cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Kuusaa Faaruu OrtoOroKoon

Youtube keenya hordofaa👉 https://youtube.com/@Kooeelmedia Faarfannaa Orotodooksii Tawaahidoo kan Afaan Oromiffaa! @OrtoOroKoon Namoonni Faarfannaa qabdan akka Garee kana irratti gadhiifamu kan barbaaddan link kanaan na qunnamaa! @Kooeel

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
9 466
المشتركون
+1524 ساعات
+1387 أيام
+43730 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Gabri'eel Maariyaamiini |Ni gammachiise|x2 Ilma dhiiraa ni deessa jedhe @Ceesisa Gabri'eel Samiirraa gara keetti ergamee Misiraachoo himuuf fuula kee dhaabbate Gammadi yaa durboo nagaa si gaafate Dubaartoota keessa at kan filatamte x2        @Ceesisa Jecha Ergamichaa ati kan  simatte Bultoo Waaqaa ta'uuf ati kaadhimamte Gad of qabuummaan ke ol ol si taasise Ulfina hanga hin qabneen mooticha nuuf deesse x2        @Ceesisa Ayyaanaan guutamte  ati Maariyaamii Garaa keetti argame Waaqni Aariyaamii Abidda Waaqummaa Suraafel sodaatu Garaa keetti baatte ji'a sagal guutu        @Ceesisa Fayyisaan Addunyaa karaa kee nuuf dhufe Cubbuun Addaam hundi karaa kee nuuf hafe Kanaaf si jaallanna Giiftii Maariyaami Jennee siin labsina haadha lafaaf Samii x2 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝
إظهار الكل...
👍 1🥰 1👏 1
Qaamni kee Qaama  kootirraa Foon kan kees foon kan kootirraa Gooftaan siin anaaf qopheessee Yaada koo Anaaf milkeesse /2/    Foon kan koo foon kan keetirraa    Lafeen koos lafee keetirraa    Gooftaan  siin anaaf qopheessee    Hawwiikoo Anaaf milkeesse  /2/               @Ceesisa Yaandi koo hundinuu  ta’e Xumurrii siin naaf milkaa'e Daandiinkoo mijeffameera Kadhaan koos dhagahameeera Dhugaadha Addaam kennaakoo Kanadha Hawwiif kadhaan koo Waaqayyooni Marti sirratee Hin Gadduu kan si Abdate    Gammanneerra Gammadaa sini Kun ta'uusaa kan Hawwitani Gammanneerra Gammadaa sini Nu dhagaheera Waaqayyooni             @Ceesisa Daabiloos Rukutameera Fedhii koo Gooftaan Guuteera Si'iidha naaf Gaa'ellikoo Sirriidha si jaallachuun koo Ta'eera ishoo ta'eera Fedha koo kunoo argadheera Yaadnikoo firii godhatee Jiruun koo si waliin taate Gammanneerra Gammadaa sini Kun ta'uusaa kan Hawwitani Gammanneerra Gammadaa sini Nu dhagaheera Waaqayyooni            ==•|•== 👇👇follow us ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️     
إظهار الكل...
27👍 13🥰 8
Teessoo Onnee Koorraa Teessoo onnee koorraa mo'itii jiraadhu Kan ati hojjatte Gooftaa ormaa hin laadhu Dhiphuun koo hikameera anuu qabu gaafi Seemi laphee kootti Aduu ta'ii ifi Goonfoo mi'icha koo milkii naf akekoo Kan sitti amane qaana'ee hin beeku Eebban naguutera harkikee naqabe Akkan jiraadhufi dhugaa kee lallabee Of mil'isuuf jedhee beekamuuf sinfaarsu Na argaadhaf miti jechaan siif odeessu Siif ta'een sifaarsa kankee yaa mul'atu Siinaan saf jiraadha kan nagaa naaf laatu Bara hin lakkawu urjii samii ilaale Eegaan koo baayeedha harka keerra bule Gateettin abbumaa tasa nama quuqne Sittan of amana barrukeerra hin kufne Madaa jabaa hin qoorre cabakoo suphite Godaannisa seenaa haqxee balleesite Lafeekoo ijaarte kan namni hin beekne Kanaaf namumman koo siqofaaf of kenne            ==•|•== 👇👇follow us ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝+ @Faarfataa      #Share
إظهار الكل...
14👍 11🥰 4
Ka'eera 🎙Faaruu Du'aa Ka’umsaa 👇👇follow us ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝+ @Faarfataa      #Share
إظهار الكل...
11
Waa’ee Maariyaam nan dubbadhaa Faaruu bareedaa kana dhaggeeffadhaa 👇👇👇 https://youtu.be/ft3dm1rXI-Y?si=_CaADB1wHmy2OAM9 https://youtu.be/ft3dm1rXI-Y?si=_CaADB1wHmy2OAM9
إظهار الكل...
Waa’ee Mariyaam // F/ttuu Margee Deebisaa Faaruu Afaan Oromoo

6👍 1
Ulfina waaqayyoof Ulfina waaqayyoof harka koon oli geessa Amma reefun ba'ee Dukkanicha keessaa Yaadni koos deebi'e eenyummaa koos baree Karaan jireenya koo wangeelan diriiree        @Ceesisa Gamana dhaabadhee biyyaa baadisaatti Gaamatti ilaale qaraniyoorraatti Hoolicha waaqayyoo isa tsihoon gubba Abaarsi seexana kanaan nurra darbaa           @Ceesisa Ajaa’ibsiifadhe seenaa eenyummaa koo Galaana yoordanoos biyyi dhaloota koo Hafuura qulqullu jedhama lammiin koo Iyyesuus Kiristoos kayyoo jireenya koo            @Ceesisa Isa jaaladheef miti isaa na jaalate Jireenya isa dhumneef jedhe naa filatee Jaalalasaa arge qaraniyoo irraatti Boqonnaan argadhe fannoosaa jalatti          ===|==== 👇👇Follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝
إظهار الكل...
👍 19 18👏 8
Anoo hin raafamu 📌 F/ttuu Kabbabuush Dhaabasaa 👇👇follow us ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa     #share
إظهار الكل...
11👍 5
إظهار الكل...
♦New ANOO HIN RAAFAMU F/ttuu Kabbabuush Dhaabasaa Faaruu Afaan Oromoo

Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tewaahidoo haaraa New Ethiopian Orthodox tewahido mezmur #faarfannaa_afaan_oromoo #like #new #serg #subscribe

40👍 11🥰 6
Giiftii Keenya /እመቤታችን/ ♦ Giiftii keenyaa Araarsummaa keen Dubroo Maariyaam Araarsummaa keen Fayyisaa Addunyaa Raajii Hojjete bishaan Qaanaatiin *2 Raajii Waaqayyootif.... Bishaan Qaanaatiin Carroomuun Filamte Qaanaa Za Galiilaan Kan jalqabaa taate
Qaanaa Taasisuuf kan jalqabaa raajii Hojjete Kabajni Dubroof Araarsummaan ishees mullate
Beektee Waan jetteeniif.... Bishaan Qaanaatiin Waynii Hin Qabanii Bishaan Wayni yo ta'u Hunduu ilaalani
Qaanaa Taasisuuf kan jalqabaa raajii Hojjete Kabajni Dubroof Araarsummaan ishees mullate
Keessummeessitoonni.... Bishaan Qaanaatiin Yaaddoon isaan raase Ilmi Dubroo maaryaam Dhiphinaa isaan baase
Qaanaa Taasisuuf kan jalqabaa raajii Hojjete Kabajni Dubroof Araarsummaan ishees mullate
Nutis ni Amanna.... Bishaan Qaanaatiin Jechasheen dubbattu Waadaasheef Galameen Hundi akka sirratu
Qaanaa Taasisuuf kan jalqabaa raajii Hojjete Kabajni Dubroof Araarsummaan ishees mullate
             ==•|•== 🎙 F/taa Tafarraa Baqqalaa 👇👇follow us ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️
إظهار الكل...
40🥰 21👍 12👏 7
🎙 Fooliinkee 🎙 Fooliin kee /urgaa'e/*2 |×4| Mikaa'elii Fooliin kee urgaa'e/2/ Eeyyee Ergamoota keessaa aangoonkee olaanaa Aboo siif kennameen kan moo’atte diina Gammojjii keessatti Israa'eel sit eege Gara laafessadha garraamii akka gugee Gaarummaa hojjetta Raamaa irraa dhufte Seenaa Bahiraanis gaariitti jijjiirte Saaphana Diinotaa afuuraan guggubdee Dhiphina sheerratti Afoomiyaa qaqqabde maqaan kee guddaadha baayyuma raajiidha Balaqeessa uffatta gonfoon kees addadha Mannaa samii buuste sabakee kan soorte Bala'aam dhoorkitee kan eebbaa taasiste Mikaa'eel Muudamte Ergamoota irratti Sodaadhan sagadda fuula Waaqayyotti Kasoominni kee adda tajaajilaa dhugaa Kennaa argatteenis nuuf buusta nagaa! ==•|•== 📌 F/ttuu Margee Deebisaa 👇👇follow us ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa     #share
إظهار الكل...
41👍 22👏 2🥰 1