cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

Show more
Finland237The language is not specifiedReligion & Spirituality4 087
Advertising posts
19 754Subscribers
+4224 hours
+2907 days
+78630 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Daa'imummaan yeroo itti lafa qotani; dargaggummaan yeroo itti facaasani; jaarsummaan yeroo itti nyaatani!" ⁃ Yeroodhaan ka'i! ⁃ Yeroodhaan ba'i! ⁃ Yeroodhaan gali!
"Osoo taa'uudhaan beekumsi argamee beekaan addunyaa kanaa dhagaa ture!"
⁃ Itti dadhabi! ⁃ Dubbisi! ⁃ Barreessi! ⁃ Hojjedhu! ⁃ Jajjabaadhu! ⁃ Milkaa'inaaf gatii baasi! ⁃ Ittuma jabaadhu! ⁃ Fiigi!
"Taa'anii buqqee jedhamuu irra fiiganii bubbee jedhamuu wayya!
@A4mulaa_jireenyaa @Coba_Qalamaa1
Show all...
👍 2
Seenaa Maalkom Eksi X Falmaa mirga Gurraachotaa. ■■■■■■■■ Seenaan kun kan fudhatame kitaaba ■ Eebbisaa Baayyisaa "Gatiin namaa meeqa " jedhu irraayyi. ●●●●●● Haala kanaan kan qopheessee isiniif dhiheesse Abdussalaam Idriis ●●●●●● .... ☆ Doorsisaa fi jibba warra adii irraa isa mudate hunda danda'ee qabsoo isaa finiinseera. Dhuma irratti garuu, Harki harka muree, Gurraachonni inni lubbuu isaatti murteessee qabsaa'eef isa galaafatan. Eeyye, warra inni isaaniif qabsaa'aa turetu rasaasa itti roobsee galaafate!... keessaa kan fudhatame. ■■■■■■■ Obsaan Dubbisaa! Shere waliif Godhaa Galatoomaa ! Kitaabota Biroo Argachuuf 👇👇 @A4mulaa_jireenyaa @Coba_Qalamaa1
Show all...
👍 3
Kullee koo bareedduu Qalloo morma lookoo Yoon kutee siif kenne Nan mararu foon koo Suusii biraa hin qabu Situu naaf araadaa Si bira oolee galeen Diibi'ee si yaadaa Qalloo shanan jaawwii Sanyii warra leeqaa Dafiitii naaf kottu An taaheen si eegaa Na marartaam beeki Akka ilmoo dhabaatti Ijaarratteetta fooqii Onnee koo walakkaatti
Show all...
👍 22 5
#Hiriyaa_dhugaa
Hiriyoota dhugaa kan Rabbiin naaf laate warra Rabbiif jecha dhugaan na jaalate gaddaa fi gammachuu waliin dabarsinu walitti mufannuus waliif irra kunnu Bakka jirtanitti umrii naaf dheeradhaa Hirayoota dhugaa isiniin jaaladhaa 😘 !!! Isiniif haa guutu yaadaa fi muraada waan barbaaddan mara arkadhaa gammadaa
Show all...
👍 26
Gaafa saahiba khee diina khee biratti argitu, lamaan isaaniituu diina keetii beeki. Inni tokko diinummaa isaa labsatee, inni kaan immoo diinummaa isaa dhoyfate 👌 #Diina @A4mulaa_jireenyaa
Show all...
👍 15
Magaalaa Jaalalaa Jimmaa irraan isiniif Barreessaa jira Atoo eessa teessee na hordofaa jirta? Comment jalatti 👇
Show all...
🥰 7
" 𝐀𝐫𝐫𝐚𝐛𝐧𝐢 𝐥𝐚𝐟𝐞𝐞 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐮 ; 𝐠𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐥𝐚𝐟𝐞𝐞 𝐜𝐚𝐛𝐬𝐚!?" 𝐌𝐚𝐦𝐦𝐚𝐤𝐬𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 @A4mulaa_jireenyaa
Show all...
👍 22
Yooman beeke? Abaaboon sun harka keetiin akka cabdu Lapheen keetis, onnee lama akka qabdu Yaadee hin beeku... Murtoo dabaa murteessitaa Nan jaalattu 'n fakkeessitaa Waadaa seente ni sharaftaa Onnee tiyya ni garaftaa Miirakootti mukuu baataa Narraa hiiqxeet, orma taataa. Ani yooman beeke..? Moggatti baafamuukoo Bootadhaa kaafamuukoo Aangoon koo inni qaataa akka sin haqamu Onneenkee inni qaataa akka ormaan laaqqamu  Kiyyoo ormaa akka laayyoon akka lixxu? Jireenyakee bor gabbidhaan akka fixxu?   Yooman beeke? Yooman eege?      Giiftiikoo Ormi,                                                                 Waa fedheetu, jecha tolee si urursa Waa jedheetu jecha badee si buruqsa Maa'ii baanaan gaaddidduudha sirra dheessa Maaf amante? Ormi kolfaat si madeessa!
Show all...
👍 23 2
Bagan Magaala Dheeraa ta'e. Dhiira Magaala Dheeraatu Barbaadamaa jira jedhan.🥰 @A4mulaa_jireenyaa
Show all...
😁 24
Namni oduu baay'iseef nama gaarii hin jedhamu! #Odeessituu jedhamaan malee! @A4mulaa_jireenyaa
Show all...
👍 20 1