Obsinaan Arsii
الذهاب إلى القناة على Telegram
Haqaaf haqaan moona. Gaaf-tokko Walabummaa koo argee gammaduun koo hafa hin qabu. #Oromia Shall be free.Ani Oromoo muslimaati,Saba kootiif Amantii kootiif nan qabsaawa.Waadaa jaallanii nan eega.!🖤♥️🤍 Channel kana irraa Seenaa hedduu bartu jedheen amana.
إظهار المزيد1 404
المشتركون
-124 ساعات
-107 أيام
-4930 أيام
جاري تحميل البيانات...
القنوات المماثلة
سحابة العلامات
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
الإشارات الواردة والصادرة
---
---
---
---
---
---
جذب المشتركين
أغسطس '26
أغسطس '260
في 0 قنوات
يوليو '26
+5
في 1 قنوات
Get PRO
يونيو '26
+10
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '26
+12
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '26
+20
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '26
+15
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '26
+13
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '26
+13
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '25
+5
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '25
+14
في 1 قنوات
Get PRO
أكتوبر '25
+12
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '25
+6
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '25
+7
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '25
+38
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '25
+14
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '25
+13
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '25
+11
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '25
+16
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '25
+19
في 1 قنوات
Get PRO
يناير '25
+20
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '24
+69
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '24
+138
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '24
+130
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '24
+127
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '24
+166
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '24
+360
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '24
+257
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '24
+260
في 1 قنوات
Get PRO
أبريل '24
+258
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '24
+268
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '24
+197
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '24
+120
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '23
+221
في 0 قنوات
| التاريخ | نمو المشتركين | الإشارات | القنوات | |
| 02 أغسطس | 0 | |||
| 01 أغسطس | 0 |
منشورات القناة
| 2 | Soraa Abdataa waggaa 4 dura..Walaloo kana Sooraatu barreesse!🥲
***
Akka malee garaa nama nyaatti.
"Yakka maaliin qaba" eeyyee yakka hinqabdu!😭
#Natti_hin_murteessin
ofii koof unkureen
jireenya koof jiraadhaa
gaafan dhabe rafeen
gaafan argadhe nyaadhaa
Ukunkuree bututeen
galee imimaan buusaa
ijikoo imimmaan fixee
darbees dhiiga kuusaa
natti hin murteessinkaa
adaraa yaa namaa
har'as boo'ee boris boo'uun
anaafis naa gamaa
kolfee hin xabadhu
bulee ka'een jooraa
akka namaa boqodhee
uffaadhees yooman kooraa
erbeen koo ciccitee
rakkinaananoo jiraadhaa
ofii xiqqoo nyaadheen
gudahoo siif baadhaa
natti hin murteessinkaa
ilaal imimmaankoo
sitti haa mullatukaa
rakkoof gidiraankoo
as bu'een achi bu'aa
fuulaa gurraacha'ee
namummaakoo gatee
qaamaa cilaatta'ee
qoonqookoo hururseen
mudhii hidhadhee rafaa
ofitti maramee
akka ilmoo bofaa
osoo kaan quufee gatuu
an harcaatuullee dhabaa
natti hin murteessinkaa
an yakka maaliin qabaa.???
....!!!... RIP | 50 |
| 3 | Laalachuuhuu kanan dhaabu
Jaalachuu gaafan dadhabuu...
....
Kanaaf laalachuun koo;
Laallachuudhaa jaalachuudhaa
Cal'isuun koos hubachuudhaa
Laalaa saniin gubachuudhaa...
Sijaaladheen laalaa baree
Laalee argeen siif of dhabee
Bara hedduun siin himamee..
Naan lagattaa anuun yaadnee
Lagachuu kees ijaan argee
Laalaa saniif uf qopheessee
...
Ati garuu naan hanqattee
Nas baqattee simaaf taatee??
Hayyee mee!!
Rabbi jennaan ima taatii
Akki yaadaa hujiin taatii...
....💔💍🥀🥰
... | 143 |
| 4 | Colour doesn't matter when you're in love with the right person ❤️.... | 131 |
| 5 | Waraana jaalalaa seenuu badaadha aabbee edaanuu?🤔 Ikkoo amma waa hundaa ol taasisaa maa jiraanna? | 151 |
| 6 | Inni isin ♡ ♡ ♡
“Jaalalti akka waraanaati
eegaluun salphaadha dhaabuun garuu ni ulfaata.” jettan tokko immoo dhugaadhaayi?🤔 So an amma waan akka xiiqii wahiittu natti dhagayamaa jira nin du'a malee sin dhiisu jedhiin naan jetti nafsiin..🤣🤣
♡ ♡ ♡
:¨·.·¨:
`·. | 149 |
| 7 | "...Si sobuuf didichaa 🏃♂️
Hin amanin daftee..." 🙌
⚖⚖🔍🔎⚖⚖🔎🔍⚖⚖🔎🔍
Ilmi namaa lama ✌
Gaari yokaan hamaa,
Osoo beeytuu samaa
Na yayyaamta gamaa ? 🗣
Gaarii garaan beeyta
Afaan laaluu mitii,
Mi'aan deeyma seeta
Garaan saa iccitii,
Ijaan laalan meeta
Garaan namaa miti,👹
Hunda firraa beeki
Addaan laalii nama,
Itti nuuf akeeki
Kan qabne quuqama, 😠
Gaafa hundan beeytuu
Guyyaan dhiiraa tokkoo,
Dhabdee gaafa deeydu
Taatee abbaa rakkoo, 🥲
Fira duraan eeydu
Gaafa dhabde irkoo,
Yoo hanqatte weeyduu
Mataan keetuu kookkoo, 😈
Hundaaf if wareeydu
Si godhatan hookkoo,
Hanga gaafa deeyduu
Sumaan ja'an foonkoo, 😱
Dhiirti guyyaa hamaa
Si dhiifteen godaanne,
Rakoo fi rakkama
Keetiis kan sodaanne, 🫂
Namni dhugaa sani
Kaan maqaatu namaa,
Gaafa siif qananii
Si yaammatan gamaa, 👋
Eega addaan baafte
Rakkoon gingilchitee, 🔍
Dhama jalaa kaafte
Tooftaan dagalchitee, 🩺
Gocha saa itichaa
Diroo namaa raaftee,🙂
Raqa moo riqichaa
Duuba dhadhaa baaftee?
Meeyxuus siif ililchaa
Dammaqi ni raftee,
Si sobuuf didichaa
Hin amanin daftee, ✍
Baruuf hin jerjerin
Namni nama dhibaa,
Bartuus hin ergarin
Yoo tahees kijibaa, 😒
Dafii jala bu'ii
Namaaf addaan baasii,
Garaaf yaadaan gu'ii
Cal jechuun albaasi, 🤫
Gochi namaaf himaa
Arrabni ni dhimaa,👅
Dubbiin siqqirimaa
Beekaan tuqin jimaa.👊
Adem Dhalate Adooleysa 17,2023. Finfinnee | 187 |
| 8 | "Jiituu marga birraa,Oromiyaa teenya hin tuqinaa nurraa"...
General Artist Umar Suleeyman waggoota dheeraa dura. | 142 |
| 9 | Guyyaa guyyaadhaan, wanti ati filattu, wanti ati yaadduu fi wanti ati hojjettu eenyu akka ati taatu murteessu!
@Obsee | 251 |
| 10 | ㅤ
ㅤ
ㅤ
Yoon sitti hime ni loltaa
si sodaadheen maleessaa.
Amma eega na cimee
sitti himeen if qabbanessaa.
Adaraa nan sossobin
dhuguman si gaafadhaa.
Obblummaa hin barbaadu
onneerraan si Jaalladhaa.
Maaloo hin zigaalin
obbolummaan hin jiruu.
Yoo barbaadde na jaallu
sin jaalladheera yaa tiruu.
Hanga yoomiin jeqamee
dhugaan keessa ko taa'a.
Jaalallee waliif taana
obbolummaan ni ga'aa🥹🥰
💔Jaalalti miidhaa miti.
:¨·.·¨:
`·. @Obsee | 246 |
| 11 | Innumti #Hacaaluun “marii na suuqadhuu.” jedhe sun naaf hin galle waansaa?🤔 Silaa ni maramaafii inni akka isheef suuqachuun mijjaawutti?🤣🤣 | 219 |
| 12 | HIN KAASINAA!
Yoo gundoorra kaa’ame
Daaratti gangalata
Salphinaan dhangi’emee
Bakka Ulfina lagata.
Daaraa keessaa kaafamuun
Gulantaa ta’uu hin barree,
Waraabessi haa nyaatuu
Hin kaasinaa foon Harree!
Etika Teferi | 215 |
| 13 | ..... | 1 |
| 14 | Namaan ani jaalladhuutu si qofa tahe malee, namni na jaalatu hedduudha! ❤️ | 226 |
| 15 | Sitti hin dhiyaadhu
Sirraa hin fagaadhu
Simalee hin filadhu
Si waliin hin jiraadhu
Haqadha sin dhoksu
Dhugaadha sin obsu
Si arguu illee fedhu
Sin ala hin milladhu!
Jibba sagalee keefan
Guuriin gurra duucha
Garuu keessa kooti
Sagaleen kee kililcha!
Si dhabaan si argaa
Argaan si barbaada
Milluu kee arguufan
Of gatee si gaada!
Jibba kee yaadaan
Jaalala kee himadha!
Sirraa hiiquuf hiixachaan
Suuraa kee arguuf miixaadha
Jaalala jibbaan balfeen
Onnee koo jibbaan faala
Teessoo jibbaa keessattuu
Garuu jaalala keen ilaala!
Hidhaa hin hiikamneen
Sakaalameen jiraadha
Hibboo jaalala keetiif
Yoomaan furmaata argadhaa?
Murteesse sirraa fagaachuuf
Tasumaa ani hin danda'u!
Sitti siqee si filachuudhaaf
Amalli kee siif iyyuu hin ta'u!
Giddu gidduuttan rarra'e
Muka mukarraa cite ta'ee
An yoomumaan furamaa
Hidhaa kee kanatti ba'ee?
#Kaarrolee!💔 | 234 |
| 16 | ....🥀... Bilqiltuu bishaan obaasaa jirra.... | 200 |
| 17 | .
Ati yeroo daangaa kee kabachiiftu nama miidhaa hin jirtu,
of eeggachaa jirta malee.
Nagaa sammuu keetii eeggachuun kee immoo gara fulduraatti hojii kee irratti xiyyeeffannoo gaarii akka qabaattu si gargaara.
Kanaafuu
Of ta'i😍
#kanuma_Keenyas_Oluma | 301 |
| 18 | Rooba ganna keessa
Garmalee cabbiidha
Jibba kees hin qabuu
Dhuguma Rabbiidha
Jaalala kee malee
Hamaa homaan qabu
Akkas ta'uu kiyyaaf
Yoomillee hin gaabbu
....
@Obs_Ar | 296 |
| 19 | Fuula ko siif ibseen
Onneetti si baadhe
Olka'ee dhaabadheen
Taa'umsa siif laadhe! ❤️🩹
@Obsi_A | 265 |
| 20 | #Har'a fixeensa argeen Waa baay'ee yaadadhe!.
Jiruu addunyaa....💔 | 289 |
