DR. AYU
📈 Análisis del canal de Telegram DR. AYU
El canal DR. AYU (@naf37fspainbv) en el segmento lingüístico de Javanés es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 76 306 suscriptores, ocupando la posición 164 en la categoría Medicina y el puesto 390 en la región Etiopía.
📊 Métricas de audiencia y dinámica
Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 76 306 suscriptores.
Según los últimos datos del 03 julio, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de -1 754, y en las últimas 24 horas de -67, conservando un alto alcance.
- Estado de verificación: No verificado
- Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 9.45%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 4.32% de reacciones respecto al total de suscriptores.
- Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 7 212 visualizaciones. En el primer día suele acumular 3 293 visualizaciones.
- Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 29.
📝 Descripción y política de contenido
El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
“Baga Nagaan Dhuftan!
Welcome!”
Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 04 julio, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Medicina.
Carga de datos en curso...
| Fecha | Crecimiento de Suscriptores | Menciones | Canales | |
| 04 julio | 0 | |||
| 03 julio | 0 | |||
| 02 julio | 0 | |||
| 01 julio | +10 |
| 2 | Dhiironni fiixxee qaama saalaa keessan yeroo hundaa qaqqabaa ooltan yeroo walqunnamtii saalaa gootan akka sanyiin dhiiraa dafee isin irraa jiguuf akka of saaxilaa jirtan hin beeytan moo maalif akkas gootan? Yoo hin beeynes kunoo har'a irraa eegalaa baradhaa irraa of qusadhaa!!!
Ulfaadhaa! Halkan Gaarii!!!
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 5 332 |
| 3 | Faayidaa fi Miidhaa #duubaan walqunnamtii saalaa raawwachuu(Pros and cons of doggy style
✏°°°°°°°°°°°
Inni kuni kan raawwatamu yeroo baayyee dubartiin jilbeeffattee, harkaan ammoo lafa qabattee ykn dhaabbattees gadi jechuudhaan walqunnamtii saalaa raawwatamuudha. 69 jechuudhaan warri waamanis jiru😀. Akkaatuma lakkoofsota kanneenitti, dhiirri dhaabbatee, rifeensa, ykn mudhii ishee qabachuudhaan, dubartiin ammoo hudduu ishee banaa gootee(qoobsitee) bifa walqunnamtii saalatiif mijatuun lafa qabachuun ykn waan fuuldura ishee jiru qabattee kan rawwatamuudha.
Yeroo kaan ammoo erga jilbeeffattee booda harmaan ykn lapheedhaan lafa geessee dugda ishee gadi cabsachuudhaan raawwachuu dandeessi. Poosishiniin kuni baayyee hunda caala baramaa ta'uu baatus, dhiirri baayyee jaalata jedhama. Dhiiraf wanti mijataa ta'eef, akkuma beekkamu, dubartiin akkasitti yoo kennite dhiirri akka fedhe gochuu danda'a(active partner ta'a). Dubartiin ammoo sochii gochuu fi dhiira akkaataa gochaa isaa to'achuun itti ulfaata(passive partner taati jechuudha).
Dubartii akkasitti qophoofte salphumatti durbummaan ishee baduu ni danda'a. Sababni isaa, dhiirri humna guddaadhaan fi haala mijeeffatee itti dhiibuf waan itti toluuf. Kana waan beekaniif dubartoonni durbummaa qaban duuban tole hin jedhani.
Akkasumas, gosti walqunnamtii saalaa kuni namoota rakkoo dugdaa qabaniif hedduu tajaajila. Ulfaatinni walirratti dalageeffamu hin jiru. Dubartii ulfaatifillee hedduu filatamaadha. Dhiibbaa garaa ulfaa irratti uumuun rakkoo waan fiduuf, keessattuu sochii isheen akka taasistu gochuun, ofeeggannoodhaan walqunnamtii saalaa raawwatamuudha!
Akka hanqina isaatti ammoo wanti kaasuu dandeenyu, yeroo tokko tokko dubartiin fedhii bahuu dadhabuu, ijaan wal ilaaluu dhabuu fi osoo raawwatanuu kissingii gochuun ulfaachuu fa'a. Akkasumas namoonni tokko tokko walqunnamtii saalaa gosa kana namoota jaalala waliif hin qabnetu raawwata jechuudhaan jibbu(non romantic). Kuni garuu yaada dhuunfaa isaaniti malee warri haalaan waljaalatanis ni fayyadamu.
Fedhi bahuu dadhabuu ishee jenneef ammoo akka furmaatatti wanti gochuu qabnu, qubaan qinxirii sukkuumuu fi yeroo kaan ammoo cidhaanin mataa buqushaa kab kab gochuun walfixachiisuun hinuma danda'ama😀
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 6 831 |
| 4 | Sin texto... | 6 012 |
| 5 | Fedhii wal-qunnamtii saalaa dhabuu maaltu fidaa?
**********
Gaaffii hordoooftonni baay’een karaa keessaa na gaafattaniif deebiin kunooti.
Fedhii wal-qunnamtii saalaa dhabuu jechuun namni tokko saala faallaa wajjin sal-qunnamtii gochuuf kaka’uumsa dhabuu jechuudha keesssattuu isa duraanii isarra hir’achuu jechuudha. Kunis dhiiraa akkasumas dubara 5 keessaa tokko irratti muldhachuu danda’a.
Mallattooleen isaa maali?
• Fedhii salqunnamtii rawwachuuf waban dhabuu
• Waa’ee saal-qunnamtii yaaduu dhiisuu
• Waa’ee fedhii dhabuuf yadda’uu yookin dhiphachuu fi kkf
Sababoota fedhii dhabuu sal-qunnamtii Fidan:
Rakkoowwaan fedhii dhabuu akkasii fidan rakkoowwan qaamaa , xin-sammuu , umurii olka’aa fi dhiphina garmalee faa ta’uu danda’u. Kunis;
• Rakkoo kalee
• Knsariiwwaan garaagaraa
• Dhukkuubbii qaaamaa yeroo dheeraa
• Dhukkuba sukkaaraa
• Dhukkuba Onnee
• Dhiibbaa dhiigaa olka’aa
• Rakkoowwan jeequmsa hormoonii akka taayiroyidii, pirolaktinii fi kkf
• Rakkoowwwan xiinsammuu akka dhiphina garmalee, mukaa’ummaa fi rakkoowwan hariiroo keessatti muudatan.
• Sochii qaamaa gochuu dhiisuu, araada garaagaraa akka tamboo aarsuu, alkoolii baay’isuu
• Qorichoota mana yaalaa kennaman tokko tokko fi kkf
Galatoomaa! 🙏
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 6 786 |
| 6 | Sin texto... | 5 851 |
| 7 | Hin hamatin
Bara durii keessa hayyuun filosoofii beekamaan Socrates jedhamu namicha tokkoon akkas jedhee ture....
Namicha tokkotu waa itti himuu isa barbaacha dhufe. Erga dhufee boodas akkas ittiin jedhe
#Namicha "Waa'ee hiriyaa keetii wantan dhaga'e tokko sitti himuu jedhaan".
#Socrates, tole yaa ta'u garuu osoo natti hin himin dura wantoota kanniin 3 naaf deebisi ittiin jedha. Isaaniis, "1. Wanti natti himuuf jettu kun dhugaa ta'uu isaa ofiif mirkaneeffattee?
#Namicha Lakki nama irraan dhaga'e
#Socrates Tole yaa ta'u, wanta natti himuuf deemtu dhugaa ta'uu isaa hin beektu, tole wanti kun waan gaariidha?
#Namicha Lakki, faallaadha
#Socrates Tolee yaa ta'u, wanti natti himuuf jettu dhugaa ta'uu isaa hin beektu, akkasumas wanta gaarii miti. Tole wanti kun wanta na fayyadu qabaa?
#Namicha Lakki
#Socrates Wanti kun dhugaa, gaarii akkasumas faayidaa illee homaa hin qabu. Natti himuun kee maaliif barbaachise ittiin jedhe. Namichis qaana'ee itti dhiise.
Dhuma irratti, nama hamachuun gaarii miti. Faayidaas hin qabu.
Galatoomaa!!
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 7 352 |
| 8 | Sin texto... | 6 387 |
| 9 | Addaan siqaa rafaa.
**********
Wantoota qulqullina hirriibaa hir'isuun rakkoowwan fayyaa hirriiba dhabuun dhufaniif nama saaxiluu danda'an keessaa tokko walhaammatanii baay'ee walitti siqanii rafuudha. Kanaaf siree bal'aan qulqullina hirribaa dabaluu irratti gahee guddaa qaba. Siree bal'aa irra addaan siqanii rafuun fayyaaf gaaridha.
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 6 782 |
| 10 | Dubartoonni baay'een yeroo jaalala keessa seenan itti aansee waa'een dheerinaafii furdinni akkasumas bocni qaama saalaa jaalallee isaanii waan isaan dhiphisuuf dafanii arguuf dhiphatu jedha qorannoon tokko.
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 5 721 |
| 11 | Yoo qaamni saalaa dubartii qaama saalaa dhiiraa qabee gad lakkisuu dide waan godhuu qabdan...
********
Namootni lama walquunnamtii saalaa godhanii erga raawwatan booda qaamni saalaa isaanii wal gadhiisuu (walittii ba’uu dide) oduu jedhu dhageessanii beektuu?
Tarii waanti akkasii yoo isin mudate;-
*Hunda dura haalli keessa jirtan waanta hamaa ykn yeroo dheeraa fudhatu akka hin taane of yaadachiisuun gaariidha.
*Dhiphachuu / nahuun akka maashaan ishee hin diriirfanne gochuun taatee kana ni hammeessa .
*Sosocho’uu fi humnaan keessaa baasuf yaaluun dhukkubbii qaama saalaa lamaan irraan gahuu irra darbee rakkoo qaamni ofii tarsa’uu ykn cabuu keessa nama galchuu danda’a. Waanti kun nama kamuu mudachuu kan danda'udha.
* Yeroo baayyee maashaan ishee daqiiqaa kudhanii gaditti waan diriirfatuuf ofumaan kan sirraa’uufi kan miidhaa hinqaqqabsiisne waan ta’eef obsaan yoo eegan utuu gargaarsaaf nama hin waammatin rakkoo kana irraa furamuun ni danda’ama.
*Yoo yeroo dheeraa fudhatee fi rakkoo biraan kanaan wal qabatee umame [dhiiguun jiraate, dhukkubbii hamaan jiraate] gargaarsa ogeessa fayyaa argachuun ni danda’ama.
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 5 543 |
| 12 | Sin texto... | 5 132 |
| 13 | Gaafii inbox 📥 natti dhufe baay'een sa turtii walqunnaamtii saalaatin waan waqabatuuf nutis gorsa abbaa qabxii 16 akka armaan gadiitti isinif keenya
Gorsa qabxii 16 Dhiira turtii Walqunnamtii saalaa Dheeressuu barbaadduf Fayyadu…✍🏽
Humni fi turtiin walqunnamtii saalaa wantoota sadii irratti hundaa’a:
💪 Sochii qaamaa
🧠 Xiyyeeffannoo sammuu
🎯 Tarsiimoo sirrii t'e.
Yoo yeroo dheeraa walqunnamtii saalaa irra turuu barbaadde, “jabinaan qofa yaaluun” osoo hin taane, mala sirriin hojjechuun murteessaadha.
🏋️♂️ Mala Qaamaa (Physical Techniques)
1. Mala “Start–Stop”
Yeroo ofiin shaakala gootu, yeroo gara dhumaatti dhiyaattu kaka’umsa dhaabi, sekondii 30 boqodhu. Kana si’a sadii irra deebi’i. Sammuun kee “daangaa dhumaa” akka beekuf gargaara.
2. Mala qabiinsaa "Squeeze"
Yeroo gara dhumaatti dhiyaattu, morma qaama saalaa suuta garuu cimaa xiqqoo qabii sekondii muraasa turii. Kun fedhii saffisaan xumuruu hir’isa.
3. Shaakala Lafee Garaa Jalaa (Pelvic Floor Exercise)
Maashaa PC (kan fincaan dhaabuu itti fayyadamtu) cimsuun to’annoo siif kenna.
– Sekondii 3 cufi
– Sekondii 3 gadi dhiisi
– Irra deebi’i guyyaa guyyaan yaali
4. Hafuura Gadi fageenyaan Fudhatte Baafachuu (Deep Breathing)
Hafuura gabaabaa fi saffisaa fudhachuun qaama si ariifachiisa. Hafuura gadi fagoo funyaan keessaa suuta fudhadhu, qaamni kee ni tasgabbaa’a.
🎯 Tarsiimoo Jijjiirraa (Tactical Adjustments)
5. Tapha Duraa (Foreplay) Dheeressi
Yeroo 15–20 daqiiqaa dursanii walitti-dhufeenya miira qabeessa gochuun dhiibbaa yeroo “xumuraa” hir’isa.
6. Kondomii Furdaa Fayyadami
Kondomii baay’ee laafaa osoo hin taane kan furdaa yookaan “extended pleasure” jedhamu miira xiqqoo hir’isa, yeroo dheeressuf ni gargaara.
7. Haala Jijjiiri
Haala tokko irraa gara biraatti ce’uun kaka’umsa xiqqoo hir’isa. Yeroo ce’umsaatti dhungannaa fi tuquu itti fufi.
8. Haala Miira Xiqqoo Qabu Jalqabi
Haalli akka walii-galtee fuulduraan (missionary) yookaan cinaa cinaa miira gadi aanaa qabaachuu danda’a. Kanaa irraa jalqabi.
🧠 Tarsiimoo Sammuu (Mental Strategies)
9. Yaada Xiqqoo Jijjiiri (Moderation)
Yeroo gara dhumaatti dhiyaattu, yaada salphaa tokko yaadi (fakkeenyaaf, wanta hojii). Garuu guutummaatti addaan kutte yaada hojiitti hin citiin.
10. Soda Ga’umsa To’achuu (Performance Anxiety)
Walqunnamtiin shaakala agarsiisaati miti; muuxannoo walooti malee. Dhiphinni saffisa dabala. Of tasgabbeessi.
11. Miira Hiriyyaa Kee irratti Xiyyeeffadhu
Yoo xiyyeeffannoon kee miira ishee irratti ta’e, of irratti dhiibbaa xiqqeessa.
🏃♂️ Akkaataa Jireenyaa fi Qophii
12. Shaakala Duraa (“Pre-Game”)
Namoota tokko tokkoof, yeroo muraasa dura ofiin xumuruu miira gadi buusuun turtii walqunnamtii saalaa dheeressa.
13. Fayyaa Onnee fi Dhiiga Cimsuu
Fiiguu, bishaan daakuu (swimming), yookaan leenjii cimaa (HIIT) gochuun turtii walqunnaamtii saalaa ni fooyyeessa.
14. Alkoolii fi caatii (jimaa) irraa fagaadhu
Dhugaatiifi mirqaanni baay’een to’annoo balleessa, yeroo tokko tokko ammoo kaka’umsa meeshaa dhabamsiisa akka qunxurroon hin dhaabbanne godhahu.
15. Meeshaalee Miira Hir’isuu
Spray yookaan waraqaa miira xiqqoo hir’isu (akka lidocaine qabu) daqiiqaa 10–15 dura fayyadamuun gargaaruu danda’a.
16. Waliigaltee fi Marii
Haadha manaa/hiriyyaa kee waliin mari’achuun soda fi dhiphina hir’isa. Mariisisuun gammachuun to’annoo siif kenna.
❤️ Yaadachiisa
Hariiroon jabaa fi gammachiisaa ogummaa fi mala hedduu barbaada.
Kabajaa, waliigaltee, fi hubannoon bu’uura fayyaa walqunnamtii saalaati.
👉 Dhiironni: turuun ogummaa baratamu fi itti gahamuudha.
👉 Lamaan keessan: waliin gammadoodha.
Fayyaa saalaa = Fayyaa jireenyaa
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 6 901 |
| 14 | Sin texto... | 5 452 |
| 15 | Yeroo walqunnamtii saa-laa isparmii baay'ee dhangalaasuun akkamitti danda'ama?
1️⃣ Halkan hunda hirriba qulqullina qabu sa'aatii 7 hanga 9 rafuu.
2️⃣ Sochii qaamaa gochuu — garuu garmalee cimaa osoo hin taane.
3️⃣ Tamboo hin xuuxin.
4️⃣ Nyaata keessan keessatti antioxidants kan akka vitaamin C fi E, selenium, fi lycopene baayinaan fayyadama.
5️⃣ Watermelon fi shonkora-agadaa nyaachuu, shorbaa sirriitti dhugudha.
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 5 791 |
| 16 | Yeroo Walqunnamtii Saalaa Wantoota Dubartiin Jibbitu:
🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁
①. Yeruma xiqqoof qaama ho'isuu (short foreplay) : Yeruma tokkoon qaqqabachuun, dhungachuu fiiganiituma raawwachuu dubartiin kamuu hin jaalattu. Fedhiin dhiiraa dafee dhufaa dafee qorras, dubartiin garuu fedhiin ishii dafee hin dhufusii ho'inaan immoo daftee hin dhabamtu. Kanaaf qaama ho'isuun yeroo dheeraf raawwachuu qabda.
.
②. Yaada hin taane laachuu : Maali intaloo maal fakkaattaa, qaamni kee maal fakkaataa, dabbasaan kee oogana natti jejjedhaa, dafqa dafqa jetta bishaan biyyarra hin jiru moo fi wantoota kana fakkaatan jechuun akka ofitti qaanoftu gochuu hin qabdu. Yeroo walqunnamtii saalaa wantoota gaggaarii qofa dhaga'uu waan barbaadduuf waanuma gurraaf tolu qofa itti hasaasi.
.
③. Kan of jaalatu : Dhiirri fedhii isaa qofaaf dhimmamu heedduu dubartii biratti jibbama. Kan isaa fixatee achi gargalee xaxatee kan ciisu dhiiraa miti. Intaluma amma si gammachiifte tana akkamitti irraa gargalata? Ammuma fedh e yoo fedhiin kee dafee kan dhufu yoo ta'eyyuu ishii fedhii baasuuf dhamaatiin ati taasiftu ishii biratti gatii qaba. @garritube
.
④. Fedhii ishii kan hin eegne : Callisteetuma dhungachuu, tuttuquu, itti bubbu'uun hin barbaachisu. Yeroo dhungattu deebii ishii fuularraa dubbisaa ta'uu qaba. Itti hin tolle taanan jijjiiruu yookin dhiisudha. Eessa akka tuqxu, eessa akka dhungattu, akkamitti ta'uu akka qabu fedhii ishii jiddu galeeffachuu qabda.
.
⑤. Irratti shaakaluu : Yeroo fiilmii garaa garaa ilaaltu dubartoonni yeroo mangaagaa banan ni agarta. Mana keetti yeroo galte garuu jaalallee/niitiin kee hin iyyitu. Si'i garuu iyyisiisuun hawwii keeti. Dubartiin Oromoo yeroo walqunnamtii saalaa kan iyyitu yoo dhukkube qofa. Kanan ala sagalee xiqqoo ni dhageessifti (ni aaddi). Gooftaa koo fiilmii sobaa jaalallee/Haadha ijoollee keetii irratti practice ba'uu hin hawwin.
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 5 118 |
| 17 | Sin texto... | 4 569 |
| 18 | Wantoota 10 Nama Miidhagaa fi Hawwataa Si Godhan (Keessattuu Fuuldura Hiriyyaa Jaalala Keetiitti) ❤️
1️⃣ Kabajaan haadha/abbaa manaa keetitti dubbadhu.
Dubbii laafaa fi kabajaa qabu fayyaa walitti dhufeenyaa cimsu.
2️⃣ Qaama kee keessaa muraasa haadha/abbaa manaa keetiif qofa eegi.
Hundaaf of hin saaxilin; iccitii jaalala keessanii eeggachuun miidhagina dabalata.
3️⃣ Yeroo hin eegamne dhungachuu.
Kun jaalala haaromsuu fi hariiroo ho’isuuf gargaara.
4️⃣ Bakka inni/isheen jaallattu qabachuu.
Akka harka, mudhii, dugda fi kkf — kun walitti dhiyeenya dabala.
5️⃣ Haasa’a jaalalaa fi qoosaa jaalalaaf deebii kenni.
Hiriyyaa kee akka hin tuffatamne yookaan hin fudhatamneetti hin godhin.
6️⃣ Nagaa kenni.
Nagaan sammuu fi tasgabbiin garaa jaalala guddaa kakaasa. Nagaan mana keessatti jiru wanta guddaadha.
7️⃣ Walqunnamtii gaarii qabaadhu.
Guyyaa guutuu wal dubbisaa, walii dhaggeeffadhaa. Nama qaama isaa barbaaddu, karaa miiraa hin fagaatin.
8️⃣ Sirriitti uffadhu, foolii gaarii qabaadhu, qulqullina eegi.
Qulqullinni qaamaa fi uffata miidhagaa jaalala jabeessa.
9️⃣ Bakka ummataatti kabajaa qabaadhu; mana keessatti immoo bilisummaa jaalalaa qabaadhu.
Kun walitti dhufeenya keessan akka iccitii mi’aawaa ta’etti taasisa.
🔟 Ofitti amanuu qabaadhu.
Ofitti amanamummaan nama kee hawwata, akka si haaromsu fi si irra deebi’ee si argu godha.
🌸 Yaadachiisa:
Dubartoota hundaaf — yoo kaayyoon kee fuuldura abbaa manaa kee miidhagaa fi hawwataa ta’uu ta’e, jaalala dhugaa fi gaa’ela kee keessatti xiyyeeffannoon hojjedhu.
Maatiin Gaariin Gammachuu jaalalaa nagaa, fi kabajaa akkasumas wal hubannaan ijaarama. 💞
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 5 174 |
| 19 | Sin texto... | 4 582 |
| 20 | Akkuma meeshaa dhiiraatti, meeshaan dubartootaa sun yeroo dhiira argan ni kaati. Kunis yeroo isaan dhiira kajeelan ykn dhiira laalan akka meeshaa meeshaa dhiiraatti kaatif. Yeroo kaatu kanatti kilitooriniifii hidhiin gama bitaafii mirgaatin jiran dhiigan guutamtee waan dhaabbattuuf ni iitoyti/ni bokoyti. Yeroo kana miirri dhukkubbiitis itti dhagayamuu danda'a. Yeroo miira keessa galanii dhiira kajeelan/laalan kanatti akkuma warra dhiirotaa ofirratti dhangalaasuu danda'u. Hirmaannaa keessaniif galatoomaa! fayyaa dayaa!
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@Abcoromoo💌 | 5 652 |
¡Ya disponible! Investigación de Telegram 2025 — los principales insights del año 
