DR. AYU
📈 Аналітичний огляд Telegram-каналу DR. AYU
Канал DR. AYU (@naf37fspainbv) у мовному сегменті Яванська є активним учасником. На даний момент спільнота об'єднує 75 981 підписників, посідаючи 165 місце в категорії Медицина та 394 місце у регіоні Ефіопія.
📊 Показники аудиторії та динаміка
З моменту свого створення невідомо, проект продемонстрував стрімке зростання, зібравши аудиторію у 75 981 підписників.
За останніми даними від 11 липня, 2026, канал демонструє стабільну активність. Хоча за останні 30 днів спостерігається зміна кількості учасників на -1 612, а за останні 24 години на -29, загальне охоплення залишається високим.
- Статус верифікації: Не верифікований
- Рівень залученості (ER): Середній показник залученості аудиторії становить 9.07%. Протягом перших 24 годин після публікації контент зазвичай збирає 4.21% реакцій від загальної кількості підписників.
- Охоплення публікацій: В середньому кожен допис отримує 6 892 переглядів. Протягом першої доби публікація в середньому набирає 3 198 переглядів.
- Реакції та взаємодія: Аудиторія активно підтримує контент: середня кількість реакцій на один пост – 29.
📝 Опис та контентна політика
Автор описує ресурс як майданчик для висловлення суб'єктивної думки:
“Baga Nagaan Dhuftan!
Welcome!”
Завдяки високій частоті оновлень (останні дані отримано 12 липня, 2026), канал підтримує актуальність та високий рівень охоплення публікацій. Аналітика показує, що аудиторія активно взаємодіє з контентом, що робить його важливою точкою впливу в категорії Медицина.
Триває завантаження даних...
| Дата | Залучення підписників | Згадування | Канали | |
| 12 липня | 0 | |||
| 11 липня | 0 | |||
| 10 липня | 0 | |||
| 09 липня | 0 | |||
| 08 липня | 0 | |||
| 07 липня | 0 | |||
| 06 липня | 0 | |||
| 05 липня | 0 | |||
| 04 липня | 0 | |||
| 03 липня | 0 | |||
| 02 липня | 0 | |||
| 01 липня | +10 |
| 2 | Faayidaa Dubrummaa/ Gorsa Shamarraniif.
***********
Hamma gaafa heerumtuutti dubrummaadhan turuun maaliif si fayyada?
1. Mallattoo qulqullummaa keetiiti yookis ati ishii hin laaqaminidha.
2. Mallattoo kabaja keetiiti, ati kabaja qabeettiidha.
3. Hawaasa keessatti maqaa gaarii qabda.
4. Abbaa warraa kee "abbaa dubrummaa koo" jettee isa yaamuu dandeessa.
5. Ulfina keen waan itti heerumtuuf aruuzni keessan kan jaalalaa fi nagaa ta'uuf carraa guddaatu jira. Sababuma dubrummaa irraa kan ka'e gaa'ila nama baay'eetu diigama. Inni dubartii fuudhu garaa isaatti, "dhiira meeqaa wajjin turte laata, yeroo hammamiif sagaagalaa turte laata, eenyuufaa wajjin turte laata" ja'ee waan yaaduuf garaa guutuun si hin jaallatu.
6. Dubrummaan heerumuu kee gaafa baran, maatii fi firoottan kee, maatii fi firoottan abbaa manaa kee, ilmaan kee fi sanyiin si booda dhufan siin boonu, akka fakkeenya gaariitti maqaa kee kaasu, kabajaa siif kennus, ati isaanif nama gaarii nama addaati fi kkf dha.
👇
https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0 | 2 236 |
| 3 | Немає тексту... | 1 809 |
| 4 | "Guyyaa guyyaan qaama dhiqachuun (Daily Showering) faayidaa moo miidhaa qaba?"
************
Guyyaa guyyaan qaama dhiqachuun fayyaa gogaa keenyaa ni huba! Akkamitti?
1. Qaamni keenya uumamaan dibata ofirraa qabu balleessuudhaan akka gogu taasisa. Qaamni keenya yoo gogu ammoo qaawa xixiqqoo (crack) baasuudhaan:
- Baakteeriyaan dhukkuba nama qabsiisan qaawa sanaan seenanii akka infection uumaniifii
- Waantoonni alarjii namatti fidan/kaasan qaawa sanaan seenanii alarjiif akka nama saaxilan taasisa.
2. Saamunaan nuti guyyaa guyyaan fayyadamnee qaama dhiqannu kan farra bakateeriyaa of keessaa qabu yoo ta'e ammoo baakteeriyoota uumamaan gogaa keenya irra jiraatan (kan ofii isaanii dhukkuba nama hin qabsiifne) dhabamsiisuun, baakteeriyoota hamoo dhukkuba nama qabsiisaniin akka bakka bu'an taasisa!
3. Qaamni keenya maadiinummaa (immunity) waantoota alagaa ta'aniif akka hin horanne taasisuu danda'a. Kunis guyyaa guyyaan qaama dhiqachuun carraa qaamni keenya waantoota naannoo jiraniin wal-argee, maadinummaa haaraa waan arge kana irratti horachuu isaa waan gadi buusuufi.
Namoonni tokko tokko garuu guyyaa guyyaan qaama isaanii dhiqachuuf sababoota armaan gadiif barbaaduu danda'u:
1. Foolii qaamaa badaa kanneen ofirraa hambisuuf dhiqachuu barbaadan.
2. Hirriba irraa yoo dammaqan miiraa gaariin gara hojii deemuuf warreen dhiqachuu barbaadan.
************
Walumaa galatti, guyyaa guyyaan qaama dhiqachuun fayyummaa qaama keenyaaf faayidaa kan hin qabneefii gogaa keenya ammoo kan hubuu ta'uu beekuun barnaachisaadha. Kanaaf torbeetti guyyaa 2-3 dhiqachuun gahaadha. Haalli hojii ulfaatafii rakkoon addaa yoo jiraate ammoo guyyaa 4 dhiqachuudha. Guyyaan 4 kun ammoo guyyaa 2 saamunaan guyyoota hafan ammoo bishaan qofaan dhiqachuun barbaachisaadha. Fayyaa gogaa keenyaa eeguf torbeetti guyyaa 2-3 qofa dhiqachuu qabna!
************
Ulfaadhaa! Fayyaa dayaa!
👇
https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0 | 1 664 |
| 5 | Немає тексту... | 1 314 |
| 6 | Dhukkubbii qaama saalaa dubartootaa yeroo wal-qunnamtii saalaa mudatu hir’isuuf ykn hambisuuf, tarkaanfiiwwan garaagaraatu jira. Inni jalqabaa, dhiphina sammuu hir’isuun baay’ee barbaachisaa dha, sababni isaas dhiphinni qaamni akka dadhabu fi dhukkubbiin dabalu taasisa. Turtii saal-qunnamtii dura, fakkeenyaaf dhungoo fi sukkuummaa dabalachuun qaama hoo'isuu. Akkasumas, wal-qunnamtii saalaa dura fincaan fincaa'uu. Rakkoo hariiroo maatii keessatti mul’atu, kan akka wal-dhabdee fi wal-shakkii, mariin furmaata barbaaduun barbaachisaadha. Kallattii ykn position saal-qunnamtii keessatti dhukkubbii hin uumne filachuunis dhukkubbii hir’isa. Akkasuma, qoricha bifa dhangala’aa qabuun naannoo qaama saalaa jiisuun dhukkubbii hir’isuuf ni gargaara, garuu hancufaan jiisuun gonkumaa hin gorfaamu.
Haa ta’u malee, mallattoowwan akka dhukkubbii handhuraa gara gadii, dhangala’aa addaa foolii qabu qaama saalaa keessaa bahuu, fincaan yeroo yerootti jarjarsuu fi gubaatii qaama saalaa yeroo fincooytan yoo mul’atan, gara mana yaalaa deemuun qorannoon gahaan taasifamuu qaba.
*********
Ulfaadhaa! Fayyaa ta'aa! Fayyaa dahaa!
👇
https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0 | 1 375 |
| 7 | Немає тексту... | 1 314 |
| 8 | Walqunnamtii saalaa daqiiqaa hammamiif irraa turuu qabna?
Deebii gabaabaa: Atii fi haati mana kee hammam akka dheeratu barbaaddan??? Garuu qorannoon saayinsii dhimma kana irratti gaggeeffame daqiiqaa 3 hanga 13 gidduutti akka ta'u agarsiisa.
Akka Armaan gaditti qoodne ilaaluu dandeenna.
1). Daqiiqaa 1–2 “baay’ee gabaabaa” jedhamee kan murtaa’e yoo ta’u,
2). Daqiiqaa 10–30 ammoo “baay’ee dheeraa” jedhamee fudhatame.
3). Gama biraatiin, Daqiiqaa 3–7 “gahaa” jedhamee,
4). Daqiiqaa 7–13 ammoo “kan barbaadamu” jedhamee madaalame.
Garuu giddu galeessaan walqunnamtii saalaa qaama saalaatiin daqiiqaa 3-7 ture, Kanaafu ani hin dandanne jette ofii hin cinqiin/ dhipisiin.
👇
https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0 | 1 425 |
| 9 | Немає тексту... | 1 355 |
| 10 | Dubartiin takka dubrummaa osoo qabdu ulfooftee, dubrummaan kiyya akka badu waan hin barbaanneef ciniinsuun osoo hin taane opereeshiinidhaanin dahuu barbaada yoo jette mirga qabdi waan ta'eef ogeessi fayyaa waan jiru hunda itti himee murtee ishiidhaaf dhiisuun barbaachisaadha.
Galatoomaa!!!!
👇
https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0 | 1 383 |
| 11 | "Dhiira moo dhalaatu irra caalatti nama biraa irratti laallata?"
************
Akka qorannoon garagaraa jedhutti jaalala keessa osoo jiran (osoo wal hin fuudhin) wal irratti deemuun (cheat gochuun) duraan dhiira irratti baay'atus amma garuu ta'umsi isaa walitti dhiyaachaa jiraachuu agarsiisa. Qorannoon kun inumaa dubartoonni umriin isaanii waggaa 18 - 29 ta'an dhiirota caalaa 'cheat' godhu jedha; Akkuma umriin dabalaa deemuun garuu, carraan dubartoonni 'cheat' gochuu isaanii hir'achaa hoggaa deemu; Kan dhiiraa immoo, dabalaa deema jedha. Bultii erga jaaran booda garuu harki caalu jaarsatu jaartii irratti "cheat" godha. Rakkoon kun sababa garagaraatiif kan mudatu hoggaa ta'u, sababni isaa waan fedhes haa ta'uu, mudate jechuun xumura hariiroo keessaniiti jechuu miti. Wanta mudate hundaa iftoominaan waliin mari'achuudhaan rakkoo wanta kanaaf sababa ta'e waliin ta'anii furmaata barbaaduun jaalalti teessan tan duraa caalaa daran akka dabaluu gochuu dandeessu waan ta'eef sababa kanaaf miira taane keessa seentanii rakkoo fayyaa, hawaasummaafii diinaggeetif saaxilamuun hin barbaachisu. Ulfaadhaa! Fayyaa dayaa!
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 1 920 |
| 12 | Немає тексту... | 1 904 |
| 13 | Gaafa aduun lixxu waan bari'u hin fakkaatu.
Jireenyi namaa illee takka ol takka gadi waan ta'eef, obsaa fi tattaaffiin irra taruu barbaachisa.❤
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 3 943 |
| 14 | Medicines & Their Uses 💊
1) Paracetamol → Pain, Fever
2) Amoxicillin → Bacterial Infections
3) Omeprazole → Acid Reflux, Ulcers
4) Loratadine → Allergies
5) Amlodipine → Hypertension
6) Metformin → Type 2 Diabetes
7) Diazepam → Anxiety, Insomnia
8) Atorvastatin → High Cholesterol
9) Ciprofloxacin → Urinary Infections
10) Ranitidine → Gastric Ulcers
11) Ibuprofen → Pain, Inflammation
12) Levothyroxine → Hypothyroidism
13) Clopidogrel → Blood Thinner
14) Albuterol → Asthma, COPD
15) Fluoxetine → Depression
16) Losartan → Hypertension
17) Doxycycline → Bacterial Infections
18) Insulin → Diabetes Mellitus
19) Tramadol → Moderate to Severe Pain
20) Pantoprazole → GERD, Acid Reflux
21) Cetirizine → Allergic Rhinitis
22) Warfarin → Anticoagulant
23) Morphine → Severe Pain
24) Escitalopram → Depression, Anxiety
25) Furosemide → Edema, Hypertension
26) Azithromycin → Respiratory Infections
27) Prednisolone → Anti-inflammatory
28) Gabapentin → Neuropathic Pain
29) Domperidone → Nausea, Vomiting
30) Bisoprolol → Heart Failure
31) Montelukast → Asthma, Allergies
32) Digoxin → Heart Arrhythmias
33) Sertraline → Depression
34) Metronidazole → Protozoal Infections
35) Enalapril → Hypertension
36) Lorazepam → Anxiety, Sedation
37) Rosuvastatin → Cholesterol Control
38) Salbutamol → Bronchospasm
39) Allopurinol → Gout
40) Clonazepam → Seizure Disorders
41) Tamsulosin → Benign Prostatic Hyperplasia
42) Famotidine → Acid Reflux
43) Methotrexate → Rheumatoid Arthritis
44) Hydrochlorothiazide → Diuretic
45) Sildenafil → Erectile Dysfunction
46) Levetiracetam → Epilepsy
47) Betamethasone → Skin Inflammation
48) Ramipril → Hypertension
49) Mirtazapine → Depression
50) Aspirin → Pain, Blood Clot Prevention
Disclaimer: Information shared is for awareness only, not medical advice. Always consult a qualified doctor before using any medicine.
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 6 209 |
| 15 | Немає тексту... | 5 104 |
| 16 | The minds behind the world's greatest cars.❗️
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 6 238 |
| 17 | ✨ 30 Common Abbreviations
① 🌅 AM → Ante Meridiem
② 🌇 PM → Post Meridiem
③ 🌍 GMT → Greenwich Mean Time
④ 🕒 EST → Eastern Standard Time
⑤ 🔹 etc. → Et Cetera (And So On)
⑥ 🔍 e.g. → Exempli Gratia (For Example)
⑦ 💬 i.e. → Id Est (That Is / In Other Words)
⑧ 🚫 N/A → Not Applicable / Not Available
⑨ 💬 SMS → Short Message Service
⑩ 💭 IMO → In My Opinion
⑪ ℹ️ FYI → For Your Information
⑫ 🏃 BRB → Be Right Back
⑬ 😂 LOL → Laugh Out Loud
⑭ ➡️ BTW → By The Way
⑮ 🛠️ DIY → Do It Yourself
⑯ 🚀 ASAP → As Soon As Possible
⑰ ✉️ RSVP → Répondez S'il Vous Plaît (Please Respond)
⑱ 📢 TBA → To Be Announced
⑲ ❓ FAQ → Frequently Asked Questions
⑳ 🪪 ID → Identification
㉑ 👔 CEO → Chief Executive Officer
㉒ 📊 CFO → Chief Financial Officer
㉓ 📝 PS → Post Script
㉔ ⏰ ETA → Estimated Time of Arrival
㉕ 🔐 PIN → Personal Identification Number
㉖ 👑 VIP → Very Important Person
㉗ 📅 DOB → Date of Birth
㉘ 🟢 RN → Right Now
㉙ ❔ TBD → To Be Determined
㉚ 🎉 TGIF → Thank God It's Friday
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 4 950 |
| 18 | Немає тексту... | 4 040 |
| 19 | Top 20 Most Popular Official Languages (by number of countries) 🗣️
1. 🇬🇧 English → 57 countries
2. 🇫🇷 French → 28 countries
3. 🇸🇦 Arabic → 27 countries
4. 🇪🇸 Spanish → 21 countries
5. 🇵🇹 Portuguese → 10 countries
6. 🇩🇪 German → 7 countries
7. 🇲🇦 Berber → 5 countries
8. 🇰🇪 Swahili → 5 countries
9. 🇷🇸 Serbo-Croatian → 5 countries
10. 🇷🇺 Russian → 4 countries
11. 🇲🇾 Malay-based → 4 countries
12. 🇮🇹 Italian → 4 countries
13. 🇨🇳 Chinese → 3 countries
14. 🇳🇱 Dutch → 3 countries
15. 🇮🇷 Persian → 3 countries
16. 🇵🇪 Quechua → 3 countries
17. 🇮🇳 Tamil → 3 countries
18. 🇹🇷 Turkish → 3 countries
19. 🇷🇴 Romanian → 3 countries
20. 🇸🇪 Swedish → 2 countries
📊 Source: WorldAtlas.
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 3 953 |
| 20 | 🌍 Countries Leading in Different Professions
1. 👨⚕️ Most Doctors → 🇮🇳 India
2. 👨💻 Most Engineers → 🇨🇳 China
3. 💻 Largest IT Workforce → 🇮🇳 India
4. 🔬 Most Researchers (R&D) → 🇨🇳 China
5. 🧪 Most Scientists → 🇺🇸 USA / 🇨🇳 China
6. 👩⚕️ Most Nurses → 🇮🇳 India / 🇨🇳 China
7. 👨🏫 Most Teachers → 🇮🇳 India
8..🎓 Most University Professors → 🇺🇸 USA
9. ⚖️ Most Lawyers → 🇺🇸 US
10. 💾 Most Software Developers → 🇮🇳 India
11. 💊 Most Pharmacists → 🇨🇳 China
12. 🦷 Most Dentists → 🇮🇳 India / 🇨🇳 China
13. 🏗️ Most Architects → 🇨🇳 China
14. ✈️ Most Pilots → 🇺🇸 USA
15. 📰 Largest Media & Journalism Industry → 🇺🇸 USA
16. 📊 Most Data Scientists / AI Specialists → 🇺🇸 United States
17. 🚀 Most Startup Founders / Startups → 🇺🇸 United States
18. 🏭 Largest Manufacturing Workforce → 🇨🇳 China
19. 👷 Largest Construction Workforce → 🇨🇳 China
20. 🧑🔧 Largest Skilled Labor Workforce → 🇮🇳 India
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 3 912 |
