Dirree Faarfannaa
Відкрити в Telegram
Faarfannaa Ortodoksii Tawaahidoo Yeroo Yeroon Ni Argattu Akkasumas Barreeffamoota Afuurawaa Ni Argattu Hiriyoota Keessaniif Share Taasisaa
Показати більше9 222
Підписники
-424 години
+147 днів
+12230 день
Триває завантаження даних...
Схожі канали
Хмара тегів
Немає даних
Виникли проблеми? Будь ласка, оновіть сторінку або зверніться до нашого support-менеджера.
Вхідні та вихідні згадування
---
---
---
---
---
---
Залучення підписників
липень '26
липень '26
+82
в 7 каналах
червень '26
+262
в 37 каналах
Get PRO
травень '26
+237
в 41 каналах
Get PRO
квітень '26
+288
в 36 каналах
Get PRO
березень '26
+363
в 35 каналах
Get PRO
лютий '26
+238
в 33 каналах
Get PRO
січень '26
+375
в 34 каналах
Get PRO
грудень '25
+537
в 7 каналах
Get PRO
листопад '25
+515
в 5 каналах
Get PRO
жовтень '25
+404
в 7 каналах
Get PRO
вересень '25
+375
в 3 каналах
Get PRO
серпень '25
+505
в 3 каналах
Get PRO
липень '25
+324
в 3 каналах
Get PRO
червень '25
+407
в 6 каналах
Get PRO
травень '25
+376
в 7 каналах
Get PRO
квітень '25
+474
в 8 каналах
Get PRO
березень '25
+1 243
в 4 каналах
Get PRO
лютий '25
+1 073
в 8 каналах
Get PRO
січень '25
+1 522
в 11 каналах
Get PRO
грудень '24
+118
в 9 каналах
Get PRO
листопад '24
+217
в 10 каналах
Get PRO
жовтень '24
+108
в 4 каналах
Get PRO
вересень '24
+241
в 4 каналах
Get PRO
серпень '24
+192
в 9 каналах
Get PRO
липень '24
+100
в 1 каналах
Get PRO
червень '24
+20
в 1 каналах
Get PRO
травень '24
+35
в 0 каналах
Get PRO
квітень '24
+78
в 2 каналах
Get PRO
березень '24
+248
в 0 каналах
| Дата | Залучення підписників | Згадування | Канали | |
| 15 липня | +1 | |||
| 14 липня | +4 | |||
| 13 липня | +6 | |||
| 12 липня | +8 | |||
| 11 липня | +1 | |||
| 10 липня | +6 | |||
| 09 липня | +5 | |||
| 08 липня | +7 | |||
| 07 липня | +4 | |||
| 06 липня | +7 | |||
| 05 липня | +11 | |||
| 04 липня | +6 | |||
| 03 липня | +5 | |||
| 02 липня | +5 | |||
| 01 липня | +6 |
Дописи каналу
| 2 | Maqaa biraa hin qabnu kan ittiin waamamnu
Guyyaa 40(80) cuuphaan kan beekamnu
Sillaasee faarfanaa maqaa isaa ol kaasnee
Tokkos sadiis jennee galata lolaasnee(2)
Ijoolummaa kaaste ati harka na qabdee
Akka si faarfannuuf galataaf na dhaabdee
Maddi dhiiga keenya burqitiinsaa sidhaa
Midhagaa Suurraa keenya daandiin keenya sidhaa
Ta'ii jecha keetiin samii jabeessitee
Uumama hundumaa walqixxeetti soortee
Bara lakkoofsiftaa Barri sin Madaaluu
Waaqummaan kee dhugaa eenyu sin hin caaluu
Suraafel sodaadhan teessoo kee baatanii
Kirubel galataan qulqulluu jedhanii
Nutis dhaala isaanii si galateeffannaa
Sillaasee uumaa keenyaa maqaa kee jajannaa
●●●●●●●●
F/ta Hiikaa Bultii
Faarfannaa Yeroo Hunda Argachuuf Miseensa Ta'aa
👇👇👇
━━━━━━━━━━━
✅ @DirreeFaaruu02
✅ @DirreeFaaruu02
♡ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ | 541 |
| 3 | ✝Alfaa fi Omeegaa
Alfaafi omeegaa waaqayyodha maqaan kee
Jalqabaaf dhuma hin qabu barri jireenya kee
Mootumma keerra baraan nii jiraattaa
Siif laanna gooftaa Aarsaa galataa
Baroota jijjiirta ati hin jijjiiramtu
Aangoof humna keetin hundaa kan raawwattu
Baraan ati yaavwaaqa sanumaa
dorgomaa hin qabdu gooftaa tasumaa
Kaasne baganaaf Masinqoo qabannerra tsinaa tsinii
Kabaroo sillaasedhaaf galata dhiyeessina ummamni martuu isaaf jilbeeffanna(2)
Hunduu siif bitamaa siif abboomamaa
Umaamni martinuu guddummaa kee hima
Laftiif samiin hojii harka keetii
Waaqa waaqotaa mootidha ati
Waaqota jedhamuun kan waaqefamaan
Burkutaahaniruu har'aa iddo jiraan
Ati garuu baraan ni jiraatta
Siif laanna goofta arsaa galataa
Qulqulluu Qulqulluu jedhamuun faarfamee
galataan marfamee kan waaqeffamee
Siqofaadha hundaa kan daanda'uu
Maqaa keetiif galanni haa ta'u
━━━━━━━━━━━
✅ @DirreeFaaruu02
✅ @DirreeFaaruu02
♡ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ | 557 |
| 4 | “Waan hojjettan hundumaa jaalalaan raawwadhaa!”
— 1Qor. 16:14
Sanbata Gaarii Qabaadha | 1 |
| 5 | Utuu isa miidiyaa kanarraa akka maraatuu godhachuu oolu ta'ee kufnee kaanee jajjabeessina ture.
Mucaa Qorumsa meeqa keessa darbee har'a galataaf dhaabbatu kana garuu ilaallee bira dabarra. Qubni sirraa hin citu youtube isaa link gadii kanan seeni subscribe taasisi. Faaruu Albeema guutuu irratti gadhiisufi waan ta'eef
👇👇👇
https://youtube.com/@bekamagobena?si=sz7ZmundCileWrIe
https://youtube.com/@bekamagobena?si=sz7ZmundCileWrIe | 580 |
| 6 | Ifoota Biyya Lafaa:- Qulqulloota Phaawuloos fi Pheexiroos
Manni Kiristaanaa Ortodoksii Tewaahidoo keenya waggaa waggaan Adoolessa 5 irratti yaadannoo Qulqulloota Phaawuloos fi Pheexiroos kabajaan ni yaadatti. Ayyaanni kun "Ayyaana Duuka Bu'ootaa", "Urjiiwwan Mana Kiristaanaa" ykn "Ifoota Biyya Lafaa" jedhamuun beekama.
Qulqulloonni lamaan kun amala, seenaa fi hojii adda addaa qabaatan illee, waan tokkoon wal fakkaatu: jireenya isaanii guutuu Kiristoosiif kennan. Kiristoosin duukaa bu'an; Kiristoosin lallaban; Kiristoosin jiraatan; dhuma irrattis maqaa Isaaf wareegaman. Kanaaf har'as akka ibsaa biyya lafaa fi fakkeenya amantii cimaatti ni yaadatamu.
Pheexiroos qurxummii kiyyeessaa ture; Phaawuloos immoo mootummaa biyya lafaa keessaati Kiristaanoota ari'u keessaa tokko ture. Garuu ayyaanni Waaqayyoo lamaan isaanii jijjiire. Kunis eenyummaa isaani jijjiree; namni gara Kiristoos dhugumaan deebi'e hojii guddaa Waaqayyoo ta'uu akka danda'u nu barsiisa.
Har'a illee waamichi isaanii nuuf ifaadha: Kiristoosin duukaa bu'aa. Kiristoosin jiraadhaa. Kiristoosin lallabaa. Kiristoos qofaaf jiraadhaa. Ifa isaanii hordofuudhaan, addunyaa dukkanaa'aa keessatti ifa Wangeelaa haa taanu."Isin ifa biyya lafaa ti." (Maatewos 5:14)
Andualem leta ✍️
Araarsummaan Qulqulluu Phaawuloos fi Pheexiroos nuu waliin haa ta'u. Ameen. | 615 |
| 7 | Akkamiin Na Jiraachiste
Akkamiinan darbe Abbaa koo
Akkamiin Na Jiraachiste
Mee maaliinan darbe teellaa koo
Naafuu gaafiidham jireenyi koo
Egaa hin beeku garuu siif deebii Waaqakoo
(Si qofadha Gooftaa Seenaan jireenyakoo)
Dhugaadha
Yididiyaat ana kan siin jaallatame
Baay'inni Cubbuu koo araaraan golgame
Dirra kee madooftee na baatte qomatti
Lubbuun koo siif yoomuu gatii dafqa keetii
Sodaadhaf si ganuun fuula kee na dhoksee
Ija dhiigan makeen imimmaan koo roobsee
Galaanarraa deemtee na barbaada dhufte
Jaalala keef boo'een irbaata faffate
Galgalaan qabamee hidda onnee xaxamee
Boo'icha irraan gadee gaafan geggeeffame
Diinni koo bookkisee duuti koo labsame
Lubbuu koo deebiftee situ na keessaa argame
Si jalaa hin beelofne ofii kee naaf laatte
Harka duwwaa ba'een eebba keet na guute
Akka dadhabbiikoof harka duwwaan hafa
Kan na jiraachise arjummaa kee qofa
Eeyyee.../2/
Dhugaadha...
Si qofaadha Iyyesuus deebiin maalummaa koo
Si qofaadha Gooftaa waa'een jireenya koo
Si qofaadha Iyyesuus Seenaan jireenya koo | 2 630 |
| 8 | Koorsii Dubbii Amantaa Kutaa 2ffaan Gadhiifameera Dubbisaa Karaa Kanaan 👇
https://t.me/DirreeLallabaa
https://t.me/DirreeLallabaa
https://t.me/DirreeLallabaa | 710 |
| 9 | Filannoo dhugaa nuti dursine
Kiristoosin abdii kan godhanne
Ulfina isaatiif akka taanuuf galata
Nu foo'ateera gooftaan gooftotaa
Kabaja dhumaaf nu barbaadate
Addunyaan dura kan nu fo'ate
Karaa kirsitoos jaalala isaani
Adda baaneerra waaqayyoo abbaani
Dhaalli du'aa gatiin cubbuu nurra hin jiru
Amanneerra Arganneerra kan nu furu
Isa qofa nu'iif daawwaani
Kan nu bite jaalalaanii
Barri murame yeroo guutetti
Hunda raawwate akka akeeketti
Dhoksa yaada isaa nu'iin beeksise
Du'a du'aa irraa nu'iin fayyisee
Jireenya boodaaf qabdii nuuf ta'e
Afuurri qulqulluun inni nuuf bu'e
Afuura dhugaan mallatteefamne
Isa dhageenyes warri amanne
Furamuu cubbuu isaan arganne
Dhiiga Iyyasuusin nuti dhiqamne
Takkaaf kan dhumaa qulqulloofneerra
Ayyaana isaan nuti Fayyineerra
“Nuyi warri duraan dursinee Kristosin abdii godhanne ulfina isaatiif galata akka taanuuf nu fo'ate" Efe. 1:12
Faarfannaa Haaraa
Miseensa Ta'aa 👇
✅ @DirreeFaaruu02
✅ @DirreeFaaruu02
♡ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ | 865 |
| 10 | Daandii koodhaaf ibsaadha seerri kee ifa miilla Koo
Daandii Koodhaaf Ibsaadha Wangeelli kee ifa miila koo
pheeni'eel jedhee bakka eebba Koo
Ati jijjiirtee waamnaan moofaa Maqaa Koo
pheeni'eel jedhee bakka eebba Koo
Ati fayyifnaan yaa waaq madaa garaa Koo.
Boo'aaf dukkana keessatti
Du'es jiraadhes an Kan keeti
Lubbuu Koo guutuun siif amanamaa
Waa’ee keef jedhee nan wareegamaa
Humni kee hundaa Kaan danda'uu.
Maqaa keetiin duuti haa na'uu
Hinaaffaan gatii hin argatinii
Narratti mo'ii baruma baraanii
Hir'uu Koo situu naaf hubate
Fedhuma keetiin anaan firoomtee
Anoo hin miidhagum tasa qofaa Koo
Narraa calaqqis dooqaa morma Koo
Waaqa abboolii Koo warra darbanii
Si amananii aduu dhaabanii
Anaafis Uumi laphee Qulqulluu
Si malee anoo qofaa Koo hin toluu
Dadhabbii koo situ naa hubatee
Jaalala keetiin anaan firoomtee
Tasa hin miidhaguu gooftaa qofaa koo
Narraa calaqqisi Elellaa morma koo
A/F Luba Firaanol Moosisaa | 902 |
| 11 | Arraba hiikaa maqaan isaa
Gammadeetan isa faarsaa
Yohaannisi kan jedhanii
Dubbatanii argamanii ×2
Ergamaan waaqaa
samiirra ni dhufee
Dhalachuu yohaannis
Zakkaariyaasitti himee
Amanuu waan dideef
Arrabni isaa hidhamee
Yohaanniis jechuudhaan
Afaan isaa banamee
Gammoojjii irraa bakki
Guddina isaa
Rifeensa Gaala taasise
Huccuu isaa
Kan lafa onaarraa sagalee
Jedhamee
Afaan namaa hiikuuf isatu
Muudamee
Kan lafa onaarraa sagalee jedhamtaa
Hoolicha waaqayyoof ati daandii
Hartaa
Laphee abboototaa daa'immaniif
Laattee
Barumsa keetinii gaarrii wal
Qixxaatee
Mi'aa biyya lafaa dhugumaatti
Ni jibbee
Qulqulluu dhiigasaas waaqaaf
Dhangalaase
Mootummaa waaqayyoos
Du'a Hadhawaaf obsee
Yohaanniis abbaa koo kee
ta'uun na boonsee
━━━━━━━━━━━
✅ @DirreeFaaruu02
✅ @DirreeFaaruu02
♡ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ | 937 |
| 12 | Waaqa jaalalaa (2)
Bakkalcha bariiti mana galgalaa
Ati nuuf taatee taa'ii koof gaddisaa
Iyyasuus si'iin baane bilisaa
Aangoo dukkanaa nurraa rukutee
Barii fayyinaa nuuf barisiftee
Birmadummaatin jiraadha jette
Iyyasuus ati abbaa nuuf taate
Dukkana irratti ifaasaan duule
Wanjoo gabrummaa fannoosan lolee
Diinarra ejjete kan mirgaan galee
Nuti hin arginee gooftaa si malee
Jaalala dhugaa kan wareegama
Du'a hin sodaatu achitti adeema
Mootiin yihuudaa jagni ganamaa
Ilma waaqayyooti inni iyyasuus suma
Mootumma diina aboodhaan cabsee
Mandara sanii digeetu onsee
Mataa jawwichaa gooftaan buruksee
Nu ijoollee isaa bilisa baase
━━━━━━━━━━━
✅ @DirreeFaaruu02
✅ @DirreeFaaruu02
♡ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ | 854 |
| 13 | Filannoo Dhugaa
https://youtube.com/watch?v=SubHJgL-e4o&si=c8YDiQpemFTlVesl | 861 |
| 14 | Hin Caamu siif roobee galatni koo
Hin dhaabbatuu danbaliin yeedaloo koo
Iyyasuus maqaakee baraan leellisaa
Siif of kenneen si waaqessaa
Galagalchitee labsii du'a koo
Irree galataa goote teessoo koo
Sirratti biqilee hiddi koo hin goguu
Sichan lalisaa hongeen nan arguu
Oolmaakee himee katabee hin fixuu
Utuun sin jajiinii aduun hin lixxuu
Maqaakee baadhee biyyaa biyyattii
Sichan lallabaa amma andaaraattii
Cancala diinaa narraa kukkuttee
Walabummaakoo dhiigaan labsitee
Luba lubbuukoo dursaa Lubootaa
Siifan lolaasaa aarsaa galataa
Bishaan jireenyaa dheebuukoo kuttee
Mannaa jiraataa beela na baastee
Siin nyaadhee dhugee latee miseeraa
Simboof eebbakoo kan yeroo maraa
Bakkalcha barii dukkana mootee
Dimimmisaa koos kan naaf ibsitee
Iyyasuus narraa situ calaqqisaa
Kayyoo kiyyatii si balbaloomsaa
Dn F/ta Fayyisaa Asraat
━━━━━━━━━━━
✅ @DirreeFaaruu02
✅ @DirreeFaaruu02
♡ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ | 982 |
| 15 | Koorsiin dubbii amantaa kutaa 1ffaan Eegalee jira
Namoonni Barachuu Barbaaddaan EeLinkii Gadii Kanan Seenaa Duubbisaa Channalii Daandii Fayyinaa Irratti
https://t.me/DirreeLallabaao | 918 |
| 16 | #SANYII_QULQULLUU! 🌾
"Firii 30, 60 fi 100" jechuun maal jechuudha? Maaliif Gooftaan akkas jedhe?
Yeroo baay’ee erga sagalee Waaqayyoo barannee booda wal eebbifnee akkana jenna:
"Isa baranneen firii 30, 60 fi 100 akka buufnu, eebbi Waaqayyoo nu waliin haa ta’u."
Kun jecha bareedaa qofa miti; kadhannaa guddaa fi waamicha jireenyaa dha. Hiika isaa yoo hubannee jiraanne garuu, jireenya keenya keessatti hojii ni hojjeta.
Bu’uurri isaa Maatewos 13, Maarqoos 4 fi Luqaas 8 keessatti argama. Gooftaan keenya Iyyesuus Kiristoos fakkeenya namicha sanyii facaasuu dubbate. Sanyiin tokko ture; garuu ooyiruun adda adda ture. Ooyiruun tokko karaa irratti kufe, kan biraan dhagaa irratti, kan biraan keessaa qoree keessatti, kan afraffaan garuu lafa gaarii irratti kufee firii 30, 60 fi 100 buuse.
Hiikni isaa ifaadha:
#Namni sanyii facaasu jechuun Waaqayyoo.
#Sanyiin jechuun Dubbii fi Jaalala Waaqayyoo.
#Ooyiruun jechuun laphee namaa.
Kanaaf, rakkoon sanyii miti; rakkoon laphee keenyaati. Dubbiin Waaqayyoo humna qaba. Garuu lapheen keenya yoo jibba, of tuulummaa, hinaaffaa, dheekkamsa, soba fi cubbuudhaan guutame, sanyiin sun firii hin buusu.
Har'a namoonni baay'een sagalee Waaqayyoo ni dhaga'u; garuu jireenya isaanii keessatti firii isaa hin mul'isan. Mana Kiristaanaa keessatti jaalala, nagaa, araaraa fi tokkummaa baranna; yeroo balbala mana Kiristaanaa keessaa baanu garuu waan baranne daganna. Diyaabiloos dubbii sana onnee keenya irraa saamuu barbaada. Kanaaf qofa dhaga'uun gahaa miti; dubbii sana eegnee hojii irra oolchuu qabna.
Firii 30, 60 fi 100 jechuun sadarkaa guddina afuuraa agarsiisa.
Firii 30 jechuun jalqaba amantii keessatti amanamummaadhaan guddachaa jiraachuu.
Firii 60 jechuun hojii gaarii, obsaa fi jaalala keessatti jabaachuu.
Firii 100 jechuun guutummaatti fedha Waaqayyootiif of kennuun jireenya qulqullummaa jiraachuu.
Waaqayyo lakkoofsa qofa hin ilaalu; amanamummaa fi firii jireenya keenyaa ilaala.
Gooftaan dhuma irratti akkana jedhe:"Gurra kan qabu haa dhaga'u."
Kun gurra qaamaa qofa miti; gurra laphee dha. Namni dhugumaan dhaggeeffatu ni jijjiirama. Namni jijjiirame immoo firii ni buusa.
Mukti firii hin qabne hojii hin qabu. Akkuma Gooftaan jedhe, mukni firii hin qabne gogee ibiddaaf qophaa'a. Kanaaf Kiristaanummaan maqaa qofa utuu hin taane, firii jireenyaatiin mul'achuu qaba.
Har'a of haa gaafannu:
#Dubbii Waaqayyoo dhaga'ee jijjiirameeraa?
#Jaalalaan jiraadhaa?
#Araara godhaa?
#Nama dhiisaa?
#Firii mootummaa Waaqayyoo buusaa jiraa?
Kadhannaan keenya:"Yaa Waaqayyo! Laphee koo akka lafa gaarii taasisi. Dubbii Kee keessa na dhaabi. Jaalala, nagaa, tokkummaa fi gad of qabuu keessatti na jabeessi. Firii 30 qofa utuu hin taane, firii 60 fi 100 siif buusu na taasisi. Ameen!"
Galanni Waaqayyoof haa ta'u!
Ameen.
Andualem leta ✍️
Share gochuun ergaa Waaqayyoo namoota biraas haa ga'u. | 36 |
| 17 | "Dhugaa Ni Beektu Dhugaanis
Bilisa Isin Baasa "
📖 Yoh. 14:6 | Yoh. 3:16 | Yoh. 8:32
Kayyoo Channel Kanaa Dhugaa Kitaaba Qulqulluu Dhaloota Biraan Gahuudha Miseensa Ta'aa
https://t.me/DirreeLallabaa | 1 119 |
| 18 | "Nama hin qabu"
Nama abdii kutate yemmuu yaaddu sagalee, “Nama hin qabu” (Yoh.5:7) jedhutu gurra kee keessaa sitti bilbila. Qabxiilee dhiphina fidan hundumaaf, “Abdii kutachuun” akka sieessituutti tajaajilti. Abdii kutachuun xalayaa diinni keenya daabiloos waraana isaa ittiin labsudha. Namni abdi-maleessi "ani homaa hin qabu; hunduu na dhiiseera; fira hin qabu;
Waaqayyos na dhiiseera; ani jiraachuun koo buaa hin qabu; ani nama lafa kana irratti gatii hin qabnedha…‟ jedhee keessi isaa yeroo hundumaa itti iyya.
Raajaan Miikiyaas garuu jecha diina abdi keenya nu jalaa saame ittiin waraannee abdii keenya galfannu sagalee jabaadhaan akkas
jedhee dubbateera. “Ani garuu gara Waaqayyoon ilaala; Waaqa koo Isa na fayyisus abdiin taasifadha; Waaqni koos na dhagaa.
Ani yoon kufes nan kaaatii dukkana keessas yoon taaee Waaqayyo ifa naaf taaawoo diinonni koo natti hin gammadani” (Mik.7:7-8) jedhee dubbateera.
Seexanni Waaqayyo irraa addaan nu baasee laaboraatoorii isaa keessatti meeshaa dheedhii yaaliif oolu nu taasifachuuf abdii nu kutachiisa. Akka qalbii hin jijjiirranneef, “Waaqayyo cubbuu hamma kana gau fuula Isaa duratti hojjettee waan siif dhiisu sitti fakkaataa?” nuun jedha. Gaabbii galuu dhiifnee laaqii cubbuu isa waliin dhiitaa akka jiraannuuf, dhuma irrattis isa waliin abidda hin qabbanoofneef qoraan akka taanuuf haala mijeeffata.
Yeroo kanatti ogeessicha Solomoon wajjin taanee akkas jennee haa deebisnuuf, “Namni qajeelaan yeroo torba ni kufa ni kaas” (Fak.24:16).
Madda: "Kitaaba Maaliif Dhiphattaa | 1 001 |
| 19 | +1 Si Jaalannaa
━━━━━━━━━━━
✅ @DirreeFaaruu02
✅ @DirreeFaaruu02
♡ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ | 955 |
| 20 | Waa'ee keen hima
Waa'ee keen hima
Gocha keen hima
Garrummaa keen hima
Yaa iyyesuus isa jaalatamaa
Amaanu'eel Fayyisaa ilmaan namaa
Itti hin qaana’u gochasaa naan hima
Guutuu kan na godhee Iyyesuus jedhama
Dhugaa nan bahaa maqaasa ol kaasaa
Ija koo isa jamaa kan naaf ibsee isaa
Osoo nan tuffatiin samraawitii jettee
Bishaan jireenya jaalalan naaf laatte Seenaa isaa taree sechi hin xuraa’uu
Mana kee Iyyesuus an tasuma ba'uu
Dhagaan na waaqaruuf dinni koo qopha'e
Yakka koo tarreessee fulduraa na dhaabee
Itti murteessitee yakkii diina koo
Beenu nagaan gali nan jedhe Gooftaan koo
Akkan si jaalluu ni beekta uumaa koo
Osoon sitti hin himin beektahoo keessa koo
Nan hima waa'ee kee maafan callisaa
Hoosa'ina jedhee maqaa kee fan faarsaa
━━━━━━━━━━━
✅ @DirreeFaaruu02
✅ @DirreeFaaruu02
♡ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ | 1 176 |
