MADDA QOOSAA
Open in Telegram
1 859
Subscribers
No data24 hours
-17 days
-830 days
Data loading in progress...
Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
July '26
July '26
+14
in 0 channels
June '26
+11
in 0 channels
Get PRO
May '26
+16
in 0 channels
Get PRO
April '26
+10
in 0 channels
Get PRO
March '26
+20
in 0 channels
Get PRO
February '26
+7
in 0 channels
Get PRO
January '26
+28
in 7 channels
Get PRO
December '25
+37
in 1 channels
Get PRO
November '25
+38
in 2 channels
Get PRO
October '25
+81
in 1 channels
Get PRO
September '25
+28
in 1 channels
Get PRO
August '25
+86
in 2 channels
Get PRO
July '25
+819
in 3 channels
Get PRO
June '25
+448
in 1 channels
Get PRO
May '25
+212
in 1 channels
Get PRO
April '25
+949
in 3 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 11 July | +1 | |||
| 10 July | +1 | |||
| 09 July | +1 | |||
| 08 July | +1 | |||
| 07 July | +1 | |||
| 06 July | 0 | |||
| 05 July | +2 | |||
| 04 July | +1 | |||
| 03 July | +1 | |||
| 02 July | +2 | |||
| 01 July | +3 |
Channel Posts
| 2 | βBarnoota itoophiyaa
β
β1) Mechanical engineering baratee tax dhaan deema.
β
β2) Food engineering baratee nyaata bilcheeffachuu hin danda'u.
β
β3) Water engineering baratee bishaan bitee dhuga.
β
β4) Software engineering baratee password email isaa hin sirreeffatu.
β
β5) Midwifery baratee haadha manaa isaa namatu deessisaaf
β
β6) Chemical baratee shayii qopheeffachuu hin danda'u. | 534 |
| 3 | Mucaa waggaa 15 hin guunnetu "waggaa 22 booda waancaa nyaanne" jedhee nu sakkasaa jira. π | 524 |
| 4 | Namoota maraatanii jiran garuu kan namni hin beekne muraasa;
1) Barataan yuunivarsiitii waggaa 5 ol baratu maraateera, namni garuu hin beeku.
2) Mootummaan uummata isaa meeshaa ergisaatin duguugu maraateera, garuu namni hin beeku.
3) Deeggartoonni Manchester united Arsenal waancaa nyaachuuf dhihaannan maraataniiru. Namni garuu irratti hin barre.
4) Birrii keenya nyaachuuf jecha teeleen illee maraatteerti, namni garuu hin beekne.
5)Shamarri dhiira ishee jaalatu dhiistee dhiira ofii jaalattu heerumtu maraatteerti, Namni garuu hin beekneef.
6) Namoonni haadha manaa(J) hiriyaa isaanii haasofsiisan maraataniiru, namni garuu hin beeknefi.
7)Ati inni Telegram @Madda_qoosaa jedhu irraa barreeffama kana attention kee itti kennitee dubbisaa jirtu maraatteerta, namni garuu siif hin beekne.
8) Ati inni maaliif "maraatteerta" naan jedha jettee, ofitti aaraa jirtu ati dhugumattuu maraatteerta!π Namni garuu siif hin beekne.
9) Ati yaa isa ofii kee dubbistee osoo hiriyaa keef share hin godhin darbuuf jirtu ati maraatteerta, ofitti deebi'i.
10) Anumti Innin kana barreessaa jiru maraachuu dhiisuu kiyyaaf ragaa hin qabu. Kanaaf Maraannee, Maraadhaa! π
Kanneen hafan itti guutaa........ π | 678 |
| 5 | #Qoosaa
Maaliif Hin Gubdan?
Dhi'oo kana Aanga'aan biyya Hindii tokko dawwannaaf gara Finfinnee
dhufe.
Magaalattii keessa deddeebi'ee waan
baay'ee erga daawwatee booda, dhuma irratti iddoo awwaalaa bataskaana Sillaasee daawwate. Achittis awwaala
aanga'oota biyyattii hedduu argee ajaa'ibsiifate. Sana booda namicha biyya itoophiyaa daawwachiisaa ture gaaffii akkas jedhu gaafate: "Namni erga du'ee booda iddoo hamma kana bal'atu irratti awwaaluun keessan maaliifi? Reeffi
bu'aa maal qaba? Maaliif akka biyya keenyaa reeffa isaanii
ibiddaan hin gubdan?" jedhee gaafate.
Namichi daw'achiisus deebii quubsaa kenneef. "Nuti akka biyya keessanii erga namni du'ee booda hin gubnu. Utuu
inni lubbuun jiruu jiraatti guggubna!" jedhe.
* * * | 655 |
| 6 | π€π€ | 556 |
