cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Galmo kormoso 👈

Oromia Shall be Free

Mostrar más
Etiopía11 803El idioma no está especificadoNoticias y medios48 523
Publicaciones publicitarias
391
Suscriptores
+124 horas
+47 días
+530 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost from Gumaa Saaqqataa
Inbox ... Harmeen armaan gadiiti suuraa ishee sif erguu tuni maqaan ishee Gannati Gaazahaanyii Ashaanafi jedhamti bakki dhaloota ishee finfinnee ta'uu dubati ammaafi magaalaa Adaamaa dandii irraa jirati Obbolleeti immoo biyyaa Swizerland akka qabdu fi garuu immoo lakk. Bilbilaa ishees akka hin qabne natti himteetti maqaan Obbolleetti ishee kuni Yoodit Gaazahaanyii Ashaanafi jedhamti jetteetti amma waanin sin jechuu barbaadee Osoo gama keetin fuulaa midiyaa keeti kana irraati post goteefi carraan warri kuni lamaan itti wal arguu danda'aan jedhee yaadeeni (Suuraan Lama ta’anii dhaabatanii immoo suuraa Obbolleeti barbaadaamtuutti kan Yoodit jechudha) በምስል የምናያት እናት ገነት ገዛኸኝ አሸናፊ ትባላለች። የተወለደችው ፊንፍኔ ውስጥ ሲሆን በአሁኑ ሰአት አዳማ ከተማ ውስጥ መንገድ ላይ ትኖራለች። የእናት አባቷ ልጅ (እህቷ) ዮዲት ገዛኸኝ አሸናፊ በአሁኑ ሰአት ስዊዘርላንድ ትኖራለች። ስልክ ቁጥሯ ስለሌላት ልታገኛት አልቻለችም። ምናልባት እኚህ እናት እህታቸውን ማግኘት የሚችሉበት መንገድ ካገኙ.. (ሁለት ሆነው ቆመው የሚታየው ምስል ስዊዘርላንድ የምትኖረው እህት ናት)
Mostrar todo...
Itoophiyaan waajira qontsilaa Somaalilaand Hargeessaatti argamu gara embaasii tajaajila guutuu kennutti guddisuu ministarri Somaalilaand ibsan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ItyhQxf
Mostrar todo...
Itoophiyaan waajjira qontsilaa gara Somaalilaand gara embaasitti guddiste - Ministara Somaalilaand

Itoophiyaan waajira qontsilaa Somaalilaand Hargeessaatti argamu gara embaasii tajaajila guutuu kennutti guddisuu ministarri Somaalilaand ibsan.

Photo unavailableShow in Telegram
AMMEE: #Noorweey biyyummaa #Filisxeemiif beekamtii kennuuf murteessite Mootummaan Noorweey Filisxeemiif beekamtii biyyummaa kennuuf murteessuu beeksise. Ministirri Muummee Noorweey Jonaas Gaahr Istoor, biyyi isaanii Noorweey biyyummaa Filisxeemiif beekamtii ni kenniti jechu isaanii miidiyaaleen biyyattii gabaasaniiru. “Waraana lubbuu lammiilee kuma kudhaniin lakkaawwaman galaafate kana keessatti filannoo tokkicha #Israa’elii fi Filisxeemiif walqixa furmaata siyaasaa dhiyeessu hojiirra oolchuu qabna: Innis Israa’elii fi Filisxeem biyyoota of danda’an lama ta’uu isaaniif beekamtii kennuudha,” jedhan. #Ispeenii fi #Ayarlaandiis tarkaanfii walfakkaataa fudhachuuf adeemsarra jiraachuu isaanii hordofee Ministirri Dhimma Alaa Israa’el Kaatz, “Israa’el kanneen birmadummaa ishee gadi buusanii fi nageenya ishee balaadhaaf saaxilan irraa duubatti hin deebitu,” jechuun akeekkachiisaniiru. AS
Mostrar todo...
Ministira Mummee dabalatee Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Humnoota Waraanaa, hoggansa raayyaa ittisa biyyattii irratti aangoo olaanaa akka qaban heera mootummaafi labsii raayyaa irra taa’eera. Ofii ministira raayyaa ittisa biyyaa fi Itaamaajoor shuumii dabalatee, raayyaa ittisaa dursuudhaan ittigaafatamummaa fi aangoon qaamoolee sadan kanneenii maaliidha? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Gyomtg1
Mostrar todo...
Aangoon ministirri raayyaa ittisa Itoophiyaa waraanarratti qaban hangam?

Ministira Mummee dabalatee Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Humnoota Waraanaa, hoggansa raayyaa ittisa biyyattii irratti aangoo olaanaa akka qaban heera mootummaafi labsii raayyaa irra taa’eera. Ofii ministira raayyaa ittisa biyyaa fi Itaamaajoor shuumii dabalatee, raayyaa ittisaa dursuudhaan ittigaafatamummaa fi aangoon qaamoolee sadan kanneenii maaliidha?

Repost from Gumaa Saaqqataa
00:26
Video unavailableShow in Telegram
ሌላ ትግል 😢
Mostrar todo...
Abbaan alangaa Mana Murtii Idil-adunyaa [ICC] yakka waraanaa raawwatan jechuun Ministirri Muummee Israa’el Beenaayim Neetanyahuu akka to’annoo jala oolfamaniif ajaja dabarse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/H6UxCg9
Mostrar todo...
Abbaan alangaa Mana Murtii Yakkaa Idil-Adunyaa [ICC] Beeniyaamiin Neetanyehuu akka to’ataman ajaje

Abbaan alangaa Mana Murtii Idil-adunyaa [ICC] yakka waraanaa raawwatan jechuun Ministirri Muummee Israa’el Beenaayim Neetanyahuu akka to’annoo jala oolfamaniif ajaja dabarse.

Repost from Daniel 🕊🕊🕊
07:31
Video unavailableShow in Telegram
Mostrar todo...
Repost from Gumaa Saaqqataa
01:41
Video unavailableShow in Telegram
ንገርልኝ
Mostrar todo...