Get PRO
Fevral '25
+1 073
8 kanalda
Get PRO
Yanvar '25
+1 522
11 kanalda
Get PRO
Dekabr '24
+118
9 kanalda
Get PRO
Noyabr '24
+217
10 kanalda
Get PRO
Oktabr '24
+108
4 kanalda
Get PRO
Sentabr '24
+241
4 kanalda
Get PRO
Avgust '24
+192
9 kanalda
Get PRO
Iyul '24
+100
1 kanalda
Get PRO
Iyun '24
+20
1 kanalda
Get PRO
May '24
+35
0 kanalda
Get PRO
Aprel '24
+78
2 kanalda
Get PRO
Mart '24
+248
0 kanalda
Sana
Obunachilarni jalb qilish
Esdaliklar
Kanallar
22 Iyul+6
21 Iyul+6
20 Iyul+7
19 Iyul+6
18 Iyul+13
17 Iyul+36
16 Iyul+2
15 Iyul+1
14 Iyul+4
13 Iyul+6
12 Iyul+8
11 Iyul+1
10 Iyul+6
09 Iyul+5
08 Iyul+7
07 Iyul+4
06 Iyul+7
05 Iyul+11
04 Iyul+6
03 Iyul+5
02 Iyul+5
01 Iyul+6
Kanal postlari
Moo'icha maqaan kee moo'aa sagaleen kee /2/ Tulluun ni diigamaa Amanu'eel maqaa keen Galaanaat qoodamaa abbaa koo maqaa keen Gammoojii Guddaa Qaadesinii Ceene Osoo Hin Dheeebotinii Faara'ooniin kan Galaana Buusee Jabaa Maqaa Keeti nu Jabeessee/2/ Ililleen diigamee iyyarikoon Booji'amee kufee Diinni koo Kanaa'aan nu'iif kennamuunii Kan Ta'e Hundinuu Sumaanii/2/ Hammeenya Jalaatii Miliqnee Bishaan Jireenya Irraa Kan Dhugnee Kan Nyaanne Mannaa Samiirrahii Waan Nuuf Taatef ati Adoonaahi/2/ Har'a Lubbuudhaan kan Dhaabbanne Maqaa kee Humna Taasifannee Waamamnee Lafa Oonaatirraa Siraati Simboo Arganneerraa/2/ #Faarfannaa_Haaraa Ftaa Beekamaa Goobanaa Miseensa Ta'aa 👇      ━━━━━━━━━━━ ✅ @DirreeFaaruu02@DirreeFaaruu02       ♡      ⌲       ✉️       ˡᶦᵏᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

2
‎. FURII LUBBUU KOOTII ‎Furii lubbu kootii abbaa dhugaan qabaa ‎Gooftaa na fayyisee gochaasaan lallaaabaa ‎Dhiigasaan dhiqadhee narraa darbe abaarsii ‎Chaappaa dhugaan qabaa kan Gooftaa IYYESUUSII ‎ ‎Mallatteeffadheera chaappaa faaayyyinasaa ‎Fuulasaa dhaabadheen dubbadhaa gochaasaa ‎Bakkan kuuufee turee Gooftaankoo na kaasee ‎Hidda abaarsaa kutee bilisaaa na baaasee ‎ ‎Hidhaa cubbuu kutee isa naaa fayyisee ‎Dukkanaa na baasee ifasaa naaf ibsee ‎Akkan deebi'ee hin kufneef hirkoo isaa godhaaadheee ‎Wabii lubbuu kootiif maqaasaan waammadhee ‎ ‎Abbummaan kansaatii lubbuukoo isat eegaa ‎Hiddi dhiiga kootii ribuunkoo koo isa beekaa ‎Foonii isaa kukkutee isa naa fayyisee ‎Dhiigasaa lola'een lubbun koon laliiisee ‎ ‎Galatasaa himuuf qooqnikoo miidhaaagee ‎Lubbuun koos lalisee dhiiga gooooftaa dhugee ‎Waltajjiirra dhaapheen maqaasaa jajadhaa ‎Isa na fayyisee Gooftaa naaan faarfadhaa ‎ Ftaa Dn Oliifan      ━━━━━━━━━━━ ✅ @DirreeFaaruu02 ✅ @DirreeFaaruu02       ♡      ⌲       ✉️       ˡᶦᵏᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
352
3
Moo'icha maqaan kee moo'aa sagaleen kee /2/ Tulluun ni diigamaa Amanu'eel maqaa keen Galaanaat qoodamaa abbaa koo maqaa keen Gammoojii Guddaa Qaadesinii Ceene Osoo Hin Dheeebotinii Faara'ooniin kan Galaana Buusee Jabaa Maqaa Keeti nu Jabeessee/2/ Ililleen diigamee iyyarikoon Booji'amee kufee Diinni koo Kanaa'aan nu'iif kennamuunii Kan Ta'e Hundinuu Sumaanii/2/ Hammeenya Jalaatii Miliqnee Bishaan Jireenya Irraa Kan Dhugnee Kan Nyaanne Mannaa Samiirrahii Waan Nuuf Taatef ati Adoonaahi/2/ Har'a Lubbuudhaan kan Dhaabbanne Maqaa kee Humna Taasifannee Waamamnee Lafa Oonaatirraa Siraati Simboo Arganneerraa/2/ #Faarfannaa_Haaraa Ftaa Beekamaa Goobanaa Miseensa Ta'aa 👇      ━━━━━━━━━━━ ✅ @DirreeFaaruu02 ✅ @DirreeFaaruu02       ♡      ⌲       ✉️       ˡᶦᵏᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
2
4
Mo'icha maqaan kee https://youtu.be/Xo7UJJKze04?si=6vkBOgiRLFcfthC_
343
5
Koorsii Dubbii Amantaa Kutaa 4ffaan Gadhiifameera Dubbisaa Karaa Kanaan 👇👇👇 https://t.me/DaandiiFayyinaa27
414
6
“Jireenyi uumama hundumaa, hafuurri nama hundumaas harka isaa jala jira.” — Iyo. 12:10
436
7
“Biyyi lafaa, hawwiin isaas hundinuu in darba, namni fedha Waaqayyoo raawwatu garuu bara baraan in jiraata.” — 1Yoh. 2:17
516
8
Ifa kan uffatee samiirraa kan jiruu Kan Akka waaqayyo tasumayyu hin jiruu Uumama Hundumaa kan uumee gooftaanii Hunduma dabarseen jiraataa baranii Jechaan kan Hin dhumne Waa'een arjummaa Kee Ija Koo Naaf ibsee jaalalli abbummaa Kee Kan Akka Kee jiruu gooftaa Fayyisaa Koo Maqaan Keen faarfadhaa gaddees Gaafa Rakkoo(2) Baay'ee nama dhibee Akki jaalala Kee Sammuu Koo ol ta'ee obsuus Nan dadhabee Dadhabbii Koo ilaaltee bara Koo eebbistee Jaalalaa Kee guddaan Keessa Koo na guuttee(2) Baay'een gaddisiisee Qulqulluuu gooftaa Koo Inni anaaf na dhiisee Balleessaa Cubbuu Koo Lammataa iyyuu Baduu Mana Isaati bahee Inni anaan Nan ganne ana faana ta'ee(2) #F_ttoota_Maatii_Sabaa_if      ━━━━━━━━━━━ ✅ @DirreeFaaruu02 ✅ @DirreeFaaruu02       ♡      ⌲       ✉️       ˡᶦᵏᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
778
9
"Dhugaa Ni Beektu Dhugaanis Bilisa Isin Baasa "  📖 Yoh. 14:6 | Yoh. 3:16 | Yoh. 8:32 Kaayyoon Channel Kanaa Dhugaa Kitaaba Qulqulluu Dhaloota Biraan Gahuudha https://t.me/DirreeLallabaa
598
10
Amantaa Kiristaanaa fi amantii Iyyasuus Kiristoos irratti qabnu Kristaanni tokko amantiin isaa akka jabaatuuf, jalqabarratti Iyyasuus Kiristoos eenyu akka ta’e sirriitti hubachuu qaba. Amantaa Kiristaanaaf hundeen Iyyasuus Kiristoos irratti ijaarame.Iyyasuus Kiristoos Waaqaa goonka fi nama goonka jennee laphee guutuun amanu qabna.Namni barumsaa Sillaasee sirritti hin hubaane,waa'ee Iyyasuus kiristoosi hubaachuuf rakkisaadha. Oortoodooksi Tewaahidoo jechuun Iyyasuus Kiristoos “tewaahidoodhaan” qaama lama irraa qaama tokko, amala lama irraa amala tokko jechuun raajotaa irraa kaasee, Wangeela keessatti barsiifame, duuka bu’ootaan lallabamee, beektoota amantaa durii irratti hundaa’e dhugaa jechuun amanuu dha. Amantaan kun kan dhaloota duuka bu’ootaa irraa harka fuudhanii dhalootatti dabarsan waan ta’eef, amantaa sirrii fi kan hin jijjiirramne jedhama. Amantaa jechuun amanuu, amanamuu fi abdii cimaa jechuudha.Eenyuun amanaa?Eenyuuf amanamnaa?Abdiin keenyaa maali jennee deebii barbaadnaa.Deebiin isaa Abbaa Ilmaa Afuuraa Qulqulluu Waaqayyoo tokkoo jennee amana.Qaama sadani keessaa qaamni tokkoo Eeyyama Abbaan,Eeyyama Afuuraa Qulqulluun,Eeyyama Isaan dhalatee,fannifamee nu fayyisee jennee amana.Har'as fayyinni karaa Iyyasuus Kiristoosiin ta'u laphee guutuun amana.Waaqaa nu jaalattee kanaaf immoo amanamu qabna.Abdiin keenyaa immoo mootummaa bara baraati!Kiristaanonni akka dubbii Waaqayyooti deddeebi'ani gonfoo baraa Gooftaa Iyyasuus Kiristoosi harka fudhaachuuf jiru jenne amanudhaa. Mat 16:16–18 keessatti Pheexiroos, “Ati Kiristoos Ilma Waaqayyoo jiraataati,” jedhee amane. Gooftaan immoo amantii kana “qarsaa” jedhee mirkaneesse. Kanaaf amantiin kun bu’uura hin diigamne dha. Akkuma mana tokko haaromsuuf bu’ura hin jijjiiran, amantaanis bu’ura Kiristoos irratti ijaaramte haaromsamu hin barbaadu. Kitaabni Qulqulluun, “Kan bu’ureeffameen alatti bu’ura biraa eenyuyyuu hin kaa’u; innis Iyyasuus Kiristoos,”1Qor 3:11 jedha.Dubbii Waaqayyoo kan bu'uuraa godhachuun kitaaba qulqulluun durfamnee ittiin jiraanna! Andualem leta ✍️
591
11
Amantiin Ortodoksii Tewaahidoo Fi Aadaan Uummata Oromoo Wal Faallessaa? Gaaffii yeroo baay'ee ka'aa tureef turtii B/saa Dr Dn Asheetuu Waaqjiraa Waliin Gooneen Deebii itti laatame Daawwadhaa irraa baradhaa. #like #share #Subscribe gochuun tajaajila keenya nuuf cimsaa👇 https://youtu.be/NPtgrRL1Uds?si=hOJwqZSu0ftsz_60
311
12
Irra keessa mitii yaa waaqa koo addaam jaalalli kee Anisoo lapheerraan si jalladhaa Na beeka ayyaanni kee Si waaqeessuuf hiriree yoo natti dhufee duuti Jireenya keettan ce'aa silayyuu an kan keeti Saaphaan adda Koo uree wayandoon na leenjisee Boodeetti deebii hin qabuu situ hikee gad na dhiisee(2) Waa'ee kee fucaa badhee hagabuu koos buleeraa Umurii daa'imummaan qabsoo cimaa badheeraa Guyyaa irbanni koo ulee alangaan narra sisee Har'a sin nama ta'ee imimmaan na rakkisee(2) Waa'ee koo otoo siif ta'uu keessoo laphee na butaa Karooran baase dhiisee kan kee ta'eeraa gooftaa Guyyaa har'an gaha mitii jireenyattu hin yaadamnee Seenaa hadha'aa qabaa kan beelan koo hon dagannee(2) Garummaaf mootummaa keen dursee si tajaajilaa Maqaa keen galafadheen biyya hundarra jooraa Ati immoo naaf hojjattaa naaf taatee cinaacha koo Ofii keedhan ebbiftee ijaarteetta mana Koo(2)           ━━━━━━━━━━━ ✅ @DirreeFaaruu02 ✅ @DirreeFaaruu02       ♡      ⌲       ✉️       ˡᶦᵏᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
574
13
Chaanaalii Fi Giruuppii Ortodoksii Kan Nu Biraa Dhabdan Hin Jiru Hundumaa Bakka Tokkotti Isiniif Dhiyeessineerra Koottaa Ammuma Join Godhaa Itti Makamaa. Youtube Dabalatee Itti Makamaa Tajaajila Hunda Achi Keessatti Argattu Kan Faaruu Kan Walaloo Kan Kitaabolee Ortodoksii Kan Faarfannaa Ortodoksii Barreeffamaan Kan Lallaba Ortodoksii Kan Barumsa Ortodoksii Yeroon Wal qabatan Kan Asoosama Ortodoksii Kan Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Akkasumas Tajaajiloota Biroo Gara Youtube argachuuf Fuula youtube daawwadhaa Nagaa ta'aa🙏
262
14
Ijoollee Ortodoksii Hundaaf Nageenyi Waaqayyoo Isiniif Haa Ta'u Jechaa. Filannoo Armaan Gadii Fayyadamuun Baradhaa. Koorsii Afuuraa Barumsa Lubummaa Hiika Macaafa Qulqulluu Seenaa Qulqullootaa Seerota Kadhannaa Seenaa Ergamootaa Barumsa Mana Kiristiyaanaa Hunda Hunduma Argachuuf Gadi tuquun seenaa
265
15
Warreen Barnoota Ortodoksii Afaan Oromootiin Darbu Akkasumas Faaruu, Walaloo, Ogaartiwwan, Diraamaa, Asoosama, garaa garaa barbaaddan ammuama Join Gochuun Argachuu Dandeessu. 👇
238
16
Search gochuuf hin dhiphatiinaa dhugaa isin gowwomsuuf miti. hundumtuu maqaadhuma maqaa isaaniitiin jiru hundumtuu chaanaaliiwwanis ta'ee giruuppiiwwan tajaajila Afuuraawwaa Ortodoksii Tewaahidoo karaa seeraa fi Qannoonaa, Doogmaa eeggateen dabarsanidha. Maarree tajaajilaan tokko ammoo hordoftoota hin qabu taanaan maaliin tajaajilaree. Bakkas isin jalaa hin fixu kan isiniif ta'u akkaataa isiniif galuun kan barbaaddan filattanii keessaa barachuus ta'ee faaruuwwaniin eebbifamuu dandeessu. Ammuma join gochuun hunduma isaa hoo barbaaddanis kan barbaaddan qofa join godhachuun itti makamaa🙏
251
17
Koottaa Dirree Tajaajiltoota Qulqulleettii Mana Kiristiyaanaa Seeraaf Dambii Ishee Dabarsan Kanatti Makamaa Wanta Barbaaddan Hunda Akka Keessatti Argattan Abdiin Qaba.
301
18
Dhugaan laphee Kiristaanummaa keessa jiraatu yeroo hundumaa mul'achuu qaba. Innis amantaa, jaalala, fi sammuu gaarii dha. Nam
Dhugaan laphee Kiristaanummaa keessa jiraatu yeroo hundumaa mul'achuu qaba. Innis amantaa, jaalala, fi sammuu gaarii dha. Namni isaan kana hin qabne kasaaraa guddaa keessa jira. Jireenyi Kiristaanummaa sirriin bu'uura amantii, jaalala, fi sammuu gaarii irraa madda.
693
19
Koorsii Dubbii Amantaa Kutaa 4ffaan Gadhiifameera Dubbisaa Karaa Kanaan 👇 https://t.me/DirreeLallabaa https://t.me/DirreeLallabaa https://t.me/DirreeLallabaa
636
20
D.TAMI Obseetan Si Eega (1).mp3
741