uk
Feedback

Не попадись на ботовода! Telemetrio знаходить і позначає такі канали мітками 👉 Хочеш бачити мітку, оформляй підписку

MADDA QOOSAA

MADDA QOOSAA

Відкрити в Telegram
1 758
Підписники
-124 години
-87 днів
-2530 днів

Завантажуємо дані

Схожі канали
Немає даних
Виникли проблеми? Будь ласка, оновіть сторінку або зверніться до нашого support-менеджера.
Хмара тегів
Немає даних
Виникли проблеми? Будь ласка, оновіть сторінку або зверніться до нашого support-менеджера.
Вхідні та вихідні згадування
---
---
---
---
---
---
Залучення підписників
лист '26
листопад '26
+5
в 0 каналах
жовтень '26
+8
в 0 каналах
Get PRO
вересень '26
+5
в 0 каналах
Get PRO
серпень '26
+11
в 0 каналах
Get PRO
липень '26
+27
в 0 каналах
Get PRO
червень '26
+11
в 0 каналах
Get PRO
травень '26
+16
в 0 каналах
Get PRO
квітень '26
+10
в 0 каналах
Get PRO
березень '26
+20
в 0 каналах
Get PRO
лютий '26
+7
в 0 каналах
Get PRO
січень '26
+28
в 7 каналах
Get PRO
грудень '25
+37
в 1 каналах
Get PRO
листопад '25
+38
в 2 каналах
Get PRO
жовтень '25
+81
в 1 каналах
Get PRO
вересень '25
+28
в 1 каналах
Get PRO
серпень '25
+86
в 2 каналах
Get PRO
липень '25
+819
в 3 каналах
Get PRO
червень '25
+448
в 1 каналах
Get PRO
травень '25
+212
в 1 каналах
Get PRO
квітень '25
+949
в 3 каналах
Дата
Залучення підписників
Згадування
Канали
18 листопада0
17 листопада0
16 листопада0
15 листопада0
14 листопада+1
13 листопада+2
12 листопада0
11 листопада0
10 листопада0
09 листопада+1
08 листопада0
07 листопада0
06 листопада0
05 листопада0
04 листопада0
03 листопада0
02 листопада+1
01 листопада0
Дописи каналу
13 лист, 10:54
13 лист, ~11:07

2
Немає тексту...
0
3
"I will always find you!" jechuutti dogoggoraan "I will always fund You" jennaanin Guyyaatti si'a shan naaf bilbilaa jirti. 😂
209
4
Haati manaa furdoon Abbaa manaattis, biyyattis, Sireettis ba°aadha.😁😂
362
5
Lammaffaan tahuuf like muraasaa qofatu nuuf hafe please seenaa like godhaa yaa sabaa link kanaan 👉https://t.me/Miftahtech/30
Lammaffaan tahuuf like muraasaa qofatu nuuf hafe please seenaa like godhaa yaa sabaa link kanaan 👉https://t.me/Miftahtech/309
135
6
Немає тексту...
0
7
Oromoo challange kana nu injifachisuu dadhabdanii maqaa keenyas, keessanis akka hin balleessine adaraa!🥹 amma seenatii like
Oromoo challange kana nu injifachisuu dadhabdanii maqaa keenyas, keessanis akka hin balleessine adaraa!🥹 amma seenatii like qofa godhaatii ba'aa. join gochuu isinin barbachisu. ❤️
168
8
Yeroon kan qoosaa miti. Deeggarsi keessan baay'ee nu barbaachisa. Kanaaf namoonni post kana agartan hundi liinkii olii kanaan seenuun nu gargaaraa. Waan nu hubattaniif Galatoomaa!🥰
158
9
Yeroon kan qoosaa miti. Deeggarsi keessan baay'ee nu barbaachisa. Kanaaf namoonni post kana agartan hundi liinkii olii kanaan seenuun nu gargaaraa. Waan nu hubattaniif Galatoomaa!😍
6
10
#Challenge #Share Maqaan koo Tolesa Tesfayen jedhama Barataa software Engineering waggaa 5ffaa Haramaya Yuunivarsiitii Akkuma beekkamu Barnootaa akkanaa keessatti wanti barbaachisu project gara garaa remote ykn freelance argachuudha. sana gochuuf immoo yeroo jalqaba bu'aa bahii hedduu nama gaafata. Kanaaf immoo #miftan namoota lama warren reaction /like hedduu argatan sponsor nan tahe jedhee challenge nuuf qopheesse. kanaaf channel kana https://t.me/Miftahtech/309 Keessatti iddoo profile koo jirutti like (👍, ♥️) akkaa naaf gootan kabajaanan sin gaafadha. ✅Waliin hirmaanne tokkummaa ijoollee Oromoo yaa agarsiisnu. Like gochuu qofa hojii kan biraa tokkoyyuu hin qabu 👉Waan na hubbattaniif galatooma!!!
174
11
🌟 Barattoota #highschool akkasumas Barattoota #freshman fi #Remedial Hundaaf itti yaadamee kan Qophaa'e #SuccessBridge Akkuma maqaa isaa Riqicha milkaa'inati kanaaf kootta kaffaltii tokko malee irraa fayyadamaa,Obboloota keessan Hafeeraa #Share godhaa 🌟 ✨ Maaliif #SuccessBridge filattu? ✨ 👉 Wantoota armaan gadii kaffaltii tokko malee arggattu 📒 Material barnootaa(material) documentiwwan adda addaa bifa qinda'aa fi mijawwa taheen araggattu 📄Waraqaa shaakalaa (work sheet) Shaakaluun dandeettii kee akka cimsattu si gargaara. 📋Qormaata waggoota darban(last year exam ) Qormaata duraanii ilaaluudhaan dursite akka qophoftuf ! 📙 PDF-oota Qajeelfamoota barnootaa fi kitaabota wabii barbaachisoo bilisaan buufadhu! Fuula weebsaayitii koorsii hundaaf: Koorsii hundaaf webi dubbisaa bal’aa argadhu beekumsa barbaaddu yeroo barbaaddetti argadhu. ✅Qormaataaf qophaa’aa jirta ta’e yookaan beekumsa kee bal’ifachuu barbaadda ta’e taanan #SuccessBridge filannoo kee taasifadhu . 🚀 Carraa kun sin darbin! Amma galmaa’i, imala milkaa’inaa kee jalqabi! 🚀 galamaa'uuf platformi kanaa gadii fayyadami👇👇👇 🫆website app success-bridge-ten.vercel.app 🫆Telegram bot @successbridgebot 🫆mobile app coming soon !!! channeli waliigalaa keenya join godhii odeeffanno barnoota arggadhu @Dhalootaf_Academy SuccessBridge - Learning Platform SuccessBridge - Comprehensive learning platform for high school and university students Odeeffannoo barnootaa fi kanneen biroo argachuuf channel @Dhalootaf_Academy Join akkasumas hiriyoota keessaniif #Share taasisaa!
628
12
Yaa diinakoo lafa kanarra waggaa kuma jiraadhu;duutee boqonnaa hin argatiin!😒
585
13
Biizii ta'een jira. 😬
Biizii ta'een jira. 😬
556
14
Kanuman kiiloo 50 hin guunnefin affasaa sodaadhee mana taa'aa turee? 💔
524
15
"Jaalalli jiraannaan maallaqni suuta jedhee dhufa" jennaanin, "suuta jedhaa walumaan koottaa" naan jette💔😁Shit
642
16
Maraadhuu carraa kee yaali, utuu peestaalii funaantuu warqee argachuu dandeessaa🥹😃 Gorsa Obbolummaa🥺
592
17
#Beeksisa Namoonni telegrsm channel qabdanii fi gurgurachuu barbaaddan karaa username:@Milkesa_Oro1 nu quunnamuun gurgurachuu dandeessu. Active kan ta'e qofa. 🥺
584
18
Namni chaanalii content'n isaa barnoota ta'ee fi hordoftoota 5k ol qabu gurgurachuu barbaaddan karaa username 👉@Milkoo_man nu quunnamaa. Isin irraa binna. Active ta'uu qaba.
138
19
Baradhe ofiin jedha, garuu Inni Facebook fi TikTok'n " people you may know" jedhee fiduuf, Jaalallee jaalallee isaa ta'uu hin beeku. 😬
710
20
Bara 2017 dhufaa jiru kanatti waan haaraan siif haa ta’u🤝🙂
651