2 014
Subscribers
No data24 hours
-117 days
-6230 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
July '26
July '26
+3
in 0 channels
June '26
+7
in 0 channels
Get PRO
May '26
+2
in 0 channels
Get PRO
April '26
+2
in 0 channels
Get PRO
March '26
+8
in 0 channels
Get PRO
February '26
+5
in 0 channels
Get PRO
January '26
+7
in 0 channels
Get PRO
December '25
+11
in 0 channels
Get PRO
November '25
+8
in 0 channels
Get PRO
October '25
+8
in 0 channels
Get PRO
September '25
+21
in 2 channels
Get PRO
August '25
+8
in 0 channels
Get PRO
July '25
+5
in 0 channels
Get PRO
June '25
+7
in 0 channels
Get PRO
May '25
+12
in 0 channels
Get PRO
April '25
+19
in 3 channels
Get PRO
March '25
+11
in 0 channels
Get PRO
February '25
+31
in 3 channels
Get PRO
January '25
+8
in 0 channels
Get PRO
December '24
+62
in 0 channels
Get PRO
November '24
+189
in 0 channels
Get PRO
October '24
+101
in 0 channels
Get PRO
September '24
+267
in 0 channels
Get PRO
August '24
+279
in 0 channels
Get PRO
July '24
+361
in 0 channels
Get PRO
June '24
+273
in 0 channels
Get PRO
May '24
+343
in 1 channels
Get PRO
April '24
+379
in 0 channels
Get PRO
March '24
+305
in 0 channels
Get PRO
February '24
+297
in 1 channels
Get PRO
January '24
+136
in 0 channels
Get PRO
December '23
+200
in 2 channels
Get PRO
November '23
+91
in 2 channels
Get PRO
October '23
+6
in 0 channels
Get PRO
September '23
+8
in 0 channels
Get PRO
August '23
+12
in 0 channels
Get PRO
July '23
+47
in 0 channels
Get PRO
June '23
+81
in 0 channels
Get PRO
May '23
+7
in 0 channels
Get PRO
April '23
+20
in 0 channels
Get PRO
March '23
+9
in 0 channels
Get PRO
February '23
+84
in 0 channels
Get PRO
January '23
+97
in 0 channels
Get PRO
December '22
+212
in 0 channels
Get PRO
November '22
+28
in 0 channels
Get PRO
October '22
+16
in 0 channels
Get PRO
September '22
+49
in 0 channels
Get PRO
August '22
+51
in 0 channels
Get PRO
July '22
+58
in 0 channels
Get PRO
June '22
+36
in 0 channels
Get PRO
May '22
+65
in 0 channels
Get PRO
April '22
+2
in 0 channels
Get PRO
March '22
+3
in 0 channels
Get PRO
February '22
+2
in 0 channels
Get PRO
January '22
+1
in 0 channels
Get PRO
December '21
+497
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 12 July | +1 | |||
| 11 July | 0 | |||
| 10 July | 0 | |||
| 09 July | 0 | |||
| 08 July | 0 | |||
| 07 July | +1 | |||
| 06 July | 0 | |||
| 05 July | 0 | |||
| 04 July | 0 | |||
| 03 July | +1 | |||
| 02 July | 0 | |||
| 01 July | 0 |
Channel Posts
| 2 | Oduu injifannoo
waraanni bilisummaa Oromoo zoonii gidduu galaa Oromiyaa tarkaanfii murnaa biltsiigiinna irratti liixaa shaaggar aanaa meettaa walqixxee fi ada,a bargaattii fuudhateen injifaannoo boonsaa gonfatee
waraanni bilisummaa Oromoo zoonii gidduu galaa Oromiyaa tarkaanfii gaafa eeblaa 11//2026
liixaa shaaggar aanaa meettaa walqixxee magaalaa miinaaree jedhamuutti fuudhateen diinaa gugsee baasee
waraanni bilisummaa Oromoo zoonii gidduu galaa Oromiyaa lolaa magaala miinaareetti taasiiseen bulchinsaa magaalaa miinaaree guutuma guututtii dhunfaate
waraanni murnaa biltsiigiinna aanaa meettaa walqixxee bulchiinsa magaala miinaaree buufattee turtee wbon ittii seennan magaalaa gadii gadhisuun gara magaalaa eelaattii baqattee
irree fii gachaannii saba oromoo WBO zoonii gidduu galaas magaala minaaree to,achuun kaampii waraana murnaa biltsiigiinna keessa meeshalee diinaa heedduu dhuunfatee
meeshaleen waraana wbo dhuunfatee kunis
uffaata waraana
kophee waraana
rashiinaa
dokumantii garagara
miidhaan waraanni murnaa biltsiigiinna ummata maqaa deeggarsa milishaa jedhuun waliitti qabattee heedduu dhuunfachuun galii moona qabsoo bilisummaa Oromoo taasisee jiiraa
irreefi gaachannii saba oromoo wbon zoonii gidduu galaa tarkaanfii kana ittii fufuun liixaa shaggaar aanaa ada,a bargaa gandaa haroo booraa fi gandaa cancoo biirraattii fuudhateen injifaannoo argatee
abdiin saba oromoo WBO zoonii gidduu galaa Oromiyaa tarkaanfii kanan diina du,af madoon adabuun alaattii harkaanis qabee oolmaa goota ittii agarsisee jiraa
tarkaanfii wbon fudhaatee kanan waraana murnaa biltsiigiinna irraa nama 92 ajjeesuun 68 madeessee jiraa
kana malee nama 18 harkaan qabee jiraa
waraanni bilisummaa Oromoo tarkaanfii diinaa ummata Oromoo irraattii fudhaatee kanan meeshalee waraana garee fi dhunfaa diinaa harkaa micciree irraa hiikee jiraa
gamaa meeshaatiin qawwee
akm 72
bkm 2
sinappara 1
dikshaa 2
rasaasa dishkaa sanduqaa 4
rasaasa bireena 2500
rasasaa akm 4000 ol | 296 |
| 3 | Anaa Dhufuu Qaxalee | 261 |
| 4 | So sorry π Warri Jaala Kana kararraa Maqsiisun Gansiistani Akkas gootan.
Namni Irbuu gane dhuma isaa inuma beekna garuu akka Gollicha Dheenge kaa ta'e hin argiine.
Dhimma nama kanaa yeroo baayye irraa dubbadheera wan ta'eef ammaf isiinumti warri sobdaani Furtuu Konkolaataa fi hangoo sobaa itti keennitan irraa fuutan dubbadhaa. | 288 |
| 5 | No text... | 222 |
| 6 | Kabaja Guyyaa Gootota Oromoo (GGO) Ebla 15 bara 2026 ilaalchisee, motora qabsoo kan taβe Qeerroon Bilisummaa Oromoo uummata Oromoo biyya keessaa fi ala jiraatu hundaan βbaga geessan, baga geenyeβ jechuun gammachuu guddaa ibsa.
Guyyaa Gootota Oromoo jechuun guyyaa seenaa, yaadannoo, kabajaa fi abdii dhalootaaf buβuura taβeedha. Guyyaan kun wareegama gootota keenya Bilisummaa, Walabummaa fi mirga Sabummaa Oromootiif lubbuu isaanii qaalii aarsaa godhan yaadachuu, kabajuu fi irraa barachuuf kan ooludha.
Akkasumas, guyyaa itti dhaloonni harβaa qabsoo itti fufsiisuuf of kakaasu, murannoo isaa haaromsuu fi waliigaltee sabaa jabeessuudha.
Jaarmiyaan Qeerroo Bilisummaa Oromoo hundeeffama isaa irraa eegalee qormaata gurguddoo hedduu keessa darbee jira. Qormaanni kun bifa adda addaan dhufe. Kunis, hacuuccaa mootummaa, doorsisaa fi dararaa, hidhaa fi ajjeechaa, akkasumas gufuu siyaasaa fi hawaasummaa hedduu of keessatti hammata.Taβus, Qeerroon Bilisummaa Oromoo injifannoo fi jabina uummata isaa irratti hirkachuun qormaata kana hunda dandamatee, qabsoo isaa irraa hin deebine.
Kana malees, yeroo hunda uummata isaa waliin hiriiruun, sagalee isaa taβuun, dantaa isaa tikfachuun qabsoo finiinsaa turee jira. Ammas itti jira. Qabsoo Qeerroon Bilisummaa Oromoo gaggeessaa jiru hanga Bilisummaan Oromoo fi Walabummaan Oromiyaa guutummaatti mirkanaaβutti hin dhaabbatu. Kunis murannoo hin diigamne, kaayyoo hin jijjiiramne fi abdii hin badne irratti kan hundaaβeedha.
Dhaloonni /Qeerroo/n Oromoo yeroo hunda akka dhaadannoo isaatti βBilisummaa fi Walabummaaβ dhugoomsuuf, wareegama barbaachisu kamiyyuu kaffaluuf qophii taβuu isaa irra deddeebiβuun agarsiiseera.
Seenaa qabsoo keessatti qaanqeen qabsoo, Qeerroo Bilisummaa Oromoon facaβe ibidda guddaa qabsiiseera. Qaanqeen kun gara sochii uummata balβaatti guddatee, biyya keessaa fi alaan uummata Oromoo walitti fiduun tokkoomsuu dandaβeera.
Sochiin kun mootummaa hacuuccaa dura dhaabbachuuf, mirga uummata Oromoof falmuuf, akkasumas eenyummaa fi tokkummaa Oromoo dagaagsuuf shoora guddaa taphateera.
Buβaan isaas injifannoowwan seenaa keessatti galmaaβan hedduu argamsiisee
harβas 'Qeerroon Bilisummaa Oromoo' wareegama irraa hin dheessine. Qabsoo isaa daran jabeeffachuun, haala yeroo hubachuun, mala qabsoo haaromsuun, uummata isaa waliin hiriiruun, Bilisummaa dhugoomsuuf hojii isaa itti fufee argama.
Dargaggoonni Oromoo akka Qeerroo fi Qarree, bakka jiran hundatti dammaqinaan sochoβuun, mootummaa cunqursaa dura dhaabbachuun, sagalee uummata isaanii taβuun seenaan isaanii ifaa taβee itti fufeera.
Kabaja GGO Ebla 15 bara 2026 kana ilaalchisee, Jaarmiyaan Qeerroo Bilisummaa Oromoo bifa hoβaa, ulfina fi kabajaa qabuun balβinaan kabajuuf qophii isaa xummureera.
Qophiin kun bifa garaagaraatiin kan geggeeffamu yoo ta'u, Yaadannoo gootota kufanii kabajuu, Seenaa isaanii balβinaan barsiisuu, Dhaloota haaraaf dhaamsa dabarsuu, Tokkummaa uummata Oromoo jabeessuu fi
Qabsoo itti fufsiisuuf kakaβumsa ni uuma.
Guyyaa kana irratti, gootota keenya walabummaa Oromiyaaf jecha kufan hundaaf yaadannoon sammuu ni taasifama. Seenaan isaanii dhaloota harβa jirani fi boruuf akka fakkeenyaatti ni dhiyaata.
Gootonni keenya dhiiga isaanii dhangalaasuun, lubbuu isaanii kennuun karaa Bilisummaa nuuf bananiiru. Kanaaf, isaan yaadachuun dirqama seenaa qofa osoo hin taane, waadaa itti fufiinsa qabsoo ti.
Dabalataanis, kabajni GGO kun yeroo itti uummanni Oromoo tokkummaa isaa jabeeffatu, garaagarummaa keessaa hiiku, fi kan kaayyoo tokko irratti walitti dhufuΒ taβa.
Qeerroon Bilisummaa Oromoo uummata isaa hunda dargaggoota, jaarsolii, dubartoota, daaβimman, akkasumas diyaaspooran Oromoo akka dammaqinaan, tokkummaan fi murannoon guyyaa kana kabajan waamicha dhiyeessa.
Xumura irratti, Guyyaan Gootota Oromoo (Ebla 15) guyyaa yaadannoo qofa osoo hin taane, guyyaa murannoo, guyyaa kaayyoo haaromsuu, guyyaa qabsoo itti fufsiisuuf of qopheessinuudha. | 230 |
| 7 | Isra'eel Jaarraa 4ffaa keessa impaayera Otoman Turkiin addunyaa irra badd!e turte, sabni Isra'eel iddoo qubatu dhabee addunyaa irra faca'uun akka kadh-attuutti jiraataa ture. Rakkoof gidiraa hedduu booda humnaaf aarsaa guddaa baasuun yeroo lammaaffaaf deebitee akka biyyaatti ijaaramuun biyya taate! Gaafa diig-amanii addunyaa irraa akka biyyaatti badan, akkuma keenya har'aa kana bitamt-oota isaanitu impaayera Otoman Turkiif karra saaqaa ture! Ati lafuma kee irratti falmachuu akka cubbuutti ilaalaa jirta. Har'a falmachuu dhabuun kee bor akka Isra'eelotaa gatii dachaa si baasisuu danda'a! Dammaqinsaan hin falmattu taanan waan si eeggatu yaraa hin ta'u!! | 373 |
| 8 | Isra'eel Jaarraa 4ffaa keessa impaayera Otoman Turkiin addunyaa irra badd!e turte, sabni Isra'eel iddoo qubatu dhabee addunyaa irra faca'uun akka kadh-attuutti jiraataa ture. Rakkoof gidiraa hedduu booda humnaaf aarsaa guddaa baasuun yeroo lammaaffaaf deebitee akka biyyaatti ijaaramuun biyya taate! Gaafa diig-amanii addunyaa irraa akka biyyaatti badan, akkuma keenya har'aa kana bitamt-oota isaanitu impaayera Otoman Turkiif karra saaqaa ture! Ati lafuma kee irratti falmachuu akka cubbuutti ilaalaa jirta. Har'a falmachuu dhabuun kee bor akka Isra'eelotaa gatii dachaa si baasisuu danda'a! Dammaqinsaan hin falmattu taanan waan si eeggatu yaraa hin ta'u!! | 317 |
| 9 | Qabsaa'onni Bilisummaa haaloo bahuu irra dhimma hin qaban! Isaan uummata bakka bu'u! Jallina murna bicuu hawwaasa gidduu hin tamsaasan. Wallaalaa nii barsiisu, kan doggore daandii sirriitti deebisuuf hojjetu, malee dogoggora isaa akka balleessaatti lakkaa'anii adabb-ii hin malleef isa hin kaadhiman! Gaafatama yakkamaa maatiitti yookan firatti hin baabsan, yoo adab-uun barbaachise isuma adab-uutu furmaata. Yakkamaan maatii yookan firaan mari'atee yakkicha raawwachuu dhiisuuti mala! Yoo mareen raawwatees hordoffii ragaa irratti hundaa'een barsiisuutu furmaata!
Dogoggoraa, dogoggora isaa hubateef akkaataa barruun heeraaf seeraa lafa kaa'uutti barsiisaaf kabajni malu laatamee fii bakka dura irraa mucucaatetti akka deebi'u gochuun bilchina guddaadha! Kan qabsooftu saba hundaafidha. Sabicha keessa immoo amaloota hedduutu jiraachuuti mala. Warra utuu hin beekiin dogoggoreef dhiifamni nii barbaachisa. Dhiifamni sun garuu akkaataa heeraaf seerri qabsaa'otaa tumamee jirutti ta'uuti qaba!! | 296 |
| 10 | Gadda Sukkanneessaa.
Jiraachuuf Dhalannee Jiraachuu dhadhabne.
Duguuggaa sanyii godina horro guduruu wallaggaa Aanaa Aabee Dongoroo Ganda Hoomaa Gaalessa keessatti guyyaa dheengaddaa Faannoon Raawwatte Dubartii, Abbaa fi daa'ima waggaa 3 dabalatee Humnoota badii Faannoon Ajjeefaman.
Oromoo Kaabiinoota PPtu ficcisiisaa jira ππ | 411 |
| 11 | Dambi Dolloo Of egannoo Motummaan Mafia pp Milishaa Jedhee Nama Ukamsaa waan jiruuf Oromoon of egannoo godhaa Waliin Dabarsaa | 450 |
| 12 | No text... | 398 |
| 13 | Biyyoonni taatee kana hordofaa turan muraasni muuxannoo kana horachudhaan jijjiirama barbaadan fidataniiru. Kanneen itti hin milkoofnes turaniiru.
Taatewwan as biyya kana keessatti amma ta'aa jiruuf seenaa Bouazizii kana wal bira qabiiti ilaali. Bouazizi meeqatu si biraa rakkataa jiraa? Kan kee seenaa Bouazizii caala moo isaan gadi? Siif uumaa keetu beeka! | 370 |
| 14 | Mohammed Bouazizi jedhama. Waggaa 15n dura ofii isaatiin abidd-a ofitti qabsis-uun of gub-ee Tunisiyaa keessatti warraaqsa uummataa eegalchiise. Gocha Bouazizi kana hordofee fincilli uummataa Tunisiyaa irra darbee gara biyyoota hedduutti babal'atee ture(Arab spring). Mohammed Bouazizi Tunisiyaa magaalaa Sidi Bouzid keessatti gaaz-ii ofitti firfirsee of gub-uun dura namoota hedduu biratti qoosaadhan kan beekamu yemmuu ta'u, umurii isaa waggaa sadii hin caalletti abbaa isaa du'aan addunyaa kana irraa of biraati dhabe!. Du'''aan boqochuu abbaa isaa hordofee Bouaziz umurii isaa ijoollummaa kanatti maatii abbaan isaa irraa boqote kana nyaatanii akka bulaniif hojiiwwan daandii irraa hojjechuu itti fufe. Bouazizi ganamaan ka'uudhan warra kuduraaf muduraa rabsan irraa duubee fudhachuudhaan daandii qarqara irratti gurguree liqii deebisaa ishee achirraa akka bu'aatti argatuun ammaa obboloota isaaf haadha isaa dadhabduu gargaaraa jiraata ture. Mohammed Boazizi utuma haala kanaan jireenya maatii isaa geggeessuu rakkoon isarra gahaa dhufe daran itti hammaachuu eegale. Rakkoo kana kan isatti hammeessaa dhufe immoo "damb Askabbaarii" mootummaan Tunisiyaa magaalicha keessatti bobbaasuu fi poolisoota idilee ture. Bouaziz utuma dambootaan reeb!amu fi saamam!uu waan argatuun maatii jiraachisaa jireenya hadhooftuu sana geggeessuu itti fufe. Kana qofaa miti. Waan argatu irraa matta'aa dambootaaf utuma kennuu daba isan isarraan gahan baay'ee kan hamilee isa buusuu fi abdii isa kutachiisu ture. Utuma haala kanaan jiruu gaafa tokko poolisoonni fi damboonni magaalichaa ati daldalaa seera alaati jechuudhaan waan inni daandii cinatti daldalatee jiraatu jalaa saam!uun fudhatan. Bouaziz biiroo kantibaa magaalichaa deemuudhaan mi'a poolisoonnii fi damboonni jalaa fudhatan dubbisifachuudhaaf yeroo yaalutti namni tokkoyyu isa dubbisuu yookan isa jalaa qabu dhibe. Sana booda waardiyyoonni gamoo bulchinsichaa Bouaziziin humnaan akka mooraa sana keessaa bahu taasisan. Bouaziz dhiibbaan maatii utuu isarra jiruu, hojii dhabummaan utuu isa aarsuu, gochoonni sirna dhabiinsaa biyya sanaa akka gubboo nyaachuu, fi hammeenyi aanga'oota Tunisiyaa humnaa ol waan isa aarseef December 17, 2010 biiroo bulchiinsa magaalattii fuulduratti gaaz-ii ofitti firfirsuudhaan of gub-e. Yeroo sanatti namoonni gocha sana argan waan danda'aniin abidd!a isarraa dhaamsuudhaan gara hospitaalaatti isa geessan. Bouaziz namoota magaalichaa biratti baay'ee waan jaallatamuuf namoonni gocha kana argan battalamutti taatee kana miidiyaadhaalee akka Facebook, X, fi Instagram irratti facaasuudhaan uummati taatee kana arge aariidhaan waliin ta'ee mormii guddaa magaalicha keessatti qabsiise. Kana hordofee hojjettoonni mootummaa hundi naasuu keessa seenuudhan prezedantii Tunisiyaa Zine Al Abdine dabalatee aanga'oonni gurguddoon hospitaala Mohammad Bouaziz ciisee jiru deemanii gaafachuun uummata fincila eegale tasgabbessuuf yaalanis itti milkaa'uu hin dandeenye. Uummati Tunisiyaa rakkoowwan akka qaala'insa jireenyaa, hoji dhabdummaa fi malaammaltummaadhaan garmalee waadam!ee keessa isaatti guungumaa waan tureef miidhamuu Bouaziz sababa godhachuudhan aarii keessa isaa futtaafachiisee mormiin sun guutummaa Tunsiyaa walgahe. Mohammed Bouaziz torban lama hospitaalaa osoo hin bahiin yaalamaa turuudhaan utuu hin fayyiin lubbuun isaa dabarte. Lubbuun darbuun Bouaziz toora miidiyaa hawwaasaa irratti qoodamuudhaan biyya hundumaa waliin gahe. Sana booda mormiin uummataa akka malee hammaachuu irraan kan ka'e mootummaan biyatti fincila uummata to'achuudhaaf humna qabu hunda fayyadamuu eegale. Hiriirtota irratti dhuk-aasa banameen lubbuun darbuu gaafa eegaltu mormiin akka malee jabaate. Mootummaan mormicha to'achuuf yaalu illee, garuu mormii uummataa dhaabuu gonkumaa hin dandeenye. Kana hordofee mootummaan Tunisiyaa waggoota digdamii afuriif(24) bulchaa ture Zine El Abidine biyyattii dhiisee baqate. Erga inni baqate booda filannoo bilisaa geggeefamee tureen Tunisiyaan gara tasgabbii isa caaluutti ceete. | 315 |
| 15 | Barreeffamni kun ergaa uummata keessaa naaf dhufeedha!
Fedhii fi Hawwii Lola Magaalaa
π«΄π«΄π«΄π«΄π«΄π«΄π«΄π«΄π«΄π«΄π«΄π«΄π«΄
ππ»Uummatichi utuu ABO WBO'n Magaalaa Seenee Caasaa Biltsiginnaa Rukutee Barbadeessee Fedhii fi Hawwii Guddaa keessa galee jira.
ππ»Sababa isaa bakka hundatti Dirqamaan Duula Waraanaa Kaabaatiif nama gooraa jiru.
ππ»Abbootii Warraa fi Dargaggooti Golee Oromiyaa mara jiran Sochiin Mirga Namoomaa fi Bilisummaa isaanii irraa Sarbamee jira.
ππ» Bakka hundatti akkuma horiitti Nama qabanii Kaambiiti galchani Qawwee fudhani itti hirani lolatti ergaa jiru.
ππ»Uummatichi haala hamtuu keessa Galee Jira. Utuu Uummati iyyuu Nama Ukkamsuun Dirree Lolaati guuraa jiru.
Duula Waraanaa kana Wanti adda godhu callisaniiΒ Meeshaa Nama hidhachiisuu malee Leenjiin kennamuufi hin jiru.
Namooti Milishaaf Qabamanii jiru Kun maaliif Leenjii Waraanaa malee akkumati dirree lolaati nu geessitu jedhanii gaafannaan maal Gootu Leenjii "Shaneen immoo Leenjii maalii Qabdi walii keessan irraayyuu ni bartu beenaa jechuun milishootati dheekamani lolaati fedhii Malee Dirqamaan oofamaa Jiru.
Dhuguma akkuma fedhii Uummata kanati utuu LolliΒ Qinda'aan Magaalaa irrati Gaggeeffame Fedhii Uummata Guddaa ta'ee Jira.
ππ»Bakka Biltsiginnaan ittiΒ Humna Qindeeffataa jirtu Magaalaa Oromiyaati, akkuma fedhii Uummata kanati bakka burqaa Humna Diinaa ta'ee kana Caasaa Diinaa Magaalaa Diiguun murteessaadha.
ππ»Yeroon kun yeroo itti Lafaa,Mukaa fi Baallii Dachee Oromiyaa itti Biltsiginnaa ofirraa lolu dhufee Jira.Kana immoo Har'a ykn bori hin jennu.Miidhaa fi Dararaan Biltsiginnaa Gola nama hundaa Seenaa Jira.
ππ»Kanaaf Warri ammayyuu rafaa jirtan Dammaquu qabdu.Uummati keenyaa Qotee Bulaa, Hojjetaa, Daldalaa, Barsiisaa,Barataa Utuu hin jedhin tokkuummaan wal faana Dammaqnee Biltsiginnaa Ofirraa buqqisuu qabna. | 316 |
| 16 | π«΅Tasumaa Kaadireen Wallaggaa Madda Galii Hin Godhattu
Abiyyiin waggaa 25 Wallaggaatti basaasummaa Wayyaaneef hojjetaa ture.
Wallaggaan deemuun Abiyyii inni alanaa project jedhame hojjechuuf utuu hin taane, sodaa lola kaabaaf qabu sana akka waan Oromiyaa keessa nagaan jiruutti argisiisuuf yaaluu isaati.
Haa taβu malee, project albuuda warqee baasuu garuu abjuudha. Yoomillee Wallaggaa keessaa albuuda nan baafadha jechuun PPf abjuudha.
Never, never do that! | 424 |
| 17 | #Ammee
#Tikkeettiin balalii Xiyyaaraa #Bahaardaar_Finfinnee 21000 gaheera.
Kaabinoonni naannoo #Amaaraa maatii hunda guurratanii gara finfinneetti imalaa jiraachuu odeessi bahaa jira. | 370 |
| 18 | Waliif qooduu hin dagatiinaa.
Baankii Siinqee fi Biiraa Keenyaa Lagadhu.
Baankiin Siinqee dhaabbilee OPDOn aangoo irra humna maallaqaan jiraachuuf hundeessite keessaa tokkodha. Baankiin Niwaay Magarsaa Leenjisoo obboleessi Dr. Biraanuu M. Leenjisoo hogganu yeroo ammaa baadiyaa Oromiyaa irraa humnaan maallaqa hawaasaa baankii kana keessa kaaβuun PPn Abiy Ahimed akka barbaadanitti dhuunfaatti fudhatanii hojii ittiin hojjetatu, bulchiinsaΒ isaaniif hojii hanna siyaasaa ittiin hojjetu.
Baankiin afoosha Oromoo Abiy (kan OPDOn tolfatte) kun maqaa galii PPn uummata irraa ittiin funaanaa jiru 16 ol taβan baankiiΒ isaa keessatti kuusa. Maallaqa argame kanaan ammoo meeshaa waraanaa ittiin bituuf hanqina baajeta mootummaa cufa.
Kana malees namoota siyaasaa dhuunfa dhuunfaan bita. Dhaaba mormitootaa diiga. Maallaqa kanaan dargaggoo siyaasaa wal dura dhaaba. Burjaajii siyaasaa oofa. Faarsee bulaa ramada.
Walumagalatti baankii kun meeshaa PPn humna dinagdee taasifachuun Oromiyaan akka nagaa hin arganne, hawaasni Oromoo toora tokko irratti akka hin ijaaramne, dinagdeen Oromoo akka wal hin madaallee fi Oromiyaa dirree dararaa, Oromoon jireenya yaaddoo akka jiraatuuf piroojektii faayidaa Oromoo fakkeessanii galtee siyaasa isaanii ittiin hojjetachaa jiraniidha.
βSovereign Fundβ ijaaramaa jiru kan PPn siyaasa isaa itti jabaeeffatu, tokkummaa Oromoo ittiin diigu, lafa Oromoo ittiin gurguruu, weerara ittiin babablβisuudha.
Baankii humna ajjeesaa taβe kanatti qusachuun Oromoon deebiβee ittiin of ajjeesuudha. Baankiin Siinqee Taankii Bilxiginnaati. Maallaqni guuramu kan Turkii dhaqee, Beelaruusii fi Azarbaajaan deemee meeshaa bitee nu ajjeesuu malee nu fayyadu miti.
Kanaaf Buukii Baankii Siinqee hin baafatin irratti hin qusatin! Baankii Siinqee lagadhu!
Biiraa keenyaa lagadhu
Gareen faashistii PP erga bara 2018 buβaa qabsoo qeerroo fi qarree butee aangootti baβee kaasee uummata Oromoo diinummaatti ramadee doorsisuu, qabeenya gubuu, saamuu, hidhuu, dhabamsiisuu, ajjeesuu fi gochawwan farra namoomaa hedduu hojjechaa turuun isaa ni beekama.
Gocha kana kan raawwataa jiru ammoo humna dinagdee saamee fi dhaabbilee dinagdee of harkaa qabuuni. Yeroo ammoo Bilxiginnaan rakkoo siyaasaa Oromoo karaa nagaa fi saayinsaawaa taβeen furuu irra dinagdeen of ijaaree, dinagdee sanaa namoota bitachuu fi maqaa misoomaan fakkeessuun mormii keessaa fi alaa ofirraa callisuuf hojjechaa jira.
Kunis akkuma abbaan isaanii Abiy Ahimed sangaa dura marga qabii ayyallaatti galchuu dandeessa jedhee fi humni maallaqa eenyuunuu bituu dandaβa jedhee amanu sana harβa dinagdee uummata saaman irratti warshaalee akka βBiiraa Keenyaaβ sochoosuun madda galii achi irraa argataniin lola dhiiga ilmaan Oromoo dhangalaasaniif meeshaaΒ waraanaa ittiin bitachaa jiru.
Gama hojii dhaabbata Biiraa Keenyaanis yoo ilaalle hojjettootni fi geggeessitootni isaanii keessumaa geggeessitotni fi kanneen rabsaan kanneen hidhata PP qaban, aakkasumas eebba Bilxiginnaa fudhatan qofa taβuun ni beekama.
Kanaaf qabeenyi hiyyeessa Oromoo irraa walitti qabamee deebisee Oromoo ajjeesuuf hojjetu kamuu fudhatama hin qabu. Sana irratti hundaβuun Qeerroon Bilisummaa Oromoo Biiraan Keenyaa Oromiyaa keessatti akka lagatamu waamicha dabarsa.
Qaamoleen Biiraa Keenyaa kana PP irraa fuutanii rabsitan akka irraa of qusattan jenna.
Maallaqa keenyaan ajjeesaa deggerree ajjeechaa uummata keenya irratti hin jabeessinu!
Dhiiga lammiilee keenyaa dhangalaasisaa dhugaatiin nuuf fiddan hin jiru!
Hin dhugu Cubbuu Natti Haa Taβu!
Dinagdeen PP utubu hundu rasaasa Oromootti dhukaβuudha!
Sinqee fi Ovid Real Estate dura ni dhaabbanna!
Dinagdeen PP fi garee muraasa fayyadu farra qabsoo keenyaati!
Fincilli dinagdee PP utubu irratti taasisnu eegaleera! | 364 |
| 19 | Kunimmoo Nabiyyuu Ittaanaa jedhama Godina Wallaggaa Lixaa Aanaa Hoomaati Itti gaafatamaa bulchiinsaati.
Kaabineen Dargaggeessa yeroo Ajjeesaa oltuu galgala ammoo sagaagalummaatti bultii. | 307 |
| 20 | Inni Kunimmoo Sanyii Ashabbir jedhama.
Itti gaafatamaa Suphaa Daandii Godina Wallaggaa lixaati. | 392 |
