ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك

Galmo kormoso 👈

Galmo kormoso 👈

الذهاب إلى القناة على Telegram

Oromia Shall be Free

إظهار المزيد
222
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-17 أيام
+130 أيام

جارٍ تحميل البيانات

سحابة العلامات
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
الإشارات الواردة والصادرة
---
---
---
---
---
---
جذب المشتركين
نوفمبر '26
نوفمبر '260
في 0 قنوات
أكتوبر '26
+5
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '260
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '260
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '260
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '260
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '260
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '260
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '260
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '260
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '260
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '250
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '250
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '250
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '250
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '25
+1
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '25
+8
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '25
+2
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '25
+6
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '25
+9
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '25
+3
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '25
+2
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '25
+3
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '24
+6
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '24
+8
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '240
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '24
+1
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '24
+6
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '24
+10
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '24
+18
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '24
+16
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '24
+16
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '24
+19
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '24
+24
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '24
+50
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '23
+21
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '23
+4
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '23
+3
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '23
+6
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '23
+3
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '23
+9
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '23
+10
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '23
+13
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '23
+3
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '23
+2
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '23
+13
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '23
+21
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '22
+20
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '22
+23
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '22
+16
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '22
+25
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '22
+17
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '22
+28
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '22
+39
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '22
+30
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '22
+24
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '22
+23
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '22
+11
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '22
+44
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '21
+87
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '21
+86
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '21
+35
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '21
+74
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '21
+68
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '21
+26
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '21
+79
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '21
+246
في 0 قنوات
التاريخ
نمو المشتركين
الإشارات
القنوات
08 نوفمبر0
07 نوفمبر0
06 نوفمبر0
05 نوفمبر0
04 نوفمبر0
03 نوفمبر0
02 نوفمبر0
01 نوفمبر0
منشورات القناة
Barruu Yaadaa: Yeroo bilisummaan aangoo dhuunfachuutti jijjiiramu: Gaaffilee waa’ee “#Aangoo_Oromoo” deebii hin argatin Barru
Barruu Yaadaa: Yeroo bilisummaan aangoo dhuunfachuutti jijjiiramu: Gaaffilee waa’ee “#Aangoo_Oromoo” deebii hin argatin   Barruu yaadaa kana keessatti barreessaan hiika “aangoo Oromoo” jedhu ni qorata. Geggeessitoonni siyaasaa #Oromoo sirna mootummaa #Itoophiyaa duraanii jijjiiraniiru moo caasaa cunqursaa durii sana dhaaluu qofa? jedhees gaafata.    Waadaa mirga hiree ofii ofiin murteeffachuu kabajuuf galamee fi haasaa yeroo ammaa lafa irratti mirga abbummaa qabaachuuf gaafatamu gidduu jijjiirama akkamiitu jira? Oromoon sababoota  “bu’aa isaaf malu” jedhamaniin caalaatti bulchiinsa jala galfamuu, hordofamuu, hidhamuu fi ajjeefamuun bilisummaa akkamiiti?   #WBO'n diinoota duraanii waliin Gamtaa Uummata keenya baraaruu (#Alliance_for_Survival) keessatti yeroo hirmaatu, barruun kun gaaffii murteessaa tokko kaasa: Bilisummaan Oromoo cunqursaa fi olaantummaa garee tokkoo kanaan dura diiguuf qabsaa’e sana osoo galmaan hin ga’in mirkanaa’uu danda’aa?   Dabalataaf 👇🏿 https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=10785

2
Odeessa Guyyuu: #Huutiiwwan Sa’udiin beenyaa doolaara biiliyoona 51 akka kaffaltu, Garee isaaniis akka bulchitoota Yamanitti
Odeessa Guyyuu: #Huutiiwwan Sa’udiin beenyaa doolaara biiliyoona 51 akka kaffaltu, Garee isaaniis akka bulchitoota Yamanitti akka fudhattu gaafatan: WSJ   Finfinnee, Sadaasa 5, 2026: Gareen #Huutii_Yaman, kan Iraaniin deeggaramu, #Sa’udi_Arabiyaa haleellaa qilleensaa waggootaaf irratti raawwatteefi dhiyeessii fi geejjiba irratti danqaa kaa’uu isheetiif beenyaa doolaara biiliyoona 51 akka kaffaltu gaafateera. Akkasumas, gareen kun akka bulchitoota Yamanitti akka beekamu gaafateera. Kunis yeroo Sa’udi Arabiyaan walitti bu’iinsa haaraa dhaabuuf Huutiiwwan waliin marii gaggeessuuf yaalaa jirtutti ta’uu gaazexaan The Wall Street Journal Kamisa gabaaseera. Cuqaasi 👇🏿 https://addisstandard.com/Afaanoromoo/brief/n-10768/
22
3
Odeessa Guyyuu: #Huutiiwwan Sa’udiin beenyaa doolaara biiliyoona 51 akka kaffaltu, Garee isaaniis akka bulchitoota Yamanitti
Odeessa Guyyuu: #Huutiiwwan Sa’udiin beenyaa doolaara biiliyoona 51 akka kaffaltu, Garee isaaniis akka bulchitoota Yamanitti akka fudhattu gaafatan: WSJ   Finfinnee, Sadaasa 5, 2026: Gareen #Huutii_Yaman, kan Iraaniin deeggaramu, #Sa’udi_Arabiyaa haleellaa qilleensaa waggootaaf irratti raawwatteefi dhiyeessii fi geejjiba irratti danqaa kaa’uu isheetiif beenyaa doolaara biiliyoona 51 akka kaffaltu gaafateera. Akkasumas, gareen kun akka bulchitoota Yamanitti akka beekamu gaafateera. Kunis yeroo Sa’udi Arabiyaan walitti bu’iinsa haaraa dhaabuuf Huutiiwwan waliin marii gaggeessuuf yaalaa jirtutti ta’uu gaazexaan The Wall Street Journal Kamisa gabaaseera. Cuqaasi 👇🏿 https://addisstandard.com/Afaanoromoo/brief/n-10768/
12
4
Miishigaan Abduul El-Sayeed Seenaatara Ameerikaa #Musliima jalqabaa gochuun filatte Finfinnee, Sadaasa 04, 2026: Kaadhimamaa
Miishigaan Abduul El-Sayeed Seenaatara Ameerikaa #Musliima jalqabaa gochuun filatte Finfinnee, Sadaasa 04, 2026: Kaadhimamaa Dorgomaa Paartii Deemookraat Abduul El-Sayeed (Abdul El-Sayed) dorgommii Mana Maree Bakka Bu’oota Ameerikaa kutaa Miishigaan keessatti taasifame kan Paartii Ripaablikaan Maayik Roojers (Mike Rogers) injifachuudhaan miseensa koongirasii Muslimaa jalqabaa Ameerikaa ta’uun filatame ta'eera; kunis bakka bu'iinsa Musliimotaa siyaasa Ameerikaa keessatti seenaa haaraa kan galmeessedha. Dorgommiin kun filannoo walkkeessaa Kibxata raawwatame hordofuun sa'aatii jalqabaa Roobii Sadaasa 04 keessa El-Sayeedif kan murtaa'e yoo ta'u, qabxiin lakkoofsa sagalee itti fufuun tilmaamni akka agarsiisutti Roojersi sagalee dhibbeentaa 46–47% a El-Sayeed ammoo sagalee dhibbeentaa 51–52% argatee jira. Cuqaasi 👇🏿 https://addisstandard.com/Afaanoromoo/brief/n-10742/
23
5
Koomishiniin Mirga Namoomaa haleellaa Shirkaan namoonni 48 ajjeefamuu mirkaneesse; humni waraanaa idilee hin taane babal’achu
Koomishiniin Mirga Namoomaa haleellaa Shirkaan namoonni 48 ajjeefamuu mirkaneesse; humni waraanaa idilee hin taane babal’achuu isaas sodaasaa ibse Finfinnee, Sadaasa 04, 2026: Koomishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa (KMNI/EHRC) Onkoloolessa 24 Godina Kibba Bahaa Oromiyaa, Aanaa Shirkaa keessatti haleellaa raawwatameen namoonni 48 ajjeefamuu isaanii kan mirkaneesse  yoo ta’u, kunis gabaasa Addis Standard Onkoloolessa 26 ragaalee ijaan argan fi qiyaasa awwaalcha uummataa irratti hundaa’uun dhiheesse kan cimsuudha. Koomishinichi bakka sanatti humni waraanaa idilee hin taane babal’achuun isaanii sodaachisaa ta’uu ibsuudhaan, abbootiin taayitaa eegumsa namoota nagaa cimsanii haleellaa dabalataa akka ittisan gaafateera. Guutuunsaa 👇🏿 https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=10739
16
6
Oduu: #Keeniyaan baqattoota Itoophiyaa walitti bu’iinsa #Moyyaaleen baqatan galmeessuu eegalte; baqattoonni #Keeniyaa ga’an k
Oduu: #Keeniyaan baqattoota Itoophiyaa walitti bu’iinsa #Moyyaaleen baqatan galmeessuu eegalte; baqattoonni #Keeniyaa ga’an kuma 50 ol ta’aniiru   Aanga’oonni Keeniyaa, Komishinii Ol’aanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Dhimma Baqattootaa (#UNHCR) fi Waldaan Fannoo Diimaa Keeniyaa (#KRCS) waliin ta’uun, baqattoota Itoophiyaa walitti bu’iinsa haaraa magaalaa daangaa Mooyyaalee keessatti uumame irraa baqatanii gara Keeniyaatti ce’an galmeessuu eegalaniiru. Sababiin isaas, dhuma Onkoloolessa walitti bu’iinsi erga hammaatee booda namoonni kuma 50 ol ta’an gara Keeniyaatti ce’uun isaanii gabaafameera.   Cuqaasi 👇🏿 https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=10705
24
7
Waggoota 90 dura Sadaasa 2,1936 BBC Televizhin tamsaasa yemmu eegalutti televizhiiniin meeshaa elektirooniksii akkaan qaalii ture. Kana malees, uwwisni dambalii televizhiinichaas xiqqaa ture. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TUYaJXs
16
8
Angawoonni Somaalilaand haleellaa jiraattota Oromoo Booramaa irratti raawwatame balaaleffatan; manneen 150 ol miidhaan irra g
Angawoonni Somaalilaand haleellaa jiraattota Oromoo Booramaa irratti raawwatame balaaleffatan; manneen 150 ol miidhaan irra gahuunis gabaafame Finfinnee, Sadaasa 02, 2026: Angawoonni fi hoggantoonni hawaasaa Somaalilaand haleellaa jiraattota Oromoo magaalaa Booramaa irratti xiyyeeffate balaaleffatan. Magaalattii keessatti manneen jiraattota kanaa 150 ol ta’an barbadaa’uu fi saamamuun kan gabaafame yoo ta’u, abbootin taayitaa namoota shakkaman to’annoo jala oolchuu fi seeraatti dhiyeessuuf waadaa galaniiru. Akka gabaasi Hiiraan Online eerutti, haleellaan kun dargaggoota gareen gurmaa’aniin kan raawwatame yoo ta’u, manneen Oromoonni—keessattuu maatiiwwan waggoota dheeraaf magaalattii keessa jiraachaa turan—keessa jiraatan barbadeessuu, saamuu fi abiddaan gubuu dabalata.  Guutuu isaaf cuqaasi 👇🏿 https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=10681
31
9
Dargaggoonni lama kan Amuruurraa gara Aanaa Buree imalaa turan haala suukanneessaan ajjeefaman; maatiin, firri haqa ijoollees
Dargaggoonni lama kan Amuruurraa gara Aanaa Buree imalaa turan haala suukanneessaan ajjeefaman; maatiin, firri haqa ijoolleesaanii gaafataa jiran Finfinnee, Onkoloolessa 31, 2026: Kiibxata, 27, Onkololeessa 2026, haleellaa daangaa Aanaa Amuruu Godina Lixa Oromiyaa fi Aanaa Buree Godina Gojjaam Lixaa Naannoo Amaaraa gidduutti raawwatameen dargaggoonni lama haala suukanneessaan ajjeefamuu hordofee maatiiii fi firoottan isaanii gadda guddaa keessa jiraachuu, haqa fi qaamni yakka kana raawwate aka seeraaf dhiyaatu gaafachaa jiraachuu ibsan. Akka jiraataan Aanaa Amuruu fi fira midhamtoota keessaa tokko ta’ee Addis Standard-if ibsanitti, Sooressaa Abbabaa, dargaggoo umrii 18 fi konkolaachisaa Baajaajii kan ta’e, fi Lataa Toleeraa, dargaggoon umrii waggaa 17, kan kutaa 11ffaa baratu, gara Aanaa Buree utuu imalaa jiraniiti Mormor, Abbayya irratti ajjeefaman.  Odeessa guutuuf cuqaasi 👇🏿 https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=10666
46
10
SHAASHEE: Warri namichi Haaji Yaaqub jedhan kun maallaqa isin nyaate, jaarsoliifi sheekkotiin ammas sossobdee akka lamuu isin
SHAASHEE: Warri namichi Haaji Yaaqub jedhan kun maallaqa isin nyaate, jaarsoliifi sheekkotiin ammas sossobdee akka lamuu isin hin kasaarsine. Maallaqni keessan saffisaan isiniif deebi'uu qaba. Yaaqub fi warri isa waliin neetowrokii tolfatee isin saame seeraaf dhiyaatee adabamuu qaba. #TeamMarfee lilmee affeelaa dawaa itti guutaa qopheessaa. Hamma dubbiin galaanaa deebitee hoo'ituu hattuu adamsutti bobbaana!
57
11
Miskiina walitti duulchisanii maallaqa maqaa raasaasa bituutin guuranii dhuunfaaf oolchu. Warra rasaasa dhiheesu waliin komishinii qooddatu. Lolli dhaabbannaan shiqqalaafi daldalaaf gaarii miti. ========••••======= “Akkam oolte, dubbii mooyyale kana akkuman dur siin jedhe tokko nami waraana kana keessa faayidaa barbaadu rassasa binna jedhee qarshii namarraa guuree faayidaa isaaf oolchu yoo jaarsummaan yaammame jaarsolii dhugaa dubbattu dhowwee warra networki hannaan ijaarameedha. List namoota gama lachuu baaankiifi bilbila isaanii waliin siif ergeera. Qaama dhimmi ilaalutti dabarsi waan ajaaiabaa argita.”
40
12
YAADACHIISA: Jeneraaltichi TPLF kan dheengadda RIB goda keessatti qabe kun qondaalota waraanaa bara Wayyaanee Soomaliifi Orom+1
YAADACHIISA: Jeneraaltichi TPLF kan dheengadda RIB goda keessatti qabe kun qondaalota waraanaa bara Wayyaanee Soomaliifi Oromoo walficcisiisaa jidduun durooman keessaa tokko ture. Yoo yaadattan jaartiin isaa Haawo jedhamtu daldala kotrobaandii, jimaafi konistraaksihni Baha biyyattii monopolize gootee turte. Nama ishiin dorgome jaara-jeneraalaa kanaatu karaarraa maqsaaf. Dubartii Suuraa jedhamtu akkasiin jimaa keessaa baasan. Jeneraalli ummata miskiina walitti buusuun duroome Waaqaan Abboo jechaa ture kun dheengadda gammoojjii keessattti qabame. Maal jechuuf seetan...dhiigaafi dhugaan miskiinaa lafa hin baddu. Warri har'a ummata walitti naqxanis guyyaan isin salphattan ni dhufa!
24
13
NAGEELLEE ARSII: Poolisichi dubartii reebe sun angoraa kaafameera jedhan. Gahaa miti. Seeratti dhiyaatee adabamuu qaba. Waa'e
NAGEELLEE ARSII: Poolisichi dubartii reebe sun angoraa kaafameera jedhan. Gahaa miti. Seeratti dhiyaatee adabamuu qaba. Waa'ee miidhaa inni geessisaa turee kaleessaa kaasee eeruu hedduutu nu gahaa ture. Lamaan isaanii kunooti ===========-----========= "Yakki poolisiin Nageellee Arsii sun irra deddeebi'ee hojjataa jiru dhugaadha. Qabdeettaa gadi hin dhiisiin. Abbaa qabeenyaa aanaa Adaamii Tulluu jiddoo Kombolchaa magalaa Bulbulaa tokko irraa qarshii 100,000 irraa fudhate. Namoota wal himatan tokko waliinan isin araarsa jechuun gidduu seenee nyaate. Dhugumatti namichi hattuufi kashilabbeedha.” =============== “Poolisichi maqaan isaa Fayyisaa Damisee jedhamu kan micayyoo gudeede sun aanaa Adaabbaattis mucaa umrii kudhaa lama(12) ajjeesee ture. Sana dheeffa Adaabbaadhaa gara Nageellee Arsiitti jijjiirani. Qaama biraas qoradhuu qulqulleeffadhu. Namichi yakka hedduu hojjachaa ture.”
18
14
"Itti Gaafatamaa Damee Aadaa Dimokraasii" Yaa Shimee, Itoophiyaa dimokraatessina jennaan maafiyaa dimkoraatessuu sitti fakkat
"Itti Gaafatamaa Damee Aadaa Dimokraasii" Yaa Shimee, Itoophiyaa dimokraatessina jennaan maafiyaa dimkoraatessuu sitti fakkate moo? Waan dabaati! "Damee Hojii tarsiimayaa" kan Jaala Biree afaan buusan tun hoo waajjiruma dhugaan jirtu moo qilleensumarratti kalaqanii ittiin sobuufi laata?
13
15
MOOYYALE: Maafiyoonni galgala waliigaltee dhukaasa dhaabuu fashalsuuf dhukaasaa turte too'atamtee jirti. Ganama kana sagaleen qawwee hin jiru. Warra walwaraanaa tures magaalaa baasaa jiran. Gamni lachuu madoofi reeffa waliif dabarsuu eegalanii jiru. Dubbiin tun akka lammata hin deebinetti goolabamuu qabdi.
24
16
Qooy maashinni ID scan gochuu yoo dadhabe rakkoon kan barataati moo kan yunivarsitichaati? Beeloftee kaaffee balbala geessee seenuu dhoorkamuun beela san dachaa akka guddisu warra keessa dabretu beeka :) Joolleen haa nyaattu banaaf ===================.....========= "Odeeffannoo Amma yuunivarsitii jimmaaraa siif ergameen wal-qabatee waanti jiru dhugaadha 100% Ammoo waanti Nama gaddisiisu ID osoo of harkaa qabanii scan gochuu dide jechuudhaan qofa qarshii hanga kana (700) barataa tokkorraa sassaabuun waan dabaati! Sanuu ID isaan bakka buusanii kennan sunis kan waraqaa malee dijiitaala miti sunimmoo torban lama booda Ammas yoo dide ammas baasii biraaf Akka hin saaxilamne homaa wabiin hin jiru. Hub; odeeffannoo siif ergameen wal-qabatee screenshot baankii ati dhoobderraa maqaa baratichaa salphaatti argachuu waan danda'aniif ( reference) osoo balleessiteefii gaarii ta'a!"
40
17
Bulchiinsi Yunivarsitii Jimmaa, qoonqoon bara barataa turree no irraanfattanii? Barattooti haa nyaattuu kaaffee hayyamaaf xax
Bulchiinsi Yunivarsitii Jimmaa, qoonqoon bara barataa turree no irraanfattanii? Barattooti haa nyaattuu kaaffee hayyamaaf xaxaa hin baay’isinaa ======••••••====== “Jawar sagalee barbannaa Baraatota university jimma Regularin miidhamaa jirraa , ID ykn waraqa enyumma isa moora kun hin ykn scan hin tahu jedhanii kaaffee nu dhorkaan kaaffee guyyaa lamaf hin seene ,ID biraa baasuf immo Qr 700 isa iyyuu warrii biiroo isaanii nama hin keesumesaan,tahani fiilmii osoo ilaala jiranuu sa'a booda deebi'i jeedhu ,achii kaaffee dhorkama jirra, pls pls pls we need your voice Hanga amma achii dhaabannee ega jirram amma moo system hin jiruu jechaa jiruu , kaaffee immo nu dhorka jiruu. Osoo ID qabannee jirruu qarshii funaanuf jechaa akkana nu godhaan”
12
18
Embiyyoo an maqama MASKARAMUU feemasii naaf taasifte san naaf wayya. By the way takkaa sitti muufadhee, ykn gadoo qabadhee hi
Embiyyoo an maqama MASKARAMUU feemasii naaf taasifte san naaf wayya. By the way takkaa sitti muufadhee, ykn gadoo qabadhee hin beeku. Actually arrabsoon kee hedduun na booharsaa turan. Dhimma dhuunfaa walirraa hin qabnuum. Kanaafuu homaa dhiifama na gaafachuun si hin barbaachisu. Yoo akkam guddate gaafa wal agarre bunuma natti bitta. Ummanni sitti muufate yoo jiraate garuu dhiifama akka siif godha siif kadhadha. Jaalalaafi kabajaa waliin Obbooleessa kee, Obbo MASKARAMUU :)
15
19
BULLEE BULTANII?! Babsa Tula tokko akka mobaayila irraa hin fuuneef duula hin hiikkannu jedhu geggeesaa bulee sila? Abshiir j
BULLEE BULTANII?! Babsa Tula tokko akka mobaayila irraa hin fuuneef duula hin hiikkannu jedhu geggeesaa bulee sila? Abshiir jaaloo Ameerikaatti baazuqaa dhiisii taankii dullacha wahiituu bitachuun ni danda’ama. Garuu Taankii san fudhadhee tax free biyyattiin galadha jenaan gumurukatti sirraa hanii ta’a. Anillee gaafa Ameerikaawii ture SKS tana Dereje Hawas irraa ergifadhee suuraa waliin ka’ee of onnachiisaa ture.
11
20
Oduu: Walitti bu’iinsa #Mooyyaaleetiin lammiileen #Itoophiyaa kuma 36 gara Keeniyaatti baqatan; komishiniin mirga namoomaa ga
Oduu: Walitti bu’iinsa #Mooyyaaleetiin lammiileen #Itoophiyaa kuma 36 gara Keeniyaatti baqatan; komishiniin mirga namoomaa gargaarsa hatattamaa gaafate    Walitti bu’iinsa Mooyyaalee fi naannawa ishee keessatti uumame baqachuun namoonni tilmaamaan kuma 36 ta’an, Itoophiyaa irraa gara Keeniyaatti ce’uu isaanii fi akkasumas namoonni kunneen nyaata, bishaan qulqulluu, bakka jireenyaa, tajaajila qulqullinaa fi kunuunsa fayyaa keessaa kanneen dursa kennamuu qaban akka barbaadan Ejensiin Baqattootaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNHCR) damee Keeniyaa beeksise.   Gama biraatiin ammoo Komishiniin Mirga Namoomaa Biyyaalessaa Keeniyaa (KNCHR) namoonni kuma 15 ol ta’an iddoowwan yeroo muraasaaf qophaa’an saddeet keessatti qubsiifamaniiru; namoonni kuma 20 ol ta’an immoo firoota isaanii fi hiriyoota isaanii bira jiraachaa jiru. Komishinichi deebiin hatattamaa, qindoomina qabuu fi mirga namoomaa irratti hundaa’e akka kennamu gaafateera.   Cuqaasi 👇🏿 https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=10568
34