BBC AFAAN OROMOO
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
显示更多📈 Telegram 频道 BBC AFAAN OROMOO 的分析概览
频道 BBC AFAAN OROMOO (@bbcafannoromoo) 爪哇语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 126 773 名订阅者,在 新闻与媒体 类别中位列第 1 740,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 213 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 126 773 名订阅者。
根据 04 七月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 263,过去 24 小时变化为 9,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 7.73%。内容发布后 24 小时内通常能获得 5.97% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 9 806 次浏览,首日通常累积 7 568 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 18。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.”
凭借高频更新(最新数据采集于 05 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 新闻与媒体 类别中的关键影响点。
数据加载中...
| 日期 | 订阅者增长 | 提及 | 频道 | |
| 05 七月 | 0 | |||
| 04 七月 | +36 | |||
| 03 七月 | +58 | |||
| 02 七月 | +48 | |||
| 01 七月 | +19 |
| 2 | Waraanni Yukireen buufati boba'aa haleellaa irratti raawwate buufataalee gurguddoo Raashiyaan qabdu keessaa tokko jedhe.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/UMhxfKH | 2 651 |
| 3 | Prezidaant Traamp Ameerikaa fi Iraan hanga sirni awwaalcha Ayaatolaah Kamenii xumuramutti marii irraa boqonnaa fudhachuu hime. Ammoo warri bo'aan dhugaa boohaa hin jiran jedhe.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eaJrNDK | 3 559 |
| 4 | Yunaayitiid Isteets hundeeffamashee waggaa 250ffaa yoo Adoolessa 4, 2026 kan kabajje richiitiiwwan dhukaasuun, xiyyaarootasamiirra bararsuufi ho'a hamaa waliini.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hXOPYGV | 3 866 |
| 5 | Faransaay fi Morookoon qormaata cimaa fi morkii jabaa keessa darbuun nuusa xumuraaf ga'anis tapha walakkaa (maayii) xumuraan wal morkatu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JRwik5l | 3 465 |
| 6 | Qabeenyi Iraan Ameerikaan uggurte gadhiifamuun dhimma falmisiisaafi wal-xaxaa Iraaniifi warra Lixaa gidduutti uumame dha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2orLx1W | 4 100 |
| 7 | Wayinii, biiraa fi farsoon gosa alkoolii etaanol jedhamu qabu. Hanga guyyaatti eegamuu ol dhuguun gosoota dhibee 50 caalan kanneen akka dhibee onnee, istrookii (dhiigni mataa keessatti dhangala'uu) fa'iif saaxilamuu namaa ol kaasa.Irra deddeebiin dhugaatii alkoolii dhuguun immoo dhiphina dabala, furdina qaamaa gar-maleefis nama saaxila.Alkooliiwwan tokko tokko kaanirraa wayyaa qabu. Sababni isaas sukkaara dhiigaa irratti dhiibbaa hin qabaatan, dhugaatii booda bututuu qaamaa namatti hin fidan. Mukaawuuf nama hin saaxilan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cLDjsgB | 4 258 |
| 8 | Haleellaa Godina Horro Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu magaalaa Agamsaatti hidhattoota Faannoon raawwate jedhameen lubbuun darbuufi qabeenyi manca'uu jiraattonniifi mootummaan beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3xpogvK | 8 679 |
| 9 | ''Akkatti dirooniin hojjetu baatii sadiif barate-garuu dirree haleellaan raawwatu deemuurraa isa hin hambisne,'' jetti haati guddisaa Vaaleery Aveeriin, Oksaanaan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/MTtnuRJ | 8 737 |
| 10 | Keep Veerdeen biyya xiqqoo addunyaa ta'uu malti, ammoo dhugumatti gurra guddaa horte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2wm90p7 | 7 802 |
| 11 | Waggoota 16 dura Somaaliyaarraa baqattummaan gara Keeniyaatti kan imale Abdii Noor Iftiin, Keeniyaatti ollaa hiyyummaan guutame keessa jiraachaa ture.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/uZqPjUc | 7 826 |
| 12 | Biyyootni baayyina uummataa guddaa qaban Indiyaan, Baangilaadeesh, Itoophiyaa fi Paakistaan hanga har'aa Waancaa Addunyaa hawwuu malee hirmaatanii hin beekan. Maaliif? Kana jijjiiruuf maal gochuu qabu?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xNnw2aq | 7 521 |
| 13 | Dureeyyiin mootummaa Itoophiyaaf maallaqa liqeessan ji'a tokko dura mootummaa Itoophiyaa akka himatan beeksisanii turan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FHWdQjE | 9 489 |
| 14 | Mootummaan Eertiraa lammiileen biyyattii maallaqa harka isaaniirra jiru hunda hanga xumura ji'a Adoolessaatti akka baankii galchan akeekkachiise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/96sSjIK | 9 529 |
| 15 | Ayatolaah Alii Kameenii gaggeessaa hafuuraa [amantaa] Iraan yoo ta'an, biyyattii keessatti aangoo hundaa ol ta'e qabu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RwO73NG | 10 553 |
| 16 | Poorchugaal Waancaa Addunyaa 2026 keessaa bahuuf dhiyeettee ture. Luukaa Moodirichiin kan dirree keessatti durfamu Kirooshiyaan dursitee galchii lakkoofsisuun dursaa turte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/df1A0g9 | 10 199 |
| 17 | Hogganaan Olaanaa haaraa Iraan Mojtaabaa Kaamenii abbaa isaanii Alii Kaamenii bakka bu'uun Iraan akka gaggeessan erga filatamanii ummatatti as hin baane.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aX3n0me | 9 389 |
| 18 | Lammiin Singaapoor namni ganna 42 Kileeraans Chuwaa harka qullaa ykn huccuu cittuu keewwatee mandhee kurfaa'an keessaa baasee saanduuqa mukaa keessa isaan kaa'ee yeroo garii gorroo duubasaatti fudhachuun isaan baraara.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/c8aZ0qT | 8 703 |
| 19 | Dubartiin Iraan Mariyam Mirkazaanii jedhamtu addunyaarratti dubartii jalqabaa badhaasa damee herregaa 'Fileds Medal' argatteedha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8JoicXK | 9 732 |
| 20 | Jiraattonni magaala Hosaanaa saroota isaanii dhibbaan lakkaawaman akka fixan ajajan. Akka jiraattonni jedhanitti daa'imman sadi dhibee saree maraatteen du'uu hordofeeti tarkaanfiin akkasii kan fudhatame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/z8jGe0B | 9 118 |
现已上线!2025 年 Telegram 研究 — 年度关键洞察 
