cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Jabeessaa Qeerroo

OLA/OLF

Show more
Advertising posts
25 025
Subscribers
-1724 hours
-967 days
-4830 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

#Arjoo Warshaan shukkaaraa Arjoo dhidheessaa raafama guuddaa keessa jirti, WBO'n nu marsee jira jettee konkolaataa mooraa sana keessaa baastee baqachiisaa jirti. OROMIYAAN BIYYA #መረጃ፦አሁን በዚህ ሰዓት አርጆ dhidheሳ ስኳር ፋብሪካ ከፍተኛ መናጥ ውስጥ ይገኛል ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ፋብሪካውን ከቦታል በመባሉ መኪና ይዘው እየሸሹ ይገኛሉ....
Show all...
👍 32
#መረጃ፦በቀደም ዕለት ማለትም በ30/6/24 ሰላማዊ ሰዎችን እናንተ ናችሁ የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊትን እንዲወጋን ያደረጋችሁት በማለት በምሥራቅ አርሲ ዞን በጀጁ ወረዳ ሥር በሙገኙ ቀበሌዎች እንደ ሁሩታ-ዶሬ እና ሶቄ ቦቂቻ በተባለ ቀበሌዎች ውስጥ የሚኖሩ ህዝባችን ላይ አንድ ማንኪያ ሳያወጡ ከ400 ቤቶች በላይ አንድደውታል.... ከነደደባቸው ሰዎች ውስጥ ሥማቸው የደረሰን.... 1- #ሻፊ_ሀጂ_አብዱልመናን 2- #ኑር_አብደላ 3- #ሼክ_ከማል_ሼክ_ጀማል 4- #ሱልጣን_ከማሎ 5- #ጂብሪል_ጋቢ 6- #ኢብራሂም_ቱኬ 7- #አብዱልመጂድ_ጋቢ 8- #መሀመድ_ኑሬ_ጋቢ 9- #ከሊል_ጋቢ 10- #ከዲሮ_ከሊል 11- #አህመድ_ሀጂ_አብደላ 12- #አደም_ሀጂ_አብደላ 13- #ሲራጆ_ሀጂ_አብደላ 14- #ሁሴን_ሀጂ አብደላ 15- #ቃሲም_ጃምቦ 16- #ጀማል_ጃምቦ 17- #ጀማል_ሀጂ ጀማል 18- #ጅብሪል_ጀማል 19- #ካሊድ_መሀመድ 20- #ሙሳ_አዋሎ 21- #መሲኖ_ተሙማ እና በርካቶችን ንብረታቸውን አንድ ሳያስወጡ እንዳለ አንድደውታል.... በየቤቶቹ እየሄዳችሁ ስታነዱ ለምን ታነዱታላችሁ ምን አጠፋን ብለው ክፕጠየቋችሁ ወስዳችሁ እሥር ቤት አስገቧቸው የሚል መመሪያም ተላልፎላቸው ነበረም ተብሏል....
Show all...
👍 13😡 5
Birgeedii Abidd-aa utuu hin dinqisiifatiin darbuun cubbuudha! Jalqabarratti akkaan tarkaanfii fudhannaa isaa baay'ee icciitawaadha. Kanarratti dii-nni waa'ee birgeedii kanaa baruudhaaf uummata keessatti koree dhoksaa ijaaree meesh-aa lol-aa isaa, lol-chiisaa isaa, baay'ina miseensaa, bilbila miseensotaa fi hooggantoota isaa walitti qabuuf yaalaa turuu fi haala tarkaanfii isaa sakatta'aa turte. Uummatichis waa'ee birgeedichaa homaa waan beeku hin qabu. Isaa dii-na halee-lu malee isaa dhufee darbus ta'e isaa bakka qabatu namuu hin argu. Lol-chiiftonni eenyufaa akka ta'e eenyullee hin beeku. Ji'a kana keessa kooriwwaan dii-naa ciccimaa shawaa kibba lixaa hanga wallagga bahaatti daakanii bukeessaniiru. Of hin dhaadessan gadi qabanii dii-na lafa qabachiisaa jiru. Gaafa dii-na irratti olaantummaa argatan of hin dhaadessan. Kun immoo kan amma hojjetanirra kan hafe akka caalu tilmaamaniru jechuudha. Miseensonni birgeedii kanaa miidiyaa irratti hin argaman. Birgeedichi viidiyoo fi suura miseensaa dhoksuu baay'ee yaalaa jira. Kun akka malee garaa na gaheera. Waraa-na booji'ee of harkaa qabu akka booj'e nii beeksisa kun maatii jaraatiif gaariidha. Ilmi isaanii jiraaf hin jiruu adda baafatu. Booji'amaatti hin roorrisan, mirga booji'amaa kabajanii gaaffii barbaachisu gaafatu. Kan tarkaanfii irratti fudhatan awwaalaa yookan baala irra buusaa deemu. Walumaa galatti birgeediin kun birgeedii karaa hundumaa dii-na mataa cabsaa ofii immoo dachaa tarkaanfataa jiru!
Show all...
👍 43🔥 12 8
Guyyaa dheengaddaa Waxabajjii 30,2024 uummata nagaa isintu WBO  nu lolchiise jechuun aanaa Jajuu gandoota kanneen akka Hurutaa-Doree fi Soqee Boqichaa  irraa osoo qabeenya tokko keessaa hin baafatin manneen 400 ibiddaan barbadeessanii jiru. Namoota manneen isaanii gubate keessaa muraasni maqaan nu qaqqabe 1 Shaafii Hajii Abdul-Manaan 2 Nuurii Abdallaa 3 Sheek Kamaal Sheek Jamaal 4 Sulxaan Kamaaloo 5 Jibriil Gabii 6  Ibraahim Tukee 7 Abdulmajiid Gabii 8  Maammad-Nuree Gabii 9  Kaliil Gabii 10 Kadiroo Kaliil 11 Ahimed Hajii Abdallaa 12 Adam Hajii Abdallaa 13 Siraajoo Hajii Abdallaa 14 Huseen Hajii Abdallaa 15 Qaasim Jamboo 16 Jamaal Jamboo 17 Jamaal Hajii Jamaal 18 Jibriil Jamaal 19 Kaalid Mahaammad 20 Muusaa Awwaloo 21 Masinoo Tamumaa fi kanneen biroo hedduu irraa manneen isaanii qabeenya mana guutuu   wajjin barbadeessanii jiru. Yeroo manneen hawaasaa kanneen irra deemtanii  gubdanitti yoo namoonni maal balleesssinee manni keenya gubata jedhanii gaaffii isin gaafatan namoota sana qabaa gara mana hidhaatti dhiyeessaa jechuun waraana gocha badii kanaaf bobbaasaniif qajeelfama kennuun barameera.
Show all...
👍 6😡 3 1
Repost from Save Oromia 💪
00:26
Video unavailableShow in Telegram
🚩 ቴዲ አፍሮ "የዐብደላም የቀጀላም" ልጅ ስላለመሆኑ… ————— . "ቴዲ አፍሮ ለምን አግላይ ተባለ? እሱ የፍቅር ሰው ነው" ይሉኛል… ብላቴናው ፍቅር ባለፈበት አልፎ አያውቅም… በእሱና በአካባቢው ባሉ ሰዎች ዘንድ የሠፈረውን የአግላይነት ዛር ያሳያችሁ ዘንድ አንድ አጭር ቪዲዮ ሼር ላድርጋችሁ… . የብላቴናው ቴዲ አፍሮ ሠርግ ላይ ነው። አርቲስት ዓለማየሁ እሸቴ መድረክ ላይ ወጥቶ ንግግር እያደረገ ነው። ቴዲ አፍሮን ለምን እንደሚወደው ለተመልካቹ ሲገልጽ እንዲህ አለ… . ❝ቴዲ ደግሞ የማንም ሳይሆን፣ የዐብደላም የቀጀላም ሳይሆን የኢትዮጵያ ልጅ በመሆኑ እንኮራበታለን!❞ . ዓለማየሁ እሸቴ ይህንን ሲናገር Teddy Afro እና አብረውት ያሉት ሰዎች በደስታ ሲፍነከነኩ ይታያል። በዓለማየሁ እሸቴም ሆነ ንግግሩ ባፍነከነከው ቴዲ አፍሮ ዘንድ የ"ዐብደላ"ም ሆነ የ"ቀጀላ" ልጅ መሆን እንኳን ሊያኮራ ይቅርና "ኢትዮጵያዊ"ም አያሰኝም። ምክንያቱም ዐብደላ የእስላም፣ ቀጀላ የኦሮሞ ስም ስለሆኑ… በቴዲና በከበቡት አድኃሪያን ዘንድ እንደነውር የሚታዩ ማንነቶችን የሚወክሉ ስለሆኑ… . አያችሁልኝ… በዓለማየሁ እሸቴዋ "ዐብደላና ቀጀላን የምትጠየፍ ኢትዮጵያ" እና በቴዲ አፍሮ ዐፄያዊ "ኢትዮጵያ" መካከል የይዘትም የቅርጽም ልዩነት የለም። የሁለቱም "ኢትዮጵያ" በልሙጣዊነት ደዌ የምትማቅቅ፣ አፈሯ ተምሶ የተቀበረች አሐዳዊት አገር ናት… ለዚያም ነው ቴዲ አፍሮ የዐብደላም የቀጀላም ልጅ እንዳልሆነ "ሲያበሥሩት" እጅጉን የሚፍነከነከው። . ያም ሆነ ይህ ያቺን የሰጠመች ደሴት ፍለጋ ባህር መጥለቅ፣ አፈር መማሳቸውን ይቀጥሉ! በብዙኃኑ ኢትዮጵያዊ ቀብር ላይ ካልሆነ ያቺ ኢትዮጵያ ዳግም እንደማትመጣ ማርዳቱ ደግሞ የእኛ ሥራ ይሆናል! Issac ishetu . #ቴዲአፍሮ #አሐዳዊነት #ኢትዮጵያ
Show all...
8.19 MB
👍 19😁 7 3
Kaarra Qoriitti faannoon konkolaataa kaabinee Kamiseerraa gara sanbatee deemtu marsee lolaa jira. Kaabinee keessaa kantiibaan magaalaa Sanbatee Faaxumaa Hasan konkolaataa san keessa jirti Baga jenna.
Show all...
👍 23 1
02:47
Video unavailableShow in Telegram
Ayii hojii pp...
Show all...
68.03 MB
😁 24👍 3 1
01:39
Video unavailableShow in Telegram
Jajjabeen Qe'ee PPti Waaroo Gadda Uffisuun Akkuma Itti Fufeeti Jira. Koloneeli Tashoome Geetuu Waraanaa Reejimentii 2 fuudhe deeme keessaa kan hafe warra agartan kana qofaa dha. WBOn wabii sabaa afuura dhokfate diina akkuma tumeeti jira. 𝙒𝘽𝙊 𝙒𝙖𝙡𝙞𝙞𝙣 𝙁𝙪𝙡𝙙𝙪𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞
Show all...
20.17 MB
👍 65 7🔥 6
#መረጃ፦ትላንት ለሊት ማለትም በ1/7/24 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በደቡብ ምሥራቅ ዕዝ ሥር ሀምባ አኖሌ ብርጌድ በዘመቻ ኢርቡ ሺኒጋ በምሥራቅ አርሲ ዞን ጀጁ ወረዳ ሶቄ ቦቆቻ ቀበሌ ውስጥ ለረጅም ጊዜ በመሥፈር ህዝባችንን ቤትና ንብረት ሲያቃጥል ሲዘርፍ የነበረ የፋሽስት ብልፅግና ቡድን ሠራዊት ካምፑን ከቦ ከወቃው በኋላ ካምፑን ከፋሽስቱ አጽድቶታል በዚህ ህግ የማሥከበር ዘመቻ በርካቶች ሙትና ቁስለኛም ሄነዋል ተብሏል....
Show all...
👍 21 9
Birgeedin Ibiddaa ijoolle Biraanu Juulaa guugse gaafa qabu anoo mana Puuliiti na qabanii waranaatti na dabalan malee.... jechun waakkachu jalqabdeetti. Waa maraafu injifannoo boonsaati jira Jajjaabeen Milkeessi.
Show all...
👍 31 10👌 3
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.