uz
Feedback
DR. AYU

DR. AYU

Kanalga Telegram’da o‘tish

Baga Nagaan Dhuftan! Welcome!

Ko'proq ko'rsatish

📈 Telegram kanali DR. AYU analitikasi

DR. AYU (@naf37fspainbv) Yava til segmentidagi kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 75 565 obunachidan iborat bo'lib, Tibbiyot toifasida 169-o'rinni va Efiopiya mintaqasida 401-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 75 565 obunachiga ega bo‘ldi.

22 Iyul, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni -1 292 ga, so‘nggi 24 soatda esa -14 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 10.11% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 3.71% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 7 642 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 2 806 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 32 ta reaksiya keladi.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
Baga Nagaan Dhuftan! Welcome!

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 23 Iyul, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Tibbiyot toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

75 565
Obunachilar
-1424 soatlar
-2487 kunlar
-1 29230 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Taglar buluti
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Iyul '26
Iyul '26
+14
6 kanalda
Iyun '26
+50
9 kanalda
Get PRO
May '26
+2 648
3 kanalda
Get PRO
Aprel '26
+1 860
17 kanalda
Get PRO
Mart '26
+1 911
5 kanalda
Get PRO
Fevral '26
+1 402
11 kanalda
Get PRO
Yanvar '26
+7 938
9 kanalda
Get PRO
Dekabr '25
+1 070
8 kanalda
Get PRO
Noyabr '25
+1 743
11 kanalda
Get PRO
Oktabr '25
+1 220
13 kanalda
Get PRO
Sentabr '25
+2 206
6 kanalda
Get PRO
Avgust '25
+3 879
3 kanalda
Get PRO
Iyul '25
+4 897
4 kanalda
Get PRO
Iyun '25
+3 090
8 kanalda
Get PRO
May '25
+4 845
7 kanalda
Get PRO
Aprel '25
+7 443
10 kanalda
Get PRO
Mart '25
+7 459
4 kanalda
Get PRO
Fevral '25
+6 049
4 kanalda
Get PRO
Yanvar '25
+12 851
2 kanalda
Get PRO
Dekabr '24
+5 151
2 kanalda
Get PRO
Noyabr '24
+31
1 kanalda
Get PRO
Oktabr '24
+170
1 kanalda
Get PRO
Sentabr '24
+704
1 kanalda
Get PRO
Avgust '24
+2 938
1 kanalda
Get PRO
Iyul '24
+29
0 kanalda
Get PRO
Iyun '24
+21
0 kanalda
Get PRO
May '24
+681
0 kanalda
Get PRO
Aprel '24
+2
0 kanalda
Get PRO
Mart '24
+9
0 kanalda
Get PRO
Fevral '24
+1
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '24
+60
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '23
+3
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '23
+24
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '23
+32
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '23
+221
0 kanalda
Get PRO
Avgust '23
+2 001
0 kanalda
Sana
Obunachilarni jalb qilish
Esdaliklar
Kanallar
23 Iyul0
22 Iyul+4
21 Iyul0
20 Iyul0
19 Iyul0
18 Iyul0
17 Iyul0
16 Iyul0
15 Iyul0
14 Iyul0
13 Iyul0
12 Iyul0
11 Iyul0
10 Iyul0
09 Iyul0
08 Iyul0
07 Iyul0
06 Iyul0
05 Iyul0
04 Iyul0
03 Iyul0
02 Iyul0
01 Iyul+10
Kanal postlari
Fedhii wal-qunnamtii saalaa guyyaatti yeroo 50 fi isaa oli... *********** Amanda jedhamti. Uumamaan guyyaatti yeroo 50 oli fedhiin saal-qunnamtii ishee garmalee dabaluun dhiibbaa guddaa irraan gaha. Yeroo sana hunda wal-qunnamtii saalaa gochuu feeti. Mee waa'ee rakkoo kana namoonni biyya keenyaa qabaniif na gaafatanis waan jiraniif waa xiqqoon isiniif barreessa. Rakkoon kun persistent genital sexual arousal disorder jedhama. Uumamaan rakkoon kun namoota muraasarratti kan mul'atu yoo tahu saala lamaan kan hubu tahus hedduminaan shamarran irratti argama. Kunis utuu dhiirri isaan itti hin buhin, waan fedhii saal-qunnamtiif isaan kakaasu osoo hin argin ykn yeroo wal-qunnamtii saalaan ala fedhiin isaanii dabaluun fiixeen qaama saalaa isaanii dhiita'uun, hidhiin ykn harmi isaanii miira addaa fedhii saal-qunnamtii keessa galuun ofto'achuu yoo dadhabanidha. Dabalataan mallattoowwan akka hafuura itti ciccituu, onneen garmalee dha'achuu, fuulli itti diimachuu, kottoonfachuu maashaawwan qaamaafi dhukkubbii qaama saalaafas dabalachuu ni mala. Namoonni tokko tokko guyyaa guyyaan fedhii ofirraa baasuu filatanis kun furmaata tahuu hin malu. Kanaaf namoonni rakkoo akkasii qabdan yaaliin xiinsammuu fi kan biraas waan jiruuf mana yaalaa deemuun ilaalamaa. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

2
+1
Matn yo'q...
1 393
3
"Dheerinnii fi Bal'inni Qaama Saalaa Dubartootaa hangami?" *** Qaamni saala dubartootaa qaama baay'ee ajaa'ibsiisaa ta'eedha. Sababni isaas, dheerinni fi bal'inni isaa namaa namatti qofa osoo hin taane, kan namuma tokkooyyuu yeroo yeroodhaan akka barbaadutti of jijijjiruu waan danda'uufi. Fknf, yeroo marsaa laguu, walqunnamtii saalaa, da'umsaa fi kkf akka barbaadetti of jijijjiira. Yeroo baay'ee garuu, dubartoota umrii walhormaataa keessa jiran qaamni saalaa isaanii dheerinni isaa jiddu galaan 7cm hanga 15cm ni ta'a. Akkasumas, bal'inni isaa 2.5cm hanga 6cm ta'uu danda'a. Kuni dhaabbataa miti. Kana jechuun, sababa jijjiiramuu hormoonii qaamaatiin yeroo garagaraatti kuni jijjiiramuu danda'a jechuudha. Akka qorannoon garagaraa ibsutti yeroo walqunnamtii saalaa gammachuu argamuuf dheerinaa fi bal'inna qaama saalaa caalaa gahee guddaa kan taphatu iddoo argama kutaa qaama kanaa kan ta'e 'clitoris' jedhamuufi qaamni saala dhiiraa iddoo kana sirriitti argachuufi argachuu dhabuudha jedha. Galatoomaa!!!! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
2 780
4
+1
Matn yo'q...
2 526
5
#KUTAA CIISICHAA SEENAN! ▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰ ▣Abbaa manaa fi haadha manaatu yaada tokkorratti wal lolu. Ergasii utuu dhiifama waliif hin godhiin kutaa ciisichaa seenu. Lamaan isaaniyyuu eenyu dursee akka dhiifama gaafatu wal eegan. ▣ Borumtaa abbaan manaa lafa hojiitti Wal gahii qaba ture. duraan haadha manaatu 'yeroon sitti gahee ka'i' jedhee hirriiibaa dammaksa. Amma garuu Wal mufatan. ▣Kanaaf abbaan manaa 'boru Wal gahiin qabaa saa'atii 11: 00 tti na kaasi'' jechuu barbaade. Garuu dursee itti dubbachuu hin barbaadne. Kanaaf waraqaa irratti boru wal gahiin qabaati saatii 11: 00 tti na kaasi'' jedhee barreessee siree irra kallatti isheen ciistuun kaa'e. ▣Ganama abbaan manaa hirriiibaa yoo ka'u saa'atiin 3:00 ta'eera. Innis baay'ee aaree, of cina yoo ilaalu waraqaa arge. Yoo dubbisuu "saatii 11: 00 ta'eera ka'i'' jedha. Innis "osoo galgala itti dubbadhe ta'e" maal qaba?'' jedhee gaabbiin of waxalee. ▣ Kana gidduutti waahilli ( hiriyaan waajjira tokko keessa wajjin hojjetan) bilbila haadha manaa isaa irratti bilbilee " Tolaan jedhama, bilbilli abbaa manaakee hin hojjetu, har'a wal gahii irraa maaliif hafe? xumura wal gahichaa irratti durgoo fi carraa torbee tokkoof biyya faransaay deemanii maatii waliin bashannanuu akka qabu amma nutti himani, carraan sii fi abbaa manaa kee darbuun hin qabu turee" jedheen . ▣Ishiiniis baay'ee aartee, "osoon dursee itti dubbadheera ta'ee carraan kun nun darbu ture" jettee gaabbiin quba of nyaachuutti kaate. ◈Asirratti waantti hubatamu ▱▱▱▱▱▱▱▱▱▱▱ Bara jiraattu keessatti 'DHIIFAMAAF' garaa bal'aa qabaachuun gaabbii hin darbine hambisa. Boqonnaa sammuu namaaf kenna.  Kanaaf har'uma, nama itti gadditeef dursii dhiifama godhiif. Maaltu beeka sababa jibba kanaa eebbi siduraa qabame jira ta'a. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
2 548
6
Matn yo'q...
2 066
7
Yeroo dargaggummaa kanatti waa hedduutu isinitti mi'aawuu danda'a. Barnoonni, hojiin, barreeffama dheeraa dubbisuun, waan arg
Yeroo dargaggummaa kanatti waa hedduutu isinitti mi'aawuu danda'a. Barnoonni, hojiin, barreeffama dheeraa dubbisuun, waan argattan walitti qabuun isinitti hadhaayuu danda'a. Keessattuu addatti dargaggummaa keessatti wanni dardaraafii dubratti mi'ooytutu jira. Wanti sun yeroofii karaa malee sa'aa 24 yoo dalagaa godhattan jiruu teessan balleessiti. Gabaabumatti, Mi'aa yeroo ammaatifii jireenya keessan fulduraa balleessaa jirtan waliif filadhaa! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
3 469
8
Dubartoonni baay'een yeroo jaalala keessa seenan itti aansee waa'een dheerinaafii furdinni akkasumas bocni qaama saalaa jaala
Dubartoonni baay'een yeroo jaalala keessa seenan itti aansee waa'een dheerinaafii furdinni akkasumas bocni qaama saalaa jaalallee isaanii waan isaan dhiphisuuf dafanii arguuf dhiphatu jedha qorannoon tokko. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
3 287
9
Dhiigni Sammuu Keessatti Dhangala'uu fi Du'a Tasaa Irraa of Eeguuf. *********** Halkan mana fincaanii deemuf hirriibaa kaataa? Sana booda waan "seera daqiiqaa sadii fi walakkaa" jedhamuun beekamuuf xiyyeeffannaa guddaa kenni. Dhiigni sammuu keessatti dhangala'uu fi du'a tasaa irraa of eeguuf seera kana hojiirra oolchuu qabdu. Qorannoon bara 2024 biyya Ameerikaatti godhame akka agarsiisutti namoota du'a tasaatin lubbuu isaanii dhaban keessaa 47.4% sababa kanaan akka ta'e agarsiisa. Kun maaliif barbaachisaa? Yeroo tasa hirribaa dammaqxu sammuun ammallee haala hirribaa keessa jira, akkasumas dafee ka’uun marsaa dhiigaa akka malee gadi bu’uu danda’a ykn akka tasaa dhiigni sammuu keessatti dhangala'uu ykn onneen tasa hojii akka dhaabdu gochuu danda'a. Karaan nageenya qabun hirriiba irraa ka'uuf: 1. Erga hirribaa dammaqanii booda sekondii 30 ciifnee turuu. 2. Sekondii 30 dabalataaf siree irra callisanii taa'uu. 3. Miila keessan lafa kaa'uun sekondii 30 dabalataa eegaa. 4. Sana booda... ka'ii nagaan gara mana fincaanii deemi. Erga hirribaa kaatan booda battalumatti bishaan hin dhuginaa! Dha'annaan onnee keessan akka tasgabbaa'uuf yoo xiqqaate daqiiqaa 3 eegaa. Sana booda suuta suutaan tasgabbiidhaan bishaan dhuguun dhiigni sammuu keessatti dhangala'e du'aa tasaatif akka hin saaxilamne godha. *********** Ulfaadhaa! Fayyaan dhabinaa! Fayyaa dahaa! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
2 868
10
Matn yo'q...
2 517
11
Mana keessatti uffata babaldhaa, yoo rafan immoo qullaa rafuun fayyaa qaama keenyaaf, keessattu qaama walhormaataaf (saala la
Mana keessatti uffata babaldhaa, yoo rafan immoo qullaa rafuun fayyaa qaama keenyaaf, keessattu qaama walhormaataaf (saala lachuufuu) baayyee gaaridha. Galatoomaa!!! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
2 509
12
Gaafa rakkinni sitti dhufu hin laafiin... ************ Jireenyi Addunyaa kanaa akka Ati yaaddetti osoo hin taane akka fedhii isatti si jiraachisuu danda'a. Jireenya jettee ati addunyaa kanarratti jiraattu kun yeroo hundaa akka ati feete siif hin taatu. Wanti ati har'a of harkaa qabdu guyyaa tokko akka dhabdu beekuu qabda. Mee fakkeenya tokkon siif fudhadha:- Nama ati hedduu jaalattu yeroo hundaa of biraa dhabuu hin feene yoo dhabdemmoo jireenyi kee hiika akka hin qabnetti fudhattee ija kee irraa buqqisuunillee si sassachiisu osoo of biraa du'aan dhabdehoo?? Ykn namni sun akka ati isa jaalatutti si jaalachuu dhiisee onneekee madeessee osoo deemehoo?? Argitee jireenya kana gaafa jiraattu dhiphinaaf, dhabaaf, gaddaaf, rakkinaaf qophaa'aa ta'uu qabda. Sababni isaas yeroo hundaa gammachuun hin jiru gaddi ni jiraata, jaalalli akkuma jiru jibbis ni jiraata, wal arguun akkuma jiru gargar bahuunis ni jiraata. Nama jaalatturraa gargar bahuu yaaduun ulfaataa ta'us guyyaa tokko dirqama nama sanirraa adda ni baata kun seera uumamaati! Kanaaf gammachuun yeroo hundaa waan hin jirreef gaddaaf of qopheessi. Gaafa rakkinni sitti dhufu hin laafiin, jireenyi rakkina kanaa booda akka waan hin jirreetti fudhattee mataa gad hin qabin jabaadhu. Boru guyyaa addaa ta'uusaa bari. Jireenya addunyaa kanaa salphisuus ulfeessuus kan danda'u suma mataa keeti. Al tokko tokko rakkinoota nu quunnamanirra rakkinichaaf deebiin nuti kenninu hedduu nu miidhu kanaaf jireenya kee salphistee jiraachuu yoo feete wanta har'a argite boru akka hin jirre, akkasumas adda bahuu namni ati hin feene guyyaa tokko akka irraa adda baatu beeytee yeroo hundumaa qophaa'aa ta'uu qabda. Halkan akkuma jiru bariinillee dhufee halkanicha akka seenaatti ni haasofta, hin dabru wanti ati jette dabree boqonnaa haaraatti ni ceeta guyyichas seenaa gootee dubbatta. Kan jaalatte si jibbus kan abdatte si ganus godoon ati ijaarratte si jalaa diigamus guyyaa tokko hunduu dabree galmee seenaa keerratti ni galmaa'a. Kanaaf yeroo hundumaa ati nama jabaa akka taateefi rakkinni si moo'uu akka hin dandeenye ofiiti himi! Gochi ati gootu firii yaada kee waan ta'eef waan gaarii yaaduu shaakali yeroos waan gaarii hojjetta jireenya kees salphistee jiraatta. Sababa malee namni kamuu addunyaa kanarratti hin uumamu atis akkasuma sababa dhalatteef qabda kanaaf gaafa rakkinni sitti dhufu guyyaa uumama kee hin abaariin! Dukkana booda ifni ni jira dukkanni har'aas darbee kaleessa ni ta'a isas borirra dhaabattee ni haasofta.... Ati uumama kaleessaafi boru walitti araarsitee har'a jiraachuu danda'u kanaaf ati yeroo hundaa nama addaati!! Jabaadhu jireenya moo'i malee jireenyi sin moo'iin ergaa kooti. ************ Ulfaadhaa! Fayyaa dahaa! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
2 359
13
Matn yo'q...
2 514
14
Wantoota gammachuu namaa balleessan keessaa tokko haadha manaatin wal loluudha. Dhiirota haadha manaa haalan sodatan ammoo ra
Wantoota gammachuu namaa balleessan keessaa tokko haadha manaatin wal loluudha. Dhiirota haadha manaa haalan sodatan ammoo rakkoo fayyaa wal-xaxaa hanga du'atti geessaniif saaxiluu danda'a. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
2 795
15
Nyaatawwan fedhii walqunnamtii saalaa dabaluufi carraa dhala argachuu dabaluu danda'an:- *Muuzii. *Hanqaaquu. *Raafuu (Goomma
Nyaatawwan fedhii walqunnamtii saalaa dabaluufi carraa dhala argachuu dabaluu danda'an:- *Muuzii. *Hanqaaquu. *Raafuu (Goommana). *Dabaaqulaa fi habaaba/luxxee. *Hundee diimaa. *Ocholonii/ Lawuzii *Chokoleetii gurraacha. *Oomishaalee garbuu. *Baaqelaafi foon diimaa fa'a. *Aannan. Galatoomaa!!! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @naf37fspainbv💌
2 921
16
Namoonni walquunnamtii saalaa torbaanitti yeroo 1 raawwatan gammachuu guddaa kan argatan yoo ta'an, warri guyyaa tokkotti yer
Namoonni walquunnamtii saalaa torbaanitti yeroo 1 raawwatan gammachuu guddaa kan argatan yoo ta'an, warri guyyaa tokkotti yeroo 7 raawwatan ammoo faallaa kanaatiin gadda, dhiphina, rakkoo sammuufii rakkoowwan fayyaa hedduuf saaxilamoodha. Galatoomaa! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
3 892
17
"Dhukkubbii Yeroo Walqunnamtii Saalaa/Dyspareunia Maaltu Namatti Fida?" *********** Rakkoon kun saala lachuu muudachuu danda'us, harka caalu garuu dubartoota irratti ni baay'ata. Akka qorannoon garagaraa jedhutti dubartoonni baayyeen jireenya isaanii keessattii yeroo wayii isaan ni muudata. Dhukkubbiin kunis xiqqaa irraa hanga hamaa gahuu danda'aa, akkasumas walqunnamtii saalaa dura, yeroo walqunnamtii saalaa fi booda ta'u danda'a. Rakkoo kana sababoonni fidan baayyeedha, sababoonni kunneenis rakkoo qaamaa ykn rakkoo xiinsammuutiin ta'u danda'a. Mee sababoota kanneen yaa ilaalluu:- *Walqunnamtii saalaa dura sirriitti wal hoo'isuu dhiisuu(poor foreplay/warm-up) ykn jarjaranii gara walqunnamtii saalaa deemuu *Qorichoota tokko tokko fudhachuu, fknf kan akka qorichoota dhibee olka'u dhiibbaa dhiigaa, dhibee garaachaa fi kkf *Umriin raaguu, keessattuu waggaa 45 booda *Miidhaan qaama saalaa fi naannoo san irra gahuu, kunis sababa yaala baqaqsanii hodhuu, balaa tasaa, kittannaa fi kkf *Dhibee infeekshiinii garagaraa, kunis dhukkuboota walqunnamtii saalan daddarban, infeekshiini ujummoo fincaanii fi kkf *Rakkoo gogaa naannoo qaama saalaa qabachuu *Rakkoo uumamaan qaamni saalaa seeraan ykn haalaan uumamuu dhiisuu *Yaala dhukkuba tokko tokkoof godhamu, fknf Kaanserii tokko tokkoof *Dhukkuboota qaama walhormaata tokko tokkoo, fknf tishuuleen keessoo gadameessa iddoo biraatti argamuu, kaanserii balbala gadameessa, iitaa gadameessa fi kkf. *Dhibee Kintaarootii. *Dhiphina fi yaaddoo hamaa ta'e. *Gudeeddi ykn seenaa akkasii. *Maashaan qaama saala dubartii ofii isaatii walitti butamuu. *Cabuu qaama saala dhiiraa fi kkf. *********** Galatoomaa! Fayyaan dhabinaa! Fayyaa dayaa! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
4 518
18
Matn yo'q...
3 812
19
"Yeroo Dhukkubbiin Kalee Nu Eegaltu Maal Gochuu Qabna?" *********** 1. Boqonnaa Godhuu fi Tasgabbaa'uu. - Waan hojjachaa jiruu dhaabun ciisuu ykn taa'uu. - Hafuura dheeraa baafachuu. - Miira dhiphinaa hir’isuuf tasgabbaa’uu. 2. Bishaan Dhuguu (yoo hin dhoowwamne): - Bishaan qulqulluu xiqqo xiqqo dhuguun kalee qulqulleessuuf gargaara. - Garuu yoo fincaan fancaa'uuf kan rakkanu ta'e ykn rakkoo onnee qabaanne, bishaan baay’ee dhuguun balaa ta’uu danda’a — kanaaf ogeessa fayyaa mariisisuun gaaridha. 3. Fincaan Ilaalu: - Fincaan dhiiga qabu, foolii qabu yookiin fincaan yoo xiqqaate, mallattoo dhukkuba kalee ta’uu danda’a. - Fincaan nama gubuun yookin dhiiga makatuun yeroo bayyee mallattoo dhukkuba kalee agarsiisa. Kanaaf dursanii odoo dhukkubbiin hin eegalin adda baafachuun barbaachisaadha. 4. Dawaa Ajaja Ogeessa Fayyaatiin Ala Liqimsuu Dhiisuu: - Dawaan tokko tokko kalee miidhuu danda’a, fakkeenyaaf ibuprofen, paracetamol fi aspirin yeroo kaleen nu dhukkubde akka dhukkubbii nurraa dhaabuf liqimsuun rakkoof nu saaxiluu danda'a. 5. Nyaata Keenya Sirreessuu: - Nyaata soogidda xiqqaa qabufii mi'eessituu baay'ee hin qabne nyaachuu. - Nyaata akka baaduu, karootii, fi kudraafii mudraa bilcheessinee fayyadamuu. *********** MallattooleeYeroo Dhukkubbiin Kalee Kaatuu: - Gubaa cimaa garaa fi dugdaa. - Fincaan dhiiga qabu fncaa'uu. - Dadhabbii cimaa. - Harkaa, miilaafii fuulli iitawuu. Mallattoo kana yoo ofirratti agartan, hatattamaan gara hospitaala deemuun dirqama. *********** Dhukkubbiin kalee yeroo baay’ee sababa infection, cirracha kalee, ykn miidhaa kalee irraa ka'uu danda’a. Dhukkuba kalee dursuu fi ittisuun dhukkuba hamaa akka dialysis irraa nu baraara. Bishaan dhuguu, nyaata sirrii nyaachuu, fi qorannoo yeroo yerootti gochuun fayyaa kalee keenyaa eeguf nu gargaara. Galatoomaa! Fayyaan dhabinaa! Fayyaa dayaa! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌
3 815
20
Matn yo'q...
3 004