Obsinaan Arsii
Kanalga Telegramâda oâtish
Haqaaf haqaan moona. Gaaf-tokko Walabummaa koo argee gammaduun koo hafa hin qabu. #Oromia Shall be free.Ani Oromoo muslimaati,Saba kootiif Amantii kootiif nan qabsaawa.Waadaa jaallanii nan eega.!đ€â„ïžđ€ Channel kana irraa Seenaa hedduu bartu jedheen amana.
Ko'proq ko'rsatish1 404
Obunachilar
-124 soatlar
-107 kunlar
-4930 kunlar
Ma'lumot yuklanmoqda...
O'xshash kanallar
Taglar buluti
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Avgust '26
Avgust '260
0 kanalda
Iyul '26
+5
1 kanalda
Get PRO
Iyun '26
+10
0 kanalda
Get PRO
May '26
+12
0 kanalda
Get PRO
Aprel '26
+20
0 kanalda
Get PRO
Mart '26
+15
0 kanalda
Get PRO
Fevral '26
+13
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '26
+13
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '25
+5
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '25
+14
1 kanalda
Get PRO
Oktabr '25
+12
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '25
+6
0 kanalda
Get PRO
Avgust '25
+7
0 kanalda
Get PRO
Iyul '25
+38
0 kanalda
Get PRO
Iyun '25
+14
0 kanalda
Get PRO
May '25
+13
0 kanalda
Get PRO
Aprel '25
+11
0 kanalda
Get PRO
Mart '25
+16
0 kanalda
Get PRO
Fevral '25
+19
1 kanalda
Get PRO
Yanvar '25
+20
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '24
+69
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '24
+138
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '24
+130
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '24
+127
0 kanalda
Get PRO
Avgust '24
+166
0 kanalda
Get PRO
Iyul '24
+360
0 kanalda
Get PRO
Iyun '24
+257
0 kanalda
Get PRO
May '24
+260
1 kanalda
Get PRO
Aprel '24
+258
0 kanalda
Get PRO
Mart '24
+268
0 kanalda
Get PRO
Fevral '24
+197
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '24
+120
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '23
+221
0 kanalda
| Sana | Obunachilarni jalb qilish | Esdaliklar | Kanallar | |
| 02 Avgust | 0 | |||
| 01 Avgust | 0 |
Kanal postlari
| 2 | Soraa Abdataa waggaa 4 dura..Walaloo kana Sooraatu barreesse!đ„Č
***
Akka malee garaa nama nyaatti.
"Yakka maaliin qaba" eeyyee yakka hinqabdu!đ
#Natti_hin_murteessin
ofii koof unkureen
jireenya koof jiraadhaa
gaafan dhabe rafeen
gaafan argadhe nyaadhaa
Ukunkuree bututeen
galee imimaan buusaa
ijikoo imimmaan fixee
darbees dhiiga kuusaa
natti hin murteessinkaa
adaraa yaa namaa
har'as boo'ee boris boo'uun
anaafis naa gamaa
kolfee hin xabadhu
bulee ka'een jooraa
akka namaa boqodhee
uffaadhees yooman kooraa
erbeen koo ciccitee
rakkinaananoo jiraadhaa
ofii xiqqoo nyaadheen
gudahoo siif baadhaa
natti hin murteessinkaa
ilaal imimmaankoo
sitti haa mullatukaa
rakkoof gidiraankoo
as bu'een achi bu'aa
fuulaa gurraacha'ee
namummaakoo gatee
qaamaa cilaatta'ee
qoonqookoo hururseen
mudhii hidhadhee rafaa
ofitti maramee
akka ilmoo bofaa
osoo kaan quufee gatuu
an harcaatuullee dhabaa
natti hin murteessinkaa
an yakka maaliin qabaa.???
....!!!... RIP | 50 |
| 3 | Laalachuuhuu kanan dhaabu
Jaalachuu gaafan dadhabuu...
....
Kanaaf laalachuun koo;
Laallachuudhaa jaalachuudhaa
Cal'isuun koos hubachuudhaa
Laalaa saniin gubachuudhaa...
Sijaaladheen laalaa baree
Laalee argeen siif of dhabee
Bara hedduun siin himamee..
Naan lagattaa anuun yaadnee
Lagachuu kees ijaan argee
Laalaa saniif uf qopheessee
...
Ati garuu naan hanqattee
Nas baqattee simaaf taatee??
Hayyee mee!!
Rabbi jennaan ima taatii
Akki yaadaa hujiin taatii...
....đđđ„đ„°
... | 143 |
| 4 | Colour doesn't matter when you're in love with the right person â€ïž.... | 131 |
| 5 | Waraana jaalalaa seenuu badaadha aabbee edaanuu?đ€ Ikkoo amma waa hundaa ol taasisaa maa jiraanna? | 151 |
| 6 | Inni isin ⥠⥠âĄ
âJaalalti akka waraanaati
eegaluun salphaadha dhaabuun garuu ni ulfaata.â jettan tokko immoo dhugaadhaayi?đ€ So an amma waan akka xiiqii wahiittu natti dhagayamaa jira nin du'a malee sin dhiisu jedhiin naan jetti nafsiin..đ€Łđ€Ł
⥠⥠âĄ
:š·.·š:
 `·.  | 149 |
| 7 | "...Si sobuuf didichaa đââïž
Hin amanin daftee..." đ
ââđđââđđââđđ
Ilmi namaa lama â
Gaari yokaan hamaa,
Osoo beeytuu samaa
Na yayyaamta gamaa ? đŁ
Gaarii garaan beeyta
Afaan laaluu mitii,
Mi'aan deeyma seeta
Garaan saa iccitii,
Ijaan laalan meeta
Garaan namaa miti,đč
Hunda firraa beeki
Addaan laalii nama,
Itti nuuf akeeki
Kan qabne quuqama, đ
Gaafa hundan beeytuu
Guyyaan dhiiraa tokkoo,
Dhabdee gaafa deeydu
Taatee abbaa rakkoo, đ„Č
Fira duraan eeydu
Gaafa dhabde irkoo,
Yoo hanqatte weeyduu
Mataan keetuu kookkoo, đ
Hundaaf if wareeydu
Si godhatan hookkoo,
Hanga gaafa deeyduu
Sumaan ja'an foonkoo, đ±
Dhiirti guyyaa hamaa
Si dhiifteen godaanne,
Rakoo fi rakkama
Keetiis kan sodaanne, đ«
Namni dhugaa sani
Kaan maqaatu namaa,
Gaafa siif qananii
Si yaammatan gamaa, đ
Eega addaan baafte
Rakkoon gingilchitee, đ
Dhama jalaa kaafte
Tooftaan dagalchitee, đ©ș
Gocha saa itichaa
Diroo namaa raaftee,đ
Raqa moo riqichaa
Duuba dhadhaa baaftee?
Meeyxuus siif ililchaa
Dammaqi ni raftee,
Si sobuuf didichaa
Hin amanin daftee, â
Baruuf hin jerjerin
Namni nama dhibaa,
Bartuus hin ergarin
Yoo tahees kijibaa, đ
Dafii jala bu'ii
Namaaf addaan baasii,
Garaaf yaadaan gu'ii
Cal jechuun albaasi, đ€«
Gochi namaaf himaa
Arrabni ni dhimaa,đ
Dubbiin siqqirimaa
Beekaan tuqin jimaa.đ
Adem Dhalate Adooleysa 17,2023. Finfinnee | 187 |
| 8 | "Jiituu marga birraa,Oromiyaa teenya hin tuqinaa nurraa"...
General Artist Umar Suleeyman waggoota dheeraa dura. | 142 |
| 9 | Guyyaa guyyaadhaan, wanti ati filattu, wanti ati yaadduu fi wanti ati hojjettu eenyu akka ati taatu murteessu!
@Obsee | 251 |
| 10 | ă
€
ă
€
ă
€
Yoon sitti hime ni loltaa
si sodaadheen maleessaa.
Amma eega na cimee
sitti himeen if qabbanessaa.
Adaraa nan sossobin
dhuguman si gaafadhaa.
Obblummaa hin barbaadu
onneerraan si Jaalladhaa.
Maaloo hin zigaalin
obbolummaan hin jiruu.
Yoo barbaadde na jaallu
sin jaalladheera yaa tiruu.
Hanga yoomiin jeqamee
dhugaan keessa ko taa'a.
Jaalallee waliif taana
obbolummaan ni ga'aađ„čđ„°
đJaalalti miidhaa miti.
:š·.·š:Â
 `·. @Obsee | 246 |
| 11 | Innumti #Hacaaluun âmarii na suuqadhuu.â jedhe sun naaf hin galle waansaa?đ€ Silaa ni maramaafii inni akka isheef suuqachuun mijjaawutti?đ€Łđ€Ł | 219 |
| 12 | HIN KAASINAA!
Yoo gundoorra kaaâame
Daaratti gangalata
Salphinaan dhangiâemee
Bakka Ulfina lagata.
Daaraa keessaa kaafamuun
Gulantaa taâuu hin barree,
Waraabessi haa nyaatuu
Hin kaasinaa foon Harree!
Etika Teferi | 215 |
| 13 | ..... | 1 |
| 14 | Namaan ani jaalladhuutu si qofa tahe malee, namni na jaalatu hedduudha! â€ïž | 226 |
| 15 | âSitti hin dhiyaadhu
âSirraa hin fagaadhu
âSimalee hin filadhu
âSi waliin hin jiraadhu
â
âHaqadha sin dhoksu
âDhugaadha sin obsu
âSi arguu illee fedhu
âSin ala hin milladhu!
â
âJibba sagalee keefan
âGuuriin gurra duucha
âGaruu keessa kooti
âSagaleen kee kililcha!
â
âSi dhabaan si argaa
âArgaan si barbaada
âMilluu kee arguufan
âOf gatee si gaada!
â
âJibba kee yaadaan
âJaalala kee himadha!
âSirraa hiiquuf hiixachaan
âSuuraa kee arguuf miixaadha
â
âJaalala jibbaan balfeen
âOnnee koo jibbaan faala
âTeessoo jibbaa keessattuu
âGaruu jaalala keen ilaala!
â
âHidhaa hin hiikamneen
âSakaalameen jiraadha
âHibboo jaalala keetiif
âYoomaan furmaata argadhaa?
â
âMurteesse sirraa fagaachuuf
âTasumaa ani hin danda'u!
âSitti siqee si filachuudhaaf
âAmalli kee siif iyyuu hin ta'u!
â
âGiddu gidduuttan rarra'e
âMuka mukarraa cite ta'ee
âAn yoomumaan furamaa
âHidhaa kee kanatti ba'ee?
#Kaarrolee!đ | 234 |
| 16 | ....đ„... Bilqiltuu bishaan obaasaa jirra.... | 200 |
| 17 | .
Ati yeroo daangaa kee kabachiiftu nama miidhaa hin jirtu,
of eeggachaa jirta malee.
Nagaa sammuu keetii eeggachuun kee immoo gara fulduraatti hojii kee irratti xiyyeeffannoo gaarii akka qabaattu si gargaara.
Kanaafuu
Of ta'iđ
#kanuma_Keenyas_Oluma | 301 |
| 18 | Rooba ganna keessa
Garmalee cabbiidha
Jibba kees hin qabuu
Dhuguma Rabbiidha
Jaalala kee malee
Hamaa homaan qabu
Akkas ta'uu kiyyaaf
Yoomillee hin gaabbu
....
@Obs_Ar | 296 |
| 19 | Fuula ko siif ibseen
Onneetti si baadhe
Olka'ee dhaabadheen
Taa'umsa siif laadhe! â€ïžâđ©č
@Obsi_A | 265 |
| 20 | #Har'a fixeensa argeen Waa baay'ee yaadadhe!.
Jiruu addunyaa....đ | 289 |
