en
Feedback
Inclusive Education (Oromia )

Inclusive Education (Oromia )

Open in Telegram
835
Subscribers
No data24 hours
-27 days
+130 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '24
September '24
+11
in 0 channels
August '24
+29
in 0 channels
Get PRO
July '24
+20
in 0 channels
Get PRO
June '24
+19
in 0 channels
Get PRO
May '24
+21
in 0 channels
Get PRO
April '24
+17
in 0 channels
Get PRO
March '24
+15
in 0 channels
Get PRO
February '24
+48
in 0 channels
Get PRO
January '24
+69
in 1 channels
Get PRO
December '23
+65
in 0 channels
Get PRO
November '23
+58
in 0 channels
Get PRO
October '23
+15
in 1 channels
Get PRO
September '23
+8
in 0 channels
Get PRO
August '23
+8
in 0 channels
Get PRO
July '23
+18
in 0 channels
Get PRO
June '23
+16
in 0 channels
Get PRO
May '23
+14
in 0 channels
Get PRO
April '23
+13
in 0 channels
Get PRO
March '23
+21
in 0 channels
Get PRO
February '23
+14
in 0 channels
Get PRO
January '23
+99
in 0 channels
Get PRO
December '22
+68
in 0 channels
Get PRO
November '22
+19
in 0 channels
Get PRO
October '22
+67
in 0 channels
Get PRO
September '22
+11
in 0 channels
Get PRO
August '22
+22
in 0 channels
Get PRO
July '22
+30
in 0 channels
Get PRO
June '22
+33
in 0 channels
Get PRO
May '22
+39
in 0 channels
Get PRO
April '22
+202
in 0 channels
Get PRO
March '220
in 0 channels
Get PRO
February '220
in 0 channels
Get PRO
January '220
in 0 channels
Get PRO
December '210
in 0 channels
Get PRO
November '210
in 0 channels
Get PRO
October '21
+240
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
25 September0
24 September+1
23 September0
22 September+2
21 September0
20 September0
19 September+1
18 September+1
17 September+2
16 September0
15 September+1
14 September0
13 September+1
12 September0
11 September0
10 September0
09 September0
08 September0
07 September0
06 September0
05 September0
04 September+1
03 September0
02 September+1
01 September0
Channel Posts
photo content
+4

2
Guyyaa 22/08/2016 ā˜‘ļø Godina Harargee Bahaa, Aanaa Gooroo Muxii WKDBFA Mana barumsaa Gooroo Muxii lakk.1 tti Hubannoon Waa'ee BFA irratti qabxiilee armaan gadii irratti barsiisootaa Mana Barumsaa Saatalaayitii Gooroo Muxii Lakk.2 fi Gooroo Muxii Lakk.3 irratti Kennamee jira. ā˜‘ļø Qabxiileen Hubannoon irratti Kenname. 1.Maalummaa BFA 2.Maalummaa Barnoota hunda Hammatoo fi Akkaataa hojirra Oolmaa isaa 3.Haala Sakatta'iinsa Daa'imman BFA qabanii qorannoo mana manaa gaggeessuun gara mana barnootaa fiduu Irratti. 4.Haala xiin_sammuu Daa'immaan Miidhama qaamaa qabanii hubannoo kennuufiin Mana barumsaa keessa walitti fufiinsaan tursiisuun danda'amu 5.Maatii Daa'imman miidhama qaamaa qabaniif hubannoo kennuufiin daa'imman Miidhama qaamaa qaban osoo hin dhoksiin gara mana barumsaa fiduu akka qaban hubannoo kennuufiin daa'imman isaanii miidhama qaamaa qaban gara mana barnootaa fiduu akka qaban hubannoo kennuufi akka qabnu. āš«ļø Daa'imni suuraa irratti argitan tun sababa Warrabeessi fuula ishee gam tokkee hanga gurraatti irraa murateen osoo maatiin manatti ugguranii diddee mana barumsaa galuun amma kutaa lammaffaa barachaa jirti. 🟣 Barnootattis barattuu baay'ee qaxalee akka taate barsiisoonni ishee ni dubbatu. ā˜‘ļø Hoggansa mana barumsichaa waliin ta'uun ilaalcha Maatii ishees jijjiruu akka qabu waliigallee jirra. Disability Is not in ability ! Horaa bulaa !
497
3
Really very good work Teacher go ahead
424
4
Letter from Ministry of Education.pdf
828
5
Ragaa Hatattamaan Ergamu: Ragaa barattoota qarodhabeeyyii kutaa 8f, 9f, 10f fi 11f barachaa jiraniifi qabiin isaanii giddugalaan(aveerejiin) 60fi ol qaban! Kan mana barnootaa bultii addaatti galmaa'anii barachaa hin jirre! Guyyaa BBO qaqqabuu qabu: Ebla 21/2016 dura, of-eeggannoon guutuun akka nuuf ergitan kabajaan gaafanna! Carraa argame akka barattoonni keenya fayyadaman dirqama keenya yaabaanu!!
629
6
+4
No text...
789
7
Hojiilee Maallaqa Deeggarsa WDBFA Incinniitiif kennaman Hojjataman kanneen asiin gadiiti. Kunis: 1. Raampii daree gara dareettii 2. Daandii gara mana fincaaniitti geessuu hojjechiisuuf dhiheessiiwwan adda addaa bituun haala mijataa ta'een hojjetameera. Kunis suuraan yoo agarsiifamu: šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡
723
8
+5
No text...
712
9
Godina Qellem wallaggaati wiirtuun barnoota Fedhii addaa M/B/O/ Dingiilif wajjiri hawassummaa magaalicha waliin ta'uun barattoota Fedhii addaaf uffanna gumache jira
571
10
+5
No text...
613
11
Buufata Fedhii addaa Aanaa Gidaamii mana Barumsaa Gidaamiitti baajeta hojiirra oolmaa Barnoota Fedhii addaa baajeta hojiirra oolmaa Barnoota Fedhii addaaf ramadame qarshii 50,000n hojjetamaa jiru 1. Mana fincaanii balbala lama 2.Raampii daree Barnoota duratti hojjetamaa jiraachuu isaa kabajan isin beeksifna. Hojiiwwan kunniinis suuraan akka armaan gadii kanatti dhiyaatee Jira.
467
12
Kana malees daa'ima kana dura wiilcherii kennineef yaalii sirreeffamaaf gara finfinnee kan ergaa jirruu tahuu,daa,ima waggaa 4 kan kaatee hin deemne dhaabbanni tola ooltummaa tokko yaaliif fudhachuu fi barattoota dhageetti dhabeeyyii deddeebiin baratan mana kiraa akka haalli mijatu taasifameera
638
13
+3
No text...
596
14
Mana barumsaa Hiddii sad.1ffaa keessatti gamoo ijaarame
518
15
Hojii Barsiisaa Marmaaraan Naannoo keenya keessatti hojjecha jiru baay'ee Guddadha Galatoomaa hundii keessanu!!
691
16
No text...
659
17
+9
No text...
693
18
Godina Shawaa Lixaa Aanaa Tokkee Kuttaayee WKDBFA MB Guuntaritti sakatta'insa manaa manaa taasifameen hubannoo kaayyoo BFA maatiifi hawaasa naannichaaf Uumuun leenjiin daa'ima qaroo dhabeessa rakkoo ilaalchaan maatiidhaan dhokatee tureef naannoo mana jireenyaa daa'imaatti haala fayyadama ulee adii (Cane) irratti kennameera
482
19
Manneen Barnoota Wiirtuu kennaa Deeggarsa Barnoota fedhii Addaa Naannoo keenyaa hundii haala kanaan hojjeechu qaba
Manneen Barnoota Wiirtuu kennaa Deeggarsa Barnoota fedhii Addaa Naannoo keenyaa hundii haala kanaan hojjeechu qaba
451
20
+4
No text...
788