cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

ABDII SABAA

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 💬NU QUNNAMUUF💬 @AbdiiSabaaDm 🎯MARIIF @Abdiisabaa

إظهار المزيد
فنلندا2لم يتم تحديد اللغةالأخبار والوسائط255
مشاركات الإعلانات
338 647
المشتركون
+30824 ساعات
+1 7287 أيام
+6 23630 أيام
توزيع وقت النشر

جاري تحميل البيانات...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تحليل النشر
المشاركاتالمشاهدات
الأسهم
ديناميات المشاهدات
01
“Lubbuu keenyaaf sodaachaa jirra” barattoota Oromoo Yuunivarsitii Gaambeellaa! Walitti bu’iinsa barattoota gurraacha Gaambeella Nuweeriifi barattoota oromoo giduutti yeroo yeroon uumamu haala yaaddessaa irra jira. Guyyaa harraas yuunivarsitii Gaambeellaatti barattoonni nuweer barattoota Oromoo irratti lola banuun baayyinaan namoonni kunniin mooraa alaa ol seenuun barattoota doorsisuufi rukutuun miidhaa dhaqqabsiisaa jiru. Suuraan armaan olitti mullatu Yuunivarsitii gaambeellaatti barsiisaa biqilaa Margaa jedhama. Barattoonni miidiyaan @Abdii_Sabaa moorichaa irraa dubbise “yaaddoo guddaa keessa jirra nu qaqqabaa “jedhaniiru. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
13 1169Loading...
02
Xiyyeeffannoo qaama dhimmi ilaallatu maraaf Yuunivarsitii Gaambeellaa! Barattootaafi barsiisota Oromoo irra miidhaan dhaqqabaa jira!
13 9734Loading...
03
Mootummaan qabeenya keenya waan nu jalaa uggureef nuti barattoonni godina harargee barachuu dadhabnee jirra” Kanaan dura maatiin keenya daldala jimaatiin nu barsiifachaa turan kan jedhan barattoonni miidiyaa Abdii Sabaa dubbisan yeroo ammaa kana maatiin keenya ofiyyuu dadhabuun daandiirraa kadhachaa jiru jedhan. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
24 7334Loading...
04
Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
31 0205Loading...
05
Nyaata Yuunivarsitii Amboo mooraa guddichaa
32 61545Loading...
06
Wachaamoo Yuunivarsitii keessatti sababa Baankii daldala Itoophiyaan wal qabatee baratoonni poolisootaan mana hidhaatti guuramaa jirra jedhan. Haalli mooricha keessa jiru baayyee nama yaaddessa kan jedhe barataan nu dubbise “Yeroo barattoonni qorumsa irra jiran kana irratti barattoota mana hidhaatti guuruun sirrii miti” jedheera. “Barattoonni hedduunis maallaqa gara dabarsan waallaaluun rakkoo hamaaf saaxilamanii jiru, gariin ammoo mana hidhaatti dararamaa jiru” jedha maddi keenya kun. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
32 7583Loading...
07
#Ads Pirotokooliin Hacaaluu iddoon argama isaa Shaashamannee 01 gamoo Biiftuu Barii Buufata Konkolaataa Fuulduratti argamna. odeeffannoo dabalataaf 0900000095 ykn 0936257723 nuuf bilbilaa iddo jirtan kamittuu hojjannee isiniif erguu ni dandeenya. Odeeffannoo Dabalataaf @hachaluprotocol1
48 10922Loading...
08
Konkolaachiftoonni dhugaatii alkoolii dhuguun konkolaachisuun argaman 40 adabamaniiru Abbaan Taayitaa Bulchiinsa Tiraafikaa Magaalaa Finfinnee tibbana konkolaachiftoota 638 irratti qorannoo afuuraa kan gaggeesse yoo ta'u, konkolaachiftoonni dhugaatii alkoolii dhuguun konkolaachisuun argaman 40 adabamuu beeksise. Abbaan taayitichaa waajjirichi to’annoo konkolaachisaa machaa’ee oofuu cimsuu isaa kan beeksise yoo ta’u, to’annoon kun karaa waajjiraalee damee Boolee, Lammii Kuraa, Aqaaqii Qaallittii fi Araadaatiin raawwatameera.
52 84622Loading...
09
Guyyaa har'aa balaliin Daandii Qilleensa Itoophiyaa lakkoofsi ET154 Hawaasaa irraa gara Finfinneetti imalaa kan ture yoo ta'u, aarri xiyyaaricha keessatti mul'ateera. Haa ta'u malee, Daandiin Qilleensa Itoophiyaa xiyyaarri kun rakkina tokko malee buufata xiyyaaraa idil addunyaa Finfinnee Booleetti karra imaltootaaf murtaa'e irratti akka dhaabbate beeksiseera. Imaltoonni xiyyaara irraa nagaan akka bu'an dubbateera. "Yeroo ammaa kana sababni taatee kanaa qoratamaa jira," jechuun Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa taatee mudateef maamiltoota isaa dhiifama gaafateera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
66 59223Loading...
10
Sammuu namtolcheen (AI) yeroo jalqabaaf xiyyaara waraanaa balaliise. sammuu namtolchee guddachaa kan jiru yoo ta’u, amma balaliistota xiyyaara waraanaa bakka buusuuf yaaliin godhamaa jira. Humni Qilleensaa Ameerikaa balalii yaalii xiyyaara waraanaa AI gaggeesse. Hanga ammaatti teknooloojiin kun gargaarsa namaa malee ofuma isaatiin balalii yaalii 20 kan taasise yoo ta'u, ogeeyyiin hedduun qorannoo kana hordofuun balaaleffataniiru. APn ogeeyyii AI wabeeffachuun AI xiyyaara waraanaa akka balali'u hayyamuun of eeggannoo akka barbaadu ibseera. Boombii fi meeshaalee waraanaa biroo AI'f kennuunis akka tasaa bakka namoonni itti baay'atanitti boombii darbachuu fi namoonni miidhamuu akka danda'an ogeeyyiin kun akeekkachiisaniiru. Humni Qilleensaa Ameerikaa yaalii kana gaggeesse balalii xiyyaara waraanaa AIn gargaaramtu yaaliin akka itti fufu beeksiseera. Qormaanni balalii kun keessumaa naannoowwan dhala namaatiif balaa qaba jedhamee fudhatamu haleeluu, fi haleellaa mudaa hin qabne raawwachuuf akka fayyadu beeksiseera. Dhaabbileen addunyaa hedduun sammuu namtolchee bal'inaan fayyadamaa kan jiran yoo ta'u, ogeeyyiin garuu teeknooloojii kana irratti to'annoo cimaa akka qabaatan gaafachaa jiru. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
68 86614Loading...
11
Media files
63 1137Loading...
12
#Ads Pirotokooliin Hacaaluu iddoon argama isaa Shaashamannee 01 gamoo Biiftuu Barii Buufata Konkolaataa Fuulduratti argamna. odeeffannoo dabalataaf 0900000095 ykn 0936257723 nuuf bilbilaa iddo jirtan kamittuu hojjannee isiniif erguu ni dandeenya. Odeeffannoo Dabalataaf @hachaluprotocol1
33 0387Loading...
13

34 94312Loading...
Photo unavailableShow in Telegram
“Lubbuu keenyaaf sodaachaa jirra” barattoota Oromoo Yuunivarsitii Gaambeellaa! Walitti bu’iinsa barattoota gurraacha Gaambeella Nuweeriifi barattoota oromoo giduutti yeroo yeroon uumamu haala yaaddessaa irra jira. Guyyaa harraas yuunivarsitii Gaambeellaatti barattoonni nuweer barattoota Oromoo irratti lola banuun baayyinaan namoonni kunniin mooraa alaa ol seenuun barattoota doorsisuufi rukutuun miidhaa dhaqqabsiisaa jiru. Suuraan armaan olitti mullatu Yuunivarsitii gaambeellaatti barsiisaa biqilaa Margaa jedhama. Barattoonni miidiyaan @Abdii_Sabaa moorichaa irraa dubbise “yaaddoo guddaa keessa jirra nu qaqqabaa “jedhaniiru. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
إظهار الكل...
👍 127😢 97 37😱 20🔥 10👏 2
Photo unavailableShow in Telegram
Xiyyeeffannoo qaama dhimmi ilaallatu maraaf Yuunivarsitii Gaambeellaa! Barattootaafi barsiisota Oromoo irra miidhaan dhaqqabaa jira!
إظهار الكل...
😱 66👍 35 33😢 12👏 4🔥 3🤯 3
Mootummaan qabeenya keenya waan nu jalaa uggureef nuti barattoonni godina harargee barachuu dadhabnee jirra” Kanaan dura maatiin keenya daldala jimaatiin nu barsiifachaa turan kan jedhan barattoonni miidiyaa Abdii Sabaa dubbisan yeroo ammaa kana maatiin keenya ofiyyuu dadhabuun daandiirraa kadhachaa jiru jedhan. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
إظهار الكل...
👍 214😢 65 63😱 19🔥 8🎉 5🤯 4
Photo unavailableShow in Telegram
Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
إظهار الكل...
👍 82 19🤗 8👏 5
Nyaata Yuunivarsitii Amboo mooraa guddichaa
إظهار الكل...
😢 146👍 71 45💔 23😱 19🤩 19😨 12🤯 11💯 9🔥 5🤝 4
Wachaamoo Yuunivarsitii keessatti sababa Baankii daldala Itoophiyaan wal qabatee baratoonni poolisootaan mana hidhaatti guuramaa jirra jedhan. Haalli mooricha keessa jiru baayyee nama yaaddessa kan jedhe barataan nu dubbise “Yeroo barattoonni qorumsa irra jiran kana irratti barattoota mana hidhaatti guuruun sirrii miti” jedheera. “Barattoonni hedduunis maallaqa gara dabarsan waallaaluun rakkoo hamaaf saaxilamanii jiru, gariin ammoo mana hidhaatti dararamaa jiru” jedha maddi keenya kun. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
إظهار الكل...
👍 116 13😢 13🤩 10
#Ads Pirotokooliin Hacaaluu iddoon argama isaa Shaashamannee 01 gamoo Biiftuu Barii Buufata Konkolaataa Fuulduratti argamna. odeeffannoo dabalataaf 0900000095 ykn 0936257723 nuuf bilbilaa iddo jirtan kamittuu hojjannee isiniif erguu ni dandeenya. Odeeffannoo Dabalataaf @hachaluprotocol1
إظهار الكل...
👍 190 57🤯 9🤗 7😱 1
Konkolaachiftoonni dhugaatii alkoolii dhuguun konkolaachisuun argaman 40 adabamaniiru Abbaan Taayitaa Bulchiinsa Tiraafikaa Magaalaa Finfinnee tibbana konkolaachiftoota 638 irratti qorannoo afuuraa kan gaggeesse yoo ta'u, konkolaachiftoonni dhugaatii alkoolii dhuguun konkolaachisuun argaman 40 adabamuu beeksise. Abbaan taayitichaa waajjirichi to’annoo konkolaachisaa machaa’ee oofuu cimsuu isaa kan beeksise yoo ta’u, to’annoon kun karaa waajjiraalee damee Boolee, Lammii Kuraa, Aqaaqii Qaallittii fi Araadaatiin raawwatameera.
إظهار الكل...
👍 305 62🤩 28😱 19👏 4
Photo unavailableShow in Telegram
Guyyaa har'aa balaliin Daandii Qilleensa Itoophiyaa lakkoofsi ET154 Hawaasaa irraa gara Finfinneetti imalaa kan ture yoo ta'u, aarri xiyyaaricha keessatti mul'ateera. Haa ta'u malee, Daandiin Qilleensa Itoophiyaa xiyyaarri kun rakkina tokko malee buufata xiyyaaraa idil addunyaa Finfinnee Booleetti karra imaltootaaf murtaa'e irratti akka dhaabbate beeksiseera. Imaltoonni xiyyaara irraa nagaan akka bu'an dubbateera. "Yeroo ammaa kana sababni taatee kanaa qoratamaa jira," jechuun Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa taatee mudateef maamiltoota isaa dhiifama gaafateera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
إظهار الكل...
👍 473 95😱 34🔥 20🏆 15🫡 14🥰 10🤯 9👏 5😢 1
Sammuu namtolcheen (AI) yeroo jalqabaaf xiyyaara waraanaa balaliise. sammuu namtolchee guddachaa kan jiru yoo ta’u, amma balaliistota xiyyaara waraanaa bakka buusuuf yaaliin godhamaa jira. Humni Qilleensaa Ameerikaa balalii yaalii xiyyaara waraanaa AI gaggeesse. Hanga ammaatti teknooloojiin kun gargaarsa namaa malee ofuma isaatiin balalii yaalii 20 kan taasise yoo ta'u, ogeeyyiin hedduun qorannoo kana hordofuun balaaleffataniiru. APn ogeeyyii AI wabeeffachuun AI xiyyaara waraanaa akka balali'u hayyamuun of eeggannoo akka barbaadu ibseera. Boombii fi meeshaalee waraanaa biroo AI'f kennuunis akka tasaa bakka namoonni itti baay'atanitti boombii darbachuu fi namoonni miidhamuu akka danda'an ogeeyyiin kun akeekkachiisaniiru. Humni Qilleensaa Ameerikaa yaalii kana gaggeesse balalii xiyyaara waraanaa AIn gargaaramtu yaaliin akka itti fufu beeksiseera. Qormaanni balalii kun keessumaa naannoowwan dhala namaatiif balaa qaba jedhamee fudhatamu haleeluu, fi haleellaa mudaa hin qabne raawwachuuf akka fayyadu beeksiseera. Dhaabbileen addunyaa hedduun sammuu namtolchee bal'inaan fayyadamaa kan jiran yoo ta'u, ogeeyyiin garuu teeknooloojii kana irratti to'annoo cimaa akka qabaatan gaafachaa jiru. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
إظهار الكل...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

👍 332 66🔥 18🤯 12😢 11😨 7😱 6🆒 6🫡 4🤩 1