302
Subscribers
No data24 hours
-37 days
-1630 days
Posts Archive
Repost from BBC News Afaan Oromoo
Waa’ee hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo mootummaa Itoophiyaa lolaniifi Keeniyaa keessa sosso’an maaltu beekama? : BBC News Afaan Oromoo
Repost from BBC News Afaan Oromoo
Pirezidantin Duraanii Itoophiyaa Mulaatuu Tashoomee Ertiraan waraana haaraa Itoophiyaarratti banuuf qophaa'aa jirti jechuun dubbatan. : BBC News Afaan Oromoo
Repost from BBC News Afaan Oromoo
Ajjeechaa 'suukaneessaa' Godina Jimmaa Aanaa Geeraa Ganda Waallaatti abbaa qabeenyaa nama Zaakir Abbaa Olii jedhaman irratti raawwatameefi dheekkamsa hawaasaa kaaseen booda, "qaamoleen Zaakir Abbaa Olii irratti ajjeechaa raawwatan too'atamaa jiru" jedha ibsi Godinichi baase. : BBC News Afaan Oromoo
Repost from BBC News Afaan Oromoo
Dr Zabiibaa Roobaa barnoota fayyaa (Medicine) kan qo'atte yoo ta'u, yeroo ammaa damee fayyaa onneerratti xiyyeffachuun barachaa jirti. Kitaaba 10 barreessiteetti. Amma hawaasa keessaa dhalatteef hospitaala ijaarsisaa jirti. : BBC News Afaan Oromoo
Repost from Jawar Mohammed
Oduun “manni Jawaar Naayrobitti sakata’ame, namnis hidhame” jedhu soba. Mannis namnis tuqame hin jiru. Ebjuu muddamsuun uumteedha 😃
Repost from Jawar Mohammed
+1
Eebbisee Birkii, haadha kaleessa Wallagga Lixaa Aanaa mana Sibuutti daa’iman dubaraa ishii lama waliin ajjeefamte. Daa’imti ammoo Seenaa Abarraa Bushaati. Maatii mana tokkoo sadi haadhaafi dubara lama bakka tokkotti ajjeesan. Sanuu gudeedamuu waan didaniif. Aadaan haaromsaa Bilxiginnaan saba keenyaaf fidde isa kanakaa!
Repost from Jawar Mohammed
Maatii tokko kan ta'aan:-
1. Eebbisee Barkii Faradaa - Haadha
2. Asteer Abarraa Bulchaa - Umurii 16 harmeen ishee Eebbisee Barkiiti.
3. Seenaa Abarraa Bulchaa - Umurii 8 harmeen ishee Eebbisee Barkiiti.
4. Ogeettii Ballinaa Bakaree - Ollaa Maatii kanaati.
Sababni isaa RIB achi keessa ta'an yeroo hunda dhuganii macha'aanii nama lolaa oolu. Wanti ta'e tokkos hin jiru Waraanuma dhaqee manatti seenee nama ajjeesuu fi iyya qofa argine. Warra du'an gaafa 13.2.2025 awwaallanne."
Repost from Jawar Mohammed
Asteer Abarraa Bushaa kan kaleessaa Wallagga Lixaa Aanaa Mana Sibuutti maatii waliin ajjeefamte ishee kana turte. Loltuun tokko machaa’ee gudeeduuf yennaa jedhu Asteer iyyinaan, obboleettii, haafhaafi ollaan takka dirmatanii yoo dhufan hunda isaanii rasaasa itti roobsa!
“Wallagga Lixaa, Aanaa Mana Sibuu, Bulchiinsa Magaalaa Waankii
Waraanni Mootummaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Buufata Fayyaa Waankii keessa buufatee jiru guyyaa gaafa 12/2/2025 guyyaa keessaa sa'a 11:30tti nama 4 bakka tokkotti ajjeesan. Nama 4n ajjeesan keessaa 3Maatii tokkoodha, Namni tokko Ollaadha.
Repost from Jawar Mohammed
+2
Bu’urri aadaafi falaasama Oromoo waa sadih jedhee nu barsiisaa ture hayyuun argaa-dhageettii Dabbaasaa Guyyoo. Isaanis
1- Gadaa ( democracy)
2- Nagaa ( Holistic and everlasting peace)
3- Finna ( development / sustainable production and reproduction)
Bilxiginnaan maqaa aadaa haaromsootiin Gadaa, Nagaafi Finna Oromoo kanneen aadaa ishii kan ajjeechaa,saamichaafi kijibaan bakka nuuf buusuu barbaaddii?
Repost from Jawar Mohammed
+1
Joolleen Wallagga Bahaa Aanaa Saassigaa keessatti kaleessa loltoota mootummaan rashanaman
1. Addaam Addisuu
2. Saamuel Bokoree
3. Iyyaasuu Abaataa
4. Taamirat Ayyaanaa
Repost from BBC News Afaan Oromoo
Paaspoortin sadarkaa isaa eeggateefi istaandaardii idiladdunyaa qabatee yeroo jalqabaaf kan hojiirra oole Waraana Addunyaa Tokkoffaa (WWI) boodadha. BBC News Afaan Oromoo
Repost from BBC News Afaan Oromoo
Lammaa Magarsaa 'ummanni gooftaa' akka ta'e, Oromoon dinagdeedhaan moggeeffamaa bahe jabaachuu akka qabu, saamichi lafaa fi albuudaa akka dhaabbatu, gaaffiin uummanni gaafatu tartiibaan deebii akka argatuuf ifaajaniiru. : BBC News Afaan Oromoo
Repost from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ)
#መረጃ፦ፋሽስቱ የብልፅግና ቡድን የኦሮሞ ህዝብን የዘር ማጥፋት ወንጀል ከመፈጸምም አልፎ በደን የተሸፈኑ ቦታዎችን በእሳት በማጋየት ሁለት ነገርን ማሳካት ዓላማው አርጎ ተነስቷል በዚህም መሠረት ፦
የመጀመሪያው በተፈጥሮ የተስተካከለ የአየር ንብረቱን ጫጫውን በማቃጠል የተዛባና ያልተስተካከል የአየር ንብረት በመፍጠር ህዝባችንን ለረሀብና ተያያዥነት ላላቸው ችግሮች ማጋለጥ ሲሆን...
-ሁለተኛው የኦርሞ ነፃነት ሠራዊት ጫካዎች ውስጥ መደበቂያ ወይም ከለላ ማሳጣትና በተመረጡ ባሏቸው ቦታዎች በድሮውን መምታት እንደሆነ ታውቋል ...
እነዚህ ምክንያት አርጎ ጥፋት ሥራውንና ተፈጥሮውን ማጥፋት ቢያያዘውም ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ይህን ለመከላከል አቅሙ የፈቀደውን ሁሉ እያረገ ይገኛል.....
Repost from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ)
#መረጃ፦ፋሽስቱ የብልፅግና ቡድን የኦሮሞ ህዝብን የዘር ማጥፋት ወንጀል ከመፈጸምም አልፎ በደን የተሸፈኑ ቦታዎችን በእሳት በማጋየት ሁለት ነገርን ማሳካት ዓላማው አርጎ ተነስቷል በዚህም መሠረት ፦
የመጀመሪያው በተፈጥሮ የተስተካከለ የአየር ንብረቱን ጫጫውን በማቃጠል የተዛባና ያልተስተካከል የአየር ንብረት በመፍጠር ህዝባችንን ለረሀብና ተያያዥነት ላላቸው ችግሮች ማጋለጥ ሲሆን...
-ሁለተኛው የኦርሞ ነፃነት ሠራዊት ጫካዎች ውስጥ መደበቂያ ወይም ከለላ ማሳጣትና በተመረጡ ባሏቸው ቦታዎች በድሮውን መምታት እንደሆነ ታውቋል ...
እነዚህ ምክንያት አርጎ ጥፋት ሥራውንና ተፈጥሮውን ማጥፋት ቢያያዘውም ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ይህን ለመከላከል አቅሙ የፈቀደውን ሁሉ እያረገ ይገኛል.....
Repost from Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Ergama mootummaa Naannoo Oromiyaa keessaa tokko sirna eeggachuu fi bu’aa argame eeguu akka ta’e obbo Shimallis Abdiisaa himan.
Sirni isaan eegan kan dargaggoota akka Kanaan ajjeesudha 😭😭
Bulchaan Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaa ibsa kaleessa mana maree naannichaaf kennaniin, "Injifannoo wareegama dargaggoota kumaatamaan lakkaa'amaniin arganne, waan barbaade haa ta'u malee dabarsinee hin kenninu" kan isaan jedhan dargaggoo Oromoo akkasiin rashanuudhaa?
Repost from BBC News Afaan Oromoo
Lammiileen Itiyoophiyaa miliyoona 2 hanga 3 ta'an biyya isaaniitiin ala, biyyoota biroo keessa jiraachaa akka jiran ragaaleen ni agarsiisu. : BBC News Afaan Oromoo
