ar
Feedback
ABDII SABAA

ABDII SABAA

الذهاب إلى القناة على Telegram

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 💬Contact Us💬 @AbdiiSabaaDm 🎯BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university

إظهار المزيد

📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام ABDII SABAA

تُعد قناة ABDII SABAA (@abdii_sabaa) في القطاع اللغوي Javanese لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 595 591 مشتركاً، محتلاً المرتبة 40 في فئة التعليم والمرتبة 2 في منطقة Ethiopia.

📊 مؤشرات الجمهور والحراك

منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 595 591 مشتركاً.

بحسب آخر البيانات بتاريخ 04 سبتمبر, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار 19 624، وفي آخر 24 ساعة بمقدار 102، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.

  • حالة التحقق: غير موثّقة
  • معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 25.74‎%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 11.68‎% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
  • وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 153 314 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 69 545 مشاهدة.
  • التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 1 198.

📝 الوصف وسياسة المحتوى

يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 💬Contact Us💬 @AbdiiSabaaDm 🎯BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university

بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 05 سبتمبر, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة التعليم.

595 591
المشتركون
+10224 ساعات
+7787 أيام
+19 62430 أيام

جاري تحميل البيانات...

سحابة العلامات
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
الإشارات الواردة والصادرة
---
---
---
---
---
---
جذب المشتركين
سبتمبر '26
سبتمبر '26
+598
في 30 قنوات
أغسطس '26
+25 256
في 61 قنوات
Get PRO
يوليو '26
+22 673
في 31 قنوات
Get PRO
يونيو '26
+3 701
في 39 قنوات
Get PRO
مايو '26
+195
في 24 قنوات
Get PRO
أبريل '26
+124
في 46 قنوات
Get PRO
مارس '26
+2 882
في 44 قنوات
Get PRO
فبراير '26
+1 486
في 36 قنوات
Get PRO
يناير '26
+1 588
في 37 قنوات
Get PRO
ديسمبر '25
+746
في 47 قنوات
Get PRO
نوفمبر '25
+1 536
في 58 قنوات
Get PRO
أكتوبر '25
+2 433
في 50 قنوات
Get PRO
سبتمبر '25
+24 934
في 166 قنوات
Get PRO
أغسطس '25
+7 110
في 62 قنوات
Get PRO
يوليو '25
+23 166
في 62 قنوات
Get PRO
يونيو '25
+7 576
في 59 قنوات
Get PRO
مايو '25
+3 917
في 47 قنوات
Get PRO
أبريل '25
+1 915
في 48 قنوات
Get PRO
مارس '25
+2 408
في 45 قنوات
Get PRO
فبراير '25
+5 633
في 51 قنوات
Get PRO
يناير '25
+5 964
في 68 قنوات
Get PRO
ديسمبر '24
+9 169
في 74 قنوات
Get PRO
نوفمبر '24
+18 281
في 67 قنوات
Get PRO
أكتوبر '24
+18 241
في 87 قنوات
Get PRO
سبتمبر '24
+39 864
في 103 قنوات
Get PRO
أغسطس '24
+52 993
في 84 قنوات
Get PRO
يوليو '24
+16 939
في 117 قنوات
Get PRO
يونيو '24
+14 192
في 47 قنوات
Get PRO
مايو '24
+7 947
في 38 قنوات
Get PRO
أبريل '24
+6 377
في 41 قنوات
Get PRO
مارس '24
+7 060
في 31 قنوات
Get PRO
فبراير '24
+10 136
في 49 قنوات
Get PRO
يناير '24
+7 513
في 58 قنوات
Get PRO
ديسمبر '23
+5 770
في 46 قنوات
Get PRO
نوفمبر '23
+10 212
في 64 قنوات
Get PRO
أكتوبر '23
+44 182
في 76 قنوات
Get PRO
سبتمبر '23
+14 564
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '23
+23 128
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '23
+14 907
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '23
+3 687
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '23
+4 143
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '23
+2 805
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '23
+4 052
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '23
+5 873
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '23
+26 357
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '22
+6 520
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '22
+6 645
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '22
+13 700
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '22
+18 260
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '22
+6 608
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '22
+5 827
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '22
+6 464
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '22
+11 921
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '22
+7 030
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '22
+20 256
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '22
+3 601
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '22
+1 080
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '21
+2 025
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '21
+5 307
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '21
+4 722
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '21
+4 018
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '21
+3 576
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '21
+7 593
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '21
+6 435
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '21
+7 426
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '21
+5 569
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '21
+6 658
في 0 قنوات
التاريخ
نمو المشتركين
الإشارات
القنوات
06 سبتمبر0
05 سبتمبر+72
04 سبتمبر+116
03 سبتمبر+131
02 سبتمبر+80
01 سبتمبر+199
منشورات القناة
Balaan Ibiddaa Magaalaa Finfinneetti Mudate Guutummaatti To'annoo Jala Oole Magaalaa Finfinnee, Kutaa Magaalaa Addis Katamaa
+3
Balaan Ibiddaa Magaalaa Finfinneetti Mudate Guutummaatti To'annoo Jala Oole Magaalaa Finfinnee, Kutaa Magaalaa Addis Katamaa Aanaa 08, addatti naannoo Gabaa Aamadeetiin gadi bu'ee iddoo Shaamaa Taraa jedhamutti suuqota daldalaa irratti mudatee kan ture balaan ibiddaa tasaa guutummaatti to'annoo jala oole. Balaan kun hammaatee miidhaa caalu osoo hin geessisin hatattamaan to'atamuun isaa hawaasa naannichaatiif boqonnaa guddaa uumeera. Komishiniin Hoggansa Hojii Sodaa Balaa akka beeksisetti, tarkaanfii ariitaa fi qindaa'aa ogeeyyiin ittisa balaa ibiddaa fudhataniin ibiddichi gara manneen daldalaa birootti osoo hin babal'atin ittisuun danda'ameera. Milkaa'ina balaa kana to'achuu keessatti carraaqqii ogummaa ol'aanaa ogeeyyiin ittisa ibiddaa agarsiisan, tumsa guutuu jiraattota naannichaa, akkasumas hojii qindaa'aa dhaabbileen dhimmichi ilaallatu taasisantu gumaacha olaanaa taphateera jedhameera. Yeroo ammaa kana, ka'umsi balaa ibiddaa kanaa maal akka ta'ee fi miidhaan qabeenya irra gahee ogeeyyiidhaan qoratamaa fi qulqullaa'aa akka jiru ibsameera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA

2
Abidda Markaatootto mudateen walqabatee bakkichatti namooti argamtan nu qunnamaa 👉 https://t.me/ABDII_SABAA?direct
32 413
3
Dorgommiin 'Miss World 2026' Xumurame; Joheirry Mola Riippaabiliika Dominiikaan Irraa Mo'attuu Yemmuu Taatu, Ruut Yirgaalam O+2
Dorgommiin 'Miss World 2026' Xumurame; Joheirry Mola Riippaabiliika Dominiikaan Irraa Mo'attuu Yemmuu Taatu, Ruut Yirgaalam Osoo Hin Darbin Hafte Dorgommiin bareedinaa addunyaa 'Miss World 2026' 75ffaan magaalaa Nha Trang, biyya Veetnaam keessatti har'a galgala xumurameera. Dorgommii kanaan bakka buutuun Riippaabiliika Dominiikaan kan taate Joheirry Mola Dominguez mo'attuu 'Miss World 2026' ta'uun gonfoo kana injifatteetti. Akkasumas bakka buutuun Ispeen Elisabeth Reynés sadarkaa lammaffaa bahuun dorgommicha xumurteetti. Gama birootiin, bakka buutuun Itoophiyaa Ruut Yirgaalam dorgommii kanarratti hirmaachuun aadaa biyyattii, keessattuu uffata aadaa Oromoo waltajjii addunyaarratti haala miidhagaa ta'een kan calaqqisiiste ta'us, gara dorgomtoota 40 (Top 40) duraa keessa osoo hin seenin hafteetti. Biyyoota Afrikaa irraa dorgomtoota 40 duraa keessa seenuu kan danda'an bakka buutota biyyoota Naajeeriyaa, Afrikaa Kibbaa, Zaambiyaa fi Eertiraa akka ta'an gabaafameera. Haa ta'u malee, Ruut Yirgaalam waltajjii idil-addunyaa kanarratti hirmaachuun ishee fi aadaa Itoophiyaa addunyaaf beeksisuun ishee injifannoo guddaa akka ta'e deeggartoonni ishee ibsaa jiru. Gonfoo dhabdus, onnee lammiilee ishee keessatti kabaja guddaa argatteetti jechuun miidiyaalee hawaasaa irratti ergaa jajjabinaa fi dinqisiifannaa isaanii dabarsaa jiru. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
37 885
4
Dorgommiin Xumuraa 'Miss World 2026' Har'a Kan Gaggeeffamu Yoo Ta'u, Ruut Yirgaalam Itoophiyaa Bakka Bu'uun Waltajjiitti Baat
Dorgommiin Xumuraa 'Miss World 2026' Har'a Kan Gaggeeffamu Yoo Ta'u, Ruut Yirgaalam Itoophiyaa Bakka Bu'uun Waltajjiitti Baati Dorgommiin bareedinaa addunyaa 'Miss World 2026' si'a 75ffaaf qophaa'e har'a magaalaa Nha Trang, biyya Veetnaam keessatti xumura isaa kan argatu yoo ta'u, dorgommii xumuraa kana irratti bareedduun Ruut Yirgaalam Itoophiyaa bakka bu'uun waltajjii idil-addunyaarratti biyya ishee ni waamcisiifti. Dorgommiin xumuraa kun hawwii guddaan kan eegamu fi lammiileen Itoophiyaa hedduun ija hawwatiin waltajjii kana hordofuuf qophii ta'uu isaanii ibsaa jiru. Akka yaadatamutti, waggaa darbe bara 2025tti bakka buutuun Itoophiyaa Haasseet dorgommii wal fakkaatu irratti sadarkaa lammaffaa bahuun, akkasumas gonfoo 'Miss World Africa' injifachuun seenaa boonsaa hojjettee turte. Har'a immoo Ruut Yirgaalam milkaa'ina seena-qabeessa sana itti fufsiisuun, alaabaa biyyattii sadarkaa addunyaatti ol kaasuuf qophii gahaa taasisuun ishee beekameera. Tamsaasi dorgommii xumuraa kunis akka lakkoofsa sa'aatii biyya keessaatti guyyaa sa'aatii 10:00 irraa eegalee kallattiin kan darbu ta'a. Hawaasni bal'aafi jaallattoonni dorgommii bareedinaa, Ruut Yirgaalamiif carraa gaarii hawwaa, onnee guutuun ishee cinaa dhaabbachuun waancaa fi injifannoo boonsaan akka deebitu hawwii qaban ibsachaa jiru. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
51 813
5
Magaalaa Qobbootti Namoota Maanguddoo Irratti Gocha Safuun Ala Ta'e Raawwatan To'achuuf Hordoffiin Eegalame Godina Harargee B
Magaalaa Qobbootti Namoota Maanguddoo Irratti Gocha Safuun Ala Ta'e Raawwatan To'achuuf Hordoffiin Eegalame Godina Harargee Bahaa, magaalaa Qobboo keessatti, namoota maanguddoo umriin raagan tokko irratti gocha safuu fi aadaa hawaasaatiin ala ta'e raawwatan to'annoo seeraa jala oolchuuf poolisiin hordoffii cimaa taasisaa akka jiru beekameera. Maanguddoon kun mana amantaa magaalattii keessatti argamu tokko keessa dahatanii kan jiraatan yoo ta'u, namoonni sirna awwaalchaaf gara iddoo sanaa dhufan koofiyaa isaanii irraa fuudhuun gocha ulfina isaanii salphisu irratti raawwachuu isaaniitiin hawaasa naannichaa biratti aarii fi mufii guddaa uumeera. Gocha fokkisaa kana hordofuun, abbootiin amantaa, dargaggoonni naannichaa, Kantiibaa magaalattii Obbo Kaaliid fi bulchitoonni biroo qaamaan bakka maanguddoon kun jiranitti argamuun jajjabinaa fi deeggarsa hatattamaa taasisaniiru. Akka maddeen keenya ifoomsanitti, kantiibichaa fi qaamoleen hawaasaa kunniin maanguddoo kanaaf deeggarsa nyaataa, uffataa fi meeshaalee dawoo ykn golgoo iddoo jireenyaa ta'an dhiyeessaniifii jiru. Dargaggoonni naannichaas gocha kana cimsanii balaaleffachuun, maanguddoota kunuunsuun dirqama aadaa fi namoomaa hawaasa hundaati jechuun namoonni hundi deeggarsa akka taasisan waamicha dhiyeessaniiru. Kantiibaan magaalaa Qobboo Obbo Kaaliid ergaa dabarsaniin, "Abbootii fi maanguddoota keenya kunuunsuu fi gargaaruun dirqama namoomaa fi aadaa hunda keenyaati," jechuun haasaa taasisan maanguddoo kanaaf kabajaa fi onnee kan kenne ture. Dhimmuma kanaan wal qabatee, rogeeyyiin fi fayyadamtoonni miidiyaa hawaasaa adda addaa tumsa hawaasa fi bulchitoota magaalattii dinqisiifachuun, kantiibaan magaalattii fuuldurattis maanguddoo kanaaf mana jireenyaa dhaabbataa akka kennaniif gaaffii dhiyeessaa jiru. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
61 615
6
Dubartoota Dirqisiisun Magaalaa Roobeetti Namoonni Hojii Sagaagalummaatti Bobbaasan Adabbii Cimaan Adabaman Magaalaa Roobee,
Dubartoota Dirqisiisun Magaalaa Roobeetti Namoonni Hojii Sagaagalummaatti Bobbaasan Adabbii Cimaan Adabaman Magaalaa Roobee, Godina Baalee keessatti namoonni shan eeyyama daldala dhugaatii ykn guroosarii dawoo godhachuun dubartoota fedhii isaaniin ala dirqisiisanii daldala sagaagalummaa irratti bobbaasaa fi miidhaa irraan ga'aa turan adabbii hidhaa waggaa 23 l fi maallaqaan adabamuu Qajeelchi Poolisii Magaalattii beeksiseera. Kominikeeshinii Qajeelcha Poolisii Magaalaa Roobee Inispeektar Getaachaw Taammiruu akka ifoomsanitti, himatamtoonni kunniin ganda Zeyibalaa Walaashee keessatti mana bashannanaa halkanii "El Kilaasikoo" jedhamu keessatti dubartoota hojii keessummeessummaan qaxaranii erga fidanii booda, dirqisiisun gocha suukkanneessaa fi farra namoomaa kana raawwachaa turaniiru. Dhimmicha of eeggannoon qoratee kan hordofe Manni Murtii Ol'aanaa Magaalaa Roobee, ragaa guutuu dhagahee mirkaneeffachuu isaatiin namoota shanan kana irratti murtii dabarseera. Haaluma kanaan, himatamaa 1ffaa kan ta'e Tarreessaa Fiqaaduu gochicha ijaaruu fi hogganuun, akkasumas gocha gudeeddii raawwachuun yakkamuu isaatiin hidhaa cimaa waggaa 23 fi adabbii maallaqaa qarshii kuma dhibba lamaan akka adabamu murtaa'eera. Bifuma walfakkaatuun himatamaa 2ffaa kan ta'e Daani'eel Dasseen hidhaa waggaa kudhanii fi maallaqa qarshii kuma kudhaniin yoo adabamu, himatamaa 3ffaa Warquu Dameen immoo hidhaa waggaa ja'aa fi adabbii maallaqaa qarshii kuma afurtamii shaniin adabameera. Dabalataanis, ragaaleen dhiyaatan himatamtoota biroo akka saaxilanitti, himatamaa 4ffaa fi 5ffaa kanneen ta'an Tamasgeen Fiqaaduu fi Beeknaa Mahaammad tokkoon tokkoon isaanii adabbii hidhaa waggaa tokkoo fi ji'a saddeetiin akka adabaman manni murticha murteesseera. Jiraattonni magaalattii fi qaamoleen hawaasaa gocha yakkaa hawaasummaa fi safuu tuqu akkasii saaxiluu irratti poolisii waliin ta'uun tumsa isaanii akka cimsan waamichi dhiyaateera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
62 946
7
Viidiyoo Ediitingii (Video Editing) Bilbila Harkaa Qofaan Baradhaa! Viidiyoowwan qulqullina olaanaa qaban bilbila harkaa kees
Viidiyoo Ediitingii (Video Editing) Bilbila Harkaa Qofaan Baradhaa! Viidiyoowwan qulqullina olaanaa qaban bilbila harkaa keessan qofaan akkamitti akka 'edit' gootan barachuu ni barbaadduu? Carraa gaarii dhiyaate kana fayyadamaa! Dandeettii kana horachuuf ulaagaan barbaadamu bilbila harkaa (Smartphone) qabaachuu qofa yoo ta'u, kaffaltii baay'ee xiqqaa ta'e, qarshii 199 qofaan barnoota kana guutummaatti argachuu ni dandeessu. Ogummaa yeroon kun barbaadu kana horachuuf carraa kanaan fayyadamaa! Barnoota kana amma eegaluuf liinkii asii gadii kana tuqaa: 👇👇👇 https://fulbek.com/learn/video-editing-f9b9b1ef barnooti kun @Abdii_Sabaa_University tiin isniif qophaa'e. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
63 169
8
Bakka Buutuun Itoophiyaa Dorgommii 'Miss World' Irratti Aadaa Oromoo Agarsiisuun Dinqisiifannaa Guddaa Argatte Dorgommii bare+3
Bakka Buutuun Itoophiyaa Dorgommii 'Miss World' Irratti Aadaa Oromoo Agarsiisuun Dinqisiifannaa Guddaa Argatte Dorgommii bareedinaa addunyaa 'Miss World' magaalaa Nha Trang, biyya Veetnaamitti gaggeeffamaa jiru irratti, bakka buutuun Itoophiyaa Ruut Yirgaalem agarsiisa aadaa 'Dances of the World' jedhamu irratti uffata aadaa Oromoo uffachuun daawwattoota kumaatamaan lakka'aman haala adda ta'een booji'uu dandeesseetti. Qophii Fulbaana 2 gaggeeffame kanarratti, bakka buutuun kun uffata aadaa miidhagaa fi hawwataa ta'e uffattee sirbaa fi shubbisa aadaa ishee waltajjii addunyaarratti dhiyeessuun dinqisiifannaa guddaa argachuu ishee odeeffannoon karaa miidiyaa (MWO / Ricardo Siviero) qoodame ifoomseera. Taatee gammachiisaa kana cinaatti, maddeen keenya miidiyaa hawaasaa irraa akka taajjabanitti, namoonni fi qaamoleen fiinxaaleyyii ilaalcha dhiphaa qaban tokko tokko, bakka buutuun kun waltajjii idil-addunyaarratti aadaa Oromoo filattee uffachuu isheetti qeeqa jibbiinsaa dhiyeessaa jiru. Qaamoleen kunniin "maaliif aadaa Oromootiin biyya bakka buute" jechuun yaada jibba sabaa irratti hundaa'ee fi walitti bu'iinsa kakaasu tamsaasaa akka jiru.  Gama biraatiin, lammiileen fi fayyadamtoonni miidiyaalee hawaasaa hedduun gocha fiinxaalessoota kanaa cimsanii balaaleffataniiru. Namoonni yaada isaanii kennan akka himanitti, aadaan Oromoo qaama guddaa ibsituu eenyummaa biyyattii ta'ee osoo jiruu, qeeqni dhiyaatu kun duubatti hafummaa fi jibbiinsa dhukkuba ta'e kan calaqqisiisudha jechuun bakka buutuu kanaaf deeggarsa guutuu agarsiisaniiru. Sirni xumuraa dorgommii 'Miss World' kun Fulbaana 5, galgala sa'aatii 8:00 PM (akka lakkoofsa sa'aatii biyya Veetnaamitti) kallattiin kan darbu yoo ta'u, daawwattoonni addunyaa maraa hawwiin eegaa jiru. Dorgommii kanaanis bakka buutuun Itoophiyaa qabxii gaarii ni galmeessiti jedhamee abdatama. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
83 697
9
Ramaddii Yuunivarsitii: Barattoota Qormaata Kutaa 12ffaa Darbitaniif Filannoon Yuunivarsiitii Ifa Ta'e Ministeerri Barnootaa
Ramaddii Yuunivarsitii: Barattoota Qormaata Kutaa 12ffaa Darbitaniif Filannoon Yuunivarsiitii Ifa Ta'e Ministeerri Barnootaa beeksisa haaraa baaseen, barattoota bara 2018 qormaata biyyoolessaa xumura sadarkaa lammaffaa fudhachuun sagantaa idileetiin qabxii darbiinsaa dhaabbilee barnoota olaanoo galmeessistan hundaaf filannoon yuunivarsiitii fi gosa barnootaa eegaluu isaa ifoomseera. Haaluma kanaan, barattoonni guyyaa har'aa, Hagayya 28 irraa eegalee hanga Qaammee 5, bara 2018tti gara mana barumsaa deemuun osoo isin hin barbaachisiin, bakka jirtanitti ofuma keessanii karaa toora interneetii filannoo keessan akka guuttattan Ministeerichi himeera. Raawwii filannoo kanaafis barattoonni marsariitii (Link) 'https://student.ethernet.edu.et/' jedhu fayyadamuun haala salphaan sirreessuu ni danda'u. Gama biraatiin, barattoota dhukkubsatanii ragaa wal'aansaa qaban, qaama miidhamtoota, lakkuuwwan saala walfakkaataa qabanii fi haadholii daa'ima ji'a ja'aa gadii hoosisan ilaalchisee deeggarsi addaa kan taasifamuuf yoo ta'u, ulaagaa kanaaf kanneen madaalaman ragaa fayyaa ykn dhugoomsaa seera qabeessa ta'e of harkaa qaban marsariiticha irratti walqabsiisuun akka isaan irraa eegamu hubachiifameera. Yeroon kenname murtaa'aa fi gabaabaa waan ta'eef, barattoonni hundi carraa kanatti fayyadamuun osoo guyyaan isin jalaa hin darbiin xiyyeeffannoon filannoo keessan akka xumurattan dhaamameera. Hawaasnis ta'e maatiin ragaa kana hiriyoota fi barattoota naannoo keessan jiran waliin qooduun barattoonni haala mijaawaan gara dhaabbilee barnoota olaanoo akka makaman gahee keessan bahaa. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
92 101
10
Qormaati Ba'uufi Wanti Barattooti Dubbisan Wal Hin Argu Jedhame. Barattootni hedduunis qormaatichi jireenya keenya dukkaneess+1
Qormaati Ba'uufi Wanti Barattooti Dubbisan Wal Hin Argu Jedhame. Barattootni hedduunis qormaatichi jireenya keenya dukkaneesseera jechuun komii isaanii ibsataniiru. Qorannoon haaraa dhiheenya kana Ministeera Barnootaa fi Yuunivarsiitiiwwan gurguddoo biyyattii tiin qophaa'e akka ifoomsetti, Qormaatni Ba'umsaa (Exit Exam) dhaabbilee barnoota olaanoo keessatti kennamaa jiru qabxii barattootaa fi sanadoota dubbisaaf kennamuuf waliin akka wal hin simne mirkaneesseera. Qorannoo kana irratti akka eerametti, dhaabbileen barnootaa dhuunfaa sadii sagantaa barnootaa kamiiniyyuu barataa tokko illee dabarsuu kan hin dandeenye yoo ta'u, Itoophiyaan addunyaa irraa biyya qofaatti gosa barnootaa hundaan qormaata ba'umsaa kennitu ta'uun ishee himameera. Waraqaan qorannoo kun kan dhiyaate waltajjii marii Hoteela Iskaay Laayititti taa'ame irratti yoo ta'u, ogeeyyiin Ministeera Barnootaa fi Yuunivarsiitiiwwan adda addaa irraa walitti dhufan hirmaataniiru. Ogeessa qorannoo kana dhiyeessan keessaa tokko kan ta'an Dr. Abirahaam Tulluu akka himanitti, qorannoo kana irratti barattoota kuma ja'a (6,000) ol hirmaachisuun kan danda'ame yoo ta'u, kanaanis barattoonni kuma dhibba tokko fi kuma digdamii saddeet (128,000) ol ta'an qormaata kana kufuu isaanii fi dhibbeentaan darbiinsaa giddu-galeessan harka 33.1 qofa ta'uun isaatu ibsame. Keessumaa dhaabbilee dhuunfaa keessatti lakkoofsi barattoota darbanii harka 14.8 qofa ta'uun isaa yaaddoo guddaa uumeera. Qorannoon kun akka eeretti, barattoonni qormaata kana kufuun waraqaa ragaa dhaban dhibba keessaa harki 64 carraa hojii dhabuun, dhiphina xiinsammuu fi of-qoolluuf saaxilamaniiru; akkasumas maatii isaaniitti ba'aa ta'aniiru. Kana malees, barattoota irra deebi'anii qormaata fudhataniif gargaarsi manneen kitaabaa dabalatee deeggarsi idilee dhaabbilee barnootaa irraa taasifamuuf laafaa ta'uun ibsameera. Dhiibbaan qormaata kanaa gama xiinsammuu qofa osoo hin taane gama dinagdeetiinis kasaaraa guddaa qaba. Akka qorannoon kun agarsiisutti, barattoonni kunniin kufuun isaanii mootummaa irra kasaaraa qarshii biiliyoona saddeetii ol qaqqabsiiseera. Dhumarrattis, rakkoolee kana furuuf yeroo qormaataa rakkoon ibsaa fi neetworkii akka hin uumamne gochuu, kaalkuleeterii heyyamu, barattoota kufaniif leenjii deeggarsaa (Remedial) ji'a lamaa kennuu fi qabiyyeen qormaataa sanadoota barattoonni dubbisan waliin wal simachuu akka qabu yaanni furmaataa dhiyaateera. Barattootni hedduunis qormaatichi jireenya keenya dukkaneesseera jechuun komii isaanii ibsataniiru. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
101 874
11
Sa'ud Arabiyaatti Lammiin Itoophiyaa Tamsaasa Kallattii 'TikTok' Irratti Ajjeechaa Raawwachuun Shakkame To'atame Biyya Sa'ud+3
Sa'ud Arabiyaatti Lammiin Itoophiyaa Tamsaasa Kallattii 'TikTok' Irratti Ajjeechaa Raawwachuun Shakkame To'atame Biyya Sa'ud Arabiyaatti lammiin Itoophiyaa tokko tamsaasa kallattii miidiyaa hawaasaa 'TikTok' irratti yakka ajjeechaa suukkanneessaa raawwateera jedhamuun shakkame, namoota gocha kana keessaa harka qaban shan biroo waliin humnoota nageenyaatiin to'atamuun isaa ibsame. Embaasiin Itoophiyaa magaalaa Riyaaditti argamu akka beeksisetti, gochi kun miidiyaa hawaasaarratti ifatti mul'achuun isaa baay'ee kan nama gaddisiisu yoo ta'u, shakkamtoota kana saffisaan to'annoo seeraa jala oolchuun danda'ameera. Akkuma Embaasichi ifa taasiseetti, yeroo dhihoo asitti naannoo daangaa fi gammoojjii Sa'ud Arabiyaa keessatti lammiilee Itoophiyaa gidduutti walitti bu'iinsaa fi yakki ajjeechaa raawwatamaa akka jiru qaamoleen mootummaa dhiyeenyatti hordofaa turaniiru. Maddeen keenya akka ifoomsanittis, taateewwan akkasii hawaasa achi jiraatu gidduutti sodaa fi yaaddoo guddaa uumee jira. Dabalataanis, dhimmuma kana dawoo godhachuun miidiyaa hawaasaa irratti , jibbiinsaa fi jeequmsa babal'isuun kan shakkaman namoonni dhibba tokko (100) ol ta'an to'annoo seeraa jala ooluun dhimmi isaanii mana murtiitti ilaallamaa akka jiru eerameera. Hawaasnis ta'e fayyadamtotiin miidiyaa hawaasaa ergaawwan walitti bu'iinsa uuman irraa of qusachuun, nagaa fi tasgabbii lammiilee akka eegan dhaamameera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
95 188
12
Viidiyoo Ediitingii (Video Editing) Bilbila Harkaa Qofaan Baradhaa! Viidiyoowwan qulqullina olaanaa qaban bilbila harkaa kees
Viidiyoo Ediitingii (Video Editing) Bilbila Harkaa Qofaan Baradhaa! Viidiyoowwan qulqullina olaanaa qaban bilbila harkaa keessan qofaan akkamitti akka 'edit' gootan barachuu ni barbaadduu? Carraa gaarii dhiyaate kana fayyadamaa! Dandeettii kana horachuuf ulaagaan barbaadamu bilbila harkaa (Smartphone) qabaachuu qofa yoo ta'u, kaffaltii baay'ee xiqqaa ta'e, qarshii 199 qofaan barnoota kana guutummaatti argachuu ni dandeessu. Ogummaa yeroon kun barbaadu kana horachuuf carraa kanaan fayyadamaa! Barnoota kana amma eegaluuf liinkii asii gadii kana tuqaa: 👇👇👇 https://fulbek.com/learn/video-editing-f9b9b1ef barnooti kun @Abdii_Sabaa_University tiin isniif qophaa'e. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
70 747
13
Liyoonal Meesiin Tapha Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Irraa Soorama Ba'uu Isaa Ifoomse! Urjiin kubbaa miilaa Arjantiinaa Liyoonal
Liyoonal Meesiin Tapha Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Irraa Soorama Ba'uu Isaa Ifoomse! Urjiin kubbaa miilaa Arjantiinaa Liyoonal Meesiin, tapha kubbaa miilaa biyyaalessaa irraa guutummaatti soorama ba'uu isaa har'a ifatti beeksiseera. Meesiin ibsa miira gaddaan guutame miidiyaa hawaasaa isaa irratti baaseen, biyya isaaf waan qabu hunda kennuu isaa fi amma garuu yeroon isaa akka gahe hubachuu isaa ibseera. Barreeffama Meesiin fuula miidiyaa hawaasummaa isaa irratti harra maxxanse kun , dhiheenya kana Waancaa Addunyaa bara 2026 irratti tapha xumuraa Ispeen waliin taasisaniin 1-0n erga mo'atamanii guyyaa lama booda, Adoolessa 21 kan barreeffame ta'uu agarsiisa. Haa ta'u malee Du'a abbaa isaa ji'a kana keessa mudateen walqabatee murtee isaa kana guutummaatti akka mirkaneesse himeera. Meesiin dadhabii qaamaa cimaan akka isa mudates ibsuun, "Miilli koo kanaa ol deemuu hin dandeenye, humni koo dhumee jira," jechuun dandeettii qaama isaa dhuma irra gahuu ibseera. Waggoota 21f biyya isaa kan tajaajile Meesiin, taphoota 207 Arjentiinaaf taphachuun galchii 125 galmeessisuun seenaa biyyattii keessatti rikardii olaanaa qabateera. Waancaa Addunyaa bara 2022 dabalatee waancaawwan gurguddoo biyya isaafis argamsiiseera. Haa ta'u malee, Meesiin tapha biyyaalessaa irraa soorama haa ba'u malee, kilabii isaa Intar Maayaamii waliin hanga bara 2028tti waliigaltee waan qabuuf tapha kilabii irratti kan itti fufu ta'uu ragaaleen ni mul'isu. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
105 507
14
Carraa 'Iskoolaarshiippii Pirezidaantummaa' Addaa Yunivarsiitii Finfinnee! Yunivarsiitiin Finfinnee bara barnootaa 2019 barat
Carraa 'Iskoolaarshiippii Pirezidaantummaa' Addaa Yunivarsiitii Finfinnee! Yunivarsiitiin Finfinnee bara barnootaa 2019 barattoota ciccimoodhaaf carraa barumsa bilisaa addaa, 'Iskoolaarshiippii Pirezidaantummaa' (Presidential Scholarship) iddoo 200 qopheessuu isaa ifoomseera. Carraa kanaaf kan dorgomuu danda'an barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 fudhatanii qabxii 500 fi isaa ol galmeessan, ulaagaalee biroo taa'an guutanii fi qormaata seensaa yunivarsiitichaa (UAT) gahumsaan darban qofa akka ta'e ibsameera. Barattoonni carraa addaa kana argatan sagantaalee digirii jalqabaa kolleejjota yunivarsiitichaa torbaa fi Mana Barumsaa Seeraa jalatti ramadamanii kan baratan ta'a. Faayidaaleen iskoolaarshiippii kanaa barnoota guutummaatti bilisa ta'e, kaffaltii maallaqa harkaa madaalawaa ta'ee fi deeggarsaa fi leenjii dabalataa dhaabbileen michuu ta'an waliin kennamu kan of keessatti hammatuudha. Akkasumas, barattoonni kunniin gara fuulduraatti carraa barnoota digirii lammaffaa (Masters) fi sadaffaa (PhD) yunivarsiitichuma keessatti bilisaan kan argatan ta'uu eereera. Haa ta'u malee, barattoonni carraa kanatti itti fufiinsaan fayyadamuuf, semisteera hundatti qabxii waliigalaa (CGPA) 3.50 fi isaa ol fiduu kan qabanii fi damee barnootaa itti ramadaman irratti itti fufuun dirqama isaaniiti. Akkuma kanaan dura gabaasnee turre, galmeen barattoota haaraa sagantaa digirii jalqabaa bara 2019 hanga Hagayya 29, 2018 qofa kan turu waan ta'eef, barattoonni ulaagaa kana guuttan daftanii akka galmooftan hubachiifameera. Odeeffannoo dabalataaf liinkii asii gadii kana tuquun ilaaluu ni dandeessu: 👉 https://admission.aau.edu.et/UGAnnouncements SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
105 435
15
🚀 ASBEKS is where your time turns into real rewards. Complete tasks. Earn points. Withdraw your money. 💰 Start earning today with @asbeksplatform ASBEKS — Earn Real Cash in Minutes. 🤖 @Asbeksbot ⚡@AsbeksPlatform
98 063
16
Yunivarsiitiiwwan Saayinsii fi Teeknoloojii Barattoota Haaraa Simachuuf Galmee Eegalan! Yunivarsiitiin Saayinsii fi Teeknoloo
Yunivarsiitiiwwan Saayinsii fi Teeknoloojii Barattoota Haaraa Simachuuf Galmee Eegalan! Yunivarsiitiin Saayinsii fi Teeknoloojii Adaamaa (ASTU) fi Yunivarsiitiin Saayinsii fi Teeknoloojii Finfinnee (AASTU), barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 fudhatanii dhibbeentaa 50 fi isaa ol galmeessisan simachuuf galmee eegalaniiru. Carraan kun kan kenname barattoota damee Saayinsii Uumamaa (Natural Science) qofaaf yoo ta'u, barattoonni ulaagaa kana guuttan qormaata seensaa fudhachuun bara barnootaa 2019'f dameewwan barnootaa (Applied Science) fi Injinariingii jalatti barachuu ni dandeessu. Yeroon galmee kanaa Hagayya 25 irraa eegalee hanga Qaam'ee 03, bara 2018 halkan walakkaa sa'aatii 6:00tti qofa kan turu ta'a. Barattoonni ulaagaa guuttan marsariitiiwwan dhiyaatan (https://stuoexam.astu.edu.et, www.aastu.edu.et, ykn www.astu.edu.et) fayyadamuun toora interneetiin galmaa'uu ni dandeessu. Guyyaan qormaatichi itti kennamu erga galmeen xumuramee booda kan ifoomu yoo ta'u, qormaatichi giddugala qormaataa isin yeroo galmee filattanitti qaamaan argamuun kan kennamu ta'a. Iddoowwan qormaataa barattoonni muraasni qofti itti galmaa'an gara iddoo qormaataa dhiyeenya jiruutti makamuu akka danda'anis hubachiifameera. Barattoonni qormaata kanaaf dhiyaattan, gosa barnootaa Baayooloojii, Keemistirii, Fiiziksii, Herregaa fi Afaan Ingiliizii (barnoota kutaa 9ffaa hanga 12ffaatti kennaman) irraa qophii gahaa akka taasistan yunivarsiitiiwwan kunneen dhaamaniiru. Dabalataanis, guyyaa qormaataa waraqaa qabxii kutaa 12ffaa bara 2018,(Admission card) ykn waraqaa eenyummaa, fi ragaa mirkaneessa galmee keessanii qabattanii argamuun dirqama. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
105 822
17
Viidiyoo Ediitingii (Video Editing) Bilbila Harkaa Qofaan Baradhaa! Viidiyoowwan qulqullina olaanaa qaban bilbila harkaa kees
Viidiyoo Ediitingii (Video Editing) Bilbila Harkaa Qofaan Baradhaa! Viidiyoowwan qulqullina olaanaa qaban bilbila harkaa keessan qofaan akkamitti akka 'edit' gootan barachuu ni barbaadduu? Carraa gaarii dhiyaate kana fayyadamaa! Dandeettii kana horachuuf ulaagaan barbaadamu bilbila harkaa (Smartphone) qabaachuu qofa yoo ta'u, kaffaltii baay'ee xiqqaa ta'e, qarshii 199 qofaan barnoota kana guutummaatti argachuu ni dandeessu. Ogummaa yeroon kun barbaadu kana horachuuf carraa kanaan fayyadamaa! Barnoota kana amma eegaluuf liinkii asii gadii kana tuqaa: 👇👇👇 https://fulbek.com/learn/video-editing-f9b9b1ef barnooti kun @Abdii_Sabaa_University tiin isniif qophaa'e. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
125 207
18
Viidiyoo Ediitingii (Video Editing) Bilbila Harkaa Qofaan Baradhaa! Viidiyoowwan qulqullina olaanaa qaban bilbila harkaa keessan qofaan akkamitti akka 'edit' gootan barachuu ni barbaadduu? Carraa gaarii dhiyaate kana fayyadamaa! Dandeettii kana horachuuf ulaagaan barbaadamu bilbila harkaa (Smartphone) qabaachuu qofa yoo ta'u, kaffaltii baay'ee xiqqaa ta'e, qarshii 199 qofaan barnoota kana guutummaatti argachuu ni dandeessu. Ogummaa yeroon kun barbaadu kana horachuuf carraa kanaan fayyadamaa! Barnoota kana amma eegaluuf liinkii asii gadii kana tuqaa: 👇👇👇 https://fulbek.com/learn/video-editing-f9b9b1ef barnooti kun @Abdii_Sabaa_University tiin isniif qophaa'e. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
1
19
Umrii Waggaa 66tti Qormaata Kutaa 12ffaa Qabxii 320 Fiduun Kan Darban Qees Sayifuu Tasfaayee! "Barnootaaf fedhii fi kakaumsi+1
Umrii Waggaa 66tti Qormaata Kutaa 12ffaa Qabxii 320 Fiduun Kan Darban Qees Sayifuu Tasfaayee! "Barnootaaf fedhii fi kakaumsi yoo jiraate umriin gufuu hin ta'u" dhugaa jedhu hojiin kan agarsiisan Qees Sayifuu Tasfaayee, qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaan qabxii 320 fiduun barattoota yunivarsiitii galuuf eeggachaa jiran keessaa tokko ta'aniiru. Qees Sayifuun jiraataa Naannoo Tigraay, Godina Kibbaa, Aanaa Salawaa, Ganda Dajan yoo ta'an, magaalaa Salawaatti eegduu (waardiyyaa) Baankii Ambassaa ta'uun hojjechaa jiru. Hojii humnaa kana cinaattis barnoota isaanii obsaan itti fufuun qormaata biyyaalessaa kana fudhachuu danda'aniiru. Barattoota kuma 29 naannicha irraa qormaaticha fudhatan keessaa isaan tokko yoo ta'an, barattoota qabxii darbiinsaa fidan 3,146 keessatti milkaa'inaan of muudaniiru. Qabxiin boonsaan Qees Sayifuu kun miidiyaalee hawaasaa irratti xiyyeeffannoo guddaa fi dinqisiifannaa kan argate yoo ta'u, baankiin isaan keessatti hojjetanis milkaa'ina kanaaf gammaduun badhaasa addaa kenneeraaf. Bankichi gama isaatiin haga isaan baratanii xumuranitti kan gargaaru ta’uufii mindaan isaanii maatii isaaniif cituu kan itti fufu ta’a, dabalataanis yeroo baratanii xumuran baankichi hojii akka mijeessuuf waadaa galeeraaf. Abbaa ijoollee ja'aa kan ta'an Qees Sayifuun, seenaan isaanii barnootaaf umriin, hojiin ykn haalli jireenyaa kamiyyuu dhiibbaa akka hin taanee fi namni fedhii qabu galma yaade gahuu akka danda'u dhalootaaf fakkeenya guddaa ta'a. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
107 833
20
Yunivarsiitiin Finfinnee Barattoota Haaraa Bara 2019'f Simachuuf Galmee Eegale! Yunivarsiitiin Finfinnee sagantaa barnootaa i
Yunivarsiitiin Finfinnee Barattoota Haaraa Bara 2019'f Simachuuf Galmee Eegale! Yunivarsiitiin Finfinnee sagantaa barnootaa idilee (iskoolaarshiippii mootummaa fi kaffaltii dhuunfaatiin), akkasumas sagantaa galgalaa fi walitti fufaatiin (extension) barattoota haaraa digirii jalqabaa bara barnootaa 2019 (A.L.I) simatee barsiisuu akka barbaadu beeksiseera. Ulaagaaleen galmee kanaaf taa'an, barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2015, 2016, 2017 fi 2018 (A.L.I) fudhatanii qabxii seensa yunivarsiitii fidan, ykn immoo barnoota sadarkaa 4ffaa (Level 4) xumuranii madaallii gahumsaa (COC) darban kan hammatuudha. Barattoonni galmaa'an hundi Qormaata Seensa Yunivarsiitii Finfinnee (UAT - University Admission Test) kan fudhatan ta'uun isaa ibsameera. Yeroon galmee karaa toora interneetii (Online) eegaleera; kan turus hanga Hagayya 29, 2018 (A.L.I) qofa akka ta'e hubachiifameera. Qormaanni seensaa (UAT) Qaam'ee 02 hanga 04, 2018 (A.L.I) gidduutti kan kennamu ta'a. Kanaafuu, barattoonni ulaagaa kana guuttan marsariitii dhiyaate (https://admission.aau.edu.et) fayyadamuun yeroon akka galmooftan hubachiifameera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
131 504