es
Feedback
MADDA QOOSAA

MADDA QOOSAA

Ir al canal en Telegram
1 827
Suscriptores
+124 horas
-47 días
-2030 días

Carga de datos en curso...

Canales Similares
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Nube de Etiquetas
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Menciones Entrantes y Salientes
---
---
---
---
---
---
Atraer Suscriptores
agosto '26
agosto '26
+11
en 0 canales
julio '26
+27
en 0 canales
Get PRO
junio '26
+11
en 0 canales
Get PRO
mayo '26
+16
en 0 canales
Get PRO
abril '26
+10
en 0 canales
Get PRO
marzo '26
+20
en 0 canales
Get PRO
febrero '26
+7
en 0 canales
Get PRO
enero '26
+28
en 7 canales
Get PRO
diciembre '25
+37
en 1 canales
Get PRO
noviembre '25
+38
en 2 canales
Get PRO
octubre '25
+81
en 1 canales
Get PRO
septiembre '25
+28
en 1 canales
Get PRO
agosto '25
+86
en 2 canales
Get PRO
julio '25
+819
en 3 canales
Get PRO
junio '25
+448
en 1 canales
Get PRO
mayo '25
+212
en 1 canales
Get PRO
abril '25
+949
en 3 canales
Fecha
Crecimiento de Suscriptores
Menciones
Canales
27 agosto0
26 agosto+2
25 agosto0
24 agosto0
23 agosto+1
22 agosto0
21 agosto0
20 agosto+1
19 agosto0
18 agosto+1
17 agosto+1
16 agosto0
15 agosto0
14 agosto+1
13 agosto0
12 agosto0
11 agosto+1
10 agosto0
09 agosto0
08 agosto0
07 agosto0
06 agosto0
05 agosto+1
04 agosto+1
03 agosto0
02 agosto+1
01 agosto0
Publicaciones del Canal
✅Dubartoonni 👉Umurii 5 tti, Abbaa Ishee 👉Umurii 18 tti, Jaalallee ishee 👉Umurii 25 tti, Abbaa manaa ishee 👉Umurii 40 tti Ilma ishee😁 Dubartoonni Yoomuma dhiira qarshii gaafachuu dhiisuu?😁

2
Entrance Kufte fakkaata, Message waggaa tokko dura barreessef naaf deebiste.
185
3
Bara namni Udaan dubbisee dhibee namaa argu keessatti; text koo dubbiftee dhibee koof dawwaa laachuu dadhabde.💔
399
4
Akkam nagaa ooltee Ilma Abba mootii Jaalalli jiraannaan Chiikiin kee kan kooti🤸
470
5
Dhugaan jirtu kanuma!
Dhugaan jirtu kanuma!
523
6
Mucayyoo ollaa keenyaa durb*mmaa qabdu takka, "Meeshaa kontiroobaandii baattee deemta." jedhanii hidhan.😁
445
7
Jirtu moo? 😑
491
8
Sin texto...
0
9
Sin texto...
0
10
#Kutaa_8ffaa #result_date Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa bara 2018 kan naannoo Oromiyaa Waxabajjii 11 fi 12 bara 2018 kennamaa ture bu'aan isaa guyyaa boruu jechuunis Adooleessa 15 bara 2018 waaree dura Sa'aatii 4:00-6:00 tti kan ibsamu ta'uu Biiroon Barnoota Oromiyaa ibse. Gama biraatiin bu'aa qormaata naannoo kutaa 6ffaa tiin wal qabatee guyyoota kudhan booda kan ibsamu akka ta'e ibsameera. https://t.me/Milkii_Sabaa
1
11
Nuti haala kanaan filachaa jirra. Isin hoo? 😄 ETH
Nuti haala kanaan filachaa jirra. Isin hoo? 😄 ETH
397
12
‎Barnoota itoophiyaa ‎ ‎1) Mechanical engineering baratee tax dhaan deema. ‎ ‎2) Food engineering baratee nyaata bilcheeffachuu hin danda'u. ‎ ‎3) Water engineering baratee bishaan bitee dhuga. ‎ ‎4) Software engineering baratee password email isaa hin sirreeffatu. ‎ ‎5) Midwifery baratee haadha manaa isaa namatu deessisaaf ‎ ‎6) Chemical baratee shayii qopheeffachuu hin danda'u.
534
13
Mucaa waggaa 15 hin guunnetu "waggaa 22 booda waancaa nyaanne" jedhee nu sakkasaa jira. 😄
524
14
Namoota maraatanii jiran garuu kan namni hin beekne muraasa; 1) Barataan yuunivarsiitii waggaa 5 ol baratu maraateera, namni garuu hin beeku. 2) Mootummaan uummata isaa meeshaa ergisaatin duguugu maraateera, garuu namni hin beeku. 3) Deeggartoonni Manchester united Arsenal waancaa nyaachuuf dhihaannan maraataniiru. Namni garuu irratti hin barre. 4) Birrii keenya nyaachuuf jecha teeleen illee maraatteerti, namni garuu hin beekne. 5)Shamarri dhiira ishee jaalatu dhiistee dhiira ofii jaalattu heerumtu maraatteerti, Namni garuu hin beekneef. 6) Namoonni haadha manaa(J) hiriyaa isaanii haasofsiisan maraataniiru, namni garuu hin beeknefi. 7)Ati inni Telegram @Madda_qoosaa jedhu irraa barreeffama kana attention kee itti kennitee dubbisaa jirtu maraatteerta, namni garuu siif hin beekne. 8) Ati inni maaliif "maraatteerta" naan jedha jettee, ofitti aaraa jirtu ati dhugumattuu maraatteerta!😭 Namni garuu siif hin beekne. 9) Ati yaa isa ofii kee dubbistee osoo hiriyaa keef share hin godhin darbuuf jirtu ati maraatteerta, ofitti deebi'i. 10) Anumti Innin kana barreessaa jiru maraachuu dhiisuu kiyyaaf ragaa hin qabu. Kanaaf Maraannee, Maraadhaa! 😄 Kanneen hafan itti guutaa........ 🙏
678
15
#Qoosaa Maaliif Hin Gubdan? Dhi'oo kana Aanga'aan biyya Hindii tokko dawwannaaf gara Finfinnee dhufe. Magaalattii keessa deddeebi'ee waan baay'ee erga daawwatee booda, dhuma irratti iddoo awwaalaa bataskaana Sillaasee daawwate. Achittis awwaala aanga'oota biyyattii hedduu argee ajaa'ibsiifate. Sana booda namicha biyya itoophiyaa daawwachiisaa ture gaaffii akkas jedhu gaafate: "Namni erga du'ee booda iddoo hamma kana bal'atu irratti awwaaluun keessan maaliifi? Reeffi bu'aa maal qaba? Maaliif akka biyya keenyaa reeffa isaanii ibiddaan hin gubdan?" jedhee gaafate. Namichi daw'achiisus deebii quubsaa kenneef. "Nuti akka biyya keessanii erga namni du'ee booda hin gubnu. Utuu inni lubbuun jiruu jiraatti guggubna!" jedhe. * * *
655
16
🤔🤔
🤔🤔
556
17
Utuu #Man_United hin taphatin wantoonni ajaa’ibaa hedduun ta’aa jiru 💔🙆 Isaan keessaa utuu jarri tokko him taphatin Arsenal
Utuu #Man_United hin taphatin wantoonni ajaa’ibaa hedduun ta’aa jiru 💔🙆 Isaan keessaa utuu jarri tokko him taphatin Arsenal, Chelsea, Liverpool fi Manchester City tapha isaanii sadaffaa taphachuuf jedhu🙆 Iraani fi Isiraa'el walii galtee irra ga’uuf jedhu 🔥 Beenzilli liitira 1 duraan Birri 150 ture amma 750 galeera🙄 Zayitii, sukkaara, daakuu fi kkf gatiin isaanii baay’ee dabalaniiru 😆 Sambusaan qarshii 15 ture amma 30 gaheera, osoo Man United hin taphatin jechuudha kaa Kun hundi😅 Sababa gatiin Transportii uummataa ol ka’eef namoonni baay'een miilaan deemuu jalqabaniiru🤪
583
18
Amma adda haa baafnu! 😅
Amma adda haa baafnu! 😅
1
19
Isinin hin darbin. Dhiironni keenya Durba wayii jaalattanii garuu itti himachuu sodaattan guyyaa kanatti fayyadamaa. Ammuma bilibiliifii sin jaaladha jedhiin, Yoo isheen si diduu barbaadde ykn inyi inyii jette, har'a guyyaa soba addunyaati, kanaafan si sobaa jira jedhiin. Achumaanis baga geesse jedhiin. Baga geessan!😆
669
20
Bara Arsenal waancaa PL injifatu ani akkan hin dhalatin yaadadheen gaddaa jira. 🥲🥲
648