BABA TRAVEL AGENT ✈️
📈 Analytical overview of Telegram channel BABA TRAVEL AGENT ✈️
Channel BABA TRAVEL AGENT ✈️ (@babatravelagent) is an active participant. Currently, the community unites 20 288 subscribers, ranking 10 033 in the Education category and 1 659 in the Ethiopia region.
📊 Audience metrics and dynamics
Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 20 288 subscribers.
According to the latest data from 10 March, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -457 over the last 30 days and by 0 over the last 24 hours, overall reach remains high.
- Verification status: Not verified
- Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects N/A% reactions from the total number of subscribers.
- Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 0 views.
- Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.
📝 Description and content policy
The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
“https://t.me/Babatravelagent”
Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 11 March, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Education category.
Data loading in progress...
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 09 March | 0 | |||
| 08 March | 0 | |||
| 07 March | 0 | |||
| 06 March | 0 | |||
| 05 March | 0 | |||
| 04 March | 0 | |||
| 03 March | 0 | |||
| 02 March | 0 | |||
| 01 March | 0 |
| 2 | Dhaabbnni keenya Baba Travel Agent Fedhii maamiltootaa isaa guutuuf filannoo imala maamiltootaa, baajata xiqqeessuufi bakka barbaadan dhaggeeffachuun karoora imala isaanii akka mijatu godhuuf of kennee hawaasa isaa tajaajiluu irratti argama.
Dabalataan Gorsaafi yaada kennuu, Bakka itti imalanfi dhimmoota imala waliin walqabatan biroo irratti ogummaa qabnuun isin tajaajiluuf qophii xumurree jirra.
Passport haaraa, haaromsafi kan bade baafachuu yoo barbaaddanis tajaajila Online ni kennina.
Daawwannaa, hojiifi barnootaaf namoota biyya alaafi keessaa imaluu barbaadan tajaajila Visafi tekkeettii muruu dabalatee odeeffannoo imalaan wal qabatan argachuuf nutti goraa.
Teessoon keenya:- Finfinnee, magaalaa Shaggar, kutaa magaalaa Furii, Bulchiinsa Magaalaa Furii cinaatti argamna.
Odeeffannoo dabalataaf.
Lakk. Bil: 092 220 2020 / +251924444447
Email: babatravelagent@gmail.com
Telegram; @Baba1524 | 1 656 |
| 3 | Eid Mubarak!!
https://t.me/Babatravelagent | 1 949 |
| 4 | Eid Mubarak!
ኢድ - ሙባረክ!
Baga ayyaana Eid Al-Fatrin isin ga'e. Kan baranaa kan bara egeree!! | 1 632 |
| 5 | BOOK NOW ✈️
@Baba1524 | 1 760 |
| 6 | ~Air Ticket Booking!
~Visa Application
~Travel Package
~Travel Guide
For more information!👇
Phone No:- 0922202020 /+251924444447
Email: babatravelagent@gmail.com
Tiktok: https://www.tiktok.com/@baba.travel.agent
Facebook: https://www.facebook.com/Babatravelagent
Telegram: https://t.me/Babatravelagent | 1 567 |
| 7 | No text... | 1 850 |
| 8 | Dhaabbatni Baba Travel Agent bifa ammayyaawaa ta'een hundaa'ee isin tajaajiluuf qophii hunda xumuree hojiitti seenee jira!!✈️
Baba Travel Agent akkuma maqaa isaa Abbummadhaan imala keessan bareechee gufuufi gufaata tokko male, biyyoota keessaafi alatti imaluuf nutti goraa isiniin jedha.
Tajaajila nuti kenninu!👇🛬
~Tikkeettii xiyyaara biyya keessaafi Idil-addunyaa iddoo jirtan teessanii yoo nu ajajattan gatii madaalawaadhaan isiniif kunna.
~Viizaa turistiifi barnootaaf biyya alaa irraa isniif fiduun haala ni mijeessina.
~Adeemsa Hajjii fi Umraa, Viizaafi tikkeettiif gatii madaalawaadhaan isin tajaajilla.
~Tajaajiloota paaspoortii (Immigration) Paaspoortii haaraa baasuuf, kan badeefi haaromsuu kan barbaaddan tajaajila Online ni kennina!
Akkasumas yeroo rakkoon imalaa isin mudatu gorsaafi furmaata isiniif barbaanna. Fakkeenyaaf kan akka balallii haquu ykn dheeressuu, mi’a badeefi jeequmsa uumamu kamiyyuu xiqqeessuuf tasgabbiidhaan furmaata hatattamaa akka argattan gorsaafi hordoffii isiniif taasifna.
Teessoon keenya Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Furii bukkee
Odeeffannoo dabalataaf
Lakk. Bil: 092 220 2020 / +251924444447
Email: babatravelagent@gmail.com
Tiktok: https://www.tiktok.com/@baba.travel.agent
Facebook: https://www.facebook.com/Babatravelagent
Telegram: https://t.me/Babatravelagent | 2 374 |
| 9 | /Dellall | 1 |
| 10 | Namoonni group gurgurachuu barbaaddan username @Wabii2N ja'u kanaan koottaa
✍NB:- Group an bitu jiru👇
~Group bara 2022 ykn san dura baname tahuu qaba
~Text shanii ol qabaachu qaba.
Yoo text hin qabu tahees bara san taanaan link ergaa nan laalaa
~Nama haaraya seeneef mullachuu qaba.
~Baayyiinni miseensaa Rakkoo hin qabu, Nama tokko qofa tahuus ni taha. | 1 576 |
| 11 | ጦርነቱ ከተጀመረ ጀምሮ 46ሺ ሰዎች ቢሞቱብንም 68ሺ ህፃናት ተወልደዋል ሲል غزة الأن የቴሌግራም ቻናል ገልጿል። | 2 149 |
| 12 | •
✓ Yeroo tokko tokko, Kophaa
ta'uun gaariidha Namni
si miidhuu hin danda'u... 🖤
• | 2 560 |
| 13 | •
✓ Sometimes, It's better to be
alone Nobody can hurt you...🖤
• | 2 534 |
| 14 | •
#HIN_GAABBU
Jawar Muhammad
#Shere waliif godhaa
Dubbisa Gaarii ✌️
@A4mulaa_jireenyaa 💚
• | 2 695 |
| 15 | °
✓ Wanti Hunduu ni darba
Garuu Hundi hin dagatamu.
° | 2 703 |
| 16 | °
• Yeroo tokko tokko Jecha ofiif
dhagahuun Si barbaachisu
Nama biraa ittiin jajjabeessita. 💔
° | 2 995 |
| 17 | Kan ani calliseef
Moo'ameetii miti.
Nama nan hubanneef
Himuu dadhabeeti malee. | 3 050 |
| 18 | ✓Gaarii yaaduun
✓Yaada gaarii Qabaachuun
✓Abdhiidhaan eeguun
Mirga keenya.
✓Carraaquun
✓Fiiguun
✓Sababa geessuun
Waan nurraa eegamuudha.
✓Kennaan
✓Arjaan
✓Fedhii keenya kan guutu
✓Deebiif kan nuuf kennu
✓Tola kan nuuf oolu
✓Surprise Kan nu godhu
Allah Qofa
Akka kanatti jiraanna
Tola keetiin Gammachuu
keessa nu oolchi Yaa Rabbi
JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ✌️ | 2 979 |
| 19 | Jaalaluma Jibbita!💔🥹
Gaafa dhugaan jaallattee
Amanattee; ganamtu
Gaafa jireenya keetti
Karri gaddaa banamtu
Waadaan jaalala keetii
Nyaatamee akka 'bargarii'
Nama “hireekoo” jettuun
Gaafa baate gargari...
Mogoleetu si laafa
Fuuchuu dadhabda miila
Madaa’ee dhiiga boo’ee
Onneen jaalala jiila....
“Guutuu gola onneekoo
Ishee qofa dhaalchisee
Dhugaadhaan jaallachuunkoo
Hundumarra caalchiseee
Yaadaaf yaaddoo isheetiin
Qal’adhee akka lilmoo
Egereedhaaf abdadhee
Kunuunsee akka ilmoo
Isheef jecha raata’ee
Of gatee akka raatuu
Ofii kootiin dubbadhee
Isheef ta’ee maraatuu..
Giiftii onneekoo godhee
Ofirratti muuduunkoo
Ishee qofa dhagahee
Kaaniifimmoo duuduunkoo
Ijjjikoo kaan lagatee
Ishee qofa arguunsaa
Ooyruunkoo kaaniif hongee
Ishee qofaaf marguunsaa
Jaalalaaf jiraachuunkoo
Isheedhaaf amanamee
Erguma gatii dhabee
Waadaan kiyya ganamee...
Erga haqni dhibeetii
Dirra lafaa kanarra
Hariiroo tokko-n qabu
Jaalalli kun anarraa”
Jettee walaleessita
Yookaan immoo sirbita
Amanamtee ganamtee
Jaalaluma jibbita!
Boolla buutee bahuudhaaf
Oliif gadi godaata
Lama miidhamuu jiilee
Onneenkee si sodaata..
Addunyaa jaalalaarraa
Xumurattee gadaakee
Kophaa jiraachuu feeta
Kulkulfataa madaakee! | 2 707 |
| 20 | Erga nan deema jettee
Hin deemin siin hin jedhu
Kolfaatan si geggeessa
Otuman si jaalladhuu
Jaalalli kadhaan miti
Fedhaan ta'a maleessa
Onneetu wal si matee
Taraa wal keessummeessa
Kanaafuu yaa giiftiikoo
Ergati nan barbaannee
Deemii narraa fagaadhu
Akka natti hin mullanne
Namni ati jaallatte
Caalee si haa jaallatu
Bareedduu si caaltu
Anaafis Haa Laatu
#Nagaa_tai
✍ Seyfa
@A4mulaa_jireenyaa | 2 589 |
