cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Galmo kormoso 👈

Oromia Shall be Free

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
390
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
+47 kunlar
+530 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Repost from Jabeessaa Qeerroo
#Injjifannoo Kaaba Oromiyaa Walloo. Konkolaata sagalin kaleessa kan godina irraa gara aanaa harxummaa bakka lafa hijiraa jedhamu  dhaqanii turan  ganamaan WBO itti marsee daaraa godheera. amma Konkolaata shaniin humni dabalataa dirmate jirti . Ummanni keenya of eeggannoo godhaa. #መረጃ፦ትላንት ለሊት ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በሰሜን ኦሮሚያ ወሎ ኦሮሞ ዞን በዘጠኝ መኪና ከዞን ላይ ወደ ሀርጡሜ ስጓዝ የነበረ የጠላት ኃይል ልዩ ስሙ ሂጂራ በተባለ ቦታ ላይ ጧት ከቦ አድሮ ዶግ አመድ ሲያደርጋቸው ተጨማሪ አምስት መኪና አሁን ተንቀሳቅሷል ህዝባችን አስፈላጊውን ጥንቃቄ እንዲያደርግ እንመክራለን....
Hammasini ko'rsatish...
Hammasini ko'rsatish...

Repost from Daniel 🕊🕊🕊
03:00
Video unavailableShow in Telegram
ሚካኤል ሽፈራው " ይድረስ ለምታውቀኝ ለማላውቅህ"  የሚለውን ተወዳጅ የባለቅኔው የአለም ሎሬት ፀጋዬ  ሮበሌ ቀዌሳን ግጥም እንዲህ ይገልፀዋል ።
Hammasini ko'rsatish...
Hammasini ko'rsatish...

Repost from Gumaa Saaqqataa
Inbox ... Harmeen armaan gadiiti suuraa ishee sif erguu tuni maqaan ishee Gannati Gaazahaanyii Ashaanafi jedhamti bakki dhaloota ishee finfinnee ta'uu dubati ammaafi magaalaa Adaamaa dandii irraa jirati Obbolleeti immoo biyyaa Swizerland akka qabdu fi garuu immoo lakk. Bilbilaa ishees akka hin qabne natti himteetti maqaan Obbolleetti ishee kuni Yoodit Gaazahaanyii Ashaanafi jedhamti jetteetti amma waanin sin jechuu barbaadee Osoo gama keetin fuulaa midiyaa keeti kana irraati post goteefi carraan warri kuni lamaan itti wal arguu danda'aan jedhee yaadeeni (Suuraan Lama ta’anii dhaabatanii immoo suuraa Obbolleeti barbaadaamtuutti kan Yoodit jechudha) በምስል የምናያት እናት ገነት ገዛኸኝ አሸናፊ ትባላለች። የተወለደችው ፊንፍኔ ውስጥ ሲሆን በአሁኑ ሰአት አዳማ ከተማ ውስጥ መንገድ ላይ ትኖራለች። የእናት አባቷ ልጅ (እህቷ) ዮዲት ገዛኸኝ አሸናፊ በአሁኑ ሰአት ስዊዘርላንድ ትኖራለች። ስልክ ቁጥሯ ስለሌላት ልታገኛት አልቻለችም። ምናልባት እኚህ እናት እህታቸውን ማግኘት የሚችሉበት መንገድ ካገኙ.. (ሁለት ሆነው ቆመው የሚታየው ምስል ስዊዘርላንድ የምትኖረው እህት ናት)
Hammasini ko'rsatish...
Itoophiyaan waajira qontsilaa Somaalilaand Hargeessaatti argamu gara embaasii tajaajila guutuu kennutti guddisuu ministarri Somaalilaand ibsan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ItyhQxf
Hammasini ko'rsatish...
Itoophiyaan waajjira qontsilaa gara Somaalilaand gara embaasitti guddiste - Ministara Somaalilaand

Itoophiyaan waajira qontsilaa Somaalilaand Hargeessaatti argamu gara embaasii tajaajila guutuu kennutti guddisuu ministarri Somaalilaand ibsan.

Photo unavailableShow in Telegram
AMMEE: #Noorweey biyyummaa #Filisxeemiif beekamtii kennuuf murteessite Mootummaan Noorweey Filisxeemiif beekamtii biyyummaa kennuuf murteessuu beeksise. Ministirri Muummee Noorweey Jonaas Gaahr Istoor, biyyi isaanii Noorweey biyyummaa Filisxeemiif beekamtii ni kenniti jechu isaanii miidiyaaleen biyyattii gabaasaniiru. “Waraana lubbuu lammiilee kuma kudhaniin lakkaawwaman galaafate kana keessatti filannoo tokkicha #Israa’elii fi Filisxeemiif walqixa furmaata siyaasaa dhiyeessu hojiirra oolchuu qabna: Innis Israa’elii fi Filisxeem biyyoota of danda’an lama ta’uu isaaniif beekamtii kennuudha,” jedhan. #Ispeenii fi #Ayarlaandiis tarkaanfii walfakkaataa fudhachuuf adeemsarra jiraachuu isaanii hordofee Ministirri Dhimma Alaa Israa’el Kaatz, “Israa’el kanneen birmadummaa ishee gadi buusanii fi nageenya ishee balaadhaaf saaxilan irraa duubatti hin deebitu,” jechuun akeekkachiisaniiru. AS
Hammasini ko'rsatish...
Ministira Mummee dabalatee Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Humnoota Waraanaa, hoggansa raayyaa ittisa biyyattii irratti aangoo olaanaa akka qaban heera mootummaafi labsii raayyaa irra taa’eera. Ofii ministira raayyaa ittisa biyyaa fi Itaamaajoor shuumii dabalatee, raayyaa ittisaa dursuudhaan ittigaafatamummaa fi aangoon qaamoolee sadan kanneenii maaliidha? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Gyomtg1
Hammasini ko'rsatish...
Aangoon ministirri raayyaa ittisa Itoophiyaa waraanarratti qaban hangam?

Ministira Mummee dabalatee Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Humnoota Waraanaa, hoggansa raayyaa ittisa biyyattii irratti aangoo olaanaa akka qaban heera mootummaafi labsii raayyaa irra taa’eera. Ofii ministira raayyaa ittisa biyyaa fi Itaamaajoor shuumii dabalatee, raayyaa ittisaa dursuudhaan ittigaafatamummaa fi aangoon qaamoolee sadan kanneenii maaliidha?

Repost from Gumaa Saaqqataa
00:26
Video unavailableShow in Telegram
ሌላ ትግል 😢
Hammasini ko'rsatish...