MADDA QOOSAA
الذهاب إلى القناة على Telegram
1 761
المشتركون
-224 ساعات
-87 أيام
-2130 أيام
جارٍ تحميل البيانات
القنوات المماثلة
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
سحابة العلامات
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
الإشارات الواردة والصادرة
---
---
---
---
---
---
جذب المشتركين
نوفمبر '26نوفمبر '26
نوفمبر '26
+5
في 0 قنوات
أكتوبر '26
+8
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '26
+5
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '26
+11
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '26
+27
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '26
+11
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '26
+16
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '26
+10
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '26
+20
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '26
+7
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '26
+28
في 7 قنوات
Get PRO
ديسمبر '25
+37
في 1 قنوات
Get PRO
نوفمبر '25
+38
في 2 قنوات
Get PRO
أكتوبر '25
+81
في 1 قنوات
Get PRO
سبتمبر '25
+28
في 1 قنوات
Get PRO
أغسطس '25
+86
في 2 قنوات
Get PRO
يوليو '25
+819
في 3 قنوات
Get PRO
يونيو '25
+448
في 1 قنوات
Get PRO
مايو '25
+212
في 1 قنوات
Get PRO
أبريل '25
+949
في 3 قنوات
| التاريخ | نمو المشتركين | الإشارات | القنوات | |
| 16 نوفمبر | 0 | |||
| 15 نوفمبر | 0 | |||
| 14 نوفمبر | +1 | |||
| 13 نوفمبر | +2 | |||
| 12 نوفمبر | 0 | |||
| 11 نوفمبر | 0 | |||
| 10 نوفمبر | 0 | |||
| 09 نوفمبر | +1 | |||
| 08 نوفمبر | 0 | |||
| 07 نوفمبر | 0 | |||
| 06 نوفمبر | 0 | |||
| 05 نوفمبر | 0 | |||
| 04 نوفمبر | 0 | |||
| 03 نوفمبر | 0 | |||
| 02 نوفمبر | +1 | |||
| 01 نوفمبر | 0 |
منشورات القناة
| 2 | لا يوجد نص... | 0 |
| 3 | "I will always find you!" jechuutti dogoggoraan "I will always fund You" jennaanin Guyyaatti si'a shan naaf bilbilaa jirti. 😂 | 190 |
| 4 | Haati manaa furdoon
Abbaa manaattis, biyyattis,
Sireettis ba°aadha.😁😂 | 351 |
| 5 | Lammaffaan tahuuf like muraasaa qofatu nuuf hafe please seenaa like godhaa yaa sabaa link kanaan
👉https://t.me/Miftahtech/309 | 135 |
| 6 | لا يوجد نص... | 0 |
| 7 | Oromoo challange kana nu injifachisuu dadhabdanii maqaa keenyas, keessanis akka hin balleessine adaraa!🥹 amma seenatii like qofa godhaatii ba'aa. join gochuu isinin barbachisu. ❤️ | 168 |
| 8 | Yeroon kan qoosaa miti. Deeggarsi keessan baay'ee nu barbaachisa. Kanaaf namoonni post kana agartan hundi liinkii olii kanaan seenuun nu gargaaraa. Waan nu hubattaniif Galatoomaa!🥰 | 158 |
| 9 | Yeroon kan qoosaa miti. Deeggarsi keessan baay'ee nu barbaachisa. Kanaaf namoonni post kana agartan hundi liinkii olii kanaan seenuun nu gargaaraa. Waan nu hubattaniif Galatoomaa!😍 | 6 |
| 10 | #Challenge #Share
Maqaan koo Tolesa Tesfayen jedhama Barataa software Engineering waggaa 5ffaa Haramaya Yuunivarsiitii Akkuma beekkamu Barnootaa akkanaa keessatti wanti barbaachisu project gara garaa remote ykn freelance argachuudha. sana gochuuf immoo yeroo jalqaba bu'aa bahii hedduu nama gaafata.
Kanaaf immoo #miftan namoota lama warren reaction /like hedduu argatan sponsor nan tahe jedhee challenge nuuf qopheesse. kanaaf channel kana
https://t.me/Miftahtech/309
Keessatti iddoo profile koo jirutti like (👍, ♥️) akkaa naaf gootan kabajaanan sin gaafadha.
✅Waliin hirmaanne tokkummaa ijoollee Oromoo yaa agarsiisnu. Like gochuu qofa hojii kan biraa tokkoyyuu hin qabu
👉Waan na hubbattaniif galatooma!!! | 174 |
| 11 | 🌟 Barattoota #highschool akkasumas Barattoota #freshman fi #Remedial Hundaaf itti yaadamee kan Qophaa'e #SuccessBridge Akkuma maqaa isaa Riqicha milkaa'inati kanaaf kootta kaffaltii tokko malee irraa fayyadamaa,Obboloota keessan Hafeeraa #Share godhaa 🌟
✨ Maaliif #SuccessBridge filattu? ✨
👉 Wantoota armaan gadii kaffaltii tokko malee arggattu
📒 Material barnootaa(material)
documentiwwan adda addaa bifa qinda'aa fi mijawwa taheen araggattu
📄Waraqaa shaakalaa (work sheet)
Shaakaluun dandeettii kee akka cimsattu si gargaara.
📋Qormaata waggoota darban(last year exam )
Qormaata duraanii ilaaluudhaan dursite akka qophoftuf !
📙 PDF-oota
Qajeelfamoota barnootaa fi kitaabota wabii barbaachisoo bilisaan buufadhu!
Fuula weebsaayitii koorsii hundaaf:
Koorsii hundaaf webi dubbisaa bal’aa argadhu beekumsa barbaaddu yeroo barbaaddetti argadhu.
✅Qormaataaf qophaa’aa jirta ta’e yookaan beekumsa kee bal’ifachuu barbaadda ta’e taanan #SuccessBridge filannoo kee taasifadhu .
🚀 Carraa kun sin darbin! Amma galmaa’i, imala milkaa’inaa kee jalqabi! 🚀
galamaa'uuf platformi kanaa gadii fayyadami👇👇👇
website app success-bridge-ten.vercel.app
Telegram bot @successbridgebot
mobile app coming soon !!!
channeli waliigalaa keenya join godhii odeeffanno barnoota arggadhu @Dhalootaf_Academy
SuccessBridge - Learning Platform
SuccessBridge - Comprehensive learning platform for high school and university students
Odeeffannoo barnootaa fi kanneen biroo argachuuf channel @Dhalootaf_Academy Join akkasumas hiriyoota keessaniif #Share taasisaa! | 626 |
| 12 | Yaa diinakoo lafa kanarra waggaa kuma jiraadhu;duutee boqonnaa hin argatiin!😒 | 585 |
| 13 | Biizii ta'een jira. 😬 | 556 |
| 14 | Kanuman kiiloo 50 hin guunnefin affasaa sodaadhee mana taa'aa turee? 💔 | 524 |
| 15 | "Jaalalli jiraannaan maallaqni suuta jedhee dhufa" jennaanin, "suuta jedhaa walumaan koottaa" naan jette💔😁Shit | 642 |
| 16 | Maraadhuu carraa kee yaali, utuu peestaalii funaantuu warqee argachuu dandeessaa🥹😃
Gorsa Obbolummaa🥺 | 592 |
| 17 | #Beeksisa
Namoonni telegrsm channel qabdanii fi gurgurachuu barbaaddan karaa username:@Milkesa_Oro1 nu quunnamuun gurgurachuu dandeessu.
Active kan ta'e qofa. 🥺 | 584 |
| 18 | Namni chaanalii content'n isaa barnoota ta'ee fi hordoftoota 5k ol qabu gurgurachuu barbaaddan karaa username 👉@Milkoo_man nu quunnamaa. Isin irraa binna.
Active ta'uu qaba. | 138 |
| 19 | Baradhe ofiin jedha, garuu Inni Facebook fi TikTok'n " people you may know" jedhee fiduuf, Jaalallee jaalallee isaa ta'uu hin beeku. 😬 | 710 |
| 20 | Bara 2017 dhufaa jiru kanatti waan haaraan siif haa ta’u🤝🙂 | 651 |
