Jawar Mohammed
Interested in social movements, democratization. Currently member of Oromo Federalist Congress. Finfine, Ethiopia t.me/JawarOfficial
Show more📈 Analytical overview of Telegram channel Jawar Mohammed
Channel Jawar Mohammed (@jawarofficial) in the English language segment is an active participant. Currently, the community unites 88 355 subscribers, ranking 668 in the Politics category and 369 in the Ethiopia region.
📊 Audience metrics and dynamics
Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 88 355 subscribers.
According to the latest data from 09 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 193 over the last 30 days and by -13 over the last 24 hours, overall reach remains high.
- Verification status: Verified (Officially confirmed by Telegram)
- Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 15.71%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 10.74% reactions from the total number of subscribers.
- Post reach: On average, each post receives 13 881 views. Within the first day, a publication typically gains 9 487 views.
- Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 201.
📝 Description and content policy
The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
“Interested in social movements, democratization. Currently member of Oromo Federalist Congress.
Finfine, Ethiopia t.me/JawarOfficial”
Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 10 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Politics category.
Data loading in progress...
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 10 September | +19 | |||
| 09 September | +11 | |||
| 08 September | +11 | |||
| 07 September | +7 | |||
| 06 September | +4 | |||
| 05 September | +5 | |||
| 04 September | +5 | |||
| 03 September | +11 | |||
| 02 September | +4 | |||
| 01 September | +4 |
| 2 | Har'as sagantaa kana isiniif dhiheessuu hin dandeenye. Bor yaala. | 5 056 |
| 3 | Nagaafi tokkummaan wareen osoo hin taane gochaan muldhachuu qaba. Sun ammoo hidhamtoota siyaasaa gadi lakkisuurraa jalqaba. | 8 813 |
| 4 | No text... | 8 349 |
| 5 | Hawaasni keenya biyya Kaanadaa magaalaa Torontoo, qooda guddaa Abbaan Urjii (Abdurashiid Mahammad) qabsoo Oromootiif godheef beekkaamtii kennuun keessan hedduu na gammachiise. Abbaan Urjii korommii bara joollummaa isaanii dirree qabsootti makamuun qaanqeen sabboonummaa biyya akka walgeeysuuf jala shidaa tureedha. Erga biyyaa bahees biyyoota baqaa dhaqe maratti hawaasa ijaaruufi cimsuun adda durummaan dadhabbii malee hojjachaa ture.
Gumaatni addaa Abbaa Urjii qalama isaati. Nama dandeettii hogbarruu cimaa qabuuf dandeettii san ammoo hojiirra oolchuun kitaabota heddu maxxansiiseedha.. Seenaa namoota ummata keenyaaf aarsaa baasan akki inni itti seenessu tanuma ajaa'ibaati. Seenaan goototaa dhaloonni ammaa beeku hedduu ishii tan Abbaan Urjii katabee raabsaa tureedha.
Kitaaba Abbaan Urjii barreesse takka dubbisuu eegalaan hamma xumurtutti lafa hin keeysu. Taatewwan dhugaatirra ejjatee bifa asoosomaatiin mi'eeysee seenaa qabsoo Oromoo akka laaftutti namaa galtuufi hin irraanfatamnetti dhiheessa. Mee fakkeenyaaf kitaaba RAAMMISO jedhmu tokko barbaadaa fuula duraa banaa. Hanga fuula dhumaa fixxanitti dumucaan irraa isin hin kaaftu. Yeroo shanii oliin dubbise. Kitaabni HUURSO jedhamuus akkasuma.
Abbaa Urjii, fayyaa waliin umrii nuuf dheeradhu. Qalmni kee ammas mirguu itti haa fufu. Yaadni kitaabota hedduu ammas sammuu keessa akka jiru niin beeka. Waraqaarra kaayii nuun gayi.
Hawaasni Torontoo ulfaadhaa. Hawaasni bakka birootis qabsoo'ata gameeyyii isin bira jiran sagantaalee akkanaa qopheessuun galateeffachuu itti fufaa. | 8 215 |
| 6 | Har’a busy ture. Hojii booda gara balalii xayyaaraa dubbii natti fide sanii baaburaan yoon deemu viidiyoolee awwaalcha Ilfee kan Amboo heddu laalaa ture.
Qabiyyee ( context) fi akkaataa ( delivery) ummanni miira isaa ibsachaa ture irra deddeebiin laalaafi xiinxalaa ture. Hibannaan horadhe:
we have finally created not only a politically super conscious critical mass but more so a tactically shrewd and pragmatic activist core.
Bal’inaan bor haasofna! | 10 943 |
| 7 | AMBO kaleessa waan waggaa 8 garaatte baate buqqaafatee dubbate. Ammas hoomaa nuuf hin dabarre.ati obbaafatte nutti gattee deemte jedhe ambo. Maanguddoon hambaa lafaa | 12 982 |
| 8 | Sirni awwaalchaa Ilfinash Qannoo Ambotti geggeeffame akkuma taatewwan Dheeraafi Shinniggaatti, siyaasaa Oromoo karaa qabsiisuurratti shoora guddaa akka qabaatu kaleessa ganama katabeen ture. Raajiin kaleessa saafaa Burrayyuu-Ejeree hanga Ambootti agarres kanaaf ragaadha.
Guyyaan kaleessaa imala qabsoo Oromoo keessatti akkamitti laalama? Bu’aan qabsoof argame maali?Galaanni ummataafi miirri finiinaan sun kallattii akkamii nuuf akeeka? Kanarratti presentation tokko qopheessaan jira. Yoon dhaqqabe galgala har’aa ta’uu baannaan bor isiniif dhiheessa | 12 322 |
| 9 | HAAWWAN WAREEGAMTOOTA Eebbisaa Addunyaafi Hacaaluu Hundeessaa | 12 659 |
| 10 | AMBO: Wallaahi Billaahu har’a madaa hedduu nu fayyiftan. Bara baraan, alaa manaan fayyaa argadhaa.
Nagaan Nuuf Bulaa!! | 13 109 |
| 11 | We are coming live in 30 minutes
https://www.youtube.com/live/arCXL1U58H0?si=EE0NdY1olIHg2BAl | 12 686 |
| 12 | Daraaraa Kafanii mitii kan ennaa ishiin lasfte midhaan kennuuf?
Mataashii irraa haadanii Jaldu geessanii ajjeesuuf hin turree?
Ummata Ambooti bar hin duutu kan jedhe. Kanaaf Ambo filatte.
Anaa dhabu yaa Ilfinesh.
Anaa dhabu burqaa Oromoo. Tokkummaa tokkummaa jette.
Yaa Hacaaluu Hundeessaa qabsootuu keenya akkamitti simatta? | 11 914 |
| 13 | ILFINASH QANNOO: qabsooftuu gar-laaffettii, dinnaa guddaan, dhiiraa dubarri, sheekaa- qeesiin, manguddoo dargaggoon jaalala ishiif qaban ibsachuuf miirri hanqatu! | 10 737 |
| 14 | Oromoo nuti tokkoo
Shawaan, Wallaggaan, Arsiin tokkoo
Baaleen, Jimmaan, Iluun, Harargeen tokkoo. | 9 701 |
| 15 | At Elfinesh Qanno’s funeral, the people of Ambo & the larger West Shewa made a bold and historic statement today. It is up to us to get the right interpretation of that statement.
==========
Ilfuu Asxaafi faajjii Oromootaa.
Urjii qabsoo bilisummaa.
Haadha Oromoota maraa.
Riqicha ilmaan Oromoo maraa.
Ilfuu keenya ati hambaadha.
Hambaa jaallan shinnigaa.
Hambaa Jen. Taaddee Birruu.
Hambaa Jen. Waaqoo Guutuu.
Hambaa Elemoo Qilxuu.
Hambaa Eebbisaa Addunyaa.
Hambaa Dararaa Kafanii.
Hambaa Maammoo Mazammir.
Hambaa Agarii Tulluu.
Hambaa Jaal. Nadhii Gammadaa.
Hambaa Hacaaluu Hundeessaa.
Hambaa gootota qaqqaalii.
Goota waan himaniif qabdu. | 9 423 |
| 16 | Erga gaafa ajjeechaa Haa aaluu Hundeessaatii as Oromoon yeroo duraatiif harMa awwaalcha Ilfinash Qannoo irratti tokkummaan buqqa’ee miira onnee isaa irraa maddu dubbate! Nan sobee ?! | 8 337 |
| 17 | Ilfee homaa hin sodaanne.
Guddisa Daraaraa Kafanii.
Haadha Hawwii.
Haadha guddisa tolte.
Haadha guddisuus tolte. | 8 600 |
| 18 | Ilfinash hangafa qabsoo
Michuu Zarihuun Wadaayoo
Haadha Hacaaluu Hundeessaa
Goota koo. | 8 022 |
| 19 | AMBO: Ummata roorroos ta'ee roobni yandoon Ilfee irraa hin hambifne. | 8 330 |
| 20 | AMBO GARA GALGALAA jechuun maali? Raayyaa Abbaa Maccaa irraa dhagayaa
https://www.facebook.com/share/1Sjqu5YpfC/ | 8 247 |
