uz
Feedback
MADDA QOOSAA

MADDA QOOSAA

Kanalga Telegram’da o‘tish
1 859
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-17 kunlar
-830 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

O'xshash kanallar
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Taglar buluti
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Iyul '26
Iyul '26
+14
0 kanalda
Iyun '26
+11
0 kanalda
Get PRO
May '26
+16
0 kanalda
Get PRO
Aprel '26
+10
0 kanalda
Get PRO
Mart '26
+20
0 kanalda
Get PRO
Fevral '26
+7
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '26
+28
7 kanalda
Get PRO
Dekabr '25
+37
1 kanalda
Get PRO
Noyabr '25
+38
2 kanalda
Get PRO
Oktabr '25
+81
1 kanalda
Get PRO
Sentabr '25
+28
1 kanalda
Get PRO
Avgust '25
+86
2 kanalda
Get PRO
Iyul '25
+819
3 kanalda
Get PRO
Iyun '25
+448
1 kanalda
Get PRO
May '25
+212
1 kanalda
Get PRO
Aprel '25
+949
3 kanalda
Sana
Obunachilarni jalb qilish
Esdaliklar
Kanallar
11 Iyul+1
10 Iyul+1
09 Iyul+1
08 Iyul+1
07 Iyul+1
06 Iyul0
05 Iyul+2
04 Iyul+1
03 Iyul+1
02 Iyul+2
01 Iyul+3
Kanal postlari
Nuti haala kanaan filachaa jirra. Isin hoo? 😄 ETH
Nuti haala kanaan filachaa jirra. Isin hoo? 😄 ETH

2
‎Barnoota itoophiyaa ‎ ‎1) Mechanical engineering baratee tax dhaan deema. ‎ ‎2) Food engineering baratee nyaata bilcheeffachuu hin danda'u. ‎ ‎3) Water engineering baratee bishaan bitee dhuga. ‎ ‎4) Software engineering baratee password email isaa hin sirreeffatu. ‎ ‎5) Midwifery baratee haadha manaa isaa namatu deessisaaf ‎ ‎6) Chemical baratee shayii qopheeffachuu hin danda'u.
534
3
Mucaa waggaa 15 hin guunnetu "waggaa 22 booda waancaa nyaanne" jedhee nu sakkasaa jira. 😄
524
4
Namoota maraatanii jiran garuu kan namni hin beekne muraasa; 1) Barataan yuunivarsiitii waggaa 5 ol baratu maraateera, namni garuu hin beeku. 2) Mootummaan uummata isaa meeshaa ergisaatin duguugu maraateera, garuu namni hin beeku. 3) Deeggartoonni Manchester united Arsenal waancaa nyaachuuf dhihaannan maraataniiru. Namni garuu irratti hin barre. 4) Birrii keenya nyaachuuf jecha teeleen illee maraatteerti, namni garuu hin beekne. 5)Shamarri dhiira ishee jaalatu dhiistee dhiira ofii jaalattu heerumtu maraatteerti, Namni garuu hin beekneef. 6) Namoonni haadha manaa(J) hiriyaa isaanii haasofsiisan maraataniiru, namni garuu hin beeknefi. 7)Ati inni Telegram @Madda_qoosaa jedhu irraa barreeffama kana attention kee itti kennitee dubbisaa jirtu maraatteerta, namni garuu siif hin beekne. 8) Ati inni maaliif "maraatteerta" naan jedha jettee, ofitti aaraa jirtu ati dhugumattuu maraatteerta!😭 Namni garuu siif hin beekne. 9) Ati yaa isa ofii kee dubbistee osoo hiriyaa keef share hin godhin darbuuf jirtu ati maraatteerta, ofitti deebi'i. 10) Anumti Innin kana barreessaa jiru maraachuu dhiisuu kiyyaaf ragaa hin qabu. Kanaaf Maraannee, Maraadhaa! 😄 Kanneen hafan itti guutaa........ 🙏
678
5
#Qoosaa Maaliif Hin Gubdan? Dhi'oo kana Aanga'aan biyya Hindii tokko dawwannaaf gara Finfinnee dhufe. Magaalattii keessa deddeebi'ee waan baay'ee erga daawwatee booda, dhuma irratti iddoo awwaalaa bataskaana Sillaasee daawwate. Achittis awwaala aanga'oota biyyattii hedduu argee ajaa'ibsiifate. Sana booda namicha biyya itoophiyaa daawwachiisaa ture gaaffii akkas jedhu gaafate: "Namni erga du'ee booda iddoo hamma kana bal'atu irratti awwaaluun keessan maaliifi? Reeffi bu'aa maal qaba? Maaliif akka biyya keenyaa reeffa isaanii ibiddaan hin gubdan?" jedhee gaafate. Namichi daw'achiisus deebii quubsaa kenneef. "Nuti akka biyya keessanii erga namni du'ee booda hin gubnu. Utuu inni lubbuun jiruu jiraatti guggubna!" jedhe. * * *
655
6
🤔🤔
🤔🤔
556