BBC News Afaan Oromoo
Maddi Oduu: BBC AFAAN OROMO Maxxansa public BBC Irraa kan odeffannedha, kan studeo irraa darbu miti. Hubadhu : Sababaa isaan Telegramiin odeeffanno maxxansaa hin turreef, bara 2018 G.C hundeesse. Buy ads: https://telega.io/c/bbcAfaanOromoo
Show moreπ Analytical overview of Telegram channel BBC News Afaan Oromoo
Channel BBC News Afaan Oromoo (@bbcafaanoromoo) is an active participant. Currently, the community unites 51 889 subscribers, ranking 5 065 in the News & Media category.
π Audience metrics and dynamics
Since its creation on Π½Π΅Π²ΡΠ΄ΠΎΠΌΠΎ, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 51 889 subscribers.
According to the latest data from 09 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -278 over the last 30 days and by -14 over the last 24 hours, overall reach remains high.
- Verification status: Not verified
- Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 22.04%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 6.57% reactions from the total number of subscribers.
- Post reach: On average, each post receives 11 438 views. Within the first day, a publication typically gains 3 410 views.
- Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 41.
π Description and content policy
The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
βMaddi Oduu: BBC AFAAN OROMO
Maxxansa public BBC Irraa kan odeffannedha, kan studeo irraa darbu miti.
Hubadhu : Sababaa isaan Telegramiin odeeffanno maxxansaa hin turreef, bara 2018 G.C hundeesse.
Buy ads: https://telega.io/c/bbcAfaanOromooβ
Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 10 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the News & Media category.
Data loading in progress...
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 10 September | 0 | |||
| 09 September | 0 | |||
| 08 September | +12 | |||
| 07 September | 0 | |||
| 06 September | 0 | |||
| 05 September | +2 | |||
| 04 September | 0 | |||
| 03 September | 0 | |||
| 02 September | +6 | |||
| 01 September | 0 |
| 2 | Apple bilbila haaraa dacha'u gabaatti dhiyeesse
Bilbilli haaraa bahe kuni kanneen hamma har'aa bahanirra qaalii dha jedhameera.
https://bbc.in/4gKwT1l | 1 703 |
| 3 | Akka lakkoofsa Itoophiyaatti barri 2018 xumuramaa jira.
Bara darbe kana keessa taateewwan ijoo biyyattii keessatti mudatan filannee kana qixeessineerra.
Maal fa'aadha?
Kana keessaa argattu.
ππ πͺπΉπͺπΉπͺπΉhttps://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/clyl60x8gy2o?at_campaign=ws_whatsapp | 2 132 |
| 4 | Akkamiin saamunaan harkaan dhiqannu waraqaarraa hojjatama?
Dargaggoon kalaqa kana hojjate deebii qaba
β‘οΈβ‘οΈ https://bbc.in/4czPFGa | 2 353 |
| 5 | Waajjiraaleen Mootummaa Naannoo Oromiyaa Barsiisaa Mokonniinifi kaanif deeggarsa taasisan.
Kunis, 'Guyyaa Daneessummaa' sababeeffachuun akka ta'e Waajjirri Kominikeeshinii MNO ibseera.
'Sababa Finfinneef reebameen osoon digrii qabuu qubaan mallatteessa' kan jedhan Barsiisaa Mokonniin eenyudha?
βͺοΈ https://bbc.in/4yskSDC | 2 989 |
| 6 | Oduu aagaa! Daa'imni Booranatti manni itti cufame ijoo dubbii ta'e oolmaa daa'immanii akka seenuuf waggaa tokkoof gatiin barnootaa kaffalameefi.
π https://bbc.in/4gVycJt | 2 877 |
| 7 | Humni qilleensaa biyyoota Gaanfa Afrikaa maal fakkaata? Xiyyaarota akkamiifaa qabu?https://youtu.be/SCzJtBcma4A?at_campaign=ws_whatsapp | 3 685 |
| 8 | Maatiin ijoolleen isaanii Sa'ud Arabiyaatti jalaa ajjeefaman reeffallee argatanii irmii hin baafatiin hafan maal jedhu?
ππ
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c8e311ned2go?at_campaign=ws_whatsapp | 4 171 |
| 9 | Bowwuun mataa cimaan dhiirota caalaa dubartootarratti baay'inaan mul#ata. Maaliif?
Garuu sababoonni dhukkubbii kana maali?
Dhukkubbii nutti dhagahamuhoo akkamiin hir'isuun danda'ama?
ππ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cpd01lj52zqo?at_campaign=ws_whatsapp | 4 148 |
| 10 | Abokaatoo Obbo Taayyee Danda'aa dabalatee namoonni syaasaa IHAPA kunneen "garee Tsimdoo waliin hariiroo qabaachuun" shakkaman.
Manni murtii wabiin akka gadhiifaman murteessinaan poolisiin garuu ol iyyannoo itti gaafateera.
Maaliif?
ππhttps://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cx2z9npg903o?at_campaign=ws_whatsapp | 4 232 |
| 11 | π¨ BREAKING NEWS 24/7 U.S. β Stay Ahead of the Headline!
High-impact events, major political updates, economic shifts, and U.S. national security reports β delivered as they happen.
Why follow Breaking News 24/7 U.S?
β‘οΈ Real-Time Coverage: Fast, direct alerts on key events across the USA.
π Verified Updates: Clear facts, zero unnecessary noise.
π Markets & Economy: Instant updates on Wall Street, policy shifts, and key economic data.
Don't miss what's happening right now.
π² Join the official channel here:
π t.me/breakingnews247us
Be the first to know. Always. | 3 665 |
| 12 | Humni qilleensaa biyyoota Gaanfa Afrikaa maal akka fakkaatu, Xiyyaarota akkamiifaa akka qaban, Biyya kamtu ammoo gonkumaa humna qilleensaa hin qabu.
Sadarkaa Itoophiyaan irra jirtu dabalatee odeessa kana as keessaa argattu.
ππ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c3re8nwv1gvo?at_campaign=ws_whatsapp | 4 031 |
| 13 | Iraan haleellaa irratti raawwatameef buufata waraanaa Ameerikaa Yordaanos jirurratti haleellaa gaggeessiteetti.
Guutummaa oduu kanaaf toora kanaan seenaa.
ππ
https://bbc.in/4cCzSXf?at_campaign=ws_whatsapp | 4 238 |
| 14 | πΊπΈ Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaatti Hogganaan Itti aanaa Dhimmoota Afrikaa Firaank Gaarsiyaa nageenyi carraa invastimantii banuuf waan ijoo barbaachisudha jedhan.
βͺοΈ https://www.bbc.com/afaanoromoo/live/c933k5zl2levt?at_campaign=ws_whatsapp | 5 962 |
| 15 | Dhihoo Pirezidantiin Chaayinaa Masrii turan. Al Siisii waliinis ibsa waloo baasaniiru.
Ibsi kuni garuu waan Itoophiyaa akeeku qaba. Maal jedhan? π
βͺοΈ https://youtu.be/ecrsOsDlTn0?at_campaign=ws_whatsapp | 5 790 |
| 16 | Balaa lolaa Neppaaliin hanga ammaa namoonni 1,500 ta'an dhabamuu aanga'oonni himan π
https://www.bbc.com/afaanoromoo/live/cky9z4zpdrydt?at_campaign=ws_whatsapp | 13 365 |
| 17 | Viidiyoon ilma Tiraamp lubbuuf yaaddessu miidiyaa Iraan irratti bahuu Ameerikaan mirkaneeffatte https://bbc.in/45Pi6w8?at_campaign=ws_whatsapp | 11 750 |
| 18 | Artistoonni kunneen erga wabiin gadhiifamanii booda waa'ee himata isaaniirratti banamee miidiyaarratti ibsanii turan.
Ofii seerri dhimma kana akkamiin ilaala?
π https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c5yv75xne04o?at_campaign=ws_whatsapp | 19 409 |
| 19 | Haleellaa diroonii Tigraay Aanaa Raayyaa Allaamaaxaatti raawwateen lubbuun humnoota Tigraay darbuu maddeen BBCβtti himan.
Haleellaa kanaaf maddi humnoota Tigraay Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa himatan.
BBCβn deebii aangawoota Itoophiyaarraa argachuuf yaalus hin milkoofne.
βͺοΈ https://youtu.be/3Fl50McJxHI?at_campaign=ws_whatsapp | 15 383 |
| 20 | Qorattoonni US akka jedhanitti, hubannoon namtolchee diizaayinii vaayirasoota haaraa kan guutumatti hojiirra ooluu danda'anii fi laaboraatoorii keessatti baayi'ifaman kalaquuf oolaa jira.
Tarkaanfiin kuni dhukkuboota wal'aanuuf tarkaanfii saayinsii isa murteessaadha jedhame. Garuu saayintistoonni dhimma kanarratti yaaddoos qabu.
π https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cvgl0q45preo?at_campaign=ws_whatsapp | 13 218 |
