cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
20 004
المشتركون
+924 ساعات
+1127 أيام
+73230 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Habibi.... ◇◇ Yeroo Qobaa jirtu Dadhabinaa fi Rakkina kee laaltee Dhiphachuu fi Cinqamuu Dandeessa Garuuu Dubara biratti tasuma Mataa gad hin qabatin. Jabaa ta'i, Keessoo kee Akka beekaniif Carraa hin kenniniif Abadan.... ✌️ #Muramte
إظهار الكل...
👍 27
Assalaamu Aleykum Ahmad yaa mustafaa Yoo Hireen na yaamte Mee nan dhufaa 💚
إظهار الكل...
🥰 22 2
Safuudhabboo ! Maal kun ! 😋
إظهار الكل...
👍 29🤔 8
"Sister Rifeensi kee baay'ee bareeda keetumaa garuu?"jennaan hin shakkitaa jettee (riisiitii) ittiin bitte natti agarsiifte. 😁
إظهار الكل...
😁 59 5
Insha Allah 😍 Niyyaan Hin daangeffamu 🌷 Kan mormu jiraa? 😳
إظهار الكل...
👍 31🤔 2
✍ Waan sirka jiru Gatii isaa beekuuf Dhabuu Qabda. @A4mulaa_jireenyaa
إظهار الكل...
👍 25
Ilaalchi Gaarin Dawaa Sammuuti. Haala kamuu keessatti ilaalcha gaarii qabaadhu✌️ @A4mulaa_jireenyaa
إظهار الكل...
👍 17 3
Haree baasuu? maree kaasuu? Faffaca'aa yaadaa ulaa kootti wal guure; Sharafamuu waadaa qalbii koo unkure, Haa baduu? balleessuu? Haa taa'uu? qindeessuu? Gufuu na takaalee kaayyoo koo laaffisu, Qawwaa koo ilaalee Jabaa koo kuffisu, Haa cituu? kiyyeessuu? Haa coomuu? miindessuu? Doofaatti maqaa laatee, Dhufa koo wallaale! Deegaan sammuu baatee, Waa dhabni awwaale. Hundeen raasee qaanessuu? Biddeen baasee caasessuu? Gaarii na fakkaatee, maqaa koo xureessu! Laaqii bifa addaatee, carii koo booressu! Haa goobuu? hamileessuu? Haa goguu? laamshessuu? Gaabbii taatee darbee fuul-dura na maru; Kolfa ammee sarbee har'a koo dararu! Haa deemuu? geggeessuu? Haa turuu?.......jabeessuu? Dibata oganaa'ee foolii koo ajeessu; kakuu ligidaa'ee Abdii koo ajjeesu! Miicee qulqulleessuu? Dhiisee kulkuleessuu? #Uggum! Yaadan isin dhamaase! hibboon isin badhaase. Ofiifuu itti hin beeknee, Kiyya anaaf beektuu? Keessanuu hin akeeknee, Kan koo naaf akeektuu?
إظهار الكل...
👍 26 12
Akkami naan jettee maalsaa na gaafattaa Haala koo ilaaltee hundaa ni hubattaa ~ Nama amansiisuuf hunda'n dubbatanii Yeroo tokko tokko argaadhan baranii ~ Inni argitu kun waa hedduudha baataa Callisii dhaga'i suuraan ni dubbataa ~ @A4mulaa_jireenyaa
إظهار الكل...
👍 15
Osoo lafa hin qabin Mee garamitti kaatta? Haala kanaan Isa qooxii buusutti Kan bobaa kee gatta
إظهار الكل...
👍 19