DR. AYU
前往频道在 Telegram
📈 Telegram 频道 DR. AYU 的分析概览
频道 DR. AYU (@naf37fspainbv) 爪哇语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 73 277 名订阅者,在 医学 类别中位列第 181,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 452 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 73 277 名订阅者。
根据 21 九月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -954,过去 24 小时变化为 -58,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 6.42%。内容发布后 24 小时内通常能获得 3.24% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 4 703 次浏览,首日通常累积 2 373 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 16。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Baga Nagaan Dhuftan!
Welcome!”
凭借高频更新(最新数据采集于 22 九月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 医学 类别中的关键影响点。
73 277
订阅者
-5824 小时
-1347 天
-95430 天
数据加载中...
吸引订阅者
九月 '26
九月 '26
+94
在4个频道中
八月 '26
+15
在8个频道中
Get PRO
七月 '26
+14
在10个频道中
Get PRO
六月 '26
+50
在10个频道中
Get PRO
五月 '26
+2 648
在5个频道中
Get PRO
四月 '26
+1 860
在18个频道中
Get PRO
三月 '26
+1 911
在6个频道中
Get PRO
二月 '26
+1 402
在12个频道中
Get PRO
一月 '26
+7 938
在10个频道中
Get PRO
十二月 '25
+1 070
在9个频道中
Get PRO
十一月 '25
+1 743
在12个频道中
Get PRO
十月 '25
+1 220
在13个频道中
Get PRO
九月 '25
+2 206
在6个频道中
Get PRO
八月 '25
+3 879
在3个频道中
Get PRO
七月 '25
+4 897
在4个频道中
Get PRO
六月 '25
+3 090
在8个频道中
Get PRO
五月 '25
+4 845
在7个频道中
Get PRO
四月 '25
+7 443
在10个频道中
Get PRO
三月 '25
+7 459
在4个频道中
Get PRO
二月 '25
+6 049
在4个频道中
Get PRO
一月 '25
+12 851
在2个频道中
Get PRO
十二月 '24
+5 151
在2个频道中
Get PRO
十一月 '24
+31
在1个频道中
Get PRO
十月 '24
+170
在1个频道中
Get PRO
九月 '24
+704
在1个频道中
Get PRO
八月 '24
+2 938
在1个频道中
Get PRO
七月 '24
+29
在0个频道中
Get PRO
六月 '24
+21
在0个频道中
Get PRO
五月 '24
+681
在0个频道中
Get PRO
四月 '24
+2
在0个频道中
Get PRO
三月 '24
+9
在0个频道中
Get PRO
二月 '24
+1
在0个频道中
Get PRO
一月 '24
+60
在0个频道中
Get PRO
十二月 '23
+3
在0个频道中
Get PRO
十一月 '23
+24
在0个频道中
Get PRO
十月 '23
+32
在0个频道中
Get PRO
九月 '23
+221
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+2 001
在0个频道中
| 日期 | 订阅者增长 | 提及 | 频道 | |
| 22 九月 | 0 | |||
| 21 九月 | 0 | |||
| 20 九月 | +1 | |||
| 19 九月 | +93 | |||
| 18 九月 | 0 | |||
| 17 九月 | 0 | |||
| 16 九月 | 0 | |||
| 15 九月 | 0 | |||
| 14 九月 | 0 | |||
| 13 九月 | 0 | |||
| 12 九月 | 0 | |||
| 11 九月 | 0 | |||
| 10 九月 | 0 | |||
| 09 九月 | 0 | |||
| 08 九月 | 0 | |||
| 07 九月 | 0 | |||
| 06 九月 | 0 | |||
| 05 九月 | 0 | |||
| 04 九月 | 0 | |||
| 03 九月 | 0 | |||
| 02 九月 | 0 | |||
| 01 九月 | 0 |
频道帖子
Faayidaa Maangoo
===============================
Maangoon mootii ykn hangafa kuduraaf muduraa jedhamee beekama. albuudota fi vitaminoota hedduus of keessaa qaba
Faayidaawwan maangoo kunniinis:
1 : dhibee kaanserii nurraa ittisa. Inzaayimoonni Maangoo keessatti argaman(phenol, qiercitem, galic acid, astraglam, fisetim) kanneen jedhaman humna kaanserii ofirraa dhorkuu qabu. Akkasumas maangoon fiberii dhangala'aa "peekitin jedhamu kan ofkeessa qabudha. Nyaata fiberii baayinaan qaban nyaachuun kaanserii garaachaaf mar'umaanii nurraa ittisa. Kanaaf maangoon fiberin badhaadhaa waan taheef haala ajaa'ibaan kaanserii kana nurraa ittisa.
2,: fayyaa gogaa qaama keenyaaf nii gargaara. Maangoon qaawwan xixiqqoo gogaa keenyaa cufamuurraan kan kahe dhukkuboota dhufan kanneen akka "Finniisaa" nurraa dhorkuu danda'a. Kunis Qola Maangoo irraa quncisuun ykn baasuun gogaa qaama keenyatti dibuun daqiiqaaa 10 f tursuun kan tahudha. Akkasumas maangoo nyaachuun gogaan qaama keenyaa akka lallaafuf calaqqisu taasisa.
3: dandeettii yaadachuu sammuu namaa nii dabala. Maangoon glutamic acid kan jedhamu waan of keessaa qabuuf dandeettii yaaduu sammuu keenyaa nii dabala.
4: hir'ina dhiigaa nurraa ittisa
5:fedhii wal qunnamtii saalaa ( libido) nii dabala. Maangoon hormoonii fedhii wal qunnamtii saalaa dabalan madaaluun fedhii wal qunnamtii saalaa dabala. Kanaaf namootni baayyeen waliin bultii keessatti rakkoo akkasii waan qabaniif Faayidaa qaba.
6:fayyummaa ija keenyaaf nii gargaara. Maangoon vitamin A ofkeessaa waan qabuuf hooqsisuu ijaa, gubuu ijaafi dhibee ijaa kan biroo nurraa dhorka.
7:namoota dhibee sukkaaraa qabaniif baayyee gargaara.
" kanaaf maangoo haa nyaannu""
Fayyaa hin dhabinaa
Gorsa fayyaa❗️
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌
| 2 | 没有文字... | 1 601 |
| 3 | Dhangala'aa qaama saalaa dubartii
==============================
Dhangala'aan qaama saalaa xaliilaa akka bishaanii fi xannachoota qaama saalaa fi ulaa gadaameessaa keessa jiruun burquun qaama saalaa qulqulleessuu fi dhukkuba nurraa ittisuuf gargaara!
Yeroo baayyee dhangala'aan kun fayyaqabeessa ( normal) ta'ullee yeroo garii fkn yeroo marsaa laguu, harma hoosisan fi kkf hammi isaa ,foolii fi halluun isaa jijjiiramuu mala!
Maaltu dhangala'aan kun akka jijjiiramu godha!
1. Wanta akka saamuunaan qaama saalaa keessa dhiquu
2. Kiniina Mala ittisa ulfaa
2. Baakteeriyaa ykn fangasii
3. Dhibee sukkaraa
Dhangala'aa sirrii (abnormal) hin taanee yoom jenna?
----
Yoo halluun, fooliin , fi hammi isaa kan duraanitirraa jijjiramee kan hooqsisu, miirri gubuu kan nutti dhagahamu ta'e mallattoo dhukkubaa ykn infeekshiinii tahuu danda'a!
Maal godhuu qabna?
✍ Qaama saalaa saamunaa foolii urgaawaa qabuun dhiquu dhabuu fi wantoota urgooftuu qaama saalaatti biifuu dhabuu
✍ paantii baayyee nama qabdu uffachuu dhiisuu
✍ yeroo sagaraa baane ykn qaama dhiqanne booda fuuldura gara duubaatti haquu . Kuniis akka Infeekshiiniin qaama saalaa hin seenne godha
Fayyaa hin dhabinaa!!
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 2 945 |
| 4 | 没有文字... | 2 552 |
| 5 | Iddoowwan Fedhii Dubaraa
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
■ Dabbasaa fi mataa erga waliin geesse gara gurraatti gadi koottu. Hormoonin ishee inni gurraa kun kan rifeensaa ni caala. Hafuura kee gurra isheetti baasi. Jechootuma hiika hin qabne gurratti hasaasi. Keessattuu kun karaa duuba isheetiin yoo ta'e gaaridha. Amma qofaaf osoo hin taane yeroodhuma wal qunnamtii saalaayyuu gurra isheerraa hin fagaatin. Har'as borus ani sii jira jedhiin.
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 2 314 |
| 6 | 没有文字... | 1 752 |
| 7 | Waa'ee Marsaa laguu dubartootaa irratti wantoota ijoo beekamuu qaban!
**
1.Dubartiin takka dhalattee naannoo waggaa 10-16 jidduutti marsaa laguu arguu jalqabdi. Durboonni hedduun garuu waggaa 13 irratti arguu ennaa eegalan,yeroo tokko tokko keessattuu biyyoota guddatan keessatti waggaa 10 gadittillee arguun ni jira.Inni akkasii Early menarche (marsaa laguu ariifatee jalqabe) jedhama.Akkasumas waggaa 16tti kan itti hin dhufne taananillee dubartiin sun ilaalamuu barbaachisa.
2.Dubartii takka marsaan laguu kan irraa deemuu qabu waggaa 45-55 jidduutti. Jiddugaleessaan waggaa 51 ennaa ta'u waggaa 40 gaditti kan dhaabatu taanan "Early Menopause " garmalee dursee dhaabachuu marsaa laguu akka jechuuti.
3.Marsaan laguu sirriin turtii guyyaa 21-35 jidduudhan deddeebi'uu qaba.dubartoonni hedduun garuu guyyaa 28 tin deddeebi'anii argu.Kanaaf marsaan tokko guyyaa 21 gadittii fi guyyaa 35 caala kan turee dhufu taanan mallattoo dhukkubaa ta'uu waan maluuf mana yaalaa dhaquu barbaachisa.
4.Marsaa laguu sirriin guyyaa 3-8 turee deema. Turtiin guyyaa saddeetii oliis mallattoo dhukkubaa ta'uu danda'a.
5.Dhiigni Marsaan laguu tokko keessatti bahu giddugaleessan 40ml ta'a. Dhiigni marsaa tokkicharratti bahu 80ml ennaa caale ykn isa kana tilmaamuun cimuu waan maluuf haala baramaa hin taanen heddumminni isaa yoo dabale inni kunilleen mallattoo dhukkubaa ta'uu mala.
6.Marsaa laguu sirriin bifti isaa gara diimaa gurraachatti (Dark red)tti deema.
Hubachiisa:-Walumaagalatti Haalli marsaa laguu haala olitti jenne kanarraa geeddarame "Abnormal uterine bleeding "(Marsaa laguu sirrii hin taane) jedhama. Inni kun ammoo agarsiistuu dhukkuba garaagaraa waan ta'eef ilaalamuu barbaachisa.
👉Marsaa laguu maaltu akka jeeqamu
taasisa?
1.Qorichoota da'iinsa ittisan
2.Harma hoosisuu
3.Dhiphina
4.Jalqaba marsaa laguu fi ennaa marsaan laguu deemuf jirullee ni jeeqama.
5.Dhukkuboota garaagaraa kan akka Kaansarii fiixee gadaamessaa,dhiitoo gadaamessaa,Tishuun Gadaamessaa bakka biraatti argamuu(Endometrosis) fi Dhukkuboonni biroo tokko tokko marsaan laguu akka jeeqamu gochuu danda'u.
Fayyaa hin dhabinaa
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 1 726 |
| 8 | 没有文字... | 1 420 |
| 9 | "Dubra dubrummaa qabdu waliin walqunnamtii saalaa osoo hin raawwatin duraa fi erga raawwatanii booda maal maaltu godhamuu qaba?"
****
Wanti duraan raawwatanii hin beekne yeroo baay'ee nama sodaachisuu danda'a. Namni tokko durbummaa qaba kan jedhamu yeroo baay'ee kana dura walqunnamtii saalaa raawwatee ykn rawwattee kan hin beekne yoo ta'edha. Kanaaf, gaafa jalqaba raawwatan miirri sodaa jiraachuu danda'a. Akkasumas, nama jaalatanii fi baay'ee amanan waliin yoo ta'e immoo, miirri gammachuu illee jiraachuu danda'a. Keessattuu, dubartoonni gaafa dura walqunnamtii saalaa raawwatan membireeniin haphiin durbummaa kan 'hymen' jedhamtu gaafa tarsa'u miirri dhukkubbiifi dhiigni dhiigu jiraachuu danda'a. Keessattuu, walqunnamtii saalaa dura sirriitti wal hin ho'isne taanaan dhukkubbiin kun cimaa ta'uu danda'a. Kanaaf, rakkooleen kun akka hin uumamneef walqunnamtii saalaa dura sirriitti wal ho'isuun baay'ee barbaachisaadha. Akkasumas, waan yeroo walquunnamtii saalaa mudachuu danda'u hundaafuu akka waliin jiraniifi furmaata barbaachisu hundaa waliin akka barbaadan sirriitti mari'achuu baay'ee gargaara. Akkasumas, daqiiqaa 30 dursanii bishaan sirriitti dhuguun, buna dhuguu, nyaata qaamatti hin ulfaanne nyaachuu fi kkf baay'ee gargaaru. Yeroo walquunnamtii saalaas haala isaaniif mijatu waliin mari'achaa raawwachuun rakkoolee jenne hir'isuudhaaf baay'ee gargaara. Wal-quunamtii saalaa boodas wal haammachuu, mataa ishii ofitti qabuu fi waldhungachuun dhukkubbii hir'isuuf ni gargaara. Dabalataan, ulfi uummamuu waan danda'uuf ulfa hin barbaachifne ittisuuf koondomii fayyadamuun ulfa hin barbaachifne ittisuudhaan dabalata dhukkuboota walqunnamtii saalaan daddarban hir'isuuf gahee guddaa taphata. Yoo koondomii hin fayyadamne ta'e immoo ulfa hin barbaachifne ittisuuf karoora maatii hatattamaa (post pill) sa'aa 72 keessatti fudhachuudhaan hambisuun ni danda'ama.
Page Barumsa Fayyaa Follow fi share walif godhaa barumsaa Fayyaa Afaan oromoo irraa baraadha.
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 1 776 |
| 10 | 没有文字... | 1 408 |
| 11 | Yeroo walqunnamtiin saalaa gaggeeffamtu sanyii kormaa miliyoona 200 hanga 300 tu qaama saalaa dubartii keessatti dhangala'a. Hundi isaanii waldorgoommii daakkiitiin hanga killee oovaarii irra gad lakkafifamteen walqunnamanitti tattaaffii ajaa'ibaa godhu. Miliyoona 200 keessaa irra baay'een isaanii dadhabanii gariiniis du'anii sanyii kormaa 300 hanga 500 qofaatuu killeen wal qunnama.
300n kana keeysaa tokko qofaatu irra jabaate killee san wajjin fartilaayizeeshiinii uuma.
Tokkichi fiigicha maaraatoonii injifate san eenyu ni beeytaa? Si'ii bar!
Akkuma gaafasuu rakkoo meeqaaf harka kennachuu diddee injifatte, ammallee wanni feete yoo dhufte harka hin kennatin!!
Ulfaadhaa! Fayyaa dahaa!
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 1 559 |
| 12 | 没有文字... | 1 395 |
| 13 | INFEEKSHINII KALEE FI AFUUFFEE FINCAANII
===========================================
Akkuma beekamu Kaleen keenya wantoota xuraa’aa qaama keenya keessa jiran gara alaatti dhabamsiisuuf gargaara. Afuuffee fincaanii keenya(bladder) fincaan kale keessatti qophaahan yeroodhaaf walitti qabuun yeroo miirri fincaa’uu namatti dhufu gara alaatti dhabamsiisti.
Infeekshiniin kaleef fincaanii kunis sababa baakteeriyaa naannoo gogaa keenyaarraan ykn naannoo sagaraa(buubbuu) irraa kahuun gara kuustuu fincaaniif kalee keenyatti ol seenuu irraan kan kahe kan dhufudha.
Wantootni infeekshinii kalee fi kuustuu fincaaniif nu saaxilanis
1.fincaan yeroo dheeraaf utuu hin fincaaniin qabatanii turuu.kunis fincaanni xuraa’aa waan taheef baakteriyaan akka keessatti wal horan gochuun infeekshiniif nu saaxila
2.Cirracha kalee. Kunis cirrachi kun ujummoo fincaanii cufuun fincaanni akka gara alaatti hin baane gochuun fincaanni kuufamuun baakteriiyaan akka keessatti wal horee infeekshiniif nu saaxilu godha
3.erga sagaraa bobbaatanii booda yeroo haxaawwattan dugduubaa gara fuulduraatti haxaawachuun baakteeriyaan sagaraa ykn udaan keesa jiru salphaadhumatti akka gara ujummoo fincaanii seenan godha. Keessafuu warra shammarraniif daa’immaniif
4.ijoolee dhiiraaf dhaqna qabachuu dhabuun carraa infeekshinii kaleef Afuuffee fincaaniin qabamuu daraan dabala.
5.yeroo ulfaas carraan infeekshinii Kalee fi Afuuffee fincaaniif qabamuu olaanaadha.
6. dhibee sukkaaraa
7.Uffata jalaa ykn paantii baayyee nama qabu ykn baayyee thight tahe uffachuu
8.qulqullina naannoo buubbuu fi qaama saalaa eeggachuu dhabuu keessaafuu warra shammarraniif
Mallattoon isaa maali
1.dhukkubbii kalee keenyaa (mudhii keenya gara walakkaa) ykn dhukkubbii handhuura keenyaan gadii(suprapubic pain)
2.Gubuu qaama saalaa yeroo fincaan fincaa’an
3. fincaan dafee dafee nama jarjarsuu
4.Ho’inni qaamaa dabaluu, Haqqisiisuu
5.Fincaan isin fincooftan diimachuu ykn foolii kennuu
6.hammi fincaanii hir’achuu fa’a
Kanaaf mallattoo akkasii ofirratti yoo argitan mana yaalaa deemaa qoratamuun qorichi isaa fudhadhaa sababni isaas yoo namarra ture dadhabbii kaleef nu saaxiluu danda’a
Fayyaa hin dhabinaa
sharee waliif godhaa
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 1 553 |
| 14 | 没有文字... | 1 555 |
| 15 | 𝗗𝘂𝗿𝗯𝗶𝗶 𝗗𝗵𝗶𝗶𝗿𝗮 𝗔𝗸𝗸𝗮𝗺𝗶𝗶 𝗝𝗶𝗯𝗯𝗶𝘁𝗶 !
=========================
Sababa ati hin beekneen shamarran gaafii jaalalaaa yeroo gaafattu kan sii jibbaan maaliifi yaadee beekta?? sammuu kee keessatti uumamuun hin hafu.
👉Egaa gaafii kee kanaaf deebii argachuu barbaadda? Sababa shamarran si jibbaniif akka armaan gadiitti dubbisi
✓Jalqaba irratti shamarran akka nama hin jibbine beekuu qabda garuu ati filannoo isaanii tahuu dhiisuu dandeessa
👉Itti aansuun rakkoon guddaan si bira jira waan taheef ani eenyu maal godhaa jira jettee uf ilaaluu qabda amaloota shamarran dhiira irratti jibban kan asiin gaditti tarraahe keessaa atis amala kanaa yoo qabaatte shamarran akka si jibban beektee amala kee sirreessuu qabda
𝐈𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢𝐬 𝐢𝐧𝐧𝐢𝐢 𝐆𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚𝐧
1. dhiira dubartii tuffatu
2.dhiira mallaqatti amanu
3. dhiira qulqullina hin eegganne
4.dhiira kijibu
5. dhiira waan hunda anatu beeka jedhu
6.dhiira gowwaa/kan waan badaa fi waan gaarii addaan baase hin beekne
7.dhiira hattuu/kan mallaqas tahee qabeenya namaa saamu
8. dhiira hafuurri afaan isaa ajaahu
9.dhiira haadha ufii tumu
10. dhiira qumaarii taphachuu jaallatu
11.dhiira akka durbaa uf godhu/kan dhiira mo durba tahuu isaa haga nama dhibu takka akka durbaa tahu
12.Dhiira caqcaaqa waan humdumaf akka saree dullome gungumuu
13.Dhiira duubartoota hundumatti of fakkeessuu.
Egaa qabxii asiin olitti tarraahe kanniin yoo ufirratti beeyiifte dafii amala kee jijjiiri yoo qabxii olitti tarraahe kana hunda waan ati hin qabne tahee garuu haga ammaatti jaalallee osoo hin qabaatin turte yoo tahe inni carraa kee wajjiin waan wal qabatu taha.
Kanaa ol kan biraas jiraachuu danda'aa kan isaan jibbaan garuu akkaan hubbadhetti kunnii isa ijoodha !
Kanaaf amala keenya as keessa haa barbadaanu!
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 2 178 |
| 16 | 没有文字... | 2 204 |
| 17 | Hanqaaquu fi Abukaadoo!
Annisaadhaan kamtu caala jettanii yaadduu?
1. Avokaadoon annisaan hedduu sooressa (Avokaadoon tokkichi haga hanqaauu 4 haga 5 annisaa namaa kennuu danda'a).
2. Qabiyyee garagaraatiin sooressa. Avokaadoon tokkichi, kan nuti guyyaatti barbaannu keessaa Vitamin K: 26%, Folate: 20%,Vitamin C: 17%, Potassium: 14%,Vitamin B5: 14%, Vitamin B6: 13%, Vitamin E: 10% of keessaa qabu nuuf kenna.
2. Nyaata coomaan (fat) baay'ee kan of keessaa qabu yoo ta'u, coomni isaa akka cooma kanneen biroo kan nama miidhu miti. Onnee keenyaarrattis akka cooma warra kaanii miidhaa osoo hin taane fayyummaa fida.
3. Keemikaalota antioxidants jedhaman waan of keessaa qabuuf fayyaa ija keenyaaf tumsa guddaa kenna.
4. Dhukkuba buusaa (joint) kan arthritis jedhamu nurraa ittisuuf ga'ee guddaa qaba.
5. Nyaanni garaa keessatti keessumaa kan biqiltoota irraa nyaannu akka daakamu (better digestion) gochuudhaaf hedduu fayyada.
Fayyaan Faaya!
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 3 921 |
| 18 | 没有文字... | 3 459 |
| 19 | Hafuu marsaa laguu (missed periods)
***********
GAAFFII: Ulfa ta’uun alatti laguun maaliif hafuu danda’aa?
DEEBII: Hafuu ykn yeroon isaa wal jala daddarbuu marsaa laguuf sababoota danuutu jira.
*Cinqama
*Dhukkubbii qaamaa kamiyyuu
*Rakkoowwan hormoonii qaama keenyaa
*Harma hoosisuu
*Sochii qaamaa ciccimoo gochuu fkn Atileetota
*Ulfaatin humnaa ol dabaluu ykn hir’isuu
*Qorichoota qusannaa maatii
*Qorichoota mana yaalaatii kennaman tokko tokko
*Qorichoota sammuu namaa hadoochan akka herooyinii fi kokeeyinii
*Kufaatii ykn hojjii dhaabuu ovarii(premature ovarian failure) fi kkf
HUB: Dubarri umurii wal-hormaataa (waggaa 15-49) keessa jirtu tokko osoo tasuma laguu hin argin ulfaa’uu ni dandeessi!
GALATOOMAA!
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 3 534 |
| 20 | 没有文字... | 3 124 |
