1 859
订阅者
无数据24 小时
-17 天
-830 天
吸引订阅者
七月 '26
七月 '26
+14
在0个频道中
六月 '26
+11
在0个频道中
Get PRO
五月 '26
+16
在0个频道中
Get PRO
四月 '26
+10
在0个频道中
Get PRO
三月 '26
+20
在0个频道中
Get PRO
二月 '26
+7
在0个频道中
Get PRO
一月 '26
+28
在7个频道中
Get PRO
十二月 '25
+37
在1个频道中
Get PRO
十一月 '25
+38
在2个频道中
Get PRO
十月 '25
+81
在1个频道中
Get PRO
九月 '25
+28
在1个频道中
Get PRO
八月 '25
+86
在2个频道中
Get PRO
七月 '25
+819
在3个频道中
Get PRO
六月 '25
+448
在1个频道中
Get PRO
五月 '25
+212
在1个频道中
Get PRO
四月 '25
+949
在3个频道中
| 日期 | 订阅者增长 | 提及 | 频道 | |
| 11 七月 | +1 | |||
| 10 七月 | +1 | |||
| 09 七月 | +1 | |||
| 08 七月 | +1 | |||
| 07 七月 | +1 | |||
| 06 七月 | 0 | |||
| 05 七月 | +2 | |||
| 04 七月 | +1 | |||
| 03 七月 | +1 | |||
| 02 七月 | +2 | |||
| 01 七月 | +3 |
频道帖子
| 2 | Barnoota itoophiyaa
1) Mechanical engineering baratee tax dhaan deema.
2) Food engineering baratee nyaata bilcheeffachuu hin danda'u.
3) Water engineering baratee bishaan bitee dhuga.
4) Software engineering baratee password email isaa hin sirreeffatu.
5) Midwifery baratee haadha manaa isaa namatu deessisaaf
6) Chemical baratee shayii qopheeffachuu hin danda'u. | 534 |
| 3 | Mucaa waggaa 15 hin guunnetu "waggaa 22 booda waancaa nyaanne" jedhee nu sakkasaa jira. 😄 | 524 |
| 4 | Namoota maraatanii jiran garuu kan namni hin beekne muraasa;
1) Barataan yuunivarsiitii waggaa 5 ol baratu maraateera, namni garuu hin beeku.
2) Mootummaan uummata isaa meeshaa ergisaatin duguugu maraateera, garuu namni hin beeku.
3) Deeggartoonni Manchester united Arsenal waancaa nyaachuuf dhihaannan maraataniiru. Namni garuu irratti hin barre.
4) Birrii keenya nyaachuuf jecha teeleen illee maraatteerti, namni garuu hin beekne.
5)Shamarri dhiira ishee jaalatu dhiistee dhiira ofii jaalattu heerumtu maraatteerti, Namni garuu hin beekneef.
6) Namoonni haadha manaa(J) hiriyaa isaanii haasofsiisan maraataniiru, namni garuu hin beeknefi.
7)Ati inni Telegram @Madda_qoosaa jedhu irraa barreeffama kana attention kee itti kennitee dubbisaa jirtu maraatteerta, namni garuu siif hin beekne.
8) Ati inni maaliif "maraatteerta" naan jedha jettee, ofitti aaraa jirtu ati dhugumattuu maraatteerta!😭 Namni garuu siif hin beekne.
9) Ati yaa isa ofii kee dubbistee osoo hiriyaa keef share hin godhin darbuuf jirtu ati maraatteerta, ofitti deebi'i.
10) Anumti Innin kana barreessaa jiru maraachuu dhiisuu kiyyaaf ragaa hin qabu. Kanaaf Maraannee, Maraadhaa! 😄
Kanneen hafan itti guutaa........ 🙏 | 678 |
| 5 | #Qoosaa
Maaliif Hin Gubdan?
Dhi'oo kana Aanga'aan biyya Hindii tokko dawwannaaf gara Finfinnee
dhufe.
Magaalattii keessa deddeebi'ee waan
baay'ee erga daawwatee booda, dhuma irratti iddoo awwaalaa bataskaana Sillaasee daawwate. Achittis awwaala
aanga'oota biyyattii hedduu argee ajaa'ibsiifate. Sana booda namicha biyya itoophiyaa daawwachiisaa ture gaaffii akkas jedhu gaafate: "Namni erga du'ee booda iddoo hamma kana bal'atu irratti awwaaluun keessan maaliifi? Reeffi
bu'aa maal qaba? Maaliif akka biyya keenyaa reeffa isaanii
ibiddaan hin gubdan?" jedhee gaafate.
Namichi daw'achiisus deebii quubsaa kenneef. "Nuti akka biyya keessanii erga namni du'ee booda hin gubnu. Utuu
inni lubbuun jiruu jiraatti guggubna!" jedhe.
* * * | 655 |
| 6 | 🤔🤔 | 556 |
