ch
Feedback
Obsinaan Arsii

Obsinaan Arsii

前往频道在 Telegram

Haqaaf haqaan moona. Gaaf-tokko Walabummaa koo argee gammaduun koo hafa hin qabu. #Oromia Shall be free.Ani Oromoo muslimaati,Saba kootiif Amantii kootiif nan qabsaawa.Waadaa jaallanii nan eega.!🖤♥️🤍 Channel kana irraa Seenaa hedduu bartu jedheen amana.

显示更多
1 404
订阅者
-124 小时
-107
-4930

数据加载中...

标签云
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
八月 '26
八月 '260
在0个频道中
七月 '26
+5
在1个频道中
Get PRO
六月 '26
+10
在0个频道中
Get PRO
五月 '26
+12
在0个频道中
Get PRO
四月 '26
+20
在0个频道中
Get PRO
三月 '26
+15
在0个频道中
Get PRO
二月 '26
+13
在0个频道中
Get PRO
一月 '26
+13
在0个频道中
Get PRO
十二月 '25
+5
在0个频道中
Get PRO
十一月 '25
+14
在1个频道中
Get PRO
十月 '25
+12
在0个频道中
Get PRO
九月 '25
+6
在0个频道中
Get PRO
八月 '25
+7
在0个频道中
Get PRO
七月 '25
+38
在0个频道中
Get PRO
六月 '25
+14
在0个频道中
Get PRO
五月 '25
+13
在0个频道中
Get PRO
四月 '25
+11
在0个频道中
Get PRO
三月 '25
+16
在0个频道中
Get PRO
二月 '25
+19
在1个频道中
Get PRO
一月 '25
+20
在0个频道中
Get PRO
十二月 '24
+69
在0个频道中
Get PRO
十一月 '24
+138
在0个频道中
Get PRO
十月 '24
+130
在0个频道中
Get PRO
九月 '24
+127
在0个频道中
Get PRO
八月 '24
+166
在0个频道中
Get PRO
七月 '24
+360
在0个频道中
Get PRO
六月 '24
+257
在0个频道中
Get PRO
五月 '24
+260
在1个频道中
Get PRO
四月 '24
+258
在0个频道中
Get PRO
三月 '24
+268
在0个频道中
Get PRO
二月 '24
+197
在0个频道中
Get PRO
一月 '24
+120
在0个频道中
Get PRO
十二月 '23
+221
在0个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
02 八月0
01 八月0
频道帖子
የኦሮሞ ታሪክ @ETHIO_PDF_BOOKS.pdf136.21 MB

2
Soraa Abdataa waggaa 4 dura..Walaloo kana Sooraatu barreesse!🥲 *** Akka malee garaa nama nyaatti. "Yakka maaliin qaba" eeyyee yakka hinqabdu!😭 #Natti_hin_murteessin ofii koof unkureen jireenya koof jiraadhaa gaafan dhabe rafeen gaafan argadhe nyaadhaa Ukunkuree bututeen galee imimaan buusaa ijikoo imimmaan fixee darbees dhiiga kuusaa natti hin murteessinkaa adaraa yaa namaa har'as boo'ee boris boo'uun anaafis naa gamaa kolfee hin xabadhu bulee ka'een jooraa akka namaa boqodhee uffaadhees yooman kooraa erbeen koo ciccitee rakkinaananoo jiraadhaa ofii xiqqoo nyaadheen gudahoo siif baadhaa natti hin murteessinkaa ilaal imimmaankoo sitti haa mullatukaa rakkoof gidiraankoo as bu'een achi bu'aa fuulaa gurraacha'ee namummaakoo gatee qaamaa cilaatta'ee qoonqookoo hururseen mudhii hidhadhee rafaa ofitti maramee akka ilmoo bofaa osoo kaan quufee gatuu an harcaatuullee dhabaa natti hin murteessinkaa an yakka maaliin qabaa.??? ....!!!... RIP
50
3
Laalachuuhuu kanan dhaabu Jaalachuu gaafan dadhabuu... .... Kanaaf laalachuun koo; Laallachuudhaa jaalachuudhaa Cal'isuun koos hubachuudhaa Laalaa saniin gubachuudhaa... Sijaaladheen laalaa baree Laalee argeen siif of dhabee Bara hedduun siin himamee.. Naan lagattaa anuun yaadnee Lagachuu kees ijaan argee Laalaa saniif uf qopheessee ... Ati garuu naan hanqattee Nas baqattee simaaf taatee?? Hayyee mee!! Rabbi jennaan ima taatii Akki yaadaa hujiin taatii... ....💔💍🥀🥰 ...
143
4
Colour doesn't matter when you're in love with the right person ❤️....
131
5
Waraana jaalalaa seenuu badaadha aabbee edaanuu?🤔 Ikkoo amma waa hundaa ol taasisaa maa jiraanna?
151
6
Inni isin ♡ ♡ ♡ “Jaalalti akka waraanaati eegaluun salphaadha dhaabuun garuu ni ulfaata.” jettan tokko immoo dhugaadhaayi?🤔 So an amma waan akka xiiqii wahiittu natti dhagayamaa jira nin du'a malee sin dhiisu jedhiin naan jetti nafsiin..🤣🤣 ♡ ♡ ♡ :¨·.·¨:  `·.  
149
7
"...Si sobuuf didichaa 🏃‍♂️ Hin amanin daftee..." 🙌 ⚖⚖🔍🔎⚖⚖🔎🔍⚖⚖🔎🔍 Ilmi namaa lama ✌ Gaari yokaan hamaa, Osoo beeytuu samaa Na yayyaamta gamaa ? 🗣 Gaarii garaan beeyta Afaan laaluu mitii, Mi'aan deeyma seeta Garaan saa iccitii, Ijaan laalan meeta Garaan namaa miti,👹 Hunda firraa beeki Addaan laalii nama, Itti nuuf akeeki Kan qabne quuqama, 😠 Gaafa hundan beeytuu Guyyaan dhiiraa tokkoo, Dhabdee gaafa deeydu Taatee abbaa rakkoo, 🥲 Fira duraan eeydu Gaafa dhabde irkoo, Yoo hanqatte weeyduu Mataan keetuu kookkoo, 😈 Hundaaf if wareeydu Si godhatan hookkoo, Hanga gaafa deeyduu Sumaan ja'an foonkoo, 😱 Dhiirti guyyaa hamaa Si dhiifteen godaanne, Rakoo fi rakkama Keetiis kan sodaanne, 🫂 Namni dhugaa sani Kaan maqaatu namaa, Gaafa siif qananii Si yaammatan gamaa, 👋 Eega addaan baafte Rakkoon gingilchitee, 🔍 Dhama jalaa kaafte Tooftaan dagalchitee, 🩺 Gocha saa itichaa Diroo namaa raaftee,🙂 Raqa moo riqichaa Duuba dhadhaa baaftee? Meeyxuus siif ililchaa Dammaqi ni raftee, Si sobuuf didichaa Hin amanin daftee, ✍ Baruuf hin jerjerin Namni nama dhibaa, Bartuus hin ergarin Yoo tahees kijibaa, 😒 Dafii jala bu'ii Namaaf addaan baasii, Garaaf yaadaan gu'ii Cal jechuun albaasi, 🤫 Gochi namaaf himaa Arrabni ni dhimaa,👅 Dubbiin siqqirimaa Beekaan tuqin jimaa.👊 Adem Dhalate Adooleysa 17,2023. Finfinnee
187
8
"Jiituu marga birraa,Oromiyaa teenya hin tuqinaa nurraa"... General Artist Umar Suleeyman waggoota dheeraa dura.
142
9
Guyyaa guyyaadhaan, wanti ati filattu, wanti ati yaadduu fi wanti ati hojjettu eenyu akka ati taatu murteessu! @Obsee
251
10
ㅤ ㅤ ㅤ Yoon sitti hime ni loltaa si sodaadheen maleessaa. Amma eega na cimee sitti himeen if qabbanessaa. Adaraa nan sossobin dhuguman si gaafadhaa. Obblummaa hin barbaadu onneerraan si Jaalladhaa. Maaloo hin zigaalin obbolummaan hin jiruu. Yoo barbaadde na jaallu sin jaalladheera yaa tiruu. Hanga yoomiin jeqamee dhugaan keessa ko taa'a. Jaalallee waliif taana obbolummaan ni ga'aa🥹🥰 💔Jaalalti miidhaa miti. :¨·.·¨:   `·.  @Obsee
246
11
Innumti #Hacaaluun “marii na suuqadhuu.” jedhe sun naaf hin galle waansaa?🤔 Silaa ni maramaafii inni akka isheef suuqachuun mijjaawutti?🤣🤣
219
12
HIN KAASINAA! Yoo gundoorra kaa’ame Daaratti gangalata Salphinaan dhangi’emee Bakka Ulfina lagata. Daaraa keessaa kaafamuun Gulantaa ta’uu hin barree, Waraabessi haa nyaatuu Hin kaasinaa foon Harree! Etika Teferi
215
13
.....
1
14
Namaan ani jaalladhuutu si qofa tahe malee, namni na jaalatu hedduudha! ❤️
226
15
‎Sitti hin dhiyaadhu ‎Sirraa hin fagaadhu ‎Simalee hin filadhu ‎Si waliin hin jiraadhu ‎ ‎Haqadha sin dhoksu ‎Dhugaadha sin obsu ‎Si arguu illee fedhu ‎Sin ala hin milladhu! ‎ ‎Jibba sagalee keefan ‎Guuriin gurra duucha ‎Garuu keessa kooti ‎Sagaleen kee kililcha! ‎ ‎Si dhabaan si argaa ‎Argaan si barbaada ‎Milluu kee arguufan ‎Of gatee si gaada! ‎ ‎Jibba kee yaadaan ‎Jaalala kee himadha! ‎Sirraa hiiquuf hiixachaan ‎Suuraa kee arguuf miixaadha ‎ ‎Jaalala jibbaan balfeen ‎Onnee koo jibbaan faala ‎Teessoo jibbaa keessattuu ‎Garuu jaalala keen ilaala! ‎ ‎Hidhaa hin hiikamneen ‎Sakaalameen jiraadha ‎Hibboo jaalala keetiif ‎Yoomaan furmaata argadhaa? ‎ ‎Murteesse sirraa fagaachuuf ‎Tasumaa ani hin danda'u! ‎Sitti siqee si filachuudhaaf ‎Amalli kee siif iyyuu hin ta'u! ‎ ‎Giddu gidduuttan rarra'e ‎Muka mukarraa cite ta'ee ‎An yoomumaan furamaa ‎Hidhaa kee kanatti ba'ee? #Kaarrolee!💔
234
16
....🥀... Bilqiltuu bishaan obaasaa jirra....
200
17
. Ati yeroo daangaa kee kabachiiftu nama miidhaa hin jirtu, of eeggachaa jirta malee. Nagaa sammuu keetii eeggachuun kee immoo gara fulduraatti hojii kee irratti xiyyeeffannoo gaarii akka qabaattu si gargaara. Kanaafuu Of ta'i😍 #kanuma_Keenyas_Oluma
301
18
Rooba ganna keessa Garmalee cabbiidha Jibba kees hin qabuu Dhuguma Rabbiidha Jaalala kee malee Hamaa homaan qabu Akkas ta'uu kiyyaaf Yoomillee hin gaabbu .... @Obs_Ar
296
19
Fuula ko siif ibseen Onneetti si baadhe Olka'ee dhaabadheen Taa'umsa siif laadhe! ❤️‍🩹 @Obsi_A
265
20
#Har'a fixeensa argeen Waa baay'ee yaadadhe!. Jiruu addunyaa....💔
289