302
Subscribers
No data24 hours
-37 days
-1630 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
October '26Oct '26
October '260
in 0 channels
September '260
in 0 channels
Get PRO
August '260
in 0 channels
Get PRO
July '260
in 0 channels
Get PRO
June '260
in 0 channels
Get PRO
May '260
in 0 channels
Get PRO
April '260
in 0 channels
Get PRO
March '260
in 0 channels
Get PRO
February '260
in 0 channels
Get PRO
January '260
in 0 channels
Get PRO
December '250
in 0 channels
Get PRO
November '250
in 0 channels
Get PRO
October '250
in 0 channels
Get PRO
September '250
in 0 channels
Get PRO
August '25
+1
in 0 channels
Get PRO
July '25
+8
in 0 channels
Get PRO
June '25
+2
in 0 channels
Get PRO
May '25
+6
in 0 channels
Get PRO
April '25
+9
in 0 channels
Get PRO
March '25
+3
in 0 channels
Get PRO
February '25
+2
in 0 channels
Get PRO
January '25
+3
in 0 channels
Get PRO
December '24
+6
in 0 channels
Get PRO
November '24
+8
in 0 channels
Get PRO
October '240
in 0 channels
Get PRO
September '24
+1
in 0 channels
Get PRO
August '24
+6
in 0 channels
Get PRO
July '24
+10
in 0 channels
Get PRO
June '24
+18
in 0 channels
Get PRO
May '24
+16
in 0 channels
Get PRO
April '24
+16
in 0 channels
Get PRO
March '24
+19
in 0 channels
Get PRO
February '24
+24
in 0 channels
Get PRO
January '24
+50
in 0 channels
Get PRO
December '23
+21
in 0 channels
Get PRO
November '23
+4
in 0 channels
Get PRO
October '23
+3
in 0 channels
Get PRO
September '23
+6
in 0 channels
Get PRO
August '23
+3
in 0 channels
Get PRO
July '23
+9
in 0 channels
Get PRO
June '23
+10
in 0 channels
Get PRO
May '23
+13
in 0 channels
Get PRO
April '23
+3
in 0 channels
Get PRO
March '23
+2
in 0 channels
Get PRO
February '23
+13
in 0 channels
Get PRO
January '23
+21
in 0 channels
Get PRO
December '22
+20
in 0 channels
Get PRO
November '22
+23
in 0 channels
Get PRO
October '22
+16
in 0 channels
Get PRO
September '22
+25
in 0 channels
Get PRO
August '22
+17
in 0 channels
Get PRO
July '22
+28
in 0 channels
Get PRO
June '22
+39
in 0 channels
Get PRO
May '22
+30
in 0 channels
Get PRO
April '22
+24
in 0 channels
Get PRO
March '22
+23
in 0 channels
Get PRO
February '22
+11
in 0 channels
Get PRO
January '22
+44
in 0 channels
Get PRO
December '21
+87
in 0 channels
Get PRO
November '21
+86
in 0 channels
Get PRO
October '21
+35
in 0 channels
Get PRO
September '21
+74
in 0 channels
Get PRO
August '21
+68
in 0 channels
Get PRO
July '21
+26
in 0 channels
Get PRO
June '21
+79
in 0 channels
Get PRO
May '21
+246
in 0 channels
Channel Posts
Repost from BBC AFAAN OROMOO
Godina Gujiitti dubartiin ulfa ji'a sagalii oyruu keessatti rasaasaan ajjeefamuun dheekkamsa kaaseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Nzk7Wuj
| 2 | https://youtu.be/GOF7FiiLk2A?si=PxpvPcFZDGui2Gay | 0 |
| 3 | Sarbama mirgaa lammiileerratti raawwateera jedhamanii eeraman keessaa ''achi buuteen dhabamuu'', ''dararaa'' fi adabbiin ''nameenya hin qabne'' ibsameera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/M08123v | 0 |
| 4 | Paartiin Koongrasii Federaalawa Oromoo (KFO)n filannoo itti aanurratti hirmaachuuf murteessus gaafilee akka Mootummaa Cee'umsaa Waloo Oromiyaafi irra deebiin hundaa'uu boordii filannoo kanaan dura kaasaa ture akka hin dhiisne himeera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/q1HJSYI | 0 |
| 5 | Saadaam Huseen loltoota Ameerikaa isa eegaa turan waliin walitti dhufeenya cimaa tolfachuurraa kan ka'e icciitii garaa garaa itti himaa ture
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/m6MEadL | 0 |
| 6 | Namni kamiyyuu bakka uummanni itti tajaajilamutti qixa ilaallama malee aangoon ta'uu qabaatu.Tokko tokko gadibuutun abbaa taayitaa jirti namni nama itti kan hin fakkaanne.Biiroo itti fakkaatee restoraantiin?
Kuni mirga nama sarbuu jedhama.Caalaan mirgaasaa seeraan gaafachuu qabaata.Kanumarratti ilaalla akka seerri hojjatuuf dhiisu. | 0 |
| 7 | Ministeerri Beeksisaa Eertiraa ibsa Paartiin Badhaadhinaa Jimaata darbe baase irratti deebii yoo kennu, Paartiin Badhaadhinaa yeroodhaa gara yerootti ''odeeffannoo sobaa fi dhiibbaa qabu tamsaasa'' jedhe.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/N0TpPv3 | 0 |
| 8 | Biyyoonni Musliimaa wal-ta'uun karoora Israa'el Gaazaa to'achuuf qabdu dura akka dhaabataniif Turkiin waamicha dhiyeessite.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4pPL0Zz | 0 |
| 9 | āYakki Waashingitan, Yakka #Itoophiyaa Bakka Tokko tokkotti Raawwatamu Caaleeraā Istiifen Miiler Itti Aanaa Hoogganaa Waayit Haawus
Hoogganaan Itti Aanaa Masaraa Waayit Haawus Istiiven Miiler yakka Magaalaa Waashingitanitti raawwatamu, kan Itoophiyaa fi bakkeewwan kaanitti raawwataman caala jechaan wali bara qabee dubbate.
Miiler, kana kan dubbate wayita Prezedanti Doonaaldi Tirampi magaalaa Waashigintan bulchiinsa Federaalaa deebisuuf dhaadatanitti.
Miidiyaa Niwsneeshin jedhamuuf yoo yaada kenne Miiler, āMagaalaan Waashingitan bakka yakki ciccimaan keessatti raawwatu kanneen akka Baagdaad caalteettiā jedhe. Dabalees ābakka yakki wal hadhuu jiruu kan akka Itoophiyaa fi addunyaa kaan caala Waashingitan magaalaa yakki itti hedduummateā jechuun wal bira qabee dubbate.
https://www.facebook.com/share/v/1GfqQC81XQ/ | 0 |
| 10 | https://www.youtube.com/live/9i_U042sZSo?si=E5AJZbjUkB7MM6q2 | 0 |
| 11 | https://youtu.be/XzxAGYFTdyg?si=2VuBnrNm4nd_7B0Q | 0 |
| 12 | āSiyaasni #Itoophiyaa Ammayyuu Gara Paartiitti Hin Guddanneā Obbo Leencoo Lataa
Angawaan Adda Bilisummaa #Oromoo duraanii fi Gaamessi Siyaasaa Obbo Leencoo Lataa, ammas siyaasni biyyattii gara paartiitti cehuu hin dandeenye jedhan. Adoolessa 29, bara 2025 miidiyaa biyya keessaa waliin gaaffii fi deebii taasisanii kan turan siyaasa halaa ammaa Itoophiyaan keessa jirtu irratti yaada kennaniin, bara qabsoo Oromoo gaggeessaa turani fi harra jidduu fooyyaāiinsa jira jedhan wal bira qabuun ibsanii jiru.
Gama dammaqina hawaasaatiin fooyyaāiinsi murtaaāaan jiraatus fi gama guddina paartii siyaasaan wal qabatee garuu ammaa hanqinni cimaan jira jechuun qeeqan. Bulchiinsi deemokraasii karaa qabsoo qawwee milkaawuuf rakkisaadha kan jedhan Obbo Leencoon, Sabni Oromoos, baballina deemokraasii Itoophiyaa keessatti shora utubaa qabachuu akka qabu, fala fooyyaāina siyaasaa biyyattiitiifis Federeeshinii Sabdaneessaa amma jiru deemookraatessuun murteessaa taāuu dubbatani.
https://web.facebook.com/share/v/1Zp6ye6TGm/ | 0 |
| 13 | Ooftee ooftee harree kana abbatti fidda!
Bilxiginnaan koree jiddugeessaa walgahii muddamaatiif yaamte jedhan. Gaagaāama siyaasaafii diinaggee guyyuu hammaataa jiruun dabalatee, kasaaraan diplomaasii dhihaanya kana mudate dhuguma kan hedduu mudduudha.
- Torban dura Adooleesa 22 ministrichi haajaa alaa Ameerikaa bilbiluun "Dibbee waraanaa hooāisaa jirtu tana dhaabi. Waan akkasii Ameerikaan cimsitee balaaleffatti" jedheen. "Waraanni eegallaan atis biytis irraa hin haftan" jechuun dabalee akeekkachiise. Abiyyis mufatee marima taasisan kanaahuu miidiyaaleen biyyattii akka hin gabaafne uggure.
- Itti aansee Adooleessa 29 warri Awuroppaa ministirattii muummee Xaaliyaan erguun dhamsuma Ameerikaa san gadi jabeesse. Ministirittiin "Olola waraanaa dhiisi, komiifi shakkii Isaayyas waliin qabdu jaarsummaan furuu barbaadna" jetteen. Abiy ni dide. Ishiinis dubbicha gabaafte.
- Guyyaa itti aanu Adooleesa 30 Pirezedanti Tiraampi Isaayyaasitti xalayaa erguun hariiroo diinummaa kurnee sadihitti dhiyaatu oliif Ameerikaafi Eritriyaa jidduu ture gara firummaafi tumsa haaraatti jiijjiruu akka fedhu ibseef.
- Taateewwan kunniin osoo akka durii taāee waan hin yaadamneefi hin eeggamne ture. Garuu ammoo kallattiidhaan buāaa siyaasa kashalabbummaa Abiyyi geggeessuuti. Itoophiyaa waggota torba dura naannaa gaanfa Afrikaaf utubaa nageenyaa ( anchor state) turte walwaraansa keessoon unkuree qoccola ollootaan moggeessee, madda jeequmsaa ( exporter of instability) taasise. Harāa Itoophiyaa Abiyyi unkuraa jiruun walbira qabamtee ( comparatively) yennaa laalamtu, Eritriyaan kaleessa akka mootummaa seermaleessaa ( pariah state) turte, sirnooftuu fi tasgabbolftuu taatee mulāatte. Jeequmsa Sudaan tooāachuufis taāee negeenya Galaana Diimaaf tumsuufis Itoophiyaa caalaa buāaa qabeettii taatee argamuun tumsa biyyootaa Itoophiyaa harkaa fudhachaa jirti.
Walumaagattuu adeemsi kasaaraa siyaasaafi diplomaasii Abiyyi mudate makmaaksa Oromoo tokkoon walfakkaata. Namichatu harree hatee gabaa Sambataa geesse. Gatiin kennameef gahuu didnaan fuudhee gabaa Hojja Dureetiin bahe. Ammas gatii inni dhayuu gadi taanaan fuudhee galee gaafa harbaas gabaa baasuuf kaāe. Yeroo kana ollaan taaāee taajjabaa ture tokko ā namichoo harree tana ooftee ooftee abbicha jalaa hattetti geessuu heddaa beekkadhuā jedhee akeekkachiise jedhan.
Abiyyis siyaasa ā shiraafi abshaalummaaā ittiin dhaadataa ture osoo oofuu humnoota siyaasaa biyyattiif ollaa dura diina waliif turan walitti araarse akka isa ofirraa ittisuuf waliin tumsan haala mijeesse. Amma ammoo biyyoota addunyaa Bahaafi Dhihaa michuu Itoophiyaa turan abdii kutachiisee ofitti garagalche. Haala kanaan harāa biyyoonni humna gurgudddo addunyaa sadeenuu ( Russia, China, Ameerikaa) walfaana Eritiriyaa firoomfatanii jiran. Abiy ammoo pirzidantii Belarus kan ofiifuu Awuroppaa keessatti jibbamaafi moggeeffamaa taāe firoomfachuuf tattaafataa jira. Bi
Gaafa namooti isa waliin turan dhimma biyyaa irratti marii gaafatan Abiyyi "Siyaasaan shiraan malee mariin hin taatu" jedhee dide. Hardha erga waa hundi harkaa jigee booda muddamnaan kaadiree waltajjii muddamaa yaame. Erga waraabessi darbee sareen dutte jechui mitiiree | 0 |
| 14 | Oduu:Itoophiyaan biyyoota Afrikaa IMF irraa liqii guddaa fudhatan 10 keessaa tokko taāuu ishee gabaafame
Finfinnee, Adoolessa 23, 2025:Itoophiyaan biyyoota Afrikaa 10n sadarkaa olaanaa dhaabbata maallaqaa idil-addunyaa (IMF) irraa liqii fudhatan keessaa tokko taaāuu ishee gabaafameera. Itoophiyaan jiāa Adooleessa 2025 keessa IMF irraa liqii dabalataa akka argattus ibsameera.
Masriin biyyoota Afrikaa IMF irraa liqii baayāree argatte keessaa sadarkaa tokkoffaarra kan jirtu yoo taatu, hanga jiāa Adooleessa 2025tti liqii doolaara biiliyoona 7.4 argachuu ishee dhaabbaticha wabeeffachuun āAfrican Business Insiderā gabaaseera.
Akka gabaasa āAfrican Business Insiderā jedhutti Itoophiyaan waliigala liqiin IMF hanga harāaatti irraa argatte Doolaara biiliyoona 1.6tti kan dhiyaatuu yoo taāu, kanaanis Afrikaa keessaa sadarkaa 7ffaa irra jirti.
https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=6676 | 0 |
| 15 | https://youtu.be/t8_b05yWGIk?si=kXPcV2SIVvrJZfV- | 0 |
| 16 | https://youtu.be/qB1UxY4bEOI?si=OVl-GP7lArrFovN5 | 0 |
| 17 | https://youtu.be/gT5Arh0JXxc?si=7ffTYgGlfO18Oid_ | 0 |
| 18 | https://x.com/Jawar_Mohammed/status/1944756447197139040?s=35 | 0 |
| 19 | Hundeessitoota Waldaa Maccaa fi Tuulamaa Lubbuun Hafan Keessaa Isaan Xumuraa Harāa Boqotanii Awwaalaman
Hundeessitoota Waldaa Maccaa fi Tuulamaa keessaa takka kan taāan Dooktar Moggaa Firrisaa boqotanii harra awwaalamanii jiran. Obbo Dirribii Damissee Bokkuu Pirezidaantiin Waldaa Maccaa fi Tuulamaa Addis Standard ātti akka himanitti, Dookter Moggaan dhalatanii naannoo ganna 97 tti, boqochuu mirkaneessan. Sirni awwaalcha isaaniis Finfinnee, iddoo awwaala Muusliimotaa Kolfee bakka namootni muraasni argamanitti gaggeeffamuu dabalataan ibsaniiru.
Abbaan Dooktar Moggaa Firrisaa Abbaa Saambii, gootota weerara Xaaliyaanii faccisuuf lole keessaa takka kan jedhan Obbo Dirribii Damissee, Dooktar Moggaan Waldaa Maccaa fi Tuulamaa bara barnoota Olaanaa hordofaa turan irraa kaasuun warra sochii waldichaa keessatti hirmaataa ture jedhan.
Barumsa isaaniis Mana Barumsaa Tafarii Makonninitti kan baratan yoo taāu sana booda Barnoota idilee erga xumuranii Oguma Fayyaa Goondoritti kan baratanii fi, biyyoota alaatti imaluun oguma fayyaarratti barnoota gabbisaa dabalataa baratuullee Pireezidaantiin Waldaa Maccaa fi Tuulamaa ibsaniiru.
https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=6590 | 0 |
| 20 | Baay'inni lakkoofsa namoota haleellaa Kamisa darbe Godina Shawaa Lixaa Aanaa Noonnootti hidhattootaan namoota nagaarratti raawwatameen ajjeefamanii 16 gahuu jiraattonni BBCtti himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Jk6ZL9E | 0 |
