ar
Feedback
DR. AYU

DR. AYU

الذهاب إلى القناة على Telegram

Baga Nagaan Dhuftan! Welcome!

إظهار المزيد

📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام DR. AYU

تُعد قناة DR. AYU (@naf37fspainbv) في القطاع اللغوي Javanese لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 73 846 مشتركاً، محتلاً المرتبة 181 في فئة الطب والمرتبة 445 في منطقة Ethiopia.

📊 مؤشرات الجمهور والحراك

منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 73 846 مشتركاً.

بحسب آخر البيانات بتاريخ 03 سبتمبر, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار -1 113، وفي آخر 24 ساعة بمقدار -36، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.

  • حالة التحقق: غير موثّقة
  • معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 7.96‎%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 4.45‎% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
  • وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 5 878 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 3 283 مشاهدة.
  • التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 32.

📝 الوصف وسياسة المحتوى

يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
Baga Nagaan Dhuftan! Welcome!

بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 04 سبتمبر, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة الطب.

73 846
المشتركون
-3624 ساعات
-1787 أيام
-1 11330 أيام

جاري تحميل البيانات...

سحابة العلامات
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
الإشارات الواردة والصادرة
---
---
---
---
---
---
جذب المشتركين
سبتمبر '26
سبتمبر '260
في 1 قنوات
أغسطس '26
+15
في 7 قنوات
Get PRO
يوليو '26
+14
في 9 قنوات
Get PRO
يونيو '26
+50
في 9 قنوات
Get PRO
مايو '26
+2 648
في 3 قنوات
Get PRO
أبريل '26
+1 860
في 17 قنوات
Get PRO
مارس '26
+1 911
في 5 قنوات
Get PRO
فبراير '26
+1 402
في 11 قنوات
Get PRO
يناير '26
+7 938
في 9 قنوات
Get PRO
ديسمبر '25
+1 070
في 8 قنوات
Get PRO
نوفمبر '25
+1 743
في 11 قنوات
Get PRO
أكتوبر '25
+1 220
في 13 قنوات
Get PRO
سبتمبر '25
+2 206
في 6 قنوات
Get PRO
أغسطس '25
+3 879
في 3 قنوات
Get PRO
يوليو '25
+4 897
في 4 قنوات
Get PRO
يونيو '25
+3 090
في 8 قنوات
Get PRO
مايو '25
+4 845
في 7 قنوات
Get PRO
أبريل '25
+7 443
في 10 قنوات
Get PRO
مارس '25
+7 459
في 4 قنوات
Get PRO
فبراير '25
+6 049
في 4 قنوات
Get PRO
يناير '25
+12 851
في 2 قنوات
Get PRO
ديسمبر '24
+5 151
في 2 قنوات
Get PRO
نوفمبر '24
+31
في 1 قنوات
Get PRO
أكتوبر '24
+170
في 1 قنوات
Get PRO
سبتمبر '24
+704
في 1 قنوات
Get PRO
أغسطس '24
+2 938
في 1 قنوات
Get PRO
يوليو '24
+29
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '24
+21
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '24
+681
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '24
+2
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '24
+9
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '24
+1
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '24
+60
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '23
+3
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '23
+24
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '23
+32
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '23
+221
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '23
+2 001
في 0 قنوات
التاريخ
نمو المشتركين
الإشارات
القنوات
04 سبتمبر0
03 سبتمبر0
02 سبتمبر0
01 سبتمبر0
منشورات القناة
GUYYAA GUYYAAN QAAMA DHIQACHUUN (daily showering) fayidaa moo miidhaa qabaa? ******** Guyyaa guyyaan qaama dhiqachuun fayyaa gogaa keenyaa ni huba! Akkamitti? 1. Qaamni keenya uumamaan dibata ofirraa qabu balleessuudhaan akka gogu taasisa. Qaamni keenya yoo gogu ammoo qaawwa xixiqqoo (crack) baasuudhaan: ● Baakteeriyaan dhukkuba nama qabsiisan qaawwa sanaan seenanii akka infection uumanii fi ● Waantoonni alarjii namatti fidan/kaasan qaawwa sanaan seenanii alarjiif akka nama saaxilan taasisa. 2. Saamunaan nuti guyyaa guyyaan fayyadamnee qaama dhiqannu kan farra bakateeriyaa of keessaa qabu yoo ta'e ammoo baakteeriyoota uumamaan gogaa keenya irra jiraatan (kan ofii isaanii dhukkuba nama hin qabsiifne) dhabamsiisuun, baakteeriyoota hamoo dhukkuba nama qabsiisaniin akka bakka bu'an taasisa! 3. Qaamni keenya maadiinummaa (immunity) waantoota alagaa ta'aniif akka hin horanne taasisuu danda'a. Kunis guyyaa guyyaan qaama dhiqachuun carraa qaamni keenya waantoota naannoo jiraniin wal-argee, maadinummaa haaraa waan arge kana irratti horachuu isaa waan gadi buusuuf dha. ******** Namoonni tokko tokko garuu guyyaa guyyaan qaama isaanii dhiqachuuf sababoota armaan gadiif barbaaduu danda'u: 1. Foolii qaamaa badaa kanneen ofirraa hambisuuf dhiqachuu barbaadan. 2. Hirriba irraa yoo dammaqan miiraa gaariin gara hojii deemuuf warreen dhiqachuu barbaadan. ******** Walumaa galatti, guyyaa guyyaan qaama dhiqachuun fayyummaa qaama keenyaaf gargaarsa kan hin goone; gogaa keenyaa ammoo akka hubuu danda'u beekuun barnaachisaadha. ******** Fayyaan Faaya! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

2
+2
لا يوجد نص...
1 433
3
Araada fedhii wal-qunnamtii saalaa ofiin ofirraa baasuu (gaasee) Akkamitti dhiisuun dandaa’ama? 1.Araadaan qabamaa jirta yoo ta’e dursitee amanuu qabda. 2. Dhiisuudhaaf fedha qabda yoo ta’e dursitee akka dhiisuu dandeessu waadaa ofiif gali. 3. Kutaa dhiqannaa fi mana fincaanii keessa turuu dhiisuu 4. Yeroo gara mana dhiqannaa deemtu muuziqaa dhaggeeffadhu. Kan amantii yoo ta’ee filatamaadha. 5. Hamma itti bartutti nama biraa wajjiin qaama dhiqachuu shaakali(Nama hedduu itti dhiyaattuufi amantu) 6. Yeroo dheeraaf mana keessa qofaa turuu dhiisuu 7. Filmii wal qunnamtii saala kakaasu ilaaluu irraa of qusadhu. 8. Hojiin ala taa’uu dhiisuu Yoo ofiikee waan hojjettu hin qabaanne namoota biroo gargaaruu baradhu. 9.Saal qunnamtii seera qabeessa raawwadhu. Yeroo si barbaachisetti saal qunnamtii hiriyaakee( hadha manaa, ykn abbaa manaa) waliin raawwachuu hin sodaatiin. Araadi kun sammuu dhaloota ol adeemoo hedduu mancaasaa jira! Kanaaf of -eeggadhaa Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
2 046
4
+1
لا يوجد نص...
1 855
5
Yaada jaalala cimsuu fi hariiroo hiriyoota gaa’elaa wajjin qaban fooyyessuuf gargaaran tokko tokko... ✅Gorsa hariiroo keessan+2
Yaada jaalala cimsuu fi hariiroo hiriyoota gaa’elaa wajjin qaban fooyyessuuf gargaaran tokko tokko...  ✅Gorsa hariiroo keessan guddisuuf gargaaran tokko tokko kunooti: #1. Marii Bu’a qabeessa #2. Yeroo gahaa ta'e Waliin dabarsuu #3. Dinqisiifannaa fi Jaalala waliif qooduu #4. Kaayyoo Wal Deeggaruu sirritti qabachuu   #5. Waldhabdee Nagayaan Furuu #6. Daangaa fi Walabummaa Kabajuu: Daangaa dhuunfaa waliif beekuu fi kabajuu.  Guddina dhuunfaa fi hojiiwwan bohaartii hariiroo sanaan ala ta’aniif bakka hayyami. #7. Afaan Jaalalaatiin Wal hubachuu. #8. Waliif Dhiifama gochuu. #9. Yoo Barbaachise Gargaarsa Ogeessaa Barbaadu. ✅Jaalalli furtuu gammachuu nama hundaati. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
3 371
6
Sabakoo saba jaalalaa biyya alaa fi keessa kan jirtan akkam jirtu? Jireenyi badhaadhaa? Fayyaan keessan faaya keenya.❤ Gammachuun keessan gammachuu keenya.❤ Yaa Sabaa: Waliin Gammadaa, gaarii waliin/waliif yaadaa, bu'aa xiqqoof yookiin aangoo darbuuf wal hin jibbinaa, wal jajjabbeessaa, waliif hirkoo ta'aa, waliif dhaabbadhaa, Fayyaa fi nageenya keessaniif dursa kenna.🥰 Love you, guys.🥰 Stay with us.🥰
4 539
7
Wantoota wal dhaabdee haadha manaafii abbaa manaa jiddutti uuman keessaa ijoon hirriiba halkaniiti. Dubartiin dhiira fedhii i
Wantoota wal dhaabdee haadha manaafii abbaa manaa jiddutti uuman keessaa ijoon hirriiba halkaniiti. Dubartiin dhiira fedhii ishii hin guunnef odo waan fedhe godheefii hin gammachiisu. Dubartoonni fedhii isaanii himatuuf ni saalfatu waan ta'eef dhimma biraa fakkeessanii jeequmsa kaasu. Kanaaf dhiironni yeroo akkanaa kana dafanii haala hirriiba siree sirreessuu qabu. Walii beekun bultii bareechudha! Halkan Gaarii! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
5 520
8
"Dhuufun Faayidaa Qabdi Jechuu Dhagahee Abbaa Manaa Kootti Dhuufnaan Garaa Si Dhukkubaa Jedhee Funyaan Qabate. Foolii Dhuufuu
"Dhuufun Faayidaa Qabdi Jechuu Dhagahee Abbaa Manaa Kootti Dhuufnaan Garaa Si Dhukkubaa Jedhee Funyaan Qabate. Foolii Dhuufuu Akkamittin Balleessa?" ************ Dhuufuu dhuufuun faayidaalee hedduu qaba. Garuu, ittananii dhuufuun dhukkuba Kintaarotitiif nama saaxiluu danda'a. Kanaaf, ittananii dhuufuun gaarii miti.. Waa'een dhuufuu yoo ka'u wanti jalqaba sammuutti nama dhufu foolii isaati. Foolii dhuufuu bishaan gahaa dhuguudhaan hir'isuun ni danda'ama. Keessattuu ganama ganama garaa qullatti dhuguudhan. Halkan Gaarii!!! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
5 037
9
Stop playing for points that never leave the screen. In Gram 2048 you merge coins, earn F, and withdraw real TON to your wall
Stop playing for points that never leave the screen. In Gram 2048 you merge coins, earn F, and withdraw real TON to your wallet. Same swipe as classic 2048 — the reward is not. Open in Telegram and play for free. PLAY NOW
4 906
10
Faayidaa Burtukaanaa ================== 1. Kalee keenya irratti uumamuu dhagaa ni ittisa. 2. Hangi dhiiga diimaa qaama keenya+1
Faayidaa Burtukaanaa ================== 1. Kalee keenya irratti uumamuu dhagaa ni ittisa. 2. Hangi dhiiga diimaa qaama keenya keessaa akka dabalu ni taasisa. 3. Dhiibbaa dhiigaa keenya gadi buusa. 4. Fayyaa seelii qaama keenyaaf. 5. Utaalloo irraa dafnee fooyya'uuf 6. Dhiphachuu sammuu illee ni fooyyessa. 7. Soorata vitamin C'n badhaadhe dha. 8. Jajjabina lafee fi ilkaan keenyaaf ni gargaara. 9. Daakamuu soorataaf illee ni gargaara. 10. Dhibee onneef 11. Kaanserii nurraa ittisa. 12. Hamma kolestroolii qaama keenya keessaa ni xiqqeessa. 13. Qolli isaa immoo gogaa qaama keenyaaf gaarii dha. 14. Madaa garaa keenya keessaaf. 15. Shukkaara dhiiga keenya keessaa ni to'ata. 16. Caba_lafee nurraa ittisa. Maddi: WHO healthiest food guidlines and summary researches. Fayyaan faaya. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
10 285
11
Muduraalee 10 kanneen uumamaan fayyaa kalee keenyaa deeggaran Kaleen kee guyyaa guyyaatti xuraawaa calaluun, dhangala’aa qaamaa madaalawaa gochuu fi fayyaa kee eeguun hojii guddaa hojjatti. Carraan gaariin jiru immoo, muduraaleen tokko tokko farra-summii (antioxidants), vitaaminoota fi dandeettii qaama jiisuu (hydration) uumamaan hojii kalee deeggaran qabu. 1. Aappilii (Apples): Faayibara fi farra-dhiitoo kalee qulqulleessuuf gargaaran qaba. 2. Habhabii (Watermelon): Dhibbeentaa 90 ol bishaan waan ta'eef qaama jiisuu fi xuraawaa baasuuf gaariidha. 3. Rummaana (Pomegranates): Farra-summii dhiibbaa dhiigaa gadi buusuu fi tishuu kalee eegu qaba. 4. Ananaas (Pineapple): Inzaayimii bromelain kan dhiitoo hir'isu qaba, pootasiyeemiin isaas gadi bu'aadha. 5. Kirānbeeriis (Cranberries): Makaa proanthocyanidins jedhaman kanneen baakteeriyaan ujummoo fincaanii irratti akka hin maxxanne dhowwan qabu. 6. Wayinii (Grapes): Farra-summii humna qabeessa kan akka resveratrol jedhamu kan dhiitoo fi dhiphina kalee hir’isu qaba. 7. Buluubeeriis (Blueberries): Dhiphina oksideetivii qaama keessatti uumamu loluuf farra-summii fi flavonoids hedduu qabu. 8. Istirooberiis (Strawberries): Vitaaminii C fi farra-dhiitoo dhibee loluu danda'an qaba. 9. Loomii (Lemons): Qabiyyeen citrate isaa dhagaan kaalsiyeemii kalee keessatti akka hin uumamne gargaara. 10. Cheeriis (Cherries): Makaa anthocyanins jedhamu kan dhiitoo hir'isuu fi hamma asiidii yuriikii gadi buusu qaba. Yaada Xumuraa: Soorata madaalawaa, bishaan gahaa dhuguu fi ispoortii hojjachuun kalee kee fayyaa gochuuf karaa hunda irra caaludha. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
8 467
12
+1
لا يوجد نص...
6 925
13
FAAYIDAA ROOZMARII (Rosemary) 1. Kaansarii Ittisuuf Gargaara: Roosmariin antioxidant cimaa ta’an of keessaa qaba – fakkeenyaaf carnosol fi rosmarinic acid. Isaan kun hojiirra oolanii rakkoo kaansarii gara garaa akka kaansarii sombaa, garaachaa fi tiruu ittisuuf gargaara. 2. Yaadannoo Sammuu Fooyyessa: Qorannoon mul’isee jira akka urgaa Roosmarichaa qofaanis yaadannoo fi dammaqinaan yaaduu fooyyessuu danda’u. Akkasumas, dementia fi Alzheimer's ittisuuf ni gargaara. 3. Miira Gaarii Uumuu: Urgaan Roosmarichaa miira tasgabbaa’aa fi gammachuu namaa uumuun beekamaadha. Stresii hir’isuun, depression xiqqeessuun, qalbii tasgabbeessuuf ni gargaara. 4. Dhukkuba Mataa Bowwoo (Migraine) Ittisuuf: Roosmarii yeroo baay’ee akka qoricha aadaa dhukkuba mataa fi bowwoo sirreeffachuuf itti fayyadamu. Anti-inflammatory fi pain-relieving ta’uun isaa kana ni deeggara. 5. Immune System (Tumsaa Qaamaa) Cimsuu: Vitamin C, antioxidant fi antibacterial dhaan, Roosmarii tumsaa qaamaa jabeessuun dhibee ofirraa ittisuuf ni gargaara. 6. Bullaa’ina Nyaataa (Digestion) Gargaara: Roosmariin nyaata akka sirriitti bulleessinu, akkasumas garaacha tasgabbeessuuf ni gargaara. Akkasumas, dhukkuba garaacha akka bloating, cramps fi indigestion fayyisaa jira. 7. Guddina Rifeensaa Deggaruu: Yeroo rifeensaaf akka zayitii ykn dhiqannaatti itti fayyadamnaan, dhiibbaa dhiigaa qaama miidhaginaa keessatti dabaluun, humna asxaa rifeensaa cimsuun gargaara. Rifeensa hir’achuu ittisa. 8. Marsaa Dhiigaa (Blood Circulation) Fooyyessa: Roosmarii dhiibbaa dhiigaa keessatti hojjachuun, dhiibbaa dhiigaa fooyyessuu fi ujummoo dhiigaa bal’isuu danda’a. Kunis qaama hundaaf nyaata ga’aa fi oksijiinii geessisuuf gargaara. 9. Hafuura Gaarii Uumuu (Breath Freshener): Roosmariin mouthwash ykn cuunfaa isaa gargaaramuun afaan keessatti bakteeriyaan badiin akka hin guddanne ittisa. Kanaaf hafuura gaarii fi afaan qulqulluu namaaf fiduu danda’a. 10. Summii Tiruu Irraa Balleessuuf: Roosmarii akka diuretic tajaajiluu danda’a – kana jechuun qaama keessaa bishaanii fi summii tiruu irratti hirkatan akka ba’u godha. Tiru fayya-qabeessa akka ta’u ni gargaara. 11. Dhukkuboota Gara Garaaf Falma: Roosmariin antimicrobial fi anti-inflammatory dhaan dhibee gara garaa akka infection, hargansuu, fi dhukkuba sombaa ni lola. Akkasumas, fincaanii fi kaleessaafis ni tajaajila. 12. Dhibee Garaachaa Fayyisuuf: Akka aadaa keessatti, roosmariin dhukkuba garaachaa, baala garaacha fi dhukkuba saffisaa keessatti itti fayyadamama. Garaacha tasgabbeessuufi yaala ulfaatina nyaataa kennuu danda’a. Akkamitti Fayyadamna? Shaayii Roosmarii – Baala isaa bishaan ho’aa keessa kaa’uudhaan. Zayitii Roosmarii – Mataa, rifeensa, fi lafee irratti dibuudhaan. Urgaa (Aromatherapy) – Urgaa isaatiin miira tasgabbeessuu fi sammuu dammaquu. Nyaataf mi'eessuuf – Foonfi nyaata gara garaa keessatti ittin hojjatamu. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
7 269
14
لا يوجد نص...
6 670
15
GOSOOTA MATAA DHUKKUBBII ******* Mataa dhukkubbiin gosoota hedduu kan qabu yoo ta'u, kanneen armaan gadii kun sadan warreen hawaasa baay'inaan hubanii fi hawaasni keenya adda baasee beekuu qabudha. ******* 1. GOSA MATAA DHUKKUBBII TEENSHINII (Tension Type Headache) [Fakkii: A] kan jedhamu kun dhukkuubbii mataa kan guutummaa mataa keenyaa dhukkubuu fi dhukkubbiin isaa salphaa ta’e, yeroo baay’ee hojii keenya guyyaa guyyaa irraa nu dhorkuu hin dandeenyedha. Mataa dhukkubbiin kun, mallattoo dabalataa hin qabu, mataa dhukkubbii qofa! Inni kun qorichoota hawaasni yeroo baay’ee mataa dhukkubbiif fudhatu akka “paracetamol” fi kkf (ordinary pain killers) yoo fudhanne kan nu dhiisudha. Ka’umsi isaa guutumaa guututti beekamuu baatus muddamuu, dheebochuu fi beela’uufaa waliin walqabata. [Fakkii A] ******* 2. MATAA DHUKKUBBII MAAYIGIREENII (Migraine Headache) [Fakkii: B]: Inni kun dhukkubbii isaa baayyee hamaa fi kan hojii irraa nama hambisudha. Mataa dhukkubbii isa yeroo hedduu mataa gama tokkoon hiree kan dhukkubu, dhukkuubbii mataa keessaa nama dha’atu (throbbing), kan namatti cimaa deemu, yoo takkaa dhukkubuu eegalu sa’atii muraasaa haga guyyaa sadillee turuu kan danda’u, sochii (activity) irraan kan nama eegalu dha. Maayigreeniin mataa dhukkubbii irratti dabalataan, mallattoolee biraa kan akka balaqqamsiisuu, nyaata jibbisiisuu fi ijaan ifa ilaaluu dadhabuu of biratti qaba. Yeroo tokko tokko dhukkubbiin kun dhufuun isaa dura mallattoolee akka ija ofiitti balaqqeessa’uu, sararawwaan ziig zaag fakkaatan ija ofiitti mul’achuu fi haasaa’uu dadhabuu fi kanneen biroo argisiisa. Yeroo kana namoonni mataa dhukkubbii gosa kana qaban akka mataan dhukkubbii kun isaanitti ka'uuf jedhu ni beeku. Dhukkubbii kana kan namatti kaasan: garmalee yaadda’uu ykn muddamuu, dhugaatii alkoolii, beela’uu fi dheebochuu, baay’ee rafuu ykn hirriba dhabuu, marsaa laguu yoo dhufu (dubartootaaf), sagalee garmalee ol ka’ee nama jeequ, ifa cimaa ilaaluu, waan foolii badaa qabu fi kkf dha. Waan nutti kaasu beeknee, akkuma dhuunfaa keenyaatti irraa fagaachuu qabna. Jireenya keenya guyyaa guyyaa irratti sana irra darbee miidhaa kan fidu yoo ta’ee fi qoricha xixiqqaa mataa dhukkubbiif fudhannuun yoo dhiisuu dide hospitaala deemnee qoricha ogeeyyii yaalaan ajajamu fudhachuu qabna. ******* 3. MATAA DHUKKUBBII KILAASTERII (Cluster Headache) [Fakkii: C]: Inni kun gosoota mataa dhukkubbii bal'aa trigeminal autonomic cephalgia jedhamu keessatti kan argamu ta'ee, mataa gam tokko (bitaa ykn mirga) qofa, naannoo ijaa kan dhukkubu yoo ta’u, gama dhukkubu sanaan mallattoowwan: ija keessaa bishaan akka imimmaanii gadi dhangalaasuu, ija diimessuu fi funyaan cufuu agarsiisa. Ciminni dhukkubbii isaa garmalee hamaa, dhukkubbii mataa kanneen biroo irra kan caaludha. Dhukkubbiin isaa yoo jalqabu naannoo ijaa irraan kan eegalu, akka mataa dhukkubbii gosa kaanii suuta jedhee osoo hin taane, akka tasaa takkaa dhumatti akka ibiddaa kan namarra bu’uudha. Guyyaa keessaa sa’atii walfakkaataa irratti namatti kan dhufuu fi yeroo tokko tokko irriba keessaallee nama kaasa. Ka’umsi dhukkuba kanaa tasumaa kan hin beekamne yoo ta’u, kitaabonni tokko tokko garuu sanyiidhaan akkka darbu ibsu. Dhukkuba kana fayyisuun dadhabamus qorichootni dhukkubbii isaa hir’isanii fi daddafee akka hin dhufne taasisan ni kennamu. ******* Fayyaan Faaya. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
7 191
16
لا يوجد نص...
5 268
17
CIRRACHA KALEE ✍Kaleen dalagaa hedduu qabdi. Ammaaf dalagaa ishee kan bifa fincaanitiin xuraawaa dhiiga keessaa qulqulleessuu irratti haa xiyyeeffannu. Fincaan wantoota garagaraa of keessaa qaba. Kanneen keessaa cirrachawwan hangi isaanii baay'ee xixiqqoo (waan akka ashawaa) ta'anii isa tokkoo dha. UUmamaan cirrachawwan kunneen dhiqamanii fincaan waliin gara alaatti bahu. Yeroo tokko tokko cirrachi xixiqqoon kunneen walirratti tuulamuun cirracha guddaa fincaanii waliin bahuu hin dandeenye uumu. Cirrachi kun kalee keessaa gadi bu'ee, ujummoo kalee keessatti rakkachuun mallattoolee dhibee cirracha kalee fiduu danda'a. Cirrachi kalee, irra guddaa kalee keessatti haa uumamu malee, qaamolee sirna fincaanii (urinary system) kanneen akka ujummoo kalee, afuuffee fincaanii fi ujummoo (ujum'oo) fincaanii keessattis uumamuu danda'a. MALLATTOOLEE: Cirrachi kalee yeroo baay'ee mallattoo hin agarsiisu. Garuu, yoo gadi bu'ee ujummoo kalee keessatti rakkate, mallattoolee armaan gadii qabaachuu danda'a. ➡️Dhukkubbii lafee cinaachaa jalaa fi mundhii. Dhukkubbiin kun gara dugdaatti ykn gara nafsaalaatti faca'uu danda'a. ➡️Qaama ho'isuu (yoo infeekshiniin irratti dabalame). ➡️Oldeebisiisuu fedhuu ykn oldeebisiisuu. ➡️Fincaan amma amma fincoofsisuu. ➡️Fincaan nama gubuu. ➡️Halluun fincaanii jijjiiramuu. SABABOOTA DHIBEE KANAAF NAMA SAAXILUU DANDA'AN: ➡️Nyaata tokko tokko (fkn pirootinii baay'isuu). ➡️Ashaboo baay'isuu. ➡️Furdina akka malee. ➡️Bishaan gahaa dhuguu dhiisuu. ➡️Qorichoota tokko tokko. ➡️Dhibee biraa qabaachuu. Fkn dhibee sukkaaraa. ➡️Infeekshinii qaamolee sirna fincaanii. ➡️Ispoortii cimaa (fkn fiigicha maraatoonii). ➡️Sanyii fi kan biroo. MALOOTA DHIBEE KANA HIR'ISUUF GARGAARAN: ➡️Bishaan gahaa dhuguu. ➡️Kuduraa fi muduraa baay'inaan fayyadamuu. ➡️Ashaboo xiqqeessuu. ➡️Ulfaatina akka malee (obesity) hir'isuu. YAALA ISAA: ➡️Qorichoota farra dhukkubbii (yoo dhukkubbiin jiraate). ➡️Qorichoota farra diddigaa (yoo oldeebisiisa ta'e). ➡️Bishaan gahaa dhuguu. ➡️Cirracha caccabsanii fincaan waliin akka yaa'u gochuu. ➡️Yaala baqaqsanii yaaluu fi ka biroo. 👉Dhumarratti, maamila kiyya gaafii kana na gaafateef gorsin ani qabu, bakka 'ispeeshaalistiin' sirna fincaanii (urologist) jiru deemtee yoo ilaalamte siif wayya. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
6 442
18
لا يوجد نص...
4 975
19
Buna_aannanii 💧💧💧💧💧💧 Buna aannaniin dhuguun faayidaalee dabalataa tokko tokko qaba. Keessattuu, namoonni gubaa laphee q
Buna_aannanii 💧💧💧💧💧💧 Buna aannaniin dhuguun faayidaalee dabalataa tokko tokko qaba. Keessattuu, namoonni gubaa laphee qaban aannaniin dhuguun gaariidha. Akkasumas, bunni aannanii hamma keemikaala kaafiinii buna keessa jiruu waan hir'isuuf carraan inni hirriba dhoowwu gadi bu'a waan ta'eef galgala galgala aannaniin dhuguun gaariidha. Dabalataan, buna aannanii irraa faayidaalee biroo aannan fi Buna irraa argannu tokko tokko ni arganna. Haa ta'u malee, aannan bunatti dabalanii dhuguun hamma kaaloorii qaamni keenya argatu dabaluudhaan ulfaatinni keenya akka dabalu gochuu danda'a. Akkasumas, faayidaa buna qofa dhuguudhaan argannu farri Oksideeshinummaa (antioxidant effect) illee ni hir'ata. Galatoomaa!!! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
7 156
20
Barattoota akka biyyaatti qabxii olaanaa galmeessan lamaan.. Finfinnee, Hagayya 18, 2018- Jaalal Girmaa Barataa Mana Barumsa+1
Barattoota akka biyyaatti qabxii olaanaa galmeessan lamaan.. Finfinnee, Hagayya 18, 2018- Jaalal Girmaa Barataa Mana Barumsa Bultii Addaa WMO qormaata biyyaalessa kutaa 12ffaa bara 2018 qabxii olaanaa 591.6 fide. Jaalal Girmaa Damee Saayinsii Uumamaan qabxii 591.6 fiduun akka biyyaalessaatti sadarkaa 1ffaa qabateera. Saayinsii Hawaasaan Barataa Saadam Abdulaaziiz Umar Mana Baruumsa Bultii Addaa Dodolaa irraa qabxii 576’25 galmeessuun sadarkaa 1ffaarratti argama. Tsahaay Gulummaatiin. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
7 342