cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

Рекламные посты
20 804
Подписчики
+2724 часа
+1237 дней
+64230 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Maalan jira Caccabsee Na nyaatee jira 😢
Показать все...
😢 24👏 3
እንደ መሪ ሁን ታሪክ ስለ ወታደር አይናገርምና! JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
Показать все...
ኦልማ ኬቱ ኡልፋቴ ከ አት-አናፍ ኦልቴ ረክናፍ ገደዶ ከን ነፋነ አርግቴ... አኖ ሁምነን ቀቡ... ዋ'''ቶኮ ሲን-ጎዱ ዱኤ በዱስሌ አን ስን-እራንፈዱ🥀❤️‍🩹
Показать все...
14👍 2🥰 2😁 1
Dhaloota kanaaf boo'uu barbaadee yeroon isaanif boo'u dhabe. 😒
Показать все...
👍 20😁 2
Dhala Tap Tap 😜
Показать все...
😁 40🤮 5😢 4
Namoonni tokko tokko akkamitti dubartiin Jalloodha! Jetta jechuun na komatu. Dhugaa qabu.Mirgaas qabu. Waa'ee jallina jaraa itti deebina. Yoo lubbuun jiraanne nama hubatuuf,Jallinni dubartii ilma dhiiraatif faayidaa guddaa qaba. Miidhama guddaas qaba.Waan lama qofa.Milkaa'uu yookaan Maraachuu.Garaagarummaa kana kan fidu ciminaa fi dadhabina dhiiraati.Yoo jallina ishee dandamachuu dandeesse dhiira jabaa taatee baata.Garuu Carraa xiqqoo qabda.Waaqni jabina siif haa laatu.😁 Akkasuma yoo jallina ishee dadhabde,Sammuun kee nyaatameeti,maraatuu nuuf taata.Yoo jabaattee jalaa baate,jallinni Dubartii akka aduutti guddisee si muldhisa. Harka yoo kennite immoo kophaa haasawaa of argita.Kanaafuu jabaadhu.Afaan ishees baradhu.Adabas godhadhu.Ishee waliinis morkii hin galin. Jallina ishees amaniitii waliin jiraadhu.Sossobaa horadhuun. Dubartiin ati jalloo miti jettee quba natti qabdu,kan ishee uumeetu "Lafee jalloo" irraa uumamuu ishee siif hime. Anarraa bu'i.Dhugaa qeebali.Dubartiin akka Lafee jajalloo cinaachaati.Amma yaa'ii dhiisi.Naaf qajeelchi jettees hin kadhatin.Waan hin qajeelle hin gaafatin. Ati qajeeliif.Anas qajeelchiif jedhii kadhadhu.🏃🙆 JOIN US: ❯❯ @A4mulaa_jireenyaa 🌷
Показать все...
👍 25 6🤬 2👌 1
Gaafa deemuu barbaadde deemi. Garuu yoomiyyuu hin deebi'in, deemuu keef amanamaa ta'i. Tarii nutis si dagachuuf amanamaa ta'uu dandeenya. #Mahmoud_Darwis JOIN US: ❯❯ @A4mulaa_jireenyaa 🌷
Показать все...
👍 13
Akka nama Maraatee,Daandii walakkaa deemaan jira.Tasa sagalee wayii dhaga'een gara mirgaa ilaale.Gara Mooraa namoonni Maraatan itti yaalamanitti.Mee seeneen daawwadha jedheen ol seene. Mooraa guutuun caq jettee jirti.Haala kanaan,Namni fayyaa qabu,alatti hin hafne jedheen yaade.Maaltu Maraattoota akkanatti nuuf baayyise? Jedheen keessa kootti guungume. Baayyachuu jaraatti hin gaddine.Nan gammade malee.Warra Mooraa kanaan ala jiran caalaa,jarri kun gammachuu qabu jedheen gammachuu jaraatiif gammade. Maraataa jechuun jecha 👉" Mara-ta'aa!" Jedhamu irraa akka dhufe nan beeka.Kanaafuu! Wanti akka "Mara-ta'uu" gammachuu waan jiru natti hin fakkaatu.Garuu, baayyinni Maraattoota kanaa gaaffii natti ta'e.Itti siqeen maraataa, maraatuu keessa jiru bira dhaqeen gaafadhe. "Si waliin Maraataa hagamtu mooraa kana keessa jira?" Innis erga xiqqoo kolfee booda."Mooraa kanaan ala,si waliin Maraatàa hagamtu jira?" Jechuun gaaffii koo,gaaffii isaatiin naaf deebise. Anis ol ka'een deeme.Gara maraattoota akka koo,mooraa kanaan ala jiraniitti.🏃‍♀️🏃‍♀️ @A4mulaa_jireenyaa 🌷
Показать все...
👍 16🔥 2 1
" Jireenya keessatti wanti hamaan kophaa jiraachuudha jedheen yaada ture. Garuu miti. Jireenya keessatti wanti hamaan namoota kophummaan akka sitti dhaga'amu godhan waliin jiraachuudha."  -Robin Williams ━━━━━━━━━━━ @A4mulaa_jireenyaa 🌷
Показать все...
46👍 19
Warri miira isaanii callinsa keessatti ibsatan warra baafatee dubbatu irra moohatoodha. Cal ja'i yeroo haalaan aarte, hanga wanti ati usteef bitaa itti galutti👌 :¨·.·¨: ❤️   `·.   @Jaalala_qulqulluu
Показать все...
22👍 7
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.