Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo
📈 Analytical overview of Telegram channel Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Channel Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (@hordofaa) is an active participant. Currently, the community unites 11 046 subscribers, ranking 4 601 in the Politics category and 397 in the Finland region.
📊 Audience metrics and dynamics
Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 11 046 subscribers.
According to the latest data from 07 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -96 over the last 30 days and by -4 over the last 24 hours, overall reach remains high.
- Verification status: Not verified
- Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 10.72%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 3.88% reactions from the total number of subscribers.
- Post reach: On average, each post receives 1 184 views. Within the first day, a publication typically gains 429 views.
- Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 17.
📝 Description and content policy
The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
“Ka'i Qeerroo”
Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 08 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Politics category.
Data loading in progress...
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 08 September | 0 | |||
| 07 September | +1 | |||
| 06 September | 0 | |||
| 05 September | 0 | |||
| 04 September | 0 | |||
| 03 September | 0 | |||
| 02 September | +8 | |||
| 01 September | 0 |
| 2 | No text... | 73 |
| 3 | Ilfinesh Qannoo😭😭 | 648 |
| 4 | Dhaamsa Ilfinesh Qannoo yeroo dhumaaf miidiyaa irratti dubbatte 😭😭 | 670 |
| 5 | Wellistuu fi qabsooftuu jabduu seenaan ishee himamee hin dhumne artist Ilfinesh Qannoo Waaqayyo lubbuu kee haa qananiisu😭
Ilfinesh hanga gaafa lubbuun ishee darbuutti fira Oromoo maraa turte.
Isheen garaagarummaa Ilaalcha siyaasaan naman jibbitu Oromummaaf dursa kenniti kaayyoo fi Akeeka qabattee manaa baatee xurree qabsaahotaa irratti namaan dorgomaa hin qabdu hanga lubbuun darbitutti.
Dubartii Seenaa qabsoo Oromoo keessatti yeroo calqabaafis rifeensa goggogaa qaruuraan haadamtedha.
Nagaan lubbuun kee haa boqotu.😭😭 | 650 |
| 6 | Finfinneen mariitti dhiyyaachuun dogoggora jedhan qabsaahaa | 678 |
| 7 | Waan Oromoon Finxaaleyyii Faannoon Wallaggaa keessatti tahe hedduu nama dhukkubsa.
Taateen kun yoo Oromoo tokko hin taasifne qaama biyya bulchu hin dhukkubsine aantummaa ummataa hin qaban jechuun dandeenya. | 659 |
| 8 | “yaadni tokko taanaan ummatni harka duwwaa moo'uu dandaha” . Obbo Dajanee Xaafaa
Warri guyyaa tokko dhagaa hin darbanne mootummaa tahanii argines jedhan🙆🙆 | 579 |
| 9 | Waan Ilmi namaa Finxaaleyyii Faannoon tahe nama gaddisiisa 😭😭 | 569 |
| 10 | https://youtu.be/QNlNOdAGadI?si=7LR9f6oIolE-CcCr | 610 |
| 11 | https://youtu.be/Jkoe_gUTFJM?si=26_lg6vTAyi5szGs | 703 |
| 12 | https://youtu.be/C9f3RnkGa80?si=kuooaveLOqof4JXN | 717 |
| 13 | https://youtu.be/NU7ChC19MjM?si=zfHI1Ha74NhdqXY1 | 1 087 |
| 14 | https://youtu.be/_zHV71CR2wQ?si=ikVS94kN0kxmXHZB | 1 133 |
| 15 | Kun Gochaa Faannoon qe’ee Oromtichaatti abidda qabsiisuun qabeenyaa wayita barbadeessitudha.
Hedduu nama dhukkubsa. | 1 174 |
| 16 | No text... | 1 128 |
| 17 | Duula Kaabaa akka kamiinuu mooyachuun dirqama. J/Kamaal Galchuu
J/ Kamaal Galchuu barreeffama gama Miidiyaa Hawaasaa isaaniin barreessaniin Nama humnaan guuranii lolatti geessuun yeroof waan guutu qabaatus xumurri isaa hin tolus jechuun mootummaa qeeqaniiru.
Dargaggootni amma humnaan qabamanii leenjii waraanaatti geeffaman Dhukaafni banamnaan lubbuu ufii baasuu qofa yaada.Jumlaan diinatti harka kenna.Hojiin madda loltuu cimaa uumuu kabajaa fi deegarsa hawaasaa qabaachuudha jedhan J/Kamaal.
Leenjiin waraana akeeka loluufitti hin amanneef kennamu yoom akkamitti akka miliqee badu gargaaruudha.Lolarratti diigamnaan nama duubaan lolatti dirqisiisu manii godhata.Waraana dirqamaan biyya tisita jechuun hin amansiisu.Akka maatii fi hawaasni keessaa bayetu isa dirqa jechuun duula waraanaaf dargaggoota kaabineen gandaa milishoota waliin ukkaamsanii leenjii waraanaatti ergan jabeessanii qeeqan.
Akka J/Kamaal Galchuu jedhanitti Humnaan leenjitti yoo makaman haala qalbii isaanii hawatee akka amananii lolan isaan taasisu maaltu jira?
1.Military doctirine(Cokuu,Leenjisuu,geejibsiisuu,Lolchiisuu fi Bulchuu).
Cokuun jalqabuma irraayyuu humnaan waan taheef qabxiin tokko saayinsii lolaa keessaa kufee jira.Leenjiin daf dafii waan tahuuf lafaa fi qileensa keessatti akka lolan barbaadamuun kan wal simu tahuun shakkiidha jedhan .
Geejibsiisuun loltuu laakkobsaan hedduu tahe shafisa lolaa uumuuf humni dhiyeesii mootummaa hin hayyamu.Jireenya hifachiisaa taha.Lolli yeroo jalqabamu humni lolaniin yoo sababa loluufitti kan amanu tahe,dhukaasa xiqqaa isaa karaa bu'a qabeessa tahuun hojii irra olfata.Heduminaan osoo hin taane sochii humnaa fi dhukaasa guddaa hojiin ala godhu hordofa.Kana irra aanuuf sammuu loltootaa hagam amansiifneen murtessaadha jechuun dhaaman Jeneral Kamaal.
Hariiroon miseensota waraanaa gidduu jiru,Loltuu fi ajajootaa kan wal amantaa fi murannoo wal irratti amanuu murteessaadha kan jedhan J/Kamaal Ajajootni jireenyaa fi hawwiin,akkasuma murnaa fi sabaan ykn sababa biroon rakkoo yoo qabaatan rakkoo guddaa fida jedhan.
Dhiyeesii fi hidhannoo fedhe dhiyyeessanis loltuun madaallii masaka yaada lolaa ibse kana hin guuttatin ni mooyama jechuun gochaa Mootummaan ukkaamsee dargaggoota leenjii waraanaatti ergu balaaleffatan
Loltummaan biyya keennaa safartuu kanaan laallatee sirreessi bu'uuraa tole taanaan ni mooyata.Kun hanqannaan qoraan ibiddaaf dhiyaate taha jedhan J/ Kamaal.
Haleellaa Drone Mootummaan Itiyoophiyaa raawwachaa jiruuf Teeknolojiin lola hin xumuru Midhaa ol kaasa malee kan jedhan J/Kamal Galchuu Osoo tahee Amerikaan Iraaniin hin bulchitu ture jechuunis haleellaa USAn Iraan irratti raawwatte akka fakkeenyaatti kaasiin hubachiisaniiru.
Lola kan xumuru loltuudha kan jedhan J/Kamal Galchuu Kan xumuramus lafa diina karka turee fi humna duubbee isaa dhunfachuun Ajajoota Waraanaa uf kennoo fi kutatoo qabeenna uf duubaa qaban kun hin dhufu jechuun yaada isaanii goolabaniiru. | 1 066 |
| 18 | https://youtu.be/rdXTF7rlkAw?si=fDGGrvjFUGCFzxEM | 864 |
| 19 | https://youtu.be/rdXTF7rlkAw?si=fDGGrvjFUGCFzxEM | 1 013 |
| 20 | Seenaa Aadde Araggaash Badhaanee Marii Biyyoolessaa gaggeeffamaa osoo jiruu raawwatan dhaggeeffadhaa | 1 074 |
