cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

نمایش بیشتر
فنلندة295زبان مشخص نشده استدین و مذهبی3 831
پست‌های تبلیغاتی
21 061
مشترکین
+1924 ساعت
+1397 روز
+69530 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Ilaaltee bitaaf mirga Yoo dhabdes irkoof fira Namarraa homaa hin eegin Rabbi siwaliin jira. Birmannaa namaa dhabdee Rakkattus guyyaa tokkoof Darbuusaa qofa yaadi Hin kennin harka rakkoof.
JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
نمایش همه...
👍 21 6
JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
نمایش همه...
Fagagta .mp39.72 KB
👍 3
JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
نمایش همه...
yaleh Zare bicha new.mp31.41 MB
👍 1
Waan Urgaa'u hunda Urgeeffadheera Waan akka Rasuulaa (S.A.W) Urgaa'u hin Agarre jedhe [Anas Ibnu malik]
نمایش همه...
53👍 6👏 1
Ethiotelecom Isuma nu saamaa ture deebisee Nuuf kenne Baay’ees nama hin dinqu 😁 kun yaada kooti
نمایش همه...
😁 12👍 6
Photo unavailableShow in Telegram
Itiyoo Telekoom Kennaa galateeffanna ifoomseera. Itiyoo-Telekoom guyyaa boru Adoolessa 5-7,2016 guyyaa 3f kennaa galateeffannaa maamiltoota isaaf bilisaan akka gadhiisu ibseera. Kennaan kunis:-   🎉  Daataa Geegabaayitii tokko (1GB)   🎉 Sagalee qilleensaa daqiiqa 25 (25 min) 🎉 Erga gabaaba 50 (50 Sms) isiniif kenneera. Itiyoo telekoom kennaa kana gammachuu bara 2016tti Birrii biiliyoona 93.7 argachuun karoora isaa %103.6 galmaan gahe sababeeffachuun akka ta'e himeera. @tikvahethafaanoromoo  @tikvahorobot
نمایش همه...
👍 11
Si Argachuu kootti Baay'een Gammade.
@A4mulaa_jireenyaa 🌷
نمایش همه...
🥰 5
Filannoo Injifachuuf Sagalee Guutuu Argachuun sirraa hin eegamu. Sagalee Caalu Argachuu qofatu si barbaachisa.
JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
نمایش همه...
👍 16
Namoooni Channel telegram Beeksifachuu barbaaddan Na qunnamaa 👇👇 @seyfal_islam
نمایش همه...
👍 12 1
Iccitii Shanan Haati Kee sitti hin Himne ❶Jireenya ofii dhiiftee siif jiraachuu ishee ❷Hirriba raftee si eeguu ishee ❸Hanga ati guddaa taatellee siif dhiphachuu ishee ❹Ciniinsuu irratti miidhamuu ishee ❺Yeroo ulfoofte dhukkubuu ishee
نمایش همه...
🥰 32👍 12😢 6
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.