cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

Show more
Finland231The language is not specifiedReligion & Spirituality4 040
Advertising posts
20 010
Subscribers
+924 hours
+1127 days
+73230 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViews
Shares
Views dynamics
01
◇ Guyyaa har'aa caalaa guyyaan boruu bareedaa akka tahe hin shakkiin. Namni isa darbe caalaa isa dhufuuf jabaatu ni mo'ata waan taheef. @A4mulaa_jireenyaa
4730Loading...
02
Miseensota Kuma #20 Horaneera Galatoomaa ☺️
4890Loading...
03
Habibi.... ◇◇ Yeroo Qobaa jirtu Dadhabinaa fi Rakkina kee laaltee Dhiphachuu fi Cinqamuu Dandeessa Garuuu Dubara biratti tasuma Mataa gad hin qabatin. Jabaa ta'i, Keessoo kee Akka beekaniif Carraa hin kenniniif Abadan.... ✌️ #Muramte
9426Loading...
04
Assalaamu Aleykum Ahmad yaa mustafaa Yoo Hireen na yaamte Mee nan dhufaa 💚
1 3131Loading...
05
Safuudhabboo ! Maal kun ! 😋
1 6752Loading...
06
"Sister Rifeensi kee baay'ee bareeda keetumaa garuu?"jennaan hin shakkitaa jettee (riisiitii) ittiin bitte natti agarsiifte. 😁
2 2669Loading...
07
Insha Allah 😍 Niyyaan Hin daangeffamu 🌷 Kan mormu jiraa? 😳
2 1755Loading...
08
✍ Waan sirka jiru Gatii isaa beekuuf Dhabuu Qabda. @A4mulaa_jireenyaa
2 1493Loading...
09
✍Ilaalchi Gaarin Dawaa Sammuuti. Haala kamuu keessatti ilaalcha gaarii qabaadhu✌️ @A4mulaa_jireenyaa
2 09110Loading...
10
Haree baasuu? maree kaasuu? Faffaca'aa yaadaa ulaa kootti wal guure; Sharafamuu waadaa qalbii koo unkure, Haa baduu? balleessuu? Haa taa'uu? qindeessuu? Gufuu na takaalee kaayyoo koo laaffisu, Qawwaa koo ilaalee Jabaa koo kuffisu, Haa cituu? kiyyeessuu? Haa coomuu? miindessuu? Doofaatti maqaa laatee, Dhufa koo wallaale! Deegaan sammuu baatee, Waa dhabni awwaale. Hundeen raasee qaanessuu? Biddeen baasee caasessuu? Gaarii na fakkaatee, maqaa koo xureessu! Laaqii bifa addaatee, carii koo booressu! Haa goobuu? hamileessuu? Haa goguu? laamshessuu? Gaabbii taatee darbee fuul-dura na maru; Kolfa ammee sarbee har'a koo dararu! Haa deemuu? geggeessuu? Haa turuu?.......jabeessuu? Dibata oganaa'ee foolii koo ajeessu; kakuu ligidaa'ee Abdii koo ajjeesu! Miicee qulqulleessuu? Dhiisee kulkuleessuu? #Uggum! Yaadan isin dhamaase! hibboon isin badhaase. Ofiifuu itti hin beeknee, Kiyya anaaf beektuu? Keessanuu hin akeeknee, Kan koo naaf akeektuu?
3 99121Loading...
11
Akkami naan jettee maalsaa na gaafattaa Haala koo ilaaltee hundaa ni hubattaa ~ Nama amansiisuuf hunda'n dubbatanii Yeroo tokko tokko argaadhan baranii ~ Inni argitu kun waa hedduudha baataa Callisii dhaga'i suuraan ni dubbataa ~ @A4mulaa_jireenyaa
3 83410Loading...
12
Osoo lafa hin qabin Mee garamitti kaatta? Haala kanaan Isa qooxii buusutti Kan bobaa kee gatta
2 3701Loading...
13
📱
370Loading...
14
📱
10Loading...
15
Nama baay’eetu si beeka ta’a garuu kan si hubatu muraasa.
3 0085Loading...
16
Obsikoo Naafuu Raajiidha !
3 0098Loading...
17
Gaafa waan yaadde Argattu Fuulli Akka biiftuu Ganamaa Ifa😍 Rahmaan isin Haa gammachiisu 🌷
3 7018Loading...
18
Deemuu keetii....? Osoo waa'ee kee Tartiiban tarreessuu Osoo seenaa kee Dhiiga koon barreessuu Osoo barbaacha keef Gufadhee caccabuu Osoo hafuura keef Sardamee gaggabuu Osoo gaarummaa kee Namootaf lallabuu Osoo siif fiigee Argaa keef dadhabuu Ati deemuu keetii?
4 71517Loading...
19
Siif nan guutaa wanta yaaddee…. Natti himadhu waan barbaaddee!
2 8915Loading...
20
Ijoollee dubaraa hin aarsin. Sababni isaas Akka kee miira aarii baattee kolfuu hin dandeessu !✍️
3 30812Loading...
21
Jaallatamaa kiyya Irra caalaa khalqii Maqaa kee yoon kaasu Na boqatti Qalbiin #Yaa_Rasuulallaah 💚 ﴿إِنَّ اللَّهَ وَمَلائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَاأَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا ﴾ #صلى_الله_عليه_وسلم  💚 👤 Seeyfal Islaam     
3 6275Loading...
22
Guyyaa tokko Ollaan Mullaa Nasruddiin mana Nasruddiin deemuun..."Adaraa Harreekee naaf ergisi, Gabaan waa ittiin geeffadhaa...." jedhaan. Mullaa Nasruddiin "Namichi Bishaan gamaa si dura dhufee ergifatee deeme." Jedhaan. Gidduuma kanaan Harrichi mana boroo Iyya. Yeroo kana namichi inni ollichis "Osoo harreen kee halaaktuu dhaga'aan jiraam jedhe namichi." Mullaa Nasruddiin "Anaaf Harree koo keessaa kamiin amanta?" Jedheen. Maal jechuu yaadeeti laata? Warri isiniif gale comment godhaa @A4mulaa_jireenyaa
3 9695Loading...
23
🆕 Dhaabbanni hulepay haga April 27 tti gatii affeerraa nama tokkoof qarshii 1 ture, gara qarshii 3tti ol guddiseera. Kunoo linkii gadiin seenuun namoota affeeraa qarshii danuu hojjedhaa!👇👇 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0158985235 Step 1 :- Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa! https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0158985235 Step 2 :- Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «✅Check» kan jedhu tuqaa! Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu! Nama tokkoon birrii sadi kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
9 37110Loading...
24
Kiya culture clothes 👕👗🧥 Address: jimma merkato abajifar building 2nd floor room no 202 Call 📞 0986481288 / 0917019756 @kiyacultureclothes For more information https://t.me/kiyaculturecolthes
3 2281Loading...
25
Ibsituu jireenya koo Kan gaafa rakkoo baatuu Onneen kiyya michuu koo Si malee ormaan naatuu ~ Boriif akeekeen deema Yaadadhee kaleessa koo Karaa hundumaa seentee Dhuunfatteetta keessakoo ~ Abbaan barbaade jibbaaf Nutti darbatus hokkoo Gonkumaa addan baanuu Nu lamaan dhiiga tokkoo ~ Hunda keessaa filattee Onneen koo sumaaf naatii Sin fedha sin jaalladhaa Ati anaaf waan hundaatii..❤️‍🔥🫶
6 17520Loading...
26
Gaaffilee Jireenya Milkaa'inaa Jiraachuuf Nama Kakaasan: ❏ Gaaffileen jireenyatti hiika godhan kunniin nama milkaa’ina hawwu tokkoof baay’ee murteessoo dha.  ⁃ Ani eenyu ? ⁃ Maalifan Uumame? ⁃ Ergamni koo maali? ⁃ Karoorri koo maali? ⁃ Mul'anni koo maali? ⁃ Kaayyoon koo maali? √ Eessaan dhufe? √ Eessan Jira? √ Eessan Deema? √ Har'a maalin hojjedhe? √ Maal hojjechuun qaba? √ Wanta haaraan hojjedhu maaltu jira? ❏ Jireenya kee keessatti wanta hojjettee itti gammadduu fi si hin gammachiifne tarreessuu dhaan addatti maal gochuu akka qabdu hundumaa dursuun sammuu kee waliin marii gaggeessi! √ Your Future is on your hand! √ Success is behind you! JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
3 36818Loading...
27
Abbootiin keenya lolaa fi injifannoo sana kan galmeessan isin akka faarsitaniif qofa osoo hin taane, ati miila isaanii hordoftee injifannoo fi lola mataa keetii akka galmeessituuf. #Demosthenes @A4mulaa_jireenyaa
3 39011Loading...
28
Bagan kufes bagan ka'es, Kan billaan natti fiiges kan finyoon natti fiiges argeera jette saani kuftee!
4 06915Loading...
29
"Anaaf biyya jechuun seenaa kaleessaa osoo hin taane; eenyummaa har'aati." Kun anaaf ilaalcha kooti. Keessan hin beeku. Garuu hanga dubbistee xumurtutti osoo maaliyyuu jechuu dhiiftee natti tola. Anaaf biyya jechuun seenaa kaleessaa osoo hin taane eenyummaa har'aati. Namoonni hedduun anuma dabalatee seenaa abbootii keenya kaleessaa; gootummaa,arjummaa,sab-boonummaa fi tokkummaa abbootii keenya kaleessaa himaa; kufaatii, dadhabina, dabeessummaa fi ofitti qaanfannaa keenya har'aa haguuguuf tattaaffanna. Seenaa abbootii kaleessaatiin dhaadachuun yoo ofiifis bakka jarri turanirratti argaman; "nutis akkuma abbootii keenya kaleessaa...... akkas akkas goone." jedhanii dhaadachuuf bareeda. Malee har'a ofii gogaa saree uffannee isa kaleessa abbootiin keenya gogaa leencaa uffatan himna taanaan sirrii natti hin fakkaatu. Sababni isaas abbaan kee leenca ta'ee gogaa leencaa uffatus ati gogaa saree uffachuurraa hanga of hin baraarretti ati ammas sareedhuma. Fakkeenyaaf biyyi tokko waggoota 100n dura jiraattonni biyyattii gootota,mootota, hayyoota,... yoo ta'an; yeroo sanatti biyyattiin "haadha goototaa, moototaa, hayyootaa,... "jedhamtee waamamuu dandeessi. Garuu har'arratti ilmaan biyyattii doofota, dabeessota, bitamtoota,... yoo ta'an; biyyattiin seenaadhuma isa kaleessaatiin har'as "haadha goototaa, hayyootaa, moototaa,..." jedhamtee waamamti osoo hin taane; ilmaan isii har'aatiin "haadha doofotaa, dabeessotaa, bitamtootaa,..." jedhamtee waamamti. Sababni isaas biyya jechuun seenaa kaleessaa osoo hin taane jiraattota har'aati. Kan kaleessaa lafa jala malee lafa irra hin jiru. Kan lafa jala jiru ammoo gabbina biyyaa fi biyyeetiif galtee ta'a malee eenyummaa biyyattii har'aa ta'uu hin danda'u. Habiibii/Habiibtii hin gowwomin. Anuu bara danuun gowwomeetii.
4 6537Loading...
30
📌 Logo 📌 Cover book 📔 📌 flyer 📌 Banner 📌 Pamphlet 📌 YouTube thumbnail 📌 Facebook Profile & Cover 📌 Business & Thank you Card 📌 Others... Graphics Haala isin feetaniin isiniif qopheessina. Asiin Na qunnamaa 👇 @fileembar1 @fileembar1
16 82611Loading...
31
Daa'imummaan yeroo itti lafa qotani; dargaggummaan yeroo itti facaasani; jaarsummaan yeroo itti nyaatani!" ⁃ Yeroodhaan ka'i! ⁃ Yeroodhaan ba'i! ⁃ Yeroodhaan gali! "Osoo taa'uudhaan beekumsi argamee beekaan addunyaa kanaa dhagaa ture!" ⁃ Itti dadhabi! ⁃ Dubbisi! ⁃ Barreessi! ⁃ Hojjedhu! ⁃ Jajjabaadhu! ⁃ Milkaa'inaaf gatii baasi! ⁃ Ittuma jabaadhu! ⁃ Fiigi! "Taa'anii buqqee jedhamuu irra fiiganii bubbee jedhamuu wayya! @A4mulaa_jireenyaa @Coba_Qalamaa1
8 67342Loading...
32
Seenaa Maalkom Eksi X Falmaa mirga Gurraachotaa. ■■■■■■■■ Seenaan kun kan fudhatame kitaaba ■ Eebbisaa Baayyisaa "Gatiin namaa meeqa " jedhu irraayyi. ●●●●●● Haala kanaan kan qopheessee isiniif dhiheesse ■ Abdussalaam Idriis ●●●●●● .... ☆ Doorsisaa fi jibba warra adii irraa isa mudate hunda danda'ee qabsoo isaa finiinseera. Dhuma irratti garuu, Harki harka muree, Gurraachonni inni lubbuu isaatti murteessee qabsaa'eef isa galaafatan. Eeyye, warra inni isaaniif qabsaa'aa turetu rasaasa itti roobsee galaafate!... keessaa kan fudhatame. ■■■■■■■ Obsaan Dubbisaa! Shere waliif Godhaa Galatoomaa ! Kitaabota Biroo Argachuuf 👇👇 @A4mulaa_jireenyaa @Coba_Qalamaa1
10 14431Loading...
33
Kullee koo bareedduu Qalloo morma lookoo Yoon kutee siif kenne Nan mararu foon koo Suusii biraa hin qabu Situu naaf araadaa Si bira oolee galeen Diibi'ee si yaadaa Qalloo shanan jaawwii Sanyii warra leeqaa Dafiitii naaf kottu An taaheen si eegaa Na marartaam beeki Akka ilmoo dhabaatti Ijaarratteetta fooqii Onnee koo walakkaatti
4 33422Loading...
34
#Hiriyaa_dhugaa Hiriyoota dhugaa kan Rabbiin naaf laate warra Rabbiif jecha dhugaan na jaalate gaddaa fi gammachuu waliin dabarsinu walitti mufannuus waliif irra kunnu Bakka jirtanitti umrii naaf dheeradhaa Hirayoota dhugaa isiniin jaaladhaa 😘 !!! Isiniif haa guutu yaadaa fi muraada waan barbaaddan mara arkadhaa gammadaa
4 66825Loading...
35
Gaafa saahiba khee diina khee biratti argitu, lamaan isaaniituu diina keetii beeki. Inni tokko diinummaa isaa labsatee, inni kaan immoo diinummaa isaa dhoyfate 👌 #Diina @A4mulaa_jireenyaa
4 2028Loading...
36
Magaalaa Jaalalaa Jimmaa irraan isiniif Barreessaa jira Atoo eessa teessee na hordofaa jirta? Comment jalatti 👇
2230Loading...
37
" 𝐀𝐫𝐫𝐚𝐛𝐧𝐢 𝐥𝐚𝐟𝐞𝐞 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐮 ; 𝐠𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐥𝐚𝐟𝐞𝐞 𝐜𝐚𝐛𝐬𝐚!?" 𝐌𝐚𝐦𝐦𝐚𝐤𝐬𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 @A4mulaa_jireenyaa
5 9678Loading...
38
Yooman beeke? Abaaboon sun harka keetiin akka cabdu Lapheen keetis, onnee lama akka qabdu Yaadee hin beeku... Murtoo dabaa murteessitaa Nan jaalattu 'n fakkeessitaa Waadaa seente ni sharaftaa Onnee tiyya ni garaftaa Miirakootti mukuu baataa Narraa hiiqxeet, orma taataa. Ani yooman beeke..? Moggatti baafamuukoo Bootadhaa kaafamuukoo Aangoon koo inni qaataa akka sin haqamu Onneenkee inni qaataa akka ormaan laaqqamu  Kiyyoo ormaa akka laayyoon akka lixxu? Jireenyakee bor gabbidhaan akka fixxu?   Yooman beeke? Yooman eege?      Giiftiikoo Ormi,                                                                 Waa fedheetu, jecha tolee si urursa Waa jedheetu jecha badee si buruqsa Maa'ii baanaan gaaddidduudha sirra dheessa Maaf amante? Ormi kolfaat si madeessa!
4 88212Loading...
39
Bagan Magaala Dheeraa ta'e. Dhiira Magaala Dheeraatu Barbaadamaa jira jedhan.🥰 @A4mulaa_jireenyaa
3 7243Loading...
Guyyaa har'aa caalaa guyyaan boruu bareedaa akka tahe hin shakkiin. Namni isa darbe caalaa isa dhufuuf jabaatu ni mo'ata waan taheef. @A4mulaa_jireenyaa
Show all...
15🥰 5
Miseensota Kuma #20 Horaneera Galatoomaa ☺️
Show all...
👍 6
Habibi.... ◇◇ Yeroo Qobaa jirtu Dadhabinaa fi Rakkina kee laaltee Dhiphachuu fi Cinqamuu Dandeessa Garuuu Dubara biratti tasuma Mataa gad hin qabatin. Jabaa ta'i, Keessoo kee Akka beekaniif Carraa hin kenniniif Abadan.... ✌️ #Muramte
Show all...
👍 32
Assalaamu Aleykum Ahmad yaa mustafaa Yoo Hireen na yaamte Mee nan dhufaa 💚
Show all...
🥰 23 2
Safuudhabboo ! Maal kun ! 😋
Show all...
👍 29🤔 8
"Sister Rifeensi kee baay'ee bareeda keetumaa garuu?"jennaan hin shakkitaa jettee (riisiitii) ittiin bitte natti agarsiifte. 😁
Show all...
😁 61 6
Photo unavailableShow in Telegram
Insha Allah 😍 Niyyaan Hin daangeffamu 🌷 Kan mormu jiraa? 😳
Show all...
👍 32🤔 2
✍ Waan sirka jiru Gatii isaa beekuuf Dhabuu Qabda. @A4mulaa_jireenyaa
Show all...
👍 25
Ilaalchi Gaarin Dawaa Sammuuti. Haala kamuu keessatti ilaalcha gaarii qabaadhu✌️ @A4mulaa_jireenyaa
Show all...
👍 17 3
Haree baasuu? maree kaasuu? Faffaca'aa yaadaa ulaa kootti wal guure; Sharafamuu waadaa qalbii koo unkure, Haa baduu? balleessuu? Haa taa'uu? qindeessuu? Gufuu na takaalee kaayyoo koo laaffisu, Qawwaa koo ilaalee Jabaa koo kuffisu, Haa cituu? kiyyeessuu? Haa coomuu? miindessuu? Doofaatti maqaa laatee, Dhufa koo wallaale! Deegaan sammuu baatee, Waa dhabni awwaale. Hundeen raasee qaanessuu? Biddeen baasee caasessuu? Gaarii na fakkaatee, maqaa koo xureessu! Laaqii bifa addaatee, carii koo booressu! Haa goobuu? hamileessuu? Haa goguu? laamshessuu? Gaabbii taatee darbee fuul-dura na maru; Kolfa ammee sarbee har'a koo dararu! Haa deemuu? geggeessuu? Haa turuu?.......jabeessuu? Dibata oganaa'ee foolii koo ajeessu; kakuu ligidaa'ee Abdii koo ajjeesu! Miicee qulqulleessuu? Dhiisee kulkuleessuu? #Uggum! Yaadan isin dhamaase! hibboon isin badhaase. Ofiifuu itti hin beeknee, Kiyya anaaf beektuu? Keessanuu hin akeeknee, Kan koo naaf akeektuu?
Show all...
👍 27 12