cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Obsinaan Arsii

Haqaaf haqaan moona. Gaaf-tokko Walabummaa koo argee gammaduun koo hafa hin qabu. #Oromia Shall be free.Ani Oromoo muslimaati,Saba kootiif Amantii kootiif nan qabsaawa.Waadaa jaallanii nan eega.!๐Ÿ–คโ™ฅ๏ธ๐Ÿค Channel kana irraa Seenaa hedduu bartu jedheen amana.

Show more
Finland2 778The language is not specifiedReligion & Spirituality66 810
Advertising posts
1 070
Subscribers
+624 hours
+547 days
+24430 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Nama anan feenee Kan argaa koo jibbu Nama gadda kootiif Akka cidhaa sirbuu Nama na hamachaa Afaaniin na saaduu Nama dantaasaatiif Qofa na barbaaduu ~ Kabajaa kenneefiin Onnee kiyya keessa Isaaf baga jedheen Eebbisee geggeessa! ....
Show all...
Jechaan ibsi jedhu Jechi miira cora Miirri jecha hinqabu Eessaan sitti hora Harmeen anaaf miira Dhangalaaโ€™aa kuustee Ofkeessa na luustee Dhiiga ofkeessa Cobsaa Imimmaanshee roobsaa Waan hinmalleef taatee Anaaf karaa taatee Harmee jecha hinqabne Jecha maaliin ibsu Fayyaa kadhachaafi mogoleeshee Cimsu .....
Show all...
Jechamoota kanaaf hiikasaanii... 1. "Garaa nyaate" 2. "Mataa baata" .3 โ€œGaaddidduu hin qabuโ€? -4- โ€œGurra mureโ€? -5- โ€œIja hin baatuโ€? -6- โ€œGaraa bal'attiโ€? -7- โ€œFaara baddeโ€? -8- โ€œIja na hatteโ€? -9- โ€œTakkaalaa kutteโ€ -10- โ€œNyaara aaddatteโ€ -10- โ€œBishaan dhugeโ€? -11- โ€œFaana hin qabuโ€?
Show all...
Just isa kana qabadhaa dhugaa eenyunuu haaluu hin dandeenye.....Waabeen asii miti Ilka muummee dabe, Ilkaan asii miti Irga muummee dabe, Waan ilkatti dabe Waan Irgatti dabe,, Hardha hin qajeelchu dhidhiibbaan Ogeessaa, Wanti maddaa bade kan bade kaleessaa, Rabbi nu haa baasu badii akkasii keessaa.
Show all...
ARSIIN GOSA MEEQA QABA? Quubsumni ilmaan Arsee Jaha ..๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ Baale Gadab Diida'aa Albasoo Laangannoo Dambal Gosti tiyya Saa'imannaa balbalti immoo Sheydaa'ida!...! Quubsumni kiyya Baale fi Gadab! Gosoota Arsii๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ Abbakara Abaar-gada Abbayyii Abaay-mannaa Abbiyyuu Abboo-ali Abburee Abdooyyee Abboosa Aboosara Aboojota Aboonii Aboonyee Abroonyee Absiilaa Adaamii Adamoonyee Adamtuu Adaree Adarshoo Adulaala Agaarfaa Aguutaa Ajaamoo Ajjuuran Akkiyyaa Allaa Alii Alkasoo Allujaana Amaa-lama Amaalagoo Ambeentuu Amiinyaa Amoonyee Amuumaa Anasa Angeedda Argamooyee Ariโ€™a Arroojjii Asallaa/Hasallaa Asaltuu Asalaxxuu Asgala Askaala Ashamii Asharaafa Ashmiiraa Ashuutee Ataabaa Atucha Awaandallaa Awacheeche Awuljana Aymaroo Ayyuuba --- Baabboo Baadagosa Baadaboo Basimannaa Baadosa Baallee Baalle-Tamboo Baloo Baamuda Badii Balee Baammajjaa Baammannaa Baallakasa Barii/Baarii Barbachoo Beebee Beegoo Biddiiqa Bidiroosa Biltuu Biilaa Bilduu Bilbiloo Birbiraa Biyyaalee Bochoroosa Boqqojjii Boorana Bulgaduma Buraara Buubuu ---- Camaca Caatimannaa Caatoo Cawwaa Ciimoo Coofira ---- Daddina Daagulee Daagooyyee Daallee Damina Daayidaa Danbii Dange Daawwee Daraaraa Daqeena Daroo Dawadiina Deendaa Diigaluu Doodaa Dodola Doggomaa Doomaga Doonchoo --- Dhaaye --- Edamana Eegoo Eekkaa Eessawwaa Eljoo --- Faarachuu Faraca Farsaana Farrajjee Farzaana Finxoo Funyamura Futtallee ---- Gaadoo Gandaanshoo Gaadullaa Gaadulloota Gaalama Gaalamtuu Gaatura Galchoo Garoraa Gamboo Gaddoo Gannata Garaadee Garisoo Garjeeda Gasala Geetara Gimboota Gimshitaa Giraamaa Gidaajoo Goodola Goofingira Godaymannaa Gomoora Goonosa Golanuura Gotoo Gur-daama Gurraa --- Haballosa Habarnoosa Habeebee Habuubaa Haburaa/Aburaa Hachana Hadaabbaa/Adaabbaa Haddaa Hadaagaa Halangoo Halchaana Haliibana Hamiishada Hanbeentuu Hanqaroosa Hanqa-diina Hanxoo Harboo Harawa Haruuxuu Hasana Hasansaba Hawaxxuu Hawwaree Hawwiyyaa Haximannaa Heebanoo Heellaa Heeraro Heexamoosa Heexosa Heeydara Hinseemana Hoboltoo Hodhituu Hooransoo Huduga Hunxee Huphannoosa Hurfee Hurxuuba --- Ibsaana Ilaa Ilaannii Ilbaccaa Iluu Imara Isleeymana Itayya --- Jaafara Jawaara Jaawwi Jidda Jiliinshaa --- Kabiiroo Kacharaa Kanshee Kanshituu Karrayyuu Keetaa Kojii Kolooba Konee Korbeeyyii Korminee Kube Kullishaa Kulchee Kubbaayyee Kuyyara --- Laaqii Laajjemannaa Laxamannaa Leemmu Leemmossa Liimoo Liyyee Loodee Lolee --- Maadada Maachamanna Maamma-nuura Manaakaba Maankula Maaydoo Maazaza Maccaana Maccituu Madarshoo Maleekkoo Marfoo Maroo Masara Masaranjee Mazara Meettaa Moddollee Mora --- Nagoo Niitee Niyyaara Noonnoo Nugee --- Obaaymanna Oborraa Odoo-dara Ogolchoo Ogoddaa Oliyyee Oldolmannaa Oydomannaa Olbatannaa --- Qaancaqooca Qaafituu Qaasoo Qalboo Qallallee Qirbinyee Qooggoo Qoomaa Qoorabdoo --- Raasoo Raaytuu --- Saamana Saamoo Saasamanyee Sabiroo Sabitoo Sabuna Sabuutaa Saddiiqa Saddiiqoo Saddoo Saโ€™immannaa Salmoolee Sangoo Shankoora Sarbaayyee Sarboo Sibee Seemannaa Sikkisaa Silxaana Sinaana Singiga Siraaja Soobbaa Soolee Suraara Suudee --- Shaakko Shaalimannaa Shafilaa Shaamdee Shaamida Shanaka Shawwadee Sheedama Shatura Sheebbaa Sheelada Shiree Shunee --- Tamaama Tafaalaxa Taaโ€™oo Tuuquu --- Ungaata Ungaanyee Urjii Ulullee Uruu Usula ---- Waadaa Waageda Waโ€™amanyee Waajii - Waqaalola Waaqoo Waata Waariyoo Waasaree Washarmina Wacaalee Weegee Weerara Walbatannaa Wolaanshoo Wolaa-sila Wolee Wolashee Wondoo Wooraguu Woshimbira Woxee Woyyoo Woxisannaa --- Xapheena Xeemoo Xeerara Xiijoo Xooqayaa ----- Yaabetaa Yaaqutaa Yabsaana Yaayya -- Zaranxallaa ----****----- Teessanhoo?...๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ Gosti??? Balbalti??? Quubsumni??? OROMOON Hunduu ARSIIDHA! Sabni koo OROMOO Biyyikoo OROMIYAA โœŠ๐Ÿพ
Show all...
Qabsoo Oromoofi Maqaa Walii Ajjeesuu (Character Assassination) (Qubaqabaadhu: Seenaan Irraa Barachuuf Barreeffama) Kitaaba mucayyoon Beetalhem ( Beetii) jedhamtu barreessite 5 แŒ‰แ‹ณแ‹ญ jedhu tokkon gidduu kana dubbisaa ture. Hunda caalaatti haasaan mucayyoon jaal Leencoo Lataa wajjin goote; dhukkubni qabsoon Oromoo akka qancaru godhe eessa akka ture waan akeeku qaba. Nama hojiidhaan isaan caale irratti beekaa olola hamaa oofaa akka turan jaallee Leencoon ifatti dubbatee jira. Du'a Baaroo Tumsaa irratti Jaarraan akka harka keessaa qabu yeroo dheeraaf ololamaa turus Jaarraa Abbaa Gadaa garuu akka harka keessaa hinqabne Leencoon dhugaa bahee jira. Garuu immoo dhugaa beeku kana Leencoon maaliif yeroosuma akka hinbeeksifine Beetiin gaafatteenii turte. Akkas jedhee deebise Leencoon: โ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆ "Agartee; murtiin akkasii koree hojii raawwachiiftuudhaan murtaa'a. Ani waan kana kophaa kiyya ajandaa godhee dhiheessuu hindanda'u. Korichi garuu akkataan du'a isaa akkam akka ture si'a lama nagaafatee ture. Dhugaa ture dubbadhee jira. Waan ani jedhe dubbachuun shoora isaanii ture malee kiyya hinturre." Egaan bara sana; jechuun bara 1970 gara jalqabaatti dhugaan ture qabata maqaa walballeessuutiin ifa bahuu dhabuu isaatti qabsoo Oromoo keessatti bu'aabahun itti danachaa ture jechuudha. Nama yeroo sana Addi Bilisummaa maqaa balleessaa ture keessaa tokko Hayilee Fidaa ture akka jaal Leencoon dubbatutti. "Waltakaaluun duruma qabsoo Oromoo Keessa ture. Hayilee Fidaa wayita injifachuu dadhabnu killisii (makaadha) jennee odeessine. Oromoo miti jennee ololchiifne. Yaad'uume keenya sanaan Hayilee gatii baasiifne." "Maaliif?" (Beetiitu gaafata) "Me'isonifi ABO; Wayyaaneefi Ehaappaa wajjin walfakkaatu. Hawaasichi nunis Me'isoninis nibarbaada ture. Hayilee Fidaa Oromoo keessatti akka iddoo argatu hinbarbaadne. ABOn alatti kan naaf falmu jira jedhee dhaabbatni uummatni fudhatu tokko illee akka jiraatu hinbarbaadne. Kanaaf Oromoo miti jennee odeessisifne.โ€ฆ" "Waa'een maqaballeessii kun booda anuma mataa kiyya irra gaafa ga'un baay'ee waan gadhee tahuu isaa hubadhe" jedha obbo Leencoon. ยฉ๏ธ Hinsene Mekuria
Show all...
Dubbii jajjabdu'u Halkanoota dhiyeenyaa kana,naannoo biyya jirtanitti samii keessatti halluuwwan akkanaa argitanii laata ? Obomboleettii hamaa aduu irraa gara ardii bubbisetu qilleensa ardii bifa kanaan jijjiiraa jira jedhu. Waggoota 20 as taateen akkanaa addunyaa keenya akka hin mudatin Miidiyaaleen addunyaa gabaasaa jiru. Haala kanaan itti bubbullaan Saatalaayitii fi Neetwokiin miidhamuun ni sodaatama jedhu. Ijoolleen Faransaay fi naannawa san jirtan argitanii jirtuu? Yoo amma dura hin qalbisin mee galgala eddoo ifaan magaalaa haalaan hin isin hin jeeqnetti ol laalaa. Subhaanallaah. Qilleensi Nasirii Bubbise
Show all...
๐Š๐š๐ง ๐Ÿ๐š๐ค๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š ๐ฆ๐š๐ฅ๐ž๐ž, ๐๐š๐๐ก๐ข๐ข ๐ฃ๐š๐š๐ฅ๐š๐ฅ๐š๐š ๐ค๐ž๐ง๐ง๐ข๐ญ๐ฎ ๐Š๐š๐ง ๐›๐š๐ซ๐š ๐ข๐ฌ๐ก๐ž๐ž ๐ ๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ฎ๐ฎ, ๐–๐š๐š๐ง ๐ข๐ฅ๐ฆ๐š๐š๐ง๐ข๐ข ๐๐ก๐ข๐ฆ๐ฆ๐ข๐ญ๐ฎ ๐Š๐š๐ง ๐›๐š'๐š๐š ๐ฃ๐ข๐ซ๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š๐š, ๐๐จ๐จ๐๐š ๐ฆ๐š๐š๐ญ๐ข๐ข ๐›๐š๐š๐ญ๐ญ๐ฎ ๐”๐ฆ๐ซ๐ข๐ข๐ง ๐๐š๐›๐š๐ฅ๐š๐ฆ๐ž๐ž๐Ÿ๐ข๐ข, ๐‡๐š๐ซ๐ฆ๐ž๐ž๐ง ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ข๐ข๐Ÿ ๐ฃ๐ข๐ซ๐š๐š๐ญ๐ญ๐ฎ!??? ๐€๐€๐€๐€๐€๐€๐‡!! ๐˜๐š๐š ๐ซ๐š๐›๐›๐ข ๐ก๐š๐ซ๐ฆ๐ž๐ž ๐ญ๐ข๐ฒ๐ฒ๐š๐š๐Ÿ ๐ฃ๐š๐ง๐ง๐š๐ญ๐š ๐ค๐ž๐ž ๐ง๐š๐š ๐ค๐ž๐ง๐ง๐ข๐ข๐Ÿ.!!
Show all...